cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Oromia Communications Bureau

This is official Telegram page of Oromia Communications Bureau

Ko'proq ko'rsatish
Finlandiya483Til belgilanmaganSiyosat4 510
Reklama postlari
12 479
Obunachilar
+5224 soatlar
+3447 kunlar
+1 20930 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

👍 10 2
Dubartoonni miseensa Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa fi Caffee Oromiyaa waamicha nageenya taasisan ----- Mootummaan Naannoo Oromiyaa naannicha keessatti nageenyi waaraan akka uumamuuf waldhabdee jiru hunda mariifi ilaaf-ilaameen akka furamuuf qaamota hidhatanii socho'aniif yeroo garaagaraatti waamichaa nagaa dhiyeessaa tureera; dhiyeessaas jira. Kanumaan walqabatee dubartoonni miseensa Naannoo Oromiyaarraa filatamuun miseensa Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa fi Caffee Oromiyaa ta'an qaamolee hidhannoon socho’aniif waamicha nageenyaa taasisaaniiru. Rakkoo nageenyaan adda durummaan kan miidhaman daa'immanii fi dubartoota ta'uu kan ibsan nageenyi waaraan biyyaafi naannoo keenya keessatti akka jiraatuuf gahee isaanii kan bahatan ta’uu miseensonni kunneen ibsaniiru. Sirna Gadaa keessatti hadhooliin siinqee waraana dhaabu kan danda'aan Siinqeen kabaja, Siinqeen jalaala Haadholiin Siinqees, Siinqee qabatanii waamicha nageenya taasisu. Af Yaa'iin Caffee Oromiyaaa Aadde Sa'aadaa Abdurahmaan dubartoonni nageenya waaraa mirkanessuu keessatti gahee guddaa qabaachuu kaasuun qaamonni waamicha dhiyaate fudhachuun dhufaniif mootumman simamnnaa kan taasisaa kan jiru ta'uu himaniiru.
Hammasini ko'rsatish...
👍 5
Photo unavailableShow in Telegram
👍 9 2🙏 1
Bu'uuraalee misoomaa babal'isuun fayyadamummaa uummataa mirkaneessa!
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
👍 3 2
Qabeenya uumamaa kunuunsuun jireenya ofii ijaaruudha
Hammasini ko'rsatish...
Hammasini ko'rsatish...
Oromia Communication Bureau

Dhaloota biyya cimtuu ijaaru duuba barsiisaatu jira Barnoota qulqullinni isaa mirkanaa'eefi qaqqabamummaa qabu galmaan gahuuf Mootummaan Naannoo Oromiyaa Gumii Tiraansfoormeeshiinii Barnootaa...

Photo unavailableShow in Telegram
👍 17 5