cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Sheger Funny

Odeeffannoo qabatamaa Fi dhugaa tahe isin biraan geenya nu hordofa Shegger1 Yaadaa fi qeeqa ykn odeeffannoo naannoo keessanii nuun gahuu yoo feetan Inbox me @Anne_Ar

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganTil belgilanmaganToif belgilanmagan
Reklama postlari
3 819
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Repost from freedom
Photo unavailableShow in Telegram
አሁን ጃዋር ኦሮሚያን ከቀውስ ለማውጣት በማለት 3 ነጥቦችን አንስቷል ! እንደኔ እምነት ከ 3ቱ ነጥቦች አሁን በአስቸኳይ እልባት የሚያስፈልገው 2ቁጥር ነው። ባሰቸኳይ አማራ ፋኖ ከ ኦሮሚያ መጠረግ አለበት። የተቀሩት ቀስ ብሎ በሂደት ይታሰብበታል @my_oromia
Hammasini ko'rsatish...
Repost from Zake Tube ❤️
Photo unavailableShow in Telegram
Kun kasalatu gubachaa jira sitti hin fakkaatin dhala namaati. Saba koo lammii koo kan akkas si gochaa jiru isa haadhaaf abbaa isaa hin beekneedha isa maalummaa namaa hin beekneedhaa yaa waaqa koo hin argitaa lammiin koo dhumaa jiru kun si malee hin qabuu ati dirmadhuuf.maaloo waaqa koo sabni kun maaluma godhee. t.me/zaketube
Hammasini ko'rsatish...
"ጃዋር ይሻላል" "ጃል መሮ ይሻላል" "ኦነግ ነው የሚሻለው" "ኦፌኮ ነው የሚሻለው" እያሉ አንድ ሰሞን ከውስጣችን ያሉ ሊከፋፍሉን ሞከሩ። ዛሬ በ ኢሊሌ ሆቴል የኦነግ እና የኦፌኮ ከፍተኛ አመራሮች በጋራ በመሆን ትክክለኛውን እና ትልቁን ህዝብ የሚመጥነውን ኦሮሙማ በተግባር አሳዩን። መቼም ከፋፋይ በዚህ ሰዓት አይኑ ቀልቷል። አቤት ስናስቀና እንደዚህ ስሆን ❤️ @my_oromia
Hammasini ko'rsatish...
Walumaa galatti mootummaan aangoo qabatee jiru dirqama nagaa ummataa eegsisuu bahachuu dadhabuu bira dabree humnoota isaatii fi humnoota isaan deeggaraman waliin taúun  dirooni fii xiyyaara waraanaa fayyadamee ajjeechaa ummata nagaa irratti bobbaée jira. Ajjeechawwan fi dararaan ummata Oromoo irra gahaa jiru akka ukkamfamee hafus haal qindaaween odeeffannoon akka hinbane godhamaa jira. Kun immoo yakka dhala namaa irratti raawwateefi seera adduynaatis kan cabseedha. Kana waan taéef : 1/Ummanni addunyaa dararaa daangaa dabre ummata Oromoo irratti mootummaa biyya bulchaa jira ofiin jedhuun gahaa jiru akka beeku; 2/Miidiyaaleen addunyaa fi jaarmiyaaleen mirga dhala namoomaa dhimma kanaaf xiyyeeffannaa akka kennan gaafanna. 3/Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii keessumattuu Gumiin Nageenya Addunyaa dhimma kana irratti attattamaan akka mariátee qaamolee bilisa taániin ajjeechawwan kunneen akka qoratamanii humnoonni sarbaama mirga dhala namaa kana irratti hirmaatan akka seeraan gaafataman kallattii akka kaayan gaafanna. 4/Jaarmiyaaleen siiviilii biyya keessaafi alaa, kan mirga dhala namaa fi miidiyaaleen Oromoo gochaa gara jabinaa kana saaxiluun ummata isaanitiif akka sagalee taán gaafanna. 5/Ummani Oromoo balaa irratti aggamame kana hubatee qabsoo mirga ofii kabachiisuu jaarmiyalee isaa cinaa hiriiree akka itti fufu waamicha dhiyeessina. 6/Jarmiyaaleen wal waraanaa jiran hundumtuu waraanaafi walitti bu’iinsa ummata miidhuu kanarraa of-qusachuun waltajjii mariifi araaratti akka deebi’aan waamicha goona. Koongirasii Federaalawaa Oromoo (KFO) Finfinnee: Onkoloolessa 14, 2015 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡MIIDIYAA📡
Hammasini ko'rsatish...
Naannoo Oromiyaa Keessatti Ajjeechaan  Lammilee  Nagaa Irratti Raawwatama Jiru Gama Hundanuu Hattatamaan Dhaabbachu Qaba! * Ajjeechaa  Naannoo Oromiyaa Keessatti Geggeeffama Jiru Ilaalchisee Ibsa Ejjannoo Paartii Koongirasii Federaalawaa Oromoo (KFO) Irraa Kenname ===== Biyya Itoophiyaa keessatti jijjiramni qabsoo ummataatin sirna mootummaa abbaa irree  ADWUI ofirraa kuffisuuf geggeefame butamee cehumsi gara diimookirasii godhamu erga fashala’ee asi waldhabdeen siyaasaa walwaraansa lubbuu namoota nagaa kumaatamaan galaafate erga dhalatee bubbulee jira. KFOn akka jaarmiya siyaasatti rakkoon siyaasaa afaan qawweetiin geggeefamu dhaabbatee gara siyaasa barcumaatti akka deebiú waltajjii argate hundatti  yaamicha dhiyeessa turee nihubatama. Haa taú malee, walwaraansi Naannoo Oromiyaa keessatti geggeefamaa jiru daran hammaatee ummanni Oromoo xiyyaara waraanaa fi dirooniin qeéen isaa gubataa, ilmaan isaa gara jabinaan boombii fi rasaasan waxalamaa jiru. Humni aangoo mootummaa qabatee biyyaan bulchaa jedhaa jiru rakkoo siyaasaa furachuu dhabuu isaatiin, naan furadha yoo jedhe ammoo qawwee qofaan jechuun, humnoonni isaa namoota nagaa irratti tarkaanfii gara jabinaa fudhachaa ajjeesaa, manaa fi midhaan irratti gubaa kaan buqqisaa jiru. Kana biras darbee maqaa tarkaanfii farra riphee loltuu jedhuun Humnoota Fiinxaaleyyii Naannoo Amaaraa Faannoo jedhame beekamu dabalatee humnoonni adda addaa Naannoo Oromiyaa fi Naannoo Oromiyaan ala ijaaramanii mootummaanifi deeggaraman kan baayátan yoo taú; humnoonni kunis  ajjeechaa namoota nagaa irratti baldhinaan bobbafamanii jiru. Akkuma walii galatti miidhaan kallattii baayyeedhaan ummata Oromoo irraa gahaa akka jiru hubanneerra. Dhiheenya kana Naannoo Oromiyaa eddoowwan garaa garaa keessatti haleellaan lammilee nagaa irratti kallattiin humnoota mootummaa fi fiinxaaleyyii Amaaraa Faannoo dabalatee  geggeefamaa jiru hammaatee jira. Bultiiwwan 14  Jiá Onkoloolessa keessa qofa waliigalatti namoonni nagaa lakkoofsaan 120 ol  garaa jabinaan ajjeefamaniiru. Onkoloolessa 5, 2015  Godina wallaggaa Bahaa Aaanaa Kiiramuutti humnoota fiinxaaleyyii Amaaraa Fannoo jedhaman kan mootumman deeggaraman Oromoota nagaa 30 kan ajjeesan yoo taú haaluma walfakkaatun humnoonni kun Onkoloolessa 9, 2015 godina Wallagga Bahaa Aaanaa Saasiggaa ganda Tsiggee jedhamutti lammilee Oromoo saddeeti haala suukaneessaa taéen ajeesaniiru. Kan ajjeefaman keessa abbaa qabeenyaa mana daabboo Obboo  Kaasaahun Adaanee kan jedhaman nama nagaa daabboo gurguree jiraatu billan morma gorraánii ajjeesaniiru. Yeroo ajjeechaan kun raawwatamu ummani naannichaa humna mootummaa naannoo Magaalaa Naqamtee jirutti iyyachuuf wayita adeeman deebii hin arganne. Ummanni miidhamni irra gahe jiru kun Humna Raayyaa ittisa biyyaa dhiheenyatti Masaraa Kumsaa Moroddaa qubatee jirutti lubbuu nubaraaraa jedee iyyannoof yoo deemu qawwee itti dhukaasuun akka bittinaayu godhamee jira. Haaluma wal fakkaatuun Onkoloolessa 9, 2015 Godina Shawaa Lixaa Aaanaa Meettaa Walqixxee ganda Qarree Heexoo jedhamutti rukuttaa diroonii humnoota mootummaatiin geggeefameen daaímman, dubartootafi maanguddoota  dabalatee  namoonni nagaa 14 ajjeefamanii jiru. Haleellaa kanaan manneetiin jireenyaa fi manni barumsaa mancaée jira. Haaluma walfakkaatun Onkoloolessa 12, 2015  Godina Wallagaa Bahaa Aaanaa Waamaa Agalootti, akkasumas Onkoloolessa 13, 2015 Godina Shawaa Bahaa Aaanaa Fantaalleetti haleellaa xiyyaraa waraanaa Mig 29 jedhamuun raawwatameen lammileen nagaa ajjeefamaniiru. Gama biraatiin Onkoloolessa 13, 2015 Godina Shawaa Lixaa Aaanaa Coobii ganda Bakkee Oofuu jedhamutti haal ittigaffatamummaa hinqabneen halellaa diroonii humnoota mootummaatiin raawwatameen daaímman umrii 7 fi 10 qaban, haadha daaímaa, maanguddoo, akkasumas qaama miidhamaa gurri hin dhageenne dabalatee namoonni nagaa 38 ajjeefamaniiru. Haadha Daaímaa Alamituu Jaagaamaa, Daaíma umriinsa ganna 10 Qabbanee Tasfaayee, fi qaama miidhamaa Tujaraa Dabal Jabeessa jedhaman bakka qonna isaaniitti otuu oomisha boqqoolloo sassabataa jiranuu  kan gara jabinaan ajjeefaman keessa jiru.
Hammasini ko'rsatish...
hubachiisa Barattoota Idilee Digirii Jalqabaa fi Digirii Lammaffaa Yuunivarsiitii Amboo Hundaaf Dhimma: Guyyoota Galmee Bara 2022/23 A/Waggaa Beeksisuu Guyyaan galmee bara barnootaa 2022/23 (2015 E.C) Adoolessa 7 fi 8 bara 2022 (Tikimt 28 & 29/ 2015) akka ta’u isin beeksifna. Adoolessa 9 bara 2022 (Tikimt 30/2015 E.C) irraa eegalee barnoonni ni jalqabama. Hubachiisa: Yuunivarsitichi namoota guyyaa ibsame dura dhufaa jiraniif tajaajila tokkollee hin kennu. ማስታወቂያ ለአምቦ ዩኒቨርሲቲ የመጀመሪያ እና ሁለተኛ ዲግሪ ተማሪዎች በሙሉ ርዕሰ ጉዳይ፡ ለ2022/23 አ/አመት የምዝገባ ቀናት ማስታወቂያ የትምህርት ዘመን 2022/23 (2015 E.C) የምዝገባ ቀን መስከረም 7 እና 8 ቀን 2022 (ቲኪምት 28 እና 29/2015) ይሆናል። ትምህርቶቹ በኖቬምበር 9፣ 2022 ይቀጥላሉ (Tikimt 30/2015 E.C)። እባክዎን ያስተውሉ፡ ዩኒቨርሲቲው ከተጠቀሰው ቀን በፊት ለሚመጡት ምንም አይነት አገልግሎት አይሰጥም።                 Ambo University         Office of the Register
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
ተረኝነቱ እንደቀጠለ ነው አምስተርዳም ላይ እየተካሄደ ባለው ማራቶን መተከል Almaz Ayana የውድድሩን ሪከርድ በመስበር አንደኛ ስትወጣ ገንዘቤ ዲባባ ሁለተኛ ፀሀይ ገመቹ በሦስተኝነት አጠናቀዋል
Hammasini ko'rsatish...
የኦሮሞ ተረኝነት ቀጥሏል 💪🥰 ዛሬ በ አምስተርዳም ማራቶን 1ኛ:- አልማዝ አያና ( ሪከርድ ሰብራ) 2ኛ:- ገንዘቤ ዲባባ 3ኛ :- ፀሀይ ገመቹ @my_oromia
Hammasini ko'rsatish...
Repost from Gumaa Saaqqataa
Photo unavailableShow in Telegram