OBN Oromia Broadcasting Network
1 893
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar
- Kanalning o'sishi
- Post qamrovi
- ER - jalb qilish nisbati
Ma'lumot yuklanmoqda...
Obunachilar o'sish tezligi
Ma'lumot yuklanmoqda...
Repost from My Life 🤍❤️🖤
Imala Jaalalaa maaltu jibba Group Imala kana Join Add member godha mee yeroo tokko hundi keenya join Add member ha goonu.
👇
https://t.me/ImalaJaalalaa
https://t.me/ImalaJaalalaa
https://t.me/ImalaJaalalaa
Imala Jaalalaa 💘
Nu Qunnamuu Yoo barbaadan Kara bot armaan gadii kanaan nu dubisaa Hiryoota keessan Group kana irratti #AddMembar godhaa badhaafamaa Nama 100 Yoo add gootan Kaardii mobile birrii 15 hanga 100 tti badhaafamtu. #Inbox 👇
https://t.me/Eeruu_botImala Jaalalaa maaltu jibba Group Imala kana Join Add member godha mee yeroo tokko hundi keenya join Add member ha goonu.
👇
https://t.me/ImalaJaalalaa
https://t.me/ImalaJaalalaa
https://t.me/ImalaJaalalaa
Imala Jaalalaa 💘
Nu Qunnamuu Yoo barbaadan Kara bot armaan gadii kanaan nu dubisaa Hiryoota keessan Group kana irratti #AddMembar godhaa badhaafamaa Nama 100 Yoo add gootan Kaardii mobile birrii 15 hanga 100 tti badhaafamtu. #Inbox 👇
https://t.me/Eeruu_botRepost from My Life 🤍❤️🖤
Photo unavailableShow in Telegram
ESP Robera Danyachoo ITT/A POLISII GODIINA JIMMAA OSOO TA'ANII JIRANUU NAMA ajajnni itti bahee seeraan barbaada maajiru AHMAD MIZBAA kan jedhamu yakka kontorbaadii, caasaa mootummaa keessa seenuun Mootummaa fI Paartii akkasumas Shofeera patroolii Polisii waliin ta'uun Saamicha Ummataa fi Mootummaa irratti Geggeesuun kan barbaadamaar jiru.Gaafa Guyyaa 30/4/2015 Sokorruudhaa gara Magaalaa Jimmaatti waamuun of bira bulchee Gaafa Guyyaa 01/5/2015 gara Finffinneeti erguun akka Miliqu Godheera Kanaaf Jalqaba Polisii kana mootummaan Gantuufi Hattuu akkanaa irratti akka Olaantummaa Seeraa Agarsiisu Gaafanna!
Shere Godhaa
👇
https://t.me/SamiiraaAbbaaBiyyaaAbbaaJoobir
https://t.me/SamiiraaAbbaaBiyyaaAbbaaJoobir/1843

Repost from Sokorru Media
Kabajamtoota daawatoota maatii Media keenyaa hundi keeysaan olaantummaa seeraa Aanaa Sokorru irratti kabachiisuu irratti nubira dhaabbadha odeeffannoo dhimma kontorbaandii Sokorru tiin wolqabatu hunda eeruu nuuf laadhaa
link kanaan
Inbox keenya.
👇
@Eeruu_bot
T.me/Eeruu_bot
Repost from Sokorru Media
#INBOX
📩📩📩
nama Naaf galuudide jedhee fb anate barree ssaaru haasaa sobaa olola ijoollee Abdii borii kan biyyi kun qabdi jedhaman Kanneen akka YAYA A/ZINAAB FI Abdurramaan nagaash kan barreesite dafii sirreessi namoonni isin bira qaqabe lik godhaa nama jimaa nuubituu dhiise akka yakkaati ilaaluun fafa namni kun dhalataa sokorruu hojetaa mootummaa komataadha kan ta'e hiryyaa ijoollee kanaati waan irraa barbaadu waan dhabeef waan hin fakkaane jechuun dargaggoo guddatan doomsuu yaaluun daboo warra faahidaa hin malle barbaadanii dhaban Aanaa keenya jeqaaru Nura dhaabadhaa yoo diddan Maqaakeessanin maxxanssa!
RakkoBulchiinsa
#GaariiAanaaSokorruu
Daldalli seeraan alaa qaala,iinsa jiruutiif sababa isa tokkoffaadha yeroo kanatti kontorbaandiin akka seera qabeessaati Sokorru keeysaa tti Hotamaa jiraachuu isaatiif sababni guddaan obbo Naziif itti gaafatamaa paartii badhaadhinaa ta,uu isaa maddeen keenya nuuf addeesseera. Suuraaleen media Haawaasaa irraa arganne ragaadha
Dhimma kana qaamni dhimi kun ilaalu yeroo dhihooti akka hawaasaafi deebii kennu ergaa keenya dabarfanna
Obbo Naziif fi Ahmad mizbaa Too, annoo seeraa jala ooluu qabu olaantummaan seeraasa mirkanaahuu qaba.
Shere Godhaa
https://t.me/OBN_OromiaBroadcastingNetwork
Inbox
AHIMAD MUZBAA Daldaalaa kontorbaandi kanta'e Itti Gaafatamaa Badhaadhinaa Aanaa sokorruu obbo NAZIIF ABBAA TAMAAM WaLiin ta'uu buna kontorbaandii qabame dhukaasa bananii akka lakkifamu yoota'u namni Saahib A/Jabal jidhamu itti aanaa bulchaa bunikun likifamuu hin qabu jechuun kan falaature yeroo ammaa mana hidhaa sokorruutti argama Namni Ahmad mizbaa jedhamu kun an naman qaba abbaa taahitaa gurgurddoo waliinan jira jechuun dargaggoo yakka adda addaa irratti bobbaasaa yeroo ammaa magaalaa keessa taa'ee jimaa qaama olaantummaan seeraa akka kabajamu qaamnni dhimikun ilaalatu nama kana akka seeratti dhihatu
https://t.me/OBN_OromiaBroadcastingNetwork
Oduu Simbirtu
Nov22/at7/02
Godina Jimmaa Aanaa Sokorru tti daldalli seeraan alaa hammaatee jira daldaan bunaa seeraan alaa fe,e tokko too,annoo poolisii jalaa dhukaasa banuun harkaa bahee jira hara,u malee yeroo hammaa sodaa tokko male magaalaa Sokorru keeysaa jiraataa jira safuu seeraati kun namni kun Ahmad musxafaa Jedhama
Repost from Suleyiman Awal
Photo unavailableShow in Telegram
As wr wb
Iyyaafanoo obboleesi keenya suuraa isaa argitanu kun Xaahir Abbaa gissaa jedhama hojiidhaafa biyya dhaloota isaa godina Jimmaa Aanaa Oomoo Naaddaa irraa gara biyya yamanii deemee ture dalagaas galee utuu dalagatuu gidduun sagaleen isaa badee hadha Woggaa tokkoo ol'ta,ee jira bilbilaanis ta ee qaamaan achi buuteen isaa dhabame jira sababii dhabamuu isaa irraan Kan Ka,e haati isaa dulloomtuun baayyee dhukubsataa jiru haadhaaf ijoollee isaatiif jedhaatii Iyyaafanoo kana shere godhaa biraan naaf gahaa Namni Bakka inni jiru beektan Kara lakkoofsa Bilbilaa
0942733663
+251948720962
kanaan nuuf iyya,aa Jedhu maatiin isaa 👇 asiinis nu Qunnamuu
T.me/Suleyiman_Awal