cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Galeso Faji Garbabo

✦Humni Jabaan Addunyaa kana raasu. Kan Gabromfata jalaa bilisa si baasu, Tokkummaadha Lafa jirtutti ijaaramii, Wal ijaari! ✦ᴏʀᴏᴍɪʏᴀᴀɴ ᴡᴀʀᴇᴇɢᴀᴍᴀ ɪʟᴍᴀᴀɴ ɪsʜᴇᴇᴛɪɪɴ ɴɪ Wolabᴏᴏᴍᴛɪ! ᴏʀᴏᴍᴜᴍᴍᴀᴀɴ ᴅʜɪɪɢᴀ!! ❤️💚❤️

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
1 279
Obunachilar
+724 soatlar
+567 kunlar
+17530 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Hammasini ko'rsatish...
Oromo Liberation Army OLF-OLA (@OLF_OLA) on X

Operation Shinniga (Martys` Covenant) Update As if rendering civilized political contestation impossible is not bad enough, the Abiy regime has also made targeting civilian supporters of resistance movements a national sport. In Oromia, it is to be recalled that the regime has

👍 2
00:36
Video unavailableShow in Telegram
|Gumaacha Duula Irbuu Shinnigaa |Sanbata Xiqqaa,|Waxabajjii 15, 2024.| 5:00 pm Oromia time 10 am DC time Toora Zoom Webinar|Webinar ID: 882 5895 5491| Passcode: 535615 #highlightseveryone #highlightsシ゚ Jaarmayaa ABO WBO Idil Addunyaa
Hammasini ko'rsatish...
1.86 MB
~Gaaga'ama Dinagdeefi Maraammartoo Siyaasaa Impaayeerattii Mudateen Bilisummaa Oromiyaa Dhugoomsina! ~~~ Uummanni keenya dheebuu bilisummaa Ganna 160 qaba, kana nummoo tolchinee beekana. Kanaafis dafqa keenya ijoollummaa isa dhiigaan makaa cobsuun birmadummaa Oromoofi Oromiyaa kabachiisuuf daangaa amma daangaatti hidhannee diina watwaachisaa jirra. Laal! Impaayeerri nagaa hinbeekne hogayyuu nagaa kijibaa labsuun uummata keenya gowwomsee boba'aa godhachuun dheebuu aangoof qabu guuttachuuf adda waraanaatti ficcisiisaa jira, kun eenyu jalaa kan dhokote miti. Sanas ta'u kana, har'a impaayeerri Itoophiyaa murna Biltsiginnaan gaggeeffamaa jirtu rakkoo wal xaxaa keessaa ba'uu hindandeenye keessa seentee jirti. Murni afaaniin Nagaa kijibaafi guddina dinagdee hogayyuu kara foddaa miidiyaan ba'ee labsuun of jajjabeessuu kun gaaga'ama dinagdee hamaafi maraammartoo siyaasaa wal xaxaan liqimfamee jira yoo jenne dubbii arbeessuu hinta'u. Murni Biltsiginnaa yeroo ammaa rakkoo dinagdeefi maallaqaa ishee mudateen bakkoota hedduutti miindaa hojjettoota mootummaa Kaffaluu dadhabuun raafamaa jirti. Murni Biltsiginnaa rakkoo kana kijibaan dhoksuuf yaaltus miindaa hojjettoota mootummaa yeroon kaffaluu dhabuun ishee kun naannolee impaayeerattii mara keessatti bal'inaan ni mul'ata. Dubbiin akka Biltsiginnaan miidiyaan baanaa ooltu miti. Murni dheebuu aangoof jecha uummata keenya gara laafina tokko malee ajjeesaa jiru kun gaaga'ama dinagdee hamaa keessa jiraachuu isaaf rakkoowwan olitti eruuf yaale muraasni agarsiiftuu guddaadha. Dhimmi biraan ammoo, Impaayeerattiin raafama dinagdeen cinaatti, maraammartoo siyaasaa wal xaxaa keessaa ba'uu hindandeenyeen muddamuu isheeti. Har'a goolamni siyaasaa hamaa Impaayeerattii keessaafi alaan raasaa jira. Lolli bifa haaraan bakkoota hedduutti eegaleera. Herrega siyaasaa Ppn, Kaabaa Itoophiyaatti nagaa buusuuf TPLF waliin tolfattes bishaan dhuge, ittuu lola TPLF fi Faannoo gidduu ture hammeesse. Ertiraanis Imbaasi Finfinnee qabdu cufteetti. Itti Fufa... Jaal Gamtaa Wbo tiin
Hammasini ko'rsatish...
◼️Dhaloota Garaaf Bitamu Hin Ta'in ◼️Dhaloota Booree Baafatu Ta'ibboo ◼️Dhaloota Imaanaa Nyaatu Hin Ta'in! ◼️Dhaloota Imaanaa Baatee Galmaan Ga'u Ta'i! ◼️Dhaloota Iccitii Firfirsaa Deemu Hin Ta'in ◼️Dhaloota Iccitii Eegee Galma Kaayyoon Ga'u Ta'i Malee ◼️Dhaloota Gar_Lamee Hin Ta'in ◼️Dhaloota Kaayyoo Tokkicha Ganama Jala Hiriiruun Kaayyicha Utubu Ta'i! ◼️Gar-Lameen Lammii Hin Qabdu. Wabii Biyyaa
Hammasini ko'rsatish...
👍 3
Photo unavailableShow in Telegram
Kan argaa jirtan kun hundi kan WBOn leenjise eebbisaa jiru isintti hin fakkaatin kan Bobbaa Irbuu Shinniggaatin leencichi booji'e walitti guure dha. Oromiyaan Biyya
Hammasini ko'rsatish...
👍 2
01:22
Video unavailableShow in Telegram
Bobbaa Duula Irbuu Shinniggaa
Hammasini ko'rsatish...
7.56 MB
Photo unavailableShow in Telegram
Suuraa kana gaafa kaatan eenyu akka achi ture ni yaadattu garuu yaa warra farra riphee lolaa ofiin jedhu 🤣 Ati bosana keessatti loluuf qophoofta ani sima cinan jira.🤣 Impayeera Galata Hin Qabneef Ofuuma Du'a Saree Hin Du'iin
Hammasini ko'rsatish...
~"Lolli Nagaa, Bilisummaan Gabrummaa, Wallaalli Jabina", Jechuun Paartiin Abbaa Irree Uummata 'Oceania' Gabrummaaf Saaxile. Dhaadannoon "War is peace. Freedom is slavery. Ignorance is strength." Jedhu kun kitaaba 'Historical Novel' barreessaa beekamaa George Orwell's bara 1984 barreesse irraa fudhatame. Paartiin biyyoota Oceania bulchu yeroo sanii akka gaariitti dhaadannoo kunneen sadanitti dhimma ba'uun Uummattoota Oceania gowwomsee of jala galchuu danda'eera. 👉 Akka dhaadannoo 'War is peace' paartiin abbaa irree 'Oceania'-tti, lolli itti ba'a nagaati. Nagaan lolaan malee gonkumaa hin argamu jechuun utuu diinni dhaabbataa hin jiraatin illee uummaticha lola keessa seensisuun kaayyoo dhoksaa ittiin galma abbale gahuuf fedhu tarkaanfachiisaa ture. Uummannis sodaarraan kan ka'ee tokkoomee paarticha faana hiriire. Akkasumas, mirgaafi dirqamasaa dagachiisuun baattoo ilaalcha paartichaa qofa ta'ee akka uummatichi jiraatu godheera. 👉'Freedom is slavery' Laal! Paartichi uummanni Oceania sirna kana jalatti bilisummaa qabaachuun waan barbaade hojjechuu akka danda'uutti bilisummaa kijibaa gonfuun uummatichi paartichaaf bitamee waan paartichi godhi jedhe mara raawwatee akka jiraatu taasise. Garuu uummatichi guutummaa guutuutti bilisummaa hinqabu. Gabrummaa bilisummaan kuulee bilisummaa itti fakkeessuun adooche. 👉'Ignorance is strength' Laal! Wallaalli jabina jechuun uummanni Oceania dhugaa Addunyaa gubbaa jiru beekuu akka hinqabneef odeessa gama miidiyaan faca'u ukkaamse. Waan paartichi fedhu waan uummatichi beekuu qabu qofa biraan gaha. Kanaanis, galaana wallaalummaa keessatti kuffisuun odeeffannoo harkaa gatee gaara doofummaan marse. Quba qabaadhu! Paartiin abbaa irree 'Oceania' bulchaa ture dhadannoowwan kunneenin hiikkaa mirgaaf dirqamaa uummaticha wallaalchise, gaaffii eenyummaa jalaa dhokse, ololaan dabaafi yakka paartichi dalagus gaarummaa itti fakkeessuun gobroomse, laal! 👉Huba. Seenaan kun adeemsa murna Biltsiginnaa waliin tokko, dugdaaf garaa saantimaati! Jaal Gamtaa WBO tiin
Hammasini ko'rsatish...
Shawaa kibbaa lixaa yeroo ammaa kana muddamsuu guddaa Keessaa jirti. ittumaa marsii qe'ee Dhuunfaadhu jajjabee sabaa!💪
Hammasini ko'rsatish...
👍 2