cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingยป, bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Imaltuu Guddinaa

"Namni bara jireenya isaatti wanta gaarii hojjetee itti gammaduu irra kan caalu wanta tokko illee gochuu akka hin dandeenye Nan beeka" Lal:3:-12 Kanaaf atis gaarii hojjedhu gatiin kee guddaadha. Dubbisuun ogummadha.

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
2 287
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
+107 kunlar
+3030 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

BEEKUMSA NAMNI BARE ITTIIN OF BARU! โ Addunyaan keessa jirru warra hubatanii, of gumeessanii itti hojjetaniif moo'icha akkuma gonfachiiste, warra hubannoo fi xiyyeeffannoo malee waan tokko qabanii gadhiisanii burjaaja'aniif immoo baraan boo'icha laattee jirti. Nama dhuunfaa ta'ee sabni akkasumas biyyi waan xixiqqoo irra waliif darbee waliin waan gurguddaaf iddoo kennee deemu moo'ee, namaa fi biyya biroo mataa gaadi'ee ittiin qotatu, warri mataan gaadi'amee waan guddaa argee, guddaaf wal kaa'achuu wallaalee waan xiqqaaf wal cabse immoo bara baraan harka warra biraatti humna isaanii gurguranii, haftee jarri kennaniif eegaa jiraatu. โ Dhugaan furmaata! Warri dhugaan waliin imale, iddoo gahuu qabu gahee, waan qabachuu qabus qabateetu jiraata. Warri dhugaaf gurra cufate immoo, kubbaa sobni ittiin taphatu ta'anii jiraatu. Kan dhiitamaa oolu kubbaa ta'us, kan weeddifamu immoo warra kubbaa dhiitaa ooledha. Kubbaan madooftee, baqaqxee, tarsaatee, foqoqaa rakkoo argaa ooltus, ijji addunyaa isa dhiitu malee isa dhiitamu irra akka hin jirre hubachuu dandeessu. Namaaf illee dubbiin akkas waan taate fakkaata. Nama dhaananii boo'icha nama dhorku. Dhugaa ofii beekanii, of kabachiisanii jiraachuuf, gulantaa ofii olkaasanii, sammuu ofiin of gahoomsanii jiraachuun beekumsa warri bare ittiin of barudha. join @ImaltuuGuddinaa @ImaltuuGuddinaa @ImaltuuGuddinaa
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 4
Bofti yeroo lubbuu dhaan jiru, Goondaalee soorata!! yeroo bofti du'u, immoo Goondaaleetu isa soorata!! Yeroon, yeroo isaa eeggatee, jijjiirama Jechuudha. Join ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘ @ImaltuuGuddinaa @ImaltuuGuddinaa @ImaltuuGuddinaa
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 4
Bofti yeroo lubbuu dhaan jiru, Goondaalee soorata!! yeroo bofti du'u, immoo Goondaaleetu soorata!! Yeroon, yeroo isaa eeggatee, jijjiirama Jechuudha. Join ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘ @ImaltuuGuddinaa @ImaltuuGuddinaa @ImaltuuGuddinaa
Hammasini ko'rsatish...
Ilmi namaa ilaalcha gaarii siif qabaachuun waan gaariidha,....... Garuu ati ilaalcha isanii sana caaltee argamuun immoo waan irra gaariidha. @Oromoo_inspire
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 3โค 1
#Sababa_hin_qabduu. Nama komachuun baayyee salphaadha, sababa dhiheessuun baayyee salphaadha, kanaafis kufaatiif saaxilamuun salphaadha. Sababa hin qabdu; Hammam fudhatama qabaatanis, hamma fedhe haa ta'u nama komattu hin qabdu.Akkaataa jireenyi kee itti ta'uuf itti gaafatamummaa akka qabduu fi wanti si mudatu hundi kan sirra jiru malee kan nama biraa akka hin taane hubattee yeroo jiraattu, gadi teessee waan dandeessu hunda hojjechuuf yaalta. Sababni kee hangam dhugaa ta'us na amani hin lakkaa'amu. Itti gaafatamummaa fudhadhuu waantota hojjedhu, jireenya keessatti akkasitti injifatta. Hanga hojjetutti wanti tokkollee hin hojjetu, hanga sababa dhiheessuu dhiistee eenyuun akka komattu barbaaddutti hin hojjetu. Jireenyi kun 100% itti gaafatamummaa kee ti, milkaa'ina kee fi kufaatii kee abbummaan qabadhuu hanga wanti tokko hojjechuu jalqabutti hojjechuu kee itti fufi.Yeroo hundumaa karaa argachuu yoo dadhabde sababa ni argatta, garuu hammam qorumsaa fi cimaa ta'us gonkumaa hin fudhatin. Yeroo hunda fagoodha, argachuun sirratti hundaa'a. Sababni yeroo hunda siif jiraata, carraan hin jiraatu, waan fedhe haa ta'u, seenaan guutuun tokkuma, kan komatamu si qofa. Har'a murteessii waadaa gali, sababa hin fudhatin, hanga hojjetutti hojjechuu itti fufi. Join ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘ @ImaltuuGuddinaa @ImaltuuGuddinaa @ImaltuuGuddinaa
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 2โค 2๐Ÿ‘ 1
Namni maqaa kee kan balleessu waan sadii sirraa barbaadee yeroo dhabuudha." โถFaayidaa ofiitiif waa barbaadee yoo dhabe โทYoo sitti hinaafe โธYoo akka kee ta'uu dadhabe Join ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @ImaltuuGuddinaa @ImaltuuGuddinaa @ImaltuuGuddinaa
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 3
Kakuu baayโ€™ee- Abdii meeqa utuu qabduu Eegdee eegdee yoo dadhabduuโ€ฆ โ€œHin abdadhuโ€ jettee diddaa? Abdii kutteemmoo maal fiddaa? Eelaan garaa - bowwuun mataa Abdii kutnaan siif salphataa? Yoos hiibboon kee hiika argataa? Kana beeki- Hagam turus karaan haqaa Bakka abdatan namaan dhaqaโ€ฆ Si dhukkubus imimmaan kee coccobsitee Rakkoo harโ€™aa ciniinnattee yoo obsite, Ni argita- Bara aduun siifis baatu Fagaatullee- Kakuu kan kee ormi hin nyaatu! Via:- Leta Kenei Aaga. Join ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‘โค๏ธ @ImaltuuGuddinaa @ImaltuuGuddinaa @ImaltuuGuddinaa
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 4โค 2๐Ÿ‘Ž 1
Ati Addunyaa kanaaf kennaa addaati Namoota addunyaa kana jijjiiruf jiran keessaa ati isa tokkoodha. Addunyaa kanarra warshaalee hedduutu jira. Muraasni isaanii hojii walfakkaataa hojjatu. Muraasni isaanii immoo hojii garaa garaa hojjatu. Haa ta'u malee  warshaan huccuu oomishu  midhaan daakuu hin danda'u. Huccuu oomishuu qofa gaheen isaa. Ittiinan oomisha jettullee isa dura oomishu sanuu akka hin oomishne taasista. Garuu wanta hojjatameef saniin yoo hojjanne warshaan faayyidaa hin qabne hin jiru. Namnis akkasuma. Hundi keenyayyuu; kan dandeenyu, kennaa keenya  dhiisnee qarshi isaa qofa laallee wanta hin beekne abalu hojjatee, anus hojjachuun qaba jennee Sammuu of dhippifna. Hiriyaan kee carraa xiyyaara ofuu qaba yoo ta'e, ati immoo carraa konkolaataa ofuu qabda taanan mindaan xiyyaara ofuu keetin argattu hagamillee guddatus, jireenya kee siif jijjiira osoo hin taane rakkina sitti jijjiira. Kuni wantan ani uumee dubbadhee miti, seera uumamaati. okey? Osoo kan dandeenyuu fi kan baaknu hojjanee sabani nuti hin jijjiiramneef hin jiru. Mee warsha xiyyaara oomishuu fi warshaa waraqata(pestali) homishu ilaali. Osoo akka yaada keenyatii warshaa xiyyaara oomishu qofatu lafa kanarra guuta ture. Kanaafuu Guddachuuf hajjadhu malee hojii guddaa hojjachuuf teessee yeroo kee hin gubin. join ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @ImaltuuGuddinaa @ImaltuuGuddinaa @ImaltuuGuddinaa
Hammasini ko'rsatish...
#Hubannoon Yaada waliin jalqaba. #Buโ€™uurri jiruu hubannoodha, buโ€™uurri waa hojjachuu beekudha. #Jireenya fuunduraa keessan bulchuu yoo barbaaddan, jalqaba sammuu keessan ilaalaa. Wanta gara fuunduraatti hojjachuuf yaaddan tarkaanfi tarkaanfin karoorsaa. Wanta hojjachuuf yaaddan hunda hin hojjattan, garuu wanta hojjachuuf gonkumaa itti hin yaadiniin milkaaโ€™u hin dandeessan. (Wanta baayโ€™ee hojjachuuf ni yaaddu, wantoota yaaddan kanniin hunda hin hojjattan. Garuu wanta tasuma hin yaannen hin milkooftan. Fakkeenyaf, doktora taโ€™uuf yoo hin yaadin, doktora taโ€™uun hin milkooftan.) Sirrii mitii? Mata-dureen sammuu keenya keessa jiru akkuma ittii yaannun ibsa balโ€™aa argata. Wantoonni yaannu suutuma suuta gochoota keenyarratti dhiibbaa uumu. Kanaafi, gochoota, filannoowwanii fi yaadota keenya deddeebisuun sammuu keenya keessatti tarkaanfi tarkaanfin ijaarra. Jireenyi dhaamtu (dukkanooftu) tan taatuuf yaanni dhaamaa waan taโ€™eefi. Kuni qarummaa waliin wal hin qabatu. Kana irra, yaadu waliin wal qabata. Addunyaan teessan hanga yaadu dandeessaniin balโ€™atti. Hiriyyoota keef #share gochuu hin dagatin! Join ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @ImaltuuGuddinaa @ImaltuuGuddinaa @ImaltuuGuddinaa
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 9โค 2
#Jireenya. โœ๏ธJireenyi dogongora hojjachuun dabarsitu ulfina qofa osoo hin taane, jireenya homaa osoo hin hojjatin dabarsitu caalaa faayidaa qaba. Join ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @ImaltuuGuddinaa @ImaltuuGuddinaa @ImaltuuGuddinaa
Hammasini ko'rsatish...
โค 6๐Ÿ‘ 2