cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

SUPER OR⚽MO SP⚽RT

Odeeffannoo ispoort kallattin Taateewwan aaddaa kubbaa milaa keessaati muddatan isinin genyaa. 🆕🆕🆕🆕🆕🆕🆕⚽⚽⚽⚽⚽ ⚽⚽⚽⚽ information. 🆗 Yoo facebook nuu hordoffuuf page>>>> Super Oromo Sport .

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
2 441
Obunachilar
+524 soatlar
+197 kunlar
-430 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Geeba Shaampiyoonsi Liigii Eenyuu injifaata?Anonymous voting
  • Riyaal Maadriid
  • Dortumaandii
0 votes
Photo unavailableShow in Telegram
#BREAKING: Cheelsiin taphataa dargaggeessa urjii sarara ittisaa ganna 26 Fuulhaam Tosin Adarabiyoo Mallatteessise. Cheelsiin Tosin Adarabiyoo mallatteessisuun leenjisaa haaraa Enzo Marsekaa jalatti taphaata jalqabaa ta'eera. Oduu kana kan mirkaneesse gaazexeessaan ispoortii beekamaan Fabrizio Romano yoo ta'u, fedhii guddaa Niwukaastil Yunaayitid irraa qabaatus, Adarabiyoo, bilisaan kilabii Kaabaa Landanitti makamuu filachuu isaa gabaaseera. Kilabichi iddoo ittisa Cheelsii keessatti dallaa ta’e tajaajila kan ture Tiyaagoo Siilvaa erga deemee booda bakka buusuuf jedhame.
Hammasini ko'rsatish...
✅Hojii hojechuu hin dhaabinaa isaan kun yeroo dhiyootti mine gochuun kan xummuramu ta'a. 👉HAMSTER
Hammasini ko'rsatish...
Hammasini ko'rsatish...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

https://t.me/hamstEr_kombat_bot/start?startapp=kentId1471620465 Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop! 💸 2k Coins as a first-time gift 🔥 25k Coins if you have Telegram Premium
Hammasini ko'rsatish...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

Morkii Obsa Fixachiisaa!💥 SANBATA DURAA WEEMBILEEYITTI REAL MADRID 4:00 BORUSIA DORTMUND ✅ Riyaal Madrid waltajjii kana irratti kan gootoman yoo ta'u yeroo 15ffaaf waancicha injifachuuf falmatu. Boruushiyaa Doortimandi immoo yeroo 2ffaa injifachuuf Dirree Guddicha Ingilizii Weembileeyitti waliin falmatu. Kilaboonni kun seenaa isaanii keessatti yeroo 14 wal beellamatanii waliin falmataniiru. Yeroo 14 Waliin taphataniiru Yeroo 6Riyaal Madrid injifateera Yeroo 3 Boruushiyaa Doortimund injifateera Yeroo 5 Walqixaan goolabaniiru Goolio 24 Riyaal Madrid Lakkoofsiseera. Goolii 20 Doortimandi Lakkoofsiseera. ✅Riyaal Madrid kilaboota akka RB Leepzyik, Maanchister Siitii fi Baayerni Munik injifachuun marsaa xumuraaf qaqqabe. ✅Boruushiyaa Doortimandi kilaboota akka PSV, Atileetikoo Madridii fi PSG injifachuun marsaa xumuraaf qaqqabe. Doortimandi Yoo waancicha injifate waltajjii UEFA irraa maallaqa £M20 argata. Yoo Reyaal Madrid Injifate immoo Jijjiirraa Jude Billingham irraa Bonus £m25 argata achumaan lammaffaa bahuu isaatiin immoo £m10 argata walumaa gala yoo injifatame £35 argata.Garuu kam wayyaaf?🤔 ✅Taphataa qaalii waltajjii Awurooppaa jedhamuun kan leellifamu Toonii Kiruus tapha isaa xumuraa taphata jedhamuun jaalattoota kubbaa miilaa kan gaddiseese yoo ta'u Kiruus Weembileeyitti kilabasaaf kophee faanisa jedhamee eegama. Hundaafuu Sanbata Duraa Morkii Cimaatu jira hin dagatiinaa.🤯🥰
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
TapSwap ✅ Tapswap amma chaanaalii Telegiraamii isaanii irratti maammila miiliyoona 28 argachuu beksisaniru. 👉 Kaka'umsi keessan pirojektii keenya irratti jijjiirama guddaa nuti hin eegnee akka argannu nu taasiseera jechuun dubbataniru. 👉Jijjiiramni kun jijjiirama hunduu gaarii fi barbaachisaa ta’ee fayyadamtoota TapSwap baay’inaan keessummeessuuf barbaachisaa ta’a jennee amannu. Update gurguddoo keessaa tokko token keenya blockchain Solana irraa adda ta'e irratti ni jalqabna jedhaniru. Maqaa blockchain haaraa kanaa yeroo dhiyootti ni beeksifna, guddaa akka ta'us waadaa seennaa! Jedhan 👉 Hanga ammaatti kan hin jalqabne link kanaan seenaa👇👇👇👇👇 https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_1471620465 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
#BREAKING ✅️Cheelsiin Enzo Marsekaa Leenjisaa Olaanaa haaraa gochuuf muuduuf waliigalaniiru. 📝Kontiraata waggaa 5 kan hanga waxabajjii bara 2029tti hojiirra oolu mallatteessuuf kan qophaa'edha, Milkaa'ina qabanan Filannoo waggaa 1 dabalataan dheeressuu ta'aa. Faabriiziyoo Roomaanoo