cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Aanolee times

Join me

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
902
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
-127 kunlar
-5930 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Jirtu
Hammasini ko'rsatish...
#AMMEE #SHAWAA_ROOBIT  To'atame Hidhamaan Yaasamaa Jira! 💪
Hammasini ko'rsatish...
Walalaan 'oromoo irratt cubbuutu hojjatamaaraa' jedha. Yaadni kun dogoggora. Oromoon gaafni cubbuu hojjachuu jalqabe, gaafa ajjeefamaa waraannamaa ofirratt ilaalee dha.
Hammasini ko'rsatish...
00:32
Video unavailableShow in Telegram
Nefteng wages war on oromoo.
Hammasini ko'rsatish...
2.03 MB
ከኦሮሞ የትግል ስልት ዉስጥ እጅግ በጣም የሚያበሳጨስኝ አጉል የዋህ የመሆን ዝንባሌ መኖሩ ነው። ምክንያቱም ከዚህ በፊት እንደ በግ አስተኝቶ ሲያርደን ለነበረ ስርዓት ሀገር እንዳትፈርስ በሚል አላስፈላጊ ይቅር ማለትን አልን። ቀጠለና ከዛው የአራጁን ጡት ጠብቶ ያደገዉን እንደውም ከወያኔ በላይ ለኦሮሞ ህዝብ የደም ጥላቻ ያለውን አብይን አይናችን እያየ ስልጣን ያዘ። አብዮትም ስልጣን በያዘ ማግስት እጅግ ዘግናኝ ንቀቱን ታግሎ የስልጣን ባለቤት ያደረገውን ህዝብ ላይ ሊያሳይ ቻለ። እንዲህም አለ ==> ኦሮሞ ኦሮሞ አትበሉ ==> የኦሮሞ ብሄርተኝነት ነው ትልቁን ኦሮሞ ትንሽ ያደረገው ==> በኢትዮጵያ ደረጃ ለመታወቅ በአማርኛ ዝፈኑ ==> ሚኒሊክ ባለዉለታችን ነው። ==> ሀይለስላሴ የሀበሻ ምድር ንጉስ ነው ይሄ ሰውዬ የኦሮም ህዝብን ከመናቁ የተነሳ ሁሉንም ነገር በድፍረት ያለ ህጋዊ ሽፋን እየፈፀመ ነው። #አብይ_ይገላል #አብይ_ያስራል #አብይ_ይደፍራል #አብይ_ያሰቃያል #አብይ_ይሰልባል የኦሮሞ ልጆች ደም ደመከልብ ሆኖ እያለ የኦሮሞ ህዝብ ከሰማይ መና እንደሚወርድለት ነገር አንጋጦ ሰማይ ሰማዩን ማየት ትቶ የተቀናጀ ህዝባዊ ትግል ሊያደርግ ይገባል። የኦሮሞ ህዝብ ሺዎችን ገብሮ ሀገሩን ነፃ ማውጣት ቢችልም የአፄ ሀይለስላሴ ራዕይ አስቀጣይ ለሆነው እርጉም ይሁዳ ስልጣኑን ሰጥቶ በራሱ እጅ የልጆቹን ደመ እያፈሰ ይገኛል። አብይ በምርጫ ለመጣል ከመሞከር ከታች ያለውን አመራር ከነምናምኑ መንግሎ ከቀበሌ እንከ ወረዳ ከዛም እስከ ዞን ያሉትን እኩይ ወሮበላ ካቢኔዎችን የእሳት እራት ማድረግ የመጨረሻው አማራጭ ነው። ከምርጫ በፊት ሃጫሉ ሳይገደል: ኮሮና ሳይገባ የተፃፈ ጥር 2012 Har'a WB0 Qabna🙌
Hammasini ko'rsatish...
Humni PP TATA Hedduun gara Kibba Oromiyyaatti duultee jirti ammaa adoolaarra gara waadaraa deemuutti jirtii hordofaa...
Hammasini ko'rsatish...
#Godinni_Arsii hin jirus_jiraatullee_ hin qabu. Godinni Arsii lixaa Arsii baha fi baale jedhamun waamamu kun kiyyoo/naqattoo diiinnii keenya oromoo addaan fageessuuf nura keetee. Diiinnii naqattoo kanaan nu dhawattee, oromoo addaan fageessuurratt milkoofteett. Oromoon Arsii gosa Oromoo godinaalee Afuriif (Arsii lixaa, Arsii bahaa, Baalee lixaa fi baale baha), aanaa muraasaan shawaa bahaa keessaa uummata le'uudha. Uummatni Oromoon Arsii oromummaa irratt qoosa hin beekneef uummata gootummaa qabuudha. Hara burjaajessitun itti baayyaattee malee. Oromoon Arsii lafa isaa maqaa ittiin waamu qaba. Baale, laajjoo, gadabi laangannoo, Albaso, Diida'aa fi kkf jedhee yaamata. Malee maqaan harra diiinnii ittiin Oromoo Arsii yaamtu kan fedhii oromootiin kaayamee mit naqattoo diinaat. Diinni maqaa kana kan seeromfatteef sababa lamaaf. 1ffaan Oromoo diiguuf 2ffaa gadi buutee ammo jaalala fakkeessitee Arsii addaan diiguuf. Silaa ka seera ta'uu qabu 1ffaan uummata mariisisuu, 2faa, maqaalee jiran fayyadamuu dha. Diina shirri isaa hin beekkamneen, waan Oromoo yaadan nutt faakkaatee ittiin boollaa seenuu hin qabnu. Xiqqaate xiqqaate osoo kan Oromoo yaadan taaee, godina Arsii baalee ykin kan bahaa, godina Arsii Diida'aa fi godina Arsii laangannoo/gadabi jedhanii waamu ture. Ykn kan Arsii jedhu biraa hambisanii Baalee, Diida'aa fi laangannoo/gadabi jedhamu qaba ture. Waamicha maggaasaalee dinaatiif bikkamtii kennuu hin qabnu. Kan keenyumaan yaamuu qabna. Dhibee kana jalaa Godinni bilisa ta'ee baayyeen hin jiru. Oromoon lafa shawaa jedhamu hin qabu. Wallaggis kan hiramee fedhii oromootiin mit. Kiyyoo dha ilaalaa sirreessaa. Galatoomaa.
Hammasini ko'rsatish...
Lolli oromiyaa keessaatt jalqabameera. Kaameraan warabuun upload gochuuf qophayaa.
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Walloo Kamiseeti  Akka wallaggatti Nama Harka Qullaa Fixuun hin jiru @qbozoniilixaa
Hammasini ko'rsatish...
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.