cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Kitaabilee Afaan Oromoo

Channel kana jalatti:- kitaabbilee Afaan Oromoo Pdfn ni argattu. Akkasumas beeksisaa fi barruu garaa garaa Afaan Oromoon ni dhoobamu. Yaada yoo qabaattan @ilmaOljirraa ykn @Naatiikoo nuuf ibsaa!

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
4 762
Obunachilar
+824 soatlar
+807 kunlar
+31430 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Kutaa 6 Kitaaba barattootaa Kilole (commented).pdf4.18 MB
Kutaa 4 Kitaaba barattootaa (Kilole) commented.pdf4.20 MB
Kutaa 2 kitaaba barattootaa (Kilole) commented.pdf9.85 MB
Firii qormaata kutaa 8 faa ilaallachuuf https://oromia.ministry.et/#/result
Hammasini ko'rsatish...
BEEKSISA BARATTOOTAA FI BARSIISTOTAAF! 1)BARATTOOTA BSC NURSE TAATANII QORMAATA COC/EXIT EXAM FUDHACHUUF QOPHIIRRA JIRTAN HUNDAAF👇 Eebbifamtoota Bsc Nursii taataniif Qormaatni COC/Exit exam kanneen kanaan dura kennamanirraa walitti funaanamanii bifa Modeliin gama keenyaan isiniif qophaa'anii jiru. Maarree egaa, barattootni qormaaticha karaa online fudhachuu feetan hundi galmooftanii qormaaticha fudhachuun qophii keessan sakatta'uu akka dandeessan gammachuu waliin isiniif ibsuu feena. Kanaafuu barattootni gama 'online'niin qormaaticha fudhachuu feetan hundi nu biratti galmaa'uun qormaaticha fudhattanii of madaaluu ni dandeessu. HUB: Guyyaa fi Yeroon isin itti qormaaticha fudhattan akkaataa walii galteen murteeffama. Dabalataan namni qormaaticha online erga fudhatee xumuree booda qabxii galmeessee fi gaaffiilee kamiin akka argatee fi dhabellee ilaalaalee of madaaluu danda'a. Barattootni muummee barnoota kan biroo barattan ammaaf waan hin qophoofneef yoo dandeenye yeroo biraa isiniif qopheessuu yaalla. Ammaaf karaa keenyaan Ogeessa qabnurratti hundoofnee Eebifamtoota BSc nurse qofaaf qopheessuuf waan dirqamneef gamanumaan nu of kalchaa isiniin jechuu feena.Odeeffannoo dabalataa argachuuf karaa @IlmaOljirraa nuquunnamuu dandeessu. 2) BARSIISTOTA YUUNIVERSIITII FI KOLLEEJJOTA DHUUNFAA FI IDILEEF👇 Barsiistotni dhuunfaanis ta'e akka dhaabbilee barnootaatti qormaata kamiinuu online qopheessuuf fedhii qabdan hundi leenjii fudhachuu ni dandeessu. HUB: Akkaataa fi bakki leenjiin itti kennamu akkaataa walii galtee keenyaan ta'a. Isinis odeeffannoo dabalataa argachuuf karaa @IlmaOljirraa nuquunnamuu dandeessu. Kaayyoon keenya barnoota qulqullina qabu gumaachuu akkasumas barataa fi barnoota ammayyeessuudha."Barnoota,Barnoota, Ammas Barnoota...kana ta'uu qaba kaayyoon....!" Horaa Bulaa Deebanaa🙏
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Dhaamsa! #Share Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa gita hojiii kanaa gadiin leenjisee qacaruu barbaada. • Marketing • Finance • Pilot • Cabin Crew • Aircraft maintenance Technician(AMT) • Aircraft structure, Aircraft cabin maintenance, Aircraft mechanical component, Aircraft Avionics Technician, Aircraft power plant Technician • Aircraft mechanic Kanaafis namootni ulagaa kaa’ame guuttan akka dorgomtan waamicha isiniif goona. Ulaagalee kaa’ame baruuf hidhaa kanaa gadii banuun dubbisaa! https://corporate.ethiopianairlines.com/AboutEthiopian/careers/vacancies Guyyaan galmee: - Hagayya 15-19/2025 (August 21- 25, 2023) Bakki galmee • Adama Science and Technology university, Adama • Finfinnee, online • Ambo university, Ambo • Arbaminch university, Arbaminch • Assosa university, assosa • Bahir dar university, Bahir dar • Debre Brihan university, Debre birhan • Debre markos university, Debre markos • Wollo university, Dessie • Dire Dawa university, Dire Dawa • Selale university, Fitche • Gambella university, gambella • Gondar university, Gondar • Haramaya university; Harar campus, Harar • Hawassa university, Hawassa • Jigjiga university, Jigjiga • Jimma university, Jimma • Mekelle university, Mekele • Mizan tepi university, Mizan Tepi • Wollega university, Nekemete • Robe teachers’ college, robe • Semera university, Semera • Shashemene poly technic college, Shashemene
Hammasini ko'rsatish...
Vacancies

Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.