cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingยป, bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Dubbisaan Hayyuudha

Namni dubbisu hundi hayyuu ta'u baatuus, Hayyuun garuu dubbisaadha!! Leenjiifi gorsa xiinsammuu ni kennina nu quunnamuuf @Visionary112 https://www.youtube.com/@MindEnginer

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
2 165
Obunachilar
-124 soatlar
+117 kunlar
+6930 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

๐Ÿ‘‹ Hello, I am ZEX Airdrop ๐ŸŽ Earn Free 100 ZEX (25$) For Completing Task ๐Ÿ‘จโ€๐Ÿ‘จโ€๐Ÿ‘ง Earn Extra 75 ZEX (18$) For Every Each Refer ๐Ÿ“Š Market: CoinMarketCap ๐Ÿ† Top 250 Refers: 50 USDT (each) ๐Ÿ“ข Mandatory Airdrop Rules: ๐Ÿ”นJoin @ZEX_Coin ๐Ÿ”นJoin @ZEXGroupChat ๐Ÿ”นJoin @ZEXGlobalGroup2 Must Complete All Task & Click On [Continue] For Procced
Hammasini ko'rsatish...
"Whe all have the same God, we just serve him differently. Rivers, Lakes, ponds, streams, oceans all have different names
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Chaanaalii Bilisaan maallaqa dalagdu
Hammasini ko'rsatish...
Airdrop
Maallaqa bilisaan
Crypto
Add all
Namni beekaan tokko karaan fiixaan ba'insaa namoota biroo wajjin wal dhaga'uun ittiin jiraatan torba jedhee ibsa. Namni kunis ROOY T. BEENET jedhama. Karaan torban kunis: 1. Yeroo nama waamtu maqaa isaan waami, itti tolaatii. Waanuma argiteen hin waamin 2. Nama kamitti illee kabaja agarsiisi. 3. Dhaga'amu ( baay'ee dubbachuu ) caalaa dhaggeeffachuu filadhu. 4. Waa'ee kee dubbachuu caalaa waa'ee isaanii dubbadhu. 5. Fedhii dhaggeeffachuu qabdu sirriitti amanamummaan itti agarsiisi. 6. Kabaja yeroo kennituuf hin fakkeessin. Onnee kee irraa itti agarsiisi. 7. Waanuma hundumaatti karaa hundumaa namootaaf of eeggadhu. @DubbisaanHayyuudha @DubbisaanHayyuudha Read every day
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 1

Repost fromย N/a
Photo unavailableShow in Telegram
Hold Wallet. Mine $DMH Click this link ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/holdwallet_bot/app?startapp=HW5GUGQ1R2SN ๐ŸŒฑStart ๐ŸŒฑCreate account ๐ŸŒฑClaim every 2 hours ๐ŸŒฑBoost your mining speed
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 1
"Inni garuu balleessaa keenyaaf ni waraaname, sababii yakka keenyaafis reebamee ni caccabsame; nuyi nagaa akka argannuuf inni ni adabame, madaa'uu isaatiinis fayyinni nuuf ni argame; nuyi hundumti keenya akka hoolotaa karaa irraa badnee turre, adduma addaanis kara-karaa ni gorre; Waaqayyo garuu yakka hunduma keenyaa isa irra ni kaa'e. (Isa. 53:5-6) Baga ayyaana Du'aa Ka'uu Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosiin isin ga'e, ittiin nu ga'e. #AyyaanaGaarii @DubbisaanHayyuudha @DubbisaanHayyuudha Read every day
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 1
Photo unavailableShow in Telegram
Chaanaalii Bilisaan maallaqa dalagdu
Hammasini ko'rsatish...
Airdrop
Maallaqa bilisaan
Crypto
Add all
"Gad fageenya hiyyummaa keenyaa irraa kan ka'e aniifi obboleessi koo dabareedhaan uffata jalaa (under wear) uffachaa turre." #DrMylesMuniro @DubbisaanHayyuudha @DubbisaanHayyuudha Read every day
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 3
Photo unavailableShow in Telegram
Chaanaalii Bilisaan maallaqa dalagdu
Hammasini ko'rsatish...
Airdrop
Maallaqa bilisaan
Crypto
Add all