Maya Motivation
{Channel kana keessatti} Jechoota Kaka'uumsaa 😘jechoota Jaalalaa 🎵 video gabaabaa 📸suuraalee wallpaper fi profile Join and share 👇👇 @maya_motivation
Ko'proq ko'rsatish1 346
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
-57 kunlar
-2330 kunlar
- Kanalning o'sishi
- Post qamrovi
- ER - jalb qilish nisbati
Ma'lumot yuklanmoqda...
Obunachilar o'sish tezligi
Ma'lumot yuklanmoqda...
@Irraa_fagaadhu
kabajamaafi Jaalatamaa taatee turuu yoo barbaadde, nama gatii kee hin beekne hunda irraa fagaadhu.
👍 7
@Hin_HifatinWanti gaariin salphaatti hin dhufu. Jabaadhu. Waan dandeessu hunda gochuuf carraaqqii. Achi ni geessita.
✍" Bariin Kankee Kan Tolu Yoo Ganamaan Dhangaa siif sifaa,u Sooratteedha Ilmi Nama Woma Ganama Dhangiyame Fakkaata Jedhu Mitiire....!!
#maya_motivation
🥰 4
Harargee tiyya, biyya jaalalaa biyya waa maraan guutuu, maaloo kitaaba dubbisaa, hadaraa kitaaba dubbisaa, hawwii nuti barreeysaa tahuuf qabnu nu keessatti hin ajjeesinaa !
Mee takka kitaaba dubbisaatii kitaabaa waliin jaalala "Romantic" takka jalqabaa🙏
"Benatachu" yaa ummata fannaana, kitaaba...kitaaba... dubbisaa! Gara kanaan duubatti harkifataa jirtuu🥹
👍 2
Daa'imummaan yeroo itti lafa qotani; dargaggummaan yeroo itti facaasani; jaarsummaan yeroo itti nyaatani!"
⁃ Yeroodhaan ka'i!
⁃ Yeroodhaan ba'i!
⁃ Yeroodhaan gali!
"Osoo taa'uudhaan beekumsi argamee beekaan addunyaa kanaa dhagaa ture!"⁃ Itti dadhabi! ⁃ Dubbisi! ⁃ Barreessi! ⁃ Hojjedhu! ⁃ Jajjabaadhu! ⁃ Milkaa'inaaf gatii baasi! ⁃ Ittuma jabaadhu! ⁃ Fiigi!
"Taa'anii buqqee jedhamuu irra fiiganii bubbee jedhamuu wayya!@maya_motivation
👍 1
Haati manaa Abbaa manaa irraa wanti isiin feetu guddaan tokko yoo jiraate yeroodha. Yeroo kannaaf, taphachiisaa, yaada gaarii isii irraa dhageeyfadhaa kana goonaan haalaan booji'uu dandeessan.
🎋❤️🔥❤️🔥❤️🔥❤️🔥❤️🔥❤️🔥❤️🔥
:¨·.·¨:
`·. @maya_motivation
Narraa Fagaattee Si malee Jiraachuu
waan na barsiifteef #Galatoomi!
@fi_habibi💜
Gariin namaa fakkeenya haxxishooti wayituma jireenya kee keessaa ba'an. ati alhamdulillah jechuun dirqama..!
JOIN US: ❯❯ @fi_habibi💜
Waa'en keetuu kan
odeeffamu baayetu jiraa
waan ta'eef waa'ee namaa
hin odeesssin khalaas 🤐
Boshqa reja tanlang
Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.