New nashida
Kanalga Telegram’da o‘tish
for more information please contact me @jaallee20
Ko'proq ko'rsatish4 298
Obunachilar
+424 soatlar
+577 kunlar
+24130 kunlar
Postlar arxiv
4 298
Aswrwb, OROMUMMAA”n Hallayyaa haa seentuu‼️
✓ Amantiin Teenya Saba Keenyaa mitii Lubbuu teenya irraayyuu nuuf Caalti. Firummaa Fi Diinummaan Amantii irratti Hundooyti Malee Sabummaa irrattii miti. Kanaaf immoo Ragaan:-
- Haadha Ofii irra Wanti Caalu hin jiru, Garuu Nabi Muhammad (Faaruu fi Nageenyi isaanirratti haa jiraatuu) - Haati isaanii Sababa Osoo Waamichi isaan hin dhaqqabin Du'aniif Jecha Araarama Kadhachuufii Rabbiin isaan dhoorke (Hubadhaa:- Warra jahannami jechaa hin jiru)
✓ Kan Akka Abbaa Ofii hin jiru. Garuu Nabi Ibraahim - Wayita Abbaan Isaa Islaamummaa qabachuu didu Waliin Diina tahanii turan.
✓ Kan Akka Haadha Manaa ykn Abbaa Manaa Ofii Maxxanfatan hin jiru. Garuu Haadhonni Manaa Nabii Nuuh fi Nabii Luux Islaamummaa qeebaluu dinnaan - Aduwwii tahan. Haati Warra Fira'oowanaa - Aasiyaan, Isheen Muslima turte, Garuu Fira'oowna "Anumtuu Rabbi" jedhee Kan Rabbiin dide ture. Aduwwii walii turan.
✓ Hanga ilma ofii Jaalatamuu fi Nama naasisu hin jiru. Nabii Nuuh garuu ilmi isaa Ajaja Rabbii dinnaan, Akka isaaf hin kadhanne fi ilma isaati malee "Ahlii” isaa akka hin tahin himeefi.
✓ Dhaloonni Gaggaarin Sahaabotaa, Sababa Islaamummaa fi κυƒƦīī - Abbaa fi ilmi Seeyfii walitti kaafatani.
✓ Namni tokko Waan hanga Lubbuu ofii Jaalatu hin qabu. Garuu Muslimni tokko Lubbuu ofii Caalaa Islaamummaa Jaalachuu dhabnaan iimaanni isaa (Sadarkaan Amanuu isaa) guutuu miti.
–––
✓ Nuti Lubbuu teenya, Haadha fi Abbaa keenya Hunda Caalaa Islaamummaa Kam Dursinu, Gowwoonni Awaamaa, Tan Halkanii fi Guyyaa addaan hin beekne tunniin “Oromummaa ti Amantii Dursa” jettee, Nuti Amantii Islaamummaa laaffisnee Suuta suutan Akka Waaqeffataa isaanitti gallu barbaaddi!!! Gowwaan Maqaa Muslimaa himatu, Kam Amantii tee baradhu kennaan didee waggaan heddu irra dabre, Amma Dallansuun rabbi dhaqqabdee Yeroon amantii isaa gadi lakkisee ҠαϜαƦu itti gahuu mala. Namni Amantii isaatif Xiqqoma Dhimmamu garuu hangana takka gadi bu'ee him sobamu.
✓ “Oromummaa ” jechuun Amantii tee dhiistee Waaqeffataa tahuudha jedhamtee kan hiikamtu taanan Oromummaa tee Qileen seeni!
4 298
As wr wb Nama Salaata Dhiisu Waa 15' tu Isa Qunnama Jedhan nabiyyiin Rahmataa fi
Ergamaan Rabbii Nabi Muhammad
S 🔥A 🔥W 💚(اللَّهُمَّ صَلِّ وَسَلِّمْ عَلَى نَبَيِّنَا مُحَمَّدٍ)
Dubbisii eega dubbisteen booda share godhi obolleyyan kee kan Muslimatif ajrii dalagadhu
Waa 15nan kana keessaa 6 jiruu Adunyaa gubbaatti isaa qunnama ykn isaa dhaqaba.
Waa 3 yeroo du'aa isaa qunnamti.
Waa 3 Qabrii kessatti isaa qunnama.
Waa 3 guyyaa qiyaamaa isa qunnama.
Waa 6 Adunyaa gubbaatti nama qunnamu yoo ilaalle akka armaan gadiitti
1☞Rabbiin umrii isaatirra barakaa fudhaa.
2☞Rabbiin S.w. fuula isaatirra sifaa ykn amala saliihumma fudhaa.
3☞Dalagaa isaatiif ajrii hin argatuu rabbii biraa.
4☞du'aa'iin isaa ol hin fudhamtu gara samayitti
5☞Namni isaa dhessa ykn isaa hin fedhu jiru Adunyaa gubbaatti.
6☞Hiree hin qabu du'aa'ii warri salihtota isaaf godhan kessatti.
3☞Yeroo du'aa isaa qunnamu
1☞yeroo du'u xiqeennaratti du'a.
2☞Haala belaaya teheen du'a.
3☞Haala dhebuun itti jirtun du'a. osoo bishaan Bahaara gutuu dhugelle irra hin bahuu dhebuun jedha.
3☞Qabrii kessatti isaa qunnamu
1☞Rabbiin isaatti dhippisa qabrii hanga cinaachi isaa wal jala taruutti.
2☞ni tasisaa rabbiin qabrii isaa taa akka ibdatti dimaattu.
3☞Rabbiin isaatti fidaa Bofaa maqaan isaa Ashujaa al - Aqra'a jedhamu.
3☞Guyyaa qiyaama isaa qunnamu
1☞Rabbiin isaatti fidaa wan garaa ibidda jahannamitti isaa harkisuu.
2☞Rabbiin s.w ija dallansutiin isa laala guyya hisaaba haga foon fulaa isaatirra lafaa bu'utti.
3☞Rabbiin S.w. isaa qormaata qormata jajaba.isatti murtessa garaa jahannamitti.
_________⏩Namni salaata fajirii ykn subii dhise
☞Fulaa isatirra ifnaanni hin jiruu jedhani.
⏩Namni salaata zuhrii dhisee
☞Rizqii isaa kessa Baraakan hin jirtu.
⏩Namni salaata Asrii dhise
☞Qamni isaa Humnaa hin qabu.
⏩Namni salaata Magriba dhise
☞Ijoolle isaa kessa samaran [bu'aan] hin jirtu.
⏩Namni salaata Ishaa'i dhise
☞hirriba Rahaa qabuu hin argatu.
⏩Namni yeroo Azaana Muziqaa dhagefatuu
☞yeroo du'u Shahaada jechuu hin danda'u jedhan Nabiyyin Rahmataa S🥰A🥰W
#As Wr Wb Rabbiin Istiqaamaa Salaata irratti nuuf haa kennu!🤲
4 298
Guyyaa Juma'aa kalaandariin cufaa ta'uu qaba Ustaaz Ahmedin Jebel
Itoophiyaatti guyyaan juma'aa guyyaa boqonnaa akka ta'u; akkasuma salaanni juma'aa bu'uuraa fi qaama amantichaa keessaa tokko waan ta'eef, guyyaa kanatti dhaabbileen mootummaa fi manneen barnootaa akka cufamuu fi lakkoofsi Hijraa sirna kalaandarii biyyattii keessatti akka hammatamuuf Ustaaz Ahmedin Jebel waamicha dhiheessaniiru..
Isin Hoo Yaada Kana Irratti Akkam Jettan?
---- join Godhaa
4 298
Ergaman Rabbi nii ja'ee (saw)"mee waan Rabbin sababaa isiitin dilii namaa irraa haquu ammalee Jannata keessatti sadarkaa nama olii fudhuu irratti isiin qajeelchuu?" (Sahaabootaa gafatee)
Nii ja'aanin Ee yaa Ergaa Rabbi
"Wudu'aa godhachuudha Yeroo lubbuun hin feene ,garaa masgiida deemu hedduumeysudha ,salaata fardii tokko ergaa salaate bikkaa sanii teysee salaata biroo egachuudha,
Kunii lubbuu ofi karaa Rabbii keessatti hidhuudha"
.The Messenger of Allah (peace and blessings of Allah be upon him) said, "Shall I guide you to what Allah has erased from one's sins because of it and yet to take a higher rank in Paradise?" (He asked the Companions)
They said, 'Yes, O Messenger of Allah
"It is to make ablution When the soul does not want it ,it is to go to the mosque more often ,it is sit in the place of pray after praying one and wait for another prayer,
This is binding one's soul in the cause of Allah.
❤️❤️❤️اللهم صلي وسلم على نبينا محمد وعلى اله وصحبه اجمعين يارب العالمين ❤️
