Brilliant Mindset & Job Vacancy MKY
Kanalga Telegramβda oβtish
Channel kanaan, π Barruuwwan barsiisoo π Ergawwaan hayyootaa(qoutes) πDubbiiwwaan kaka'uumsa (motivational speech) πGorsa(advice) πCarraawwan hojii(job opportunity) ni argattu πKaraalee milkaa'inaa(ways of success) π Soora Sammuu @MohibonKy
Ko'proq ko'rsatish1 120
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
-87 kunlar
-3630 kunlar
Postlar arxiv
#Abiddi Warqee ni qulqulleessa malee jin balleessu. Dhiibbaanis Almazii uuma malee hin diigu.
#Jireenya keessatti rakkoon gaafa mudatan namootni heddun guddina rakkinicha ilaalu, Injifattoonni garuu filannoo isaanii ilaalu. Sababni isaa, Kallatti jireenyaa kan murteessu rakkina sana utuu hin taane #filannoo keenya. Rakkina nu qunnamu kamiin keessa iimmoo filannoowwan 3tu jira.
1. Rakkinichaan baduu
2. Rakkinichaan daangeffamuu fi
3. Rakkinichaa jabaachuu dha.
A
#Atis_Rakkinni_si_mudate_akka_si_jabeessu_malee_akka_si_balleessu_hin_eyyaminiif !!
#Rakkoon_na_mudatu_kamiyyuu_na_ceesisa jedhi na waliin
DEEMSA HIN DHAABIN !
#Nagaa_qabaadhaa_jaallatamookoo
#Waaqayyoon_eegalamee_namaan_kan_goolabamu_hinjiru
ππππππππππ
Telegram Channel: https://t.me/BrilliantMky
X: https://x.com/MKanea8602
FB Page: https://www.facebook.com/mohibon.ky93
Yeroo tokko tokko Jireenya Haaraan kan eegalamu waan haaraa itti dabaluun osoo hinta'in, wantoota sin fayyadne dhiisuudhaani !!
@top fans
Ijoollee Qeebbee kootii
πππππππ
Follow godhanamee: https://www.facebook.com/mohibon.ky93
Telegram: https://t.me/BrilliantMky
Namni gammachuu isaa qofa osoo hin taane, kan nama biraatiifis garaa guutuudhaan gammadu, nagaa fi jaalala dhugaa keessa jiraata. ποΈβ€οΈ
Ifni keessaa isaa immoo hojii isaa, dubbii isaa fi amala isaatiin alatti mul'ata. π‘
Jireenyi dhugaan, garaa qulqulluu, jaalala namaaf qabu fi ifa keessaa gara addunyaatti baasuudhaan safarama. π
Of jaallachuun koo of qofaaf jiraachuu miti; of guddisuun koo ifa koo namoota birootti akka ibsu gochuudha. π±
Yeroon ani of jaalladhu, namoota biroofis jaalala, abdii fi ifa ta'uu nan danda'a. π€
Innis hiika jireenyaa isa dhugaa keessaa isa guddaadha. π
@Dilbata_Dilbii_qabaadhaa !
#Nagaa_qabaadhaa_jaallatamookoo
#Waaqayyoon_eegalamee_Namaan_kan_goolqbamu_hinjiru
Barreeffamoota akkasii itti fufiinsaan argachuuf
ππππππππππππππππππ
Telegram: https://t.me/BrilliantMky
Facebook: https://www.facebook.com/mohibon.ky93
X : https://x.com/MohaKiyyaa?s=09
Na qunnamuuf
Telegram: https://t.me/MohiKY
Guyyoota keessan jechoota gaggaariin eegaluu ni feetuu ?
Jechoota gaggaariin ganamaan nutti dubbataman oolmaa keenya irratti dhibbaa qabu
kanaaf, mucaa qaxalee jechoota hamilee namatti horaniin ganama nama dubbiftu kana hordofaa
https://t.me/obse2025/1109
π Addunyaa kanarratti waanti baay'ee gaddisiisaan du'aa osoo hin taane jireenya kaayyoo hin qabne jiraachuudha beeki.
π Jireenya kee dabarsiteef of hin tilmaamin isa fuulduraaf yeroo laadhu. Milkaa'ina guddaa bira gahuuf yeroo hunda tarkaanfii tokko fuulduratti siqadhu.
@Dilbata_Dilbii_qabaadhaa !
#Nagaa_qabaadhaa_jaallatamookoo
#Waaqayyoon_eegalamee_Namaan_kan_goolqbamu_hinjiru
Barreeffamoota akkasii itti fufiinsaan argachuuf
ππππππππππππππππππ
Telegram: https://t.me/BrilliantMky
Facebook: https://www.facebook.com/mohibon.ky93
X : https://x.com/MohaKiyyaa?s=09
Na qunnamuuf
Telegram: https://t.me/MohiKY
Happy Monday!
Every Monday gives us a clean slate to realign with our vision and take intentional action toward our goals. Personal growth isnβt about being perfect, itβs about being committed to becoming a better version of yourself than you were last week.
#Nagaa_qabaadhaa_jaallatamookoo
#Waaqayyoon_eegalamee_namaan_kan_goolabamu_hinjiru
Waliif #share godhaa
Join π https://t.me/BrilliantMky
FOLLOW π https://www.facebook.com/mohibon.ky93
#Nagaa_qabaadhaa_jaallatamookoo
#Waaqayyoon_eegalamee_namaan_kan_goolabamu_hinjiru
Waliif #share godhaa
Join π https://t.me/BrilliantMky
FOLLOW π https://www.facebook.com/mohibon.ky93
"Tarkaanfiin xiqqaan guyyaa har'aa fudhatamu, jijjiirama guddaa boru uuma." π±
#Nagaa_qabaadhaa_jaallatamookoo
#Waaqayyoon_eegalamee_namaan_kan_goolabamu_hinjiru
2018 (Exit Exam Schedule) (Tentative)
JULY 04-12/2018
ππΎππΎππΎ
https://t.me/BrilliantMky
QAJEELFAMOOTA GAGGEESSUMMAA 6 JOOBIRA IRRAA BARACHUU QABNU
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β Akkaataan jireenya joobiraa jireenya nama mul'ataa waliin walfakkaata.
β Ati waaβee joobiraa baay'ee dhageessee ni beektaa?
βοΈ Joobirri seenaa ajaaβibsiisaa baay'ee ni qaba. Kanneen keessaa amaloota 6 waliin haa ilaallu:
βͺοΈ1ffaa:
Joobirri kophaa isaa olkaβiinsa baayβee olkaβaa irratti balaliβa.
Joobirri simbirroota xixiqqoo kan akka βsparrowsβ yookiin gosa biroo kamiyyuu waliin hin balaliβu. Kophaa isaa fi olkaβiinsa baayβee olkaβaa irratti balaliβa.
β
Kuni kan nu hubachiisu namoota sammuu dhiphoo qaban irraa fagaachuu akka qabnuu fi hiriyaa filachuu dha. Namni dhaabbata inni qabateen beekama. Yeroo hunda moβattoota waliin taaβi! Bakka si madaalutti argami!
βͺοΈ2ffaa:
Joobirri mulβata guddaa fi sirrii taβe qaba.
Joobirri dandeettii ijaan arguu guddaa qaba, waan samii irraa hanga 5km fagaatu irratti xiyyeeffachuu dandaβa. Kallattii cufame waan qabaniif adamsa irratti xiyyeeffatu.
β
Kuni wanti nu hubachiisu yeroo hunda jireenya keessatti xiyyeeffannoo ifa taβee fi mulβata itti kaayyeffattu qabaachuu akka qabduudha. Jireenyi gufuu hedduu qabdi. Ergama kee irraa abdii hin kutin.
βͺοΈ3ffaa:
Joobirri lafee haaraa fi foon haaraa malee waan duβaa hin nyaatu.
β
Kuni wanti nu barsiisu, waan darbe dhiisudhaan qajeelfama haaraa, karaa haaraa moβachuu danda'an qorachuu itti fufuu akka barbaachisu dha.
βͺοΈ4ffaa:
Joobirri qilleensa bubbeen makate jaallata.
Qilleensi bubbeen makate joobira ni kakaasa, erga olkaβiinsa murtaaβe tokko irra gahee booda, baallee isaa irratti siiqanii boqotu.
β
Kun wanti nutti argisiisu, tuqaawwan gara fuulduraatti ittiin sochoβan walitti hidhuu, qormaata jiru fudhachuun akka ta'udha. Qormaanni nama jabeessuu qofaaf akka taβe amanuu dha. Obomboleettii jireenyaa fayyadamuun gara olkaβiinsa guddaatti ol kaβuudha malee mataa buusanii taa'uu miti. Shaampiyoononni qormaata gonkumaa sodaachuu hin qaban.
βͺοΈ5ffaa:
Joobirri leenjidhaaf qophaa'a.
Ijoolleen isaa akkaataa koonyaa keessaa baβanii balaliβan baratu.
β
Kuni kan argisiisu zoonii mijataa keessa jirtu akka dhiiftuu fi guddinni achi akka hin jirre akka bartudha. Qormaata tokko tokko irratti hirmaadhu.
βͺοΈ6ffaa:
Joobirri Gaafa Dulloomu Humna Isaa Haaromsuuf Bakka Fagootti Soorama Baha.
Joobirri yeroo dulloomu rifeensi isaa ni ulfaata, funyaan isaa ni qaxxaamura. Jiraachuudhaaf jecha gara fiixee gaaraa deemee hamma inni bahutti funyaan isaa dhagaa tokkotti rukuta. Of haaressa.
β
Kana irraa kan nuti barachuu dandeenyu amalli durii darbee darbee hammam rakkisaa taβus, wantootni baβaa nutti taβan yookin jireenya keenyatti gatii hin daballe of biraa hambisuun akka nurra jiraatuu fi akka of haaressinuu dha.
Jireenya kee keessatti akka JOOBIRAA ta'i!
Telegram keenyaa liinkii gadii kanan hordofi
πππππππππ
https://t.me/BrilliantMky
When we hit our lowest point, we are open to the greatest change.
βAvatar Aang
βββββββββββ
Qabxii keenya isa gadi aanaa yeroo gubnu jijjiirama guddaadhaaf bananna !!
Avatar Aang
#Nagaa_qabaadhaa
#Waaqayyoon_eegalamee_namaan_kan_goolabamu_hinjiru
#Beeksisa_Qaacarrii
Dhaabbanni Daandii Xiyyaara Itiyoopiyaa gitoota hojii adda addaa irratti beeksisa qaacarrii baasanii waan jiraniif warri dorgoomuuf fedhii qabdan odeeffannoo dabalataa fi akkaataa galmee asii argachuu dandeessuππ
https://ethiojobshub.com/ethiopian-airlines-job-vacancy-2026-14/
+6
#Beeksisa_Qaxarrii Ogeeyyii Jalqabaa 1000 qaxaruuf Biiroon Galiiwwan Oromiyaa Akkaataa Armaan Gadiitti Baasee Jira.
1.Ulaagaawwan isaa fi bakka galmee sirriitti dubbisaa.
1.Galmeen giddu gala ibsame irratti Guyyaa 13-09-2018 irraa eegalee guyyootaa hojii 7 walitti aanan keessatti yeroo ta'u, galmeen sa'atii hojiittidha.
Waliif #share godhaa
#Exit_Exam galmaa'uu kanneen feetan galmeen eegalee waan jiruuf na qunnamuun galmaa'uu dandeessu !!
https://t.me/MoKY_11
ππππππππππ
https://t.me/BrilliantMky
https://www.facebook.com/mohibon.ky93
https://t.me/Mohi4ke
https://x.com/MohaKiyyaa?s=09
Shaakalarratti Duuteπ’π
Birguwaal Mallas, hanga daqiiqaa lubbuunshee darbu kanaatti, Athlete adunyaarratti Maaraatooniidhaan sa'aatii saffisaa sadarkaa 91ffaarratti argamtudha. Haadha ijoollee 2tisi.
Birguwaal Dorgommiiwwan Idil-addunyaa 54 irratti hirmaatteetti. Isaan keessaa 3 biyyashee bakka buuteetti.
Dorgommiiwwan daandiirraan kan beekamtu yommuu ta'u,
Maraatooniiwwan 22
Walakkaa Maaraatoonii 19
fi 10km yeroo 5 kan hirmaatte yoo ta'u, dorgommiiwwan taasiste keessaa 75% qabxii sadarkaatiin kan xumurte, Atileetii jabduu turte.
Torban lamaan fuuldura keenya kanatti Maraatoonii Otowaa, Kanaadaarratti hirmaachuuf beellama qabattee kan turte yoo ta'u, warra tilmaamni injifannoo duraa kennameef keessaa tokko turte.
Ta'us,
Har'a ganama Jaanmeedaatti shaakala utuu taasistuu gidduudhaan gaggabdee kufte. Ariitiin hospitaala geeffamtus ooluun dandeenye. Hafuurrishee kan xumuraa ta'e. Dadhabbii ganamaafi galgalaa, jireenya Athlet'ummaatti nagaa dhaamte.
Se'ichi, qorraan hadooduun, ho'aan qaqamuun, isheetti hafeera. Hiree dafqaa, jiruu dadhabbii, xumurteetti.
Waa'ee isa jaallattuuf, jiruu Athlet'ummaaf, hanga hafuurashee dhumaatti jiraatte.π’π
Haa Boqottu lubbuunsheπ€²π»
Barreeffamoota akkasii itti fufiinsaan argachuuf
ππππππππππππππππππ
Telegram: https://t.me/BrilliantMky
Facebook: https://www.facebook.com/mohibon.ky93
X : https://x.com/MohaKiyyaa?s=09
Odeeffannoo Sobaa
#Update #Exit_Exam #ExitExam_Registration
Galmee qormaata bahumsaa ykn Exit Exam karaa online kan xumura bara 2018 Waxabajjii keessa kennamu irra deebiin barattoota fudhachuu barbaaddaniif, galmaa'uu kan dandeessan ta'uu ibsameera jechuun odeeffannoon sobaa yeroo miidiyaa kanarra naanna'u argaa jirra.
Link galmee kunooti;
http://exam.ethernet.edu.et/
Kan hin hojjennee fi hanga ammaa Ministeerri Barnootaa odeeffannoo kan hin kennine waan ta'eef, barattootni eegaa
Aaaaaaa tasgabbiin eegaa malee galmeen nu darbeera jettanii akka of hinjeeqne.
Kanneen odeeffannoo adda hinbaafatin naanneessitanis dhiisa !!!
Barreeffamoota akkasii itti fufiinsaan argachuuf
ππππππππππππππππππ
Telegram: https://t.me/BrilliantMky
Facebook: https://www.facebook.com/mohibon.ky93
X : https://x.com/MohaKiyyaa?s=09
Na qunnamuuf
Telegram: https://t.me/MohiKY
