cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Kadijaa binti Aliyii

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
1 395
Obunachilar
+124 soatlar
+167 kunlar
+8130 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

1/Nabi aadam عليه السلام Qur'aana keessatti bakka (25) dubbatame 2/Nabi nuuh عليه السلام Qur'aana keessatti bakka (43)dubbatame 3/Nabi Ibrahim عليه السلام Qur'aana keessatti bakka (69) dubbatame 4/Nabi muusaan عليه السلام Qur'aana keessatti bakka (136) dubbatame 5/Nabi yuusuf عليه السلام Qur'aana keessatti bakka (27)dubbatame 6/Nabi luux عليه السلام Qur'aana keessatti bakka (27)dubbatame 7/Nabi isaan عليه السلام Qur'aana keessatti bakka (25) dubbatame 8/Nabi haaruun عليه السلام Qur'aana keessatti bakka  (20) dubbatame 9/Nabi ishaaq عليه السلام Qur'aana keessatti bakka (17) dubbatame 10/Nabi suleeymaan عليه السلام Qur'aana keessatti bakka (17) dubbatame 11/Nabi daawud عليه السلام Qur'aana keessatti bakka (16) dubbatame 12/Nabi ismaa'iil عليه السلام Qur'aana keessatti bakka (12) 13/Nabi shu'eeybi عليه السلام Qur'aana keessatti bakka (11) dubbatame  14/Nabi Yahyaan عليه السلام Qur'aana keessatti bakka (5) dubbatame 15/Nabi ayyuub عليه السلام Qur'aana keessatti bakka ( 4)dubbatame 16/Nabi saalih عليه السلام Qur'aana keessatti bakka (9)dubbatame 17/Nabi zakariyyaan عليه السلام Qur'aana keessatti bakka (7) dubbatame 18/Nabi yuunus عليه السلام Qur'aana keessatti bakka (4)dubbatame 18/Nabi Muhammad S A W  Qur'aana keessatti bakka (4)dubbatame 19/Nabi idriis عليه السلام Qur'aana keessatti bakka (2)dubbatame SHER GODHAA WALIIF IRRAA FAYYADAMAA https://t.me/Binti_Islama
Hammasini ko'rsatish...

👍 27
Photo unavailableShow in Telegram
Yaa Salaam bareedina Carraa Ummu Salamaa😍🌹 قالت أم سلمة لأبي سلمة : رضي الله عنهما "Ummu Salamaan Akkas jetti Abbaa salamaatiin Rabbiin lameen isaaniirraa Haa jaallatuu تعال أعاهدك وتعاهدني ألا تزوج بعدي ، ولا أتزوج بعدك . "Koottuu waadaa naaf gali waadaan siif galaa akka na booda hin fuune anis si booda hin heerumuu.! قال : أتطيعينني ؟ قالت : نعم . "Innis na dhageessaa naaf (ajajamtaa) jedheen? Isheenis Eeyyeen jetteen. قال : إذا مت تزوجي . اللهم ارزق أم سلمة بعدي رجلا خيرا مني ، لا يحزنها ولا يؤذيها ، فلما مات ابو سلمة تزوجها النبي صلى الله عليه وسلم "Yoo ani du'e Heerumi jedheen "Yaa Rabbi ummu salamaaf gurbaa na caalu kenniif kan ishee hin gaddisiifne kan ishee hin Rakkifne" Yeroo Abu salamaan du'ee booda Ergamaa Rabbiituﷺ: ishee fuudhe😍 📗أخرجه الإمام الذهبي في سير اعلام النبلاء ٢/٢٠٣)
Hammasini ko'rsatish...
👍 13
As wr wb waroni baranootaa barachu Barbadian lakk asi gadhi kanani nuqunama baranootaa barachuu Barbadian kamuu argachuu dadesuuu   Baranooni kaan baratamuu zoom iraa ♤♡ +96556695260 +966597691844 +251 96 019 9217 +971562864665 https://chat.whatsapp.com/EfDUj41NRX7FyV3qaHxrsl
Hammasini ko'rsatish...
G/Gaalmee harayaa

WhatsApp Group Invite

👍 13👎 1
05:40
Video unavailableShow in Telegram
7.95 MB
GMT20230516-182649_Recording.m4a
Hammasini ko'rsatish...
GMT20230516-182649_Recording.m4a9.27 MB
Audio from سبحان الله
Hammasini ko'rsatish...
8.49 KB
GMT20230509-172444_Recording (3).m4a
Hammasini ko'rsatish...
GMT20230509-172444_Recording (3) (1).m4a16.25 MB
GMT20230509-172444_Recording (1).m4a
Hammasini ko'rsatish...
GMT20230509-172444_Recording (1).m4a16.25 MB
GMT20230510-182146_Recording.m4a
Hammasini ko'rsatish...
GMT20230510-182146_Recording.m4a4.86 MB
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.