cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingΒ», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Dhaamsa Jaalalaa πŸ’

"Ganama hunda yeroon hirriba irraa dammaqu garaakoo jalaa yoon sidhabe silkii koo keessan 'text' kee barbaada". πŸ‘† Haala kanaan ergaa jaalalaa waan garaa kan keetii nama akka lubbutti jaalattu afaan feeteen argachuu ni dandeessa!.

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
7 293
Obunachilar
+1924 soatlar
+1017 kunlar
+51430 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

πŸ’•πŸ’•Jaalaltti uumama nama jaalaltii hin qabne hin jiru. Kan wal jallateef gammachuudha. Kan hinaafuuf dhukkubbiidha. Kan ta'ee isaan dawwatuuf Ykn walittii isaan laaluu Destv dha. Jechoota jaalala, gorsa fi barumsaa jaalala argachuuf channel Telegram kenyaa #join godhaa. πŸ’•πŸ’•πŸ’•πŸ’•
Hammasini ko'rsatish...
πŸ’•Fedhii jaalala πŸ’”
πŸ’•mallattoo jaalala ❣
❀️‍πŸ”₯Mii'a jaalala πŸ’”
πŸ’•Walaloo jaalala πŸ’•
πŸ’”Midhama jaalala πŸ’”
πŸ‘Qaroojaalala πŸ‘
Repost fromΒ Dirree Aartii
BAASA QABDI! ****** Inni ilma mootiiti Aango qaba biyya bulcha, Ani ammoo hiyyeeysa Jireenya injifachuufiin Sagal daddagalcha. Inni abbaa aangooti Waan barbaade hunda Muree murteeysa. Sagaleensaa dhageeyiti qaba Ajaja tokkon masaraa gaggeeysa. Ani akkasaatti masaraa galu Jireenyi koo mandara, Akkasaatti angoo qabu Hin muru hin murteeysu, Isa biratti ani maaliin tara? Lallabbii fi iyyansa koorra Haasaasii isaatu dhagahama, Santu gatii qaba. Osoo ili mootii jiruu Ana akkami jaalalli na qaba? Tarii ani isarra.... Xiqquman simboo qaba, Xiqqoon nama marara! Saniin ala... Wanti anaafi isa jidduu jiru, Hundi ni qaba daangaa fi sarara. Inni aango qaba sanuu dureeysa, Ani ammoo lammiidha Lammiillee hiyyeeysa Ani nin raawwadha Inni ammoo ni murteeysa. Ani dafkaan bulaadha Inni bulchaa biyyaa, Dubo osoo inni jiruu Isii 'Siin jaaladhe' jettu hoo... Akkamitti amana keessi kiyya? Mee isin nan taajjabina.... Osoo inni jiruu inni ilmi mootii, Ana akkami na qabdi jaalaltti? Jaalaltummaan tunuu baasa qabdi. Murad Mohammed Adooleeysa 14/2024 Dirree Dhawaa. #share #SharePost @dhwalaloo @sammuukeef
Hammasini ko'rsatish...
πŸ‘ 7πŸ₯° 6
Gatiin STAR ifoomeera. Join it hereπŸ‘‡ dhugaa daafa jalqaba ammayyuu yeroo qabdu! Link πŸ‘‡ https://t.me/major/start?startapp=6865794652
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Silaa akka kootii --'------'---- Akka uwwisaa qorraa natti mammaramtaa Akka callee mormaa narra ooltee bultaa Anarra jiraatta anarra saggaartaa Shushubaa mudhiitti qabdee na hidhatta Akkan hin dheebonne, akkan hin yaaddoyne gorora na unta Akka hin quuqoyne, lapherra na khaatta Mana natti ijaartee, tuuttoo galma mootii ana seensifatta Taheemmoo,... Galmi kee cufaadha, jilaan kan banamu Jiilli taa'ee himee, seeraan wal hi'imee kan natti kennamu Anis seera guutee kan keessa limu Ergan keessa limee, kiyyaan kan beekkamuu Damma gobbaa yaa'u, isan argu argaa kan gagarmaamu Masnoo takkaan qoorre kan miiraan dhidhimu Kam dhiisee kam himuu! Duuba,... Atis naaf sossoo'i Nan eegin narratti Beelaaf dheebuu teetiin Dharraa teetin qabaa Osoon lagan lin'e Wahin hafaa sitti! A'aaaa Shamil N Mohammed Adoolessa 13, 2023 Tulluu Fugug @orolovechats
Hammasini ko'rsatish...
πŸ‘ 3πŸ’” 3😱 1
Gatiin STAR ifoomeera. Join it hereπŸ‘‡ dhugaa daafa jalqaba ammayyuu yeroo qabdu! Link πŸ‘‡ https://t.me/major/start?startapp=6865794652
Hammasini ko'rsatish...
Nama affeeruu qofaan qarshii hojjadhaa. Nama tokkoon qarshii tokko siniif kaffala. Kanfaltii isaas karaa Telebirr baafachuu dandeessu πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ Nama affeeruu qofaan qarshii hojjadhaa. Nama tokkoon qarshii tokko siniif kaffala. Kanfaltii isaas karaa Telebirr baafachuu dandeessu https://t.me/Utopet_bot?start=r03473066595
Hammasini ko'rsatish...
Urjiilee Telegiraamaa(Telegram Stars): Kaffaltii Meeshaalee ykn Mi'oota Dijitaalaa fi kanneen biroo.... Gaffii namoota hedduu kan ta'e Urjiilee Telegiraamaa(Telegram Stars) maaliidha? hubannoo gabaabduu.... Erga hundeeffamee waggoota 10 oliif tajaajila Daddabarsa Ergaa(Messenger) kennuudhaan akka Idil-Addunyaatti Sadarkaa-4ffaa qabatee kan ture, Dhaabbatni Telegiraamii amma kallattii fi xiyyeeffannooisaa gara Daldala Dijitaalaatti naannessuu argaa jirra. Kanumarraa kaanee as dhiyoos biyya keenya kanatti ajandaa tahaa dhufeera..... Dhaabbatichi Kenna Tajaajiloota Daldala Dijitaalaan walqabatee as dhiyoo gabaaf dhiyeessaa jiru keessaa muraasni:- Kafaltii Interneetaa(Revenue sharing for creators), Eenyummeessa Daldalaa(Business Account), App store, Taphoota(Airdrops) Kiriptoo, Addatti ammoo tooftaa addaa tajaajila kafaltii oomishaalee fi tajaajiloota adda addaatiif kafaluuf oolu Urjiilee Telegiraamaa(Telegram Stars) torbaanuma kana jalqabsiise fa'a kanneen ijoo dhaabbatichi hojiitti galche muraasaadha. https://t.me/major/start?startapp=6865794652
Hammasini ko'rsatish...
Major

Hello, future major! Welcome to @Major⭐️ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourself⭐️ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

πŸ‘ 1
#Dubbiin_kun_jabduudha telegramπŸ”ŽπŸ˜»πŸ™πŸ’ƒ Hubachuufillee nama rakkisa, garuu qabatama jiru walhubachiisaa adeemuu gaafata. 》Telegram yeroo jalqabaaf "tapha" akka #TikTok kennaa bifa mallaqaatiin waliif kennuuf gargaaru eegaluuf ifoomse. Innis kan #Major jedhamu eegale. Kunis, kennaa (bittaa fi gurgurtaa) ofkeessaa qabu #Star[Urjii] jedhee moggaasee beeksiseera. Tapha Telegiraamiin haaraa fide kun kennaa 🌟 kallattiidhumaan gara TON jijjiiramuudha. #TON tokko Doolara 7 olitti sharafama. Hiriyyoota keessan yoo affeertan 🌟 15 ol isiniif kenna, Premium yoo tahe ammoo 🌟 50 isiniif kenna. Hiriyyoota keenyaaf #referral linkii erguun jalqabuun, #Hojii adda addaa guyyuu raawwachuudhaan, kennaa #Urjiilee namoota biroof arjoomuu fi fudhachuun sadarkaa fi badhaasa argachuu dandeenyutu jira.πŸ€— Guyyaa guyyaan hojii sasalphaallee isiniif kennee 🌟 isiniif badhaasa. #sirnakafaltiihaaraa (#cryptocurrency) Telegram eegale jedhamee miidiyaaleen ajandaa godhateera. Kanaafuu kallattiidhaan TON gara wallet keessanitti dabarfachuu (withdraw) gochuu kan isin dandeessisu yoo tahu, baayinna TON keenyaatiin bu'aan Telegram irraa argannu garaagarummaa qabaata. Erga eegalee guyyaa shan kan hin guunne Miliyoonota 5 olitu fayyadamuu eegalee jira. Affeeramaa, wal-affeeraa Mee πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ haa jalqabnu https://t.me/major/start?startapp=6865794652 πŸ‘‘ Itti-adeemaa jirra. . . πŸ’ƒπŸšΆπŸƒ Dhimma kana akka hunduu hubachuu danda'utti baldhinaan itti deebina.
Hammasini ko'rsatish...
Major

Hello, future major! Welcome to @Major⭐️ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourself⭐️ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

Photo unavailableShow in Telegram
Coin Telegrama Star jedhamuun beekaamu yeroo ammaa kara linkii kanaan seenuun argachuu dandessu. Coin kana baafachuu, meeshaalee adda addaa karaa telegraama bituuf, bifa kenna Abootii chaanaliif kennuuf, Beeksisa Chaanolta teelegraamaa iratti beeksifachuuf tajaajilu. Coin kana gara fundura qarshii baasuun bitachuu dandessu ammatti bilisaan walitti qabachuu dandeessu. https://t.me/major/start?startapp=6865794652 Gatii isaa qarshii biyyaa kessan suura gubbaatti ilaaluu dandessu
Hammasini ko'rsatish...
Xalayaa gurraacha!πŸ–€ Awwaalchaa koo irraa hin dhaabatiin...! Jireenya du’an qixxee lubbuu jireenyi gidirsitu, raroo dhoqqeen makame keessatti kan ati gattee...duuti isaa fudhatte! Awwaalcha koo irraa dhaabbatte hin boo'in. Eeyyee qaama koo, gola icciitii kooti jedhen ture fuula keetti kaniin boo'e, madaa nama kamittu hin agarsiifne bakka siif qaba jedhen baase sitti himadhe...dhibeen kee dhibee kooπŸ’”dhibeen koo dhibee kee natti fakkate ture... Ati garuu maal goote na dhiifte...kophatti na gattee, warra natti kolfu natti qoosutti dabarsite na laatte...si amanen ture...ati birmadu kaan irraa adda akka taateetti yaadeen ture...nama kooti, hiriyaa kooti jedhen ture...amantoon kun hundi ni laamsha'ee! Si amanen na gante..."akkamitti?" "maaliif?" jette nan gaafatin! Takka ergan murteesse eessatti na argattas...garuu ofuma koo na dhabutti, of wallaalu kootti fi amma immoo lubbuu koo dhabutti sababa akka taate hin dagatiin. Eenyuma olitti iccitii rakkina itti jiru osoo beektu furmaata na barbaadu irraa qaama madaan tortore mukukkula itti keesse as deebitee "Akkam fayya qabda?" jette laphee koo haga dandeettii isaa ol kan miidhe si'idha! Ati jechuun na arrabsite dabarsite warra yeeyyii gogaa hoolaa uffatanitti na laatte...kenna hiriyummaa an ulfinaan siif laadhee tuffatte gatii hiriyaa natti hirdhiste. Nama hedduuf laphee koo laadhe beeka, gonfoo kabaja onnee koo keessatti namaaf hire beeka, yoo hedduu miidhameera, ni beekta onneen tiyya xiqqoon kun baay'ee ganamuun dhiige beeka, godaannisni ishee haga dhumatti waliin kan turu...garuu anaaf namni maaliidha hin jedhu, namni hundi gantuudha jedhes hin murteessine...ammas hin murteessu...carraa kooti! Bara baraaf nagaa ta'i...eeyyen nagaa tahi...daba yoomiyyu sirratti hin hawwuu, kan facaafte haammadhu sin hin jedhu...maaliif jedhe?...hiriyaa akka kee irraa si haa eegu...yoo sirraa hin bareedne hin bareedne kaa jettu yoo sirraa bareede bareedde jirta kan jettu...kolfa fi gadda kee ilaala namoota biratti akka ati hin siqiqne hiriyaa si eegdu siif haa kennu! Waaqni daba mishaan deebisuu hiriyaa gaarii siif haa kennu...onnee yoo qabatte tarii sitti dhaga'amu mala deebi'uus dandeessa. Akkuma daawitii sumaan agarsiisturraa darbe kan keessaa kee sitti himtu si sirreessitu hiriyaa dawaa taate sitti haa qabu...hunduma keenyaf haa kennu. Ani garuu bakka hin deebi'amne waanan deemuuf hiriyaa akka kee hin barbaadu, sababni isaas akka kee imimmaan nyaacha kan naaf boossu osoo hin ta'in onneen ishee kan na waliin boo'u waan fedhuuf beekta animmoo nama miidhu hin barbaadu... Duraas hiriyaa akka ishee osoo naaf laate asiis yoomiin gaha ture...carraa kooti maal haa godhu? @orolovechats
Hammasini ko'rsatish...
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.