cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

QOPHII BASHANANSIISOO

Bagaa nagaan garaa chanalii keenyaa dhuftan Wantoota karaa channel keenyaa argattan👇 👉 Oduu wayyitawwa 👉Qoosa 👉Assosama 👉tekinooloojjii Turtii gaarii waliin qabaanna 💚💚💚💚💚 ❤❤❤❤❤ 💚💚💚💚💚 Yadaa qabdaniif @shock3love nuu qunama

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
792
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Hammasini ko'rsatish...
DHANGAA MEDIA

SUBSCRIBE OUR YOUTUBE CHANNEL👇

https://www.youtube.com/@DHANGAAMEDIA

Akkasumas namonni wantota nama boharsan kaneen akka 👉 Walaloo 👉 Qoosaa fi kkf Warren qabdan karaa @shock3love naa dubbisuun addmin isiinifan keena jechuudha @qophii5badhanansiisoo
Hammasini ko'rsatish...
Akkuma maqaa keenyaa kunoo waantotaa hedduu isiin boharsan qabanne dhiihacha jira isiin boharuu yoo feetan nuu hordofuu Fi nuu gorsuu qofti gahadhaa 🙏🙏🙏🙏
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Barattoonni qabxii darbiinsa isaanii karaa toora interneetii http://oromia.ministry.et/#/home jedhuun ilaallachuu ni danda'u"-Biiroo Barnoota Oromiyaa Biiroon Barnootaa Oromiyaa firii qormaata #kutaa_8ffaa bara 2014 guyyaa har'aa irraa jalqabee karaa toora interneetiin ilaalu ni danda'u jedhame @Ethio5media @Ethio5media
Hammasini ko'rsatish...
🌏 Gorsa Xiin-sammuu ofitti amanamummaa guddaa qabaachuuf:- √ Sodaa tokko Fudhadhu. Yeroo baay’ee sodaan hundee ofitti amanamummaa dhabuu irraa kan maddedha. √ Kufaatii Hiriyaa. √ Shakkii Kee Shakkii. √ Cimina, Dandeettii, fi Bu'aa Ba'ii Keessan Mirkaneessi. √ Ofitti amanamummaa qaama godhachuu. √ Muuziqaa Aangoomsu dhaggeeffadhaa. √ Kaayyoo Qabatamaa Kaa'uu fi Tarkaanfii Fudhachuun Galma Ga'uu @ethio5media @ethio5media @ethio5media @ethio5media
Hammasini ko'rsatish...
Jireenya kee keessatti Yeeroo hundumaa sammuu moo'ataa qabaadhu. Namoonni moo'ichaa namoota mul'ata qaban qofaa miti, raawwii mul'ata isaaniif kan isaan deeggaru sammuu moo'ataas qabu! Sammuu moo'ichaa qabaachuu yoo baatte, mul'ata kee fiixaan baafachuu hin dandeessu. Akka nama sheekkoo haasa'uutti mul'ata kee namootaaf seenessaa hafta malee, Tarkaanfii barbaachisu fudhattee galmaan ga'achuu hin dandeessu. Hubadhu: sammuu moo'amaadhaan hojii moo'ichaa hojjechuu hin dandeessu. Dirree dorgommii kamuu seenuun mo'achuuf yaaluun gowwumaadha. Mo'achuu fi moo'amuun sammuu kee keessa jiru. Murteessaan filannoo keeti. Lachuu keessaa tokko filatta; akka filatte taatas. Namoonni hedduun mul'ata gurguddaa qabu, sammuu moo'ichaa garuu hin qaban. Rakkoo xiqqoof mo'amu. Waan amanuu qaban dhiisanii waan amanuu hin qabne amanu. Bu'aan isaahoo? Kufaatii guddaadha. Maddi Kitaaba Eebbisaa Baayisaa Daandii moo'atootaa jedhu irraa. @ethio5media @ethio5media
Hammasini ko'rsatish...
🎊Bootii Baankii #Hojii_gamtaa_oromiyaa fayyadamuun yeroo galmooftan badhaasa qarshii 1000 ni argattu! 🎁 Dabalataan nama tokko yemmuu affeertan kafaltii qarshii 50 argattu! Liinkin affeerraa kesssani ⬇️ https://t.me/Cooperative_bank_of_Oromia_bot?start=r0787913335 🎊 #የኦሮሚያ_ህብረት_ስራ_ባንክ ቦትን ተጠቅመው ሲመዘገቡ የ 1,000 ብር ስጦታ በተጨማሪም 1 ሰዉ ወደ ቦቱ ሲጋብዙ የ 50 ብር ክፍያ ያግኙ🎁 ይህ ማለት 30 ሰዎችን ወደ ቦቱ ሲጋብዙ 2500 ብር አካውንትዎ ላይ ገቢ ይደረጋል ማለት ነው! የመጋበዣ ሊንክዎ ⬇️ https://t.me/Cooperative_bank_of_Oromia_bot?start=r0787913335 Cooperative_bank_of_Oromia
Hammasini ko'rsatish...
Sirni Barnootaa Bara 2015tti hojirra oolu akkaataa gurmaa'insa haaraan 6+2+4 ta' uusaa Biroon Barnootaa Oromiyaa beeksise Sirni Barnootaa haaraan bara 2015 jalqabamu Barnoota Sadarkaa Tokkoffaan duraa umrii 5fi6 keessatti waggaa lamaaf eraga barataniin booda kutaa 1ffaa- 6ffaa Sadarkaa 1ffaa kutaa 7ffaa - 8ffaa Jiddu galeessa jedhameera. Gosni barnootaa kutaalee kanniin keessatti kennaman kan Kutaa 1ffaa- 6ffaa Barnoota Afaan tokkoffaa, Barnoota Afaan Ingilizii, Barnoota Afaan Lammaffaa (kutaa 5ffaa-6ffaa), Barnootaa Saayinsii, Barnoota Herregaa, Barnoota Gadaa, Ogartiiwwan,Jabeenya Qaamaafi Fayyaafi Barnoota Safuuti jedhame. Kutaa 7ffaafi 8ffaa keessatti gosoonni barumsi kennaman ammo Barnoota Afaan tokkoffaa; Barnoota Afaan Ingilizii, Barnoota Afaan Lammaffaa, Barnoota Herregaa, Barnoota Saayinsii Waligala, Barnoota Hawaasaa, Barnootaa Gadaa,Barnoota Ogartiiwwanii, Barnoota Jabeenya Qaamaafi Fayyaa, Barnoota Lammummaafi Barnoota -IT" sirna Barnoota haaraan aka kennamu ragaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa argame ni muldhisa. Haaluma kanaan Sirna Barnootaa haaraa keessatti kutaa 6ffaa fi kutaa 8ffaa irratti aka Naannootti qorumsi kennamuun barattootni qorumsa aka Naannootti dabran aka baratan kan qophaa’eedha . Kara biraatiin bara 2015 Sirni Barnootaa hojiirra oolan Kutaa 1ffaa, 3ffaa, 5ffaa, 7ffaa fi 8ffaa yoo ta'an, kutaa 2ffaa, 4ffaafi 6ffaan bara barnootaa 2016 hojiirra aka oolu kanaan dura himamuus Biirichi eereera. Kutaa 9ffaa hang 12ffaa kanneen jiraniif ammo bara 2016 eegalee hojiirra oolchuuf qorannaa gaggeeffamaa jira jedhameera. @ethio5media @ethio5media
Hammasini ko'rsatish...
Waan ati raawwachuuf dachee kanarratti dhalatte namni biraa taasisuuf dhalate hin jiru. Tokkoon tokkoo raawwii ati taasistu kanas kan taasisu namni biraa taasisuuf uumame hin jiraatu. Kufaatii ati kuftu namni kamuu kan kufu hin jiraatu. Milkaa'ina kee kan namni biraa ittiin milkaa'u hin jiraatu. Rakkinni siin furamu namni biraa rakkina sana furu hin jiraatu. Dubbii ati dubbattu namni biraa akka dubbattuuf uumame hin jiru. Si qofaaf, si qofaan taatewwan ati itti ramadamtee akka taasistuuf dhalattetti tokkoon tokkoo balbala taatewwanii ni saaqamu. Eeyyeen, ati nama tokko waan ati qofti raawwachuuf dachee kanarratti dhalatte dha.
Hammasini ko'rsatish...
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.