uz
Feedback

Firibgarlarga uchmang! Telemetrio bunday kanallarni topadi va belgilaydi 👉 Belgini ko‘rmoqchi bo‘lsangiz, obuna bo‘ling

Siinqii Aakhiraa.

Siinqii Aakhiraa.

Kanalga Telegram’da o‘tish

"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganToif belgilanmagan
767
Obunachilar
+924 soatlar
+557 kun
+11930 kun
Postlar arxiv
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni torbee jalqabaa koorsii Tarbiyaa cufamuuf sa'aatii 24 qofatu hafe. Hanga ammaatt
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni torbee jalqabaa koorsii Tarbiyaa cufamuuf sa'aatii 24 qofatu hafe. Hanga ammaatti barattoonni 4,000 qormaata fudhatanii jiru. Isinhoo?? Niyyaa keessan bareechaa, kaka'umsa keessan haaromsaa!! 👉 Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ============================== https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=91 ============================== 🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf! 👇👇 📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 🌐 Barattoonni hin galmaa'iini fi akkaataa barnootaa fi qormaataa aragchuuf viidiyoo kana ilaala! 👇👇 📎https://youtube.com/shorts/MQGubTZg5Y8?si=L-7kDmnVducBkn0H #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

Fakkeenya Salaataa keessatti "Galanni Arrabaa" maaliin bakka bu'a?
Anonymous voting

Garaagarummaa Hamdii fi Shukrii gidduu jiru ilaalchisee kamtu sirriidha?
Anonymous voting

Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Tarbiyaa kutaa 7ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://quizzory.in/id/6a926a34527a5bfb7739bd30

🛑 Beeksisa Barbaachisaa ⌛️ Beeksisa Barattoota keenya Chaanaala TV Afrikaa irratti barnoota hordoftan hundaaf: 📚 Barnoonni
🛑 Beeksisa Barbaachisaa ⌛️ Beeksisa Barattoota keenya Chaanaala TV Afrikaa irratti barnoota hordoftan hundaaf: 📚 Barnoonni Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Chaanaala TV Afrikaa (Africa TV) irratti tamsaa’u, boru irraa eegalee yeroon sagantaa barnootaa guyyaa Sanbataa ittin tamsaa'u jijjiiramu isaa isin beeksisuu barbaanna. 🕝 Yeroon haaraan: 2:30 – 3:00 waaree booda (Sa’aatii Makkaatti) 8:30 – 9:00 Sa'aatii Guyyaa (Akka Sa'aatii Itoophiyaatti) irratti Kan darbu ta'a. Kunis sa'aatii duraanii ittiin tamsaa'u bakka bu’a. 🖍 Hubachiisa: Jijjiiramni sagantaa kun guyyaa sanbataa qofa ilaallata. Guyyoota hafan keessatti yeruma isaanii kan duraanii irratti kan tamsaa'u ta'a!! 💫 Jazaakumullaahu khayran! #Akaakadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 7ffaa.mp37.61 MB

📚 Kitaaba Tarbiyaa 7ffaa

📮 Barnoota Tarbiyaa 📚 Kutaa Torbaffaa 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtube.com/watch?v=6HY_St7EU3s&si=04nAO2UwZ3tvP8rb

Linkii Qormaataa!! 👉https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=91 📋 Qajeelfama Qormaataa 🗓 Yeroo Qormaataa Qormaan
Linkii Qormaataa!! 👉https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=91 📋 Qajeelfama Qormaataa 🗓 Yeroo Qormaataa Qormaanni torbee tokkoffaa Koorsii Tarbiyaa banameera. Qormaanni kun Dilbata, 30/08/2026 ykn 24/12/2018 sa'aatii 1:00 galgala ni cufama. 1️⃣ Qormaata kanaaf carraan kennamu yeroo tokko qofa. 📚 Qormaata Torbee tokkoffaa kana keessaatti gaafa 10tu argama. Gaaffiin tokko qabxii 1 qaba. Walumaagalatti qormaanni kun qabxii 10 irraa madaalama. 🚫 Seera Qormaataa Gaaffilee qormaataa yeroo qormaanni adeemsifamaa jiru keessatti warroota birootif qooduun, irratti mari'achuun, kitaabaa, sagalee fi viidiyoo barnootaa fayyadamuun hundi dhorkaadha. ⏲ Hubachiisa 👉 Deebiin sirrii fi qabxiin qormaataa yeroo qormaanni xumuramu qofa ifooma. 🔗 Deeggarsa Teeknikaa Yoo qormaata yeroo hojjechaa jirtan rakkoon isin mudate, garee deeggarsa keenya karaa Telegram qunnamaa. 👉@AfricaacademyOromo

🌷 Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh! 📚 Kabajamtoota barattoota keenya! Qormaata Torbee Tokkoffaa Barnoota Tarbiyaa qoramuuf qophaa'aa jirtuu?

Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dib
Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu. 🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu. 🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu. 📖 Suura Al-Kahfi dubbisuu. 🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'isuu. 📿 Kadhannaa fi zikrii baay'isuu. 👂 Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu. 🕌 Tahiyyatul Masjid Salaatuu (khuxbaan dura yoo seename). ⏰ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu. 📖 Qur'aana baay'inaan qara'uu. 💰 Sadaqaa kennuu. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

Barattoota keenya kabajamoo,❤️ Barattoonni gaaffilee shaakala Barnoota Tarbiyaa Kutaa 6ffaa irratti hirmaattan, hirmaannaa fi carraaqqii keessaniif galatoomaa! 🌷👏 Hirmaannaan keessan haaluma kanaan itti haa fufu. Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa! 💪📖 Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan, deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇 https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0

📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni torbee tokkoffaa koorsii Tarbiyaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii (web
📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni torbee tokkoffaa koorsii Tarbiyaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii (website) irratti ni banama. 🗓 Qormaanni Kun hanga guyyaa Dilbataa halkan sa'aatii 1:00  banaa ta'ee tura. Guyyoota kana keessatti sa'aatii isiniif miijaatu marsariitii (Website) irratti seenuun qoramuu ni dandeessu. 🔸 HUBACHIISA: ☑️ Qabxii (Firii) qormaata keessaaniiti fi Deebii sirrii erga qormaanni cufame booda ifooma. ❌ Qormaata kanaaf kitaaba, sagalee, viidiyoo fi wantoota garagaraa fayyadmuus ta'ee hojjachuu hin hayyamamu. 🌟 Hundi keessaniif Qormaata gaarii isiniif hawwina! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa. #Qormaata_torbee_tokkoffaa

Kanneen armaan gadii keessaa kamtu sababaa sirrii fudhachuu fakkeenya gaarii dha?
Anonymous voting

Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Tarbiyaa kutaa 6ffaa hojjadhaa 👇 👇👇👇👇👇👇 https://quizzory.in/id/6a8fba75d14149b211df417a

[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 6ffaa.mp311.17 MB

📚 Kitaaba Tarbiyaa 6ffaa

📮 Barnoota Tarbiyaa 📚 Kutaa Jahaffaa 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtube.com/watch?v=TaIbZksJpIM&si=GQCOzVAptO3-TECw

Barattoota keenya kabajamoo,❤️ Barattoonni gaaffilee shaakala Barnoota Tarbiyaa Kutaa 5ffaa irratti hirmaattan, hirmaannaa fi carraaqqii keessaniif galatoomaa! 🌷👏 Hirmaannaan keessan haaluma kanaan itti haa fufu. Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa! 💪📖 Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan, deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇 https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0

Obsi Iimaana keessatti sadarkaa maalii qaba?
Anonymous voting