cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Xurree

~walaloo jaalalaa ~beekumsa walii galaa ~Asoosama gabaabaa ~mammaksa fi hiibboo argachuu dandessuu. Yaadaa ,qeeqaa ,jajjabinaa fi Sirreeffama qabdaniif karaa . @wabiibot nu qunnamaa ! Share and join Our channels

Ko'proq ko'rsatish
Finlandiya1 710Til belgilanmaganToif belgilanmagan
Reklama postlari
738
Obunachilar
-124 soatlar
-47 kunlar
-2230 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Photo unavailableShow in Telegram
Baga jala bultii ayyaana Irreechaan isin gahe Oromoo.Ayyaanni Irreechaa faajjii tokkummaati.Irreechi nageenya.Irreechi irree dha.Irreechi jaalala.Irreechi tokkummaa dha.Irreechi duudhaaf safuu Oromoo ganamaati.Irreechi sirna.Irreechi galateeffannaa Waaqati. AYYAANA GAARII BARA 6417 AKKA DHAHA OROMOOTTI !!
Hammasini ko'rsatish...
👍 2
Nagaan koo si haa gahu 🙏 Kitaabni koo 4ffaan qabiyyee xiin_dinagdee (saayinsii dinagdee tiin dabaalamee) qophaa'e amma maxxansi isaa xumuramee waan jiruuf beeksisa isaarratti akka na tumsitun si gaafadha🤲 Yeroo dhiyootti eebbifamee hawaasa ni qaqqaba. Share gochuun miidiyaa hawaasaa gubbaatti maxxansaan tumsaa.Barreessitoota keenya jajjabeessuun egeree seenaa saba kanaatti dallaa ijaarudha. @Xurreen
Hammasini ko'rsatish...
AMALOOTA Dadhaboo KUDHAN kan Milkaa'ina Nama Hanqisan | @Oromoo_inspire ▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂ (1) SODAA: Sodaan carraa lafa jirutti akka hin fayyadamne si dhoorka. (2) WALLAALA: Wollaalli murtoo gaarii aka hin murteessine si godha. (3) AARII: Aariin wontoota sirritti madaaltee akka hin tarkaanfanne si danqa. (4) HINAAFFAA: Hinaaffaan of guddisuu irratti akka hin xiyyeeffanne si dhoorka. (5) OF-TUULUMMAA: Namoota biroo irraa akka hin baranne si dhoorka. (6) SHAKKII: Shakkiin of amanuu fi abjuu kee milkeessuuf bu'aa ba'ii jiru akka hin uggine si godha. (7) JIBBA: Jibbi nama fooyya'aa akka hin taane si godha. (8) DHIIFAMA GOCHUU: DHABUU: Nama bilisa taatee akka hin jiraanne si dhorka. (9) SOBA: Namoonni akka sitti hin amanne si godha. (10) BOONA: Boonuun dogoggora kee akka hin arginee fi irraa akka hin baranne si dhorka. “Barreessaa ta’uu yoo barbaadde, waan hunda caalaa waan lama hojjechuu qabda: baay’ee dubbisuu fi baay’ee barreessuu.” 👉🏾 Forward & Share godhaa hiriyyoota keessan biraan gaha...❤️ Itti fufa... 👍 Yeroo gaarii 🙌🔥 Share// 👉  @Oromoo_inspire Share gochuu hin dagatinaa!! #Unmute_our_channel🔕 @Oromoo_inspire @Xurreen
Hammasini ko'rsatish...
Baga Waaqni Uumaa bacaqii gannaa baasee booqa birraan isiin gahee ! * Qilxuu ta'i dagaagi *Coqorsa ta'i lafa uwwisi *Andoodee kormaa ta'i bonaa ganna lalisi *Dubbi kee gamni hin qabiin *Sanyii kee lafti hin qabiin *Ibidda tulluurraa ta'i, duubaa fuulduratti ifi *Hallayyaan siree, bolli didibbee siif haa ta'u *Kufani cabuu dubbatanii salphachuu si haa olchuu *Dinni si haa sodaatu *Lammiin si haa leellisuu Waaqni si haa eebbisuu Horaa bulaa alaa mana walii galaa Gadaan Quufaa Gabbina. Ayyaana gaarii qabaadhaa.
Hammasini ko'rsatish...
1
Baga Waaqni Uumaa bacaqii gannaa baasee booqa birraan sigahee ! * Qilxuu ta'i dagaagi *Coqorsa ta'i lafa uwwisi *Andoodee kormaa ta'i bonaa ganna lalisi *Dubbi kee gamni hin qabiin *Sanyii kee lafti hin qabiin *Ibidda tulluurraa ta'i, duubaa fuulduratti ifi *Hallayyaan siree, bolli didibbee siif haa ta'u *Kufani cabuu dubbatanii salphachuu si haa olchuu *Dinni si haa sodaatu *Lammiin si haa leellisuu Waaqni si haa eebbisuu Horaa bulaa alaa mana walii galaa Gadaan Quufaa Gabbina. Ayyaana gaarii
Hammasini ko'rsatish...
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻 🌻 Happy New Year! 🌻 🌻🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🌻 🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻 👏👏👏👏👏    👏👏👏👏👏👏 👏👏 👏👏   👏👏    👏👏    👏👏    👏👏    👏👏    👏👏👏👏👏👏 👏👏👏👏👏👏 👏👏👏👏 👏👏👏👏👏👏    👏👏 👏👏 👏👏 👏👏 👏👏 👏👏 👏👏 👏👏 👏👏 👏👏 👏👏 👏👏 👏👏👏👏👏👏    👏👏👏👏 👏👏   👏👏👏    👏👏 👏👏 👏👏   👏👏   👏👏   👏👏   👏👏   👏👏👏👏 👏👏👏👏 👏 👏👏👏👏    👏 👏👏 👏👏 👏👏    👏👏 👏👏 👏 👏👏   👏👏 👏👏👏   👏👏 👏👏 👏👏 👏👏   👏 👏👏👏👏👏 👏 👏👏👏👏👏 Share gochuu hin dagatinaa!! #Unmute_our_channel🔕 @Oromoo_inspire @Xurreen
Hammasini ko'rsatish...
👏 1
Repost from Guca Aartii
My All Time Top 10 Feature Films 1. In Time 2. Freedom Writer 3. Shaft 4. Dolemite is my Name 5. 1917 6. Escape from Pretoria 7. Tears Of The Sun 8. Blood Diamond 9. My Name is Khan 10. Pursuit of Happiness @Fiilmiin
Hammasini ko'rsatish...
Dhugaa ke kiisi ! Jaalaalli dhugaa beeki Badhaasa Rabbi guddaati Gatii tokko maleessaa Kan laatef nama hundaati Kanaaf nattin booniin Gatii jaalalaa hubadhuu Nagaa nuuf buusi mee Marii waloof dubbadhuu Eeyyee anis yaada koo Sassaabeen sif jiraadha Rakkoof gadadoo mara Dhagahu siif hirmaadha Gaafa rakkoon siwaama Makkoos homaan dhoksu Maaliif ana qofatti dhiistaa Kana caalaa akkam obsuu Lakki miidhama jaalalaa Keessummeessun nicima Ati kolfitee seeqaa jirtaaho Wantan itti jiruun siif himaa Heddun miidhamaa jiraam Halkanii guyyaa otoon jenne Araaraa jaalalaaf jedheellee Hin qabu lafan hin seennee Naaf araaraami lakkiisii Hundumaa yeroof dhiisii Ana ta'uu yoo dhabellee Jaalalaa dhugaake kiisi ! ✍...........Humnee @xurreel
Hammasini ko'rsatish...
Sin kiisa Na kiisi Siif dhiisa ,naaf dhiisi ! Lakkii mee itti dhiisii Jaalalaa hin xureessinu Sin kiisaa atillee nakiisii Mee walin hammeessinu Hiriyoonnii wal dhabuu Waliinillee ni araaramuu Irbuu Jaalalaa nyaannee Hin taanu lakki haraamu Wal dhageenya mariinii Kan darbee seenaa dha Karaaf imalli waliin qabnu Kana booda dheera dha Guyyumaan lolan godhin Buusuf yaali nageenyaa Jaalala waliin faarsinaa Ofirraa dhiisi hammeenya Yeroo jaalalaa bareedaa Waliin dabarsinee qabna Yaadan wal bira darbinee Hardha maaf wal dhabna Dhiisi mee anillee dhiisaa Nagaas buusna jaalalaa Nakiisii anillee sinkiisaa Hiree koo haadha malaa ! ✍...........Humnee
Hammasini ko'rsatish...
Dhugaa ke kiisi ! Jaalaalli dhugaa beeki Badhaasa Rabbi guddaati Gatii tokko maleessaa Kan laatef nama hundaati Kanaaf nattin booniin Gatii jaalalaa hubadhuu Nagaa nuuf buusi mee Marii waloof dubbadhuu Eeyyee anis yaada koo Sassaabeen sif jiraadha Rakkoof gadadoo mara Dhagahu siif hirmaadha Gaafa rakkoon siwaama Makkoos homaan dhoksu Maaliif ana qofatti dhiistaa Kana caalaa akkam obsuu Lakki miidhama jaalalaa Keessummeessun nicima Ati kolfitee seeqaa jirtaaho Wantan itti jiruun siif himaa Heddun miidhamaa jiraam Halkanii guyyaa otoon jenne Araaraa jaalalaaf jedheellee Hin qabu lafan hin seennee Naaf araaraami lakkiisii Hundumaa yeroof dhiisii Ana ta'uu yoo dhabellee Jaalalaa dhugaake kiisi ! ✍...........Humnee
Hammasini ko'rsatish...