Qataletech
Відкрити в Telegram
Join our Telegram channel for Job vacancy , Scholarship and News https://t.me/+hfHO6V8KTO0wZTVk website :https://qatale.com
Показати більшеКраїна не вказанаКар'єра7 216
3 986
Підписники
-824 години
-267 днів
-12330 днів
Архів дописів
3 986
Junior Full Stack Engineer
Company: Fayda National ID
“Fayda National ID is looking for a Junior Full Stack Engineer to join our team in Addis Ababa, Ethiopia. The successful candidate will support the development, integration, and maintenance of both...
”
- Salary: Monthly
- Job Type: On-site - Permanent (Full-time)
- Deadline: April 9th, 2026
Source: freelance_ethio
#FullStack #JuniorDeveloper #AddisAbaba #DigitalID #Ethiopia
3 986
Repost from TIKVAH AFAAN OROMOO
+2
Waraanni Israa'el, Ameerikaa fi Iraan Lubbu namoota meeqa balleesse?
Waraanni Baha Giddugaleessaa Israa’eel –Ameerikaa fi Iraan gidduutti eegale guyyoota 25 kan lakkoofsise yoo ta'u, hanga ammaatti lubbuu namoota 2,660 yoo balleessu, namoota kuma 28, 280 ol ammoo madeessuun ibsameera.
Haaluma kanaanis:-
👉Iraan irraa:- namoonni 1,500ol du'aniiru.
- namoonni 18,551 madaa'aniiru.
👉 Liibaanos irraa:- namoonni 1039 du'aniiru.
- namoonni 2,876 miidhamaniiru.
👉 Iraaq irraa:- namoonni 61 du'aniiru.
- hedduun miidhamaniiru.
👉 Israa'eel irraa:- namoonni 18 du'aniiru.
- namoonni 4,829 miidhamaniiru.
👉 Ameerikaa irraa:- Loltoonni 13 du'aniiru.
- Loltoonni 200 miidhamaniiru.
Akkasumas Lammiileen Sooriyaa 4, kan Paalaastaayin 4, Kuweeti 6, Bahireen 2, Saa’uud Arabiyaa 2, Imireetoota Araba Gamtoomanii 8, Oomaan 3 waraana kanaan yoo ajjeeffaman, Kaatarii fi Joordaan dabalatee biyyoota kanneen keessatti lammiileen 240 miidhamuu ibsameera.
Waraanichi miidhaa lubbuu, qaamaa fi diinagdee olaanaa kan qaqqabsiisee yoo ta'u, lammiileen Libaanoos miiliyoonni 1 ol qe’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’aniiru.
#TikvahAfaanOromoo
Bitootessa 15, 2018
Finfinnee
@tikvahethafaanoromoo
3 986
🎉 Welcome to Ads Galaxy!
Your channel has been successfully connected. Start earning by posting quality ads.
How it works:
✅ Get matched with quality ads
✅ Post ads on your schedule
✅ Earn instantly
Earning Potential:
💰 10K subscribers = up to $20/day
💰 50K+ subscribers = up to $50+/day
No upfront costs. No stress. Just post and earn! 💵
📱 Visit Ads Galaxy
3 986
Eid Mubarak to you all!
Warra hogguu Gammachuun iidu nu haa godhu obboleeyyan Yeroo dheeraa telegram kanarratti wal baeeynu hundi keessan 🕋🤲
3 986
Repost from TIKVAH AFAAN OROMOO
Guyyaan qormaata bahiinsaa ifoomeera!!
Qormaanni ba'iinsa kan walakkeessa waggaa bara 2018 kennamu gaafa guyyaa Guraandhala 16- 27, 2018 akka kennamu Tajaajilli madaalli barnootaa fi qormaataa beeksiseera.
Haaluma kanaan barattoonni qormaaticha fudhachuuf galmooftan akka itti qophooftan isin hubachiifna.
@tikvahethafaanoromoo
3 986
AI for Ethiopia 🇪🇹
AI (Artificial Intelligence) teeknooloojii akka namatti fakkeessuun yaaduu, barachuu fi murtee fudhachuu danda’u dha. Itiyoophiyaa keessatti AI’n bakkoota hedduutti fayyadamuu danda’ama. Fkn :Barnoota, Qonna ,Fayyaa fi Daldala. Kanaaf AI barachuun ogummaa hedduu barbaachiisadha. Share @qataletech
3 986
Kabajamtoota hordoftoota keenya, yaada fi gaaffii keessan irratti hundaa’uun chaanaalii miidiyaa hawaasaa keenya QataleTech haaromsinee jirra. Isin galateeffanna!🥰
3 986
Repost from Sanyii Guddataa
Herrega Baankii Daldala Itoophiyaa fi National waraqaa Eenyummaa dijitaalaa bakkuma jirtanitti walitti hidhuu ni dandeessu.
❓AKKAMITTI
👇👇👇👇👇👇👇👇
kunoo tartiiba armaan gadii kana fayyadamaa.
1. Liinkii kana 👉 #https://cbefayda.cbe.com.et/ cuqaasaa/banaatii seenaa,
2. Lakkoofsa herrega keessanii galchuun “Get OTP” jedhu cuqaasaa,
3. Yeroo herrega qusannaa jalqaba banattan lakkoofsa bilbilaa galmeessitanitti karaa bilbila harkaa keessanitti lakkoofsa ergame koodii yeroo tokkoo (OTP) galchuun “Verify OTP” cuqaasaa mirkaneessaa,
4. “Log with OTP” jedhu cuqaasaa,
5. Lakkoofsa eenyummaa Fayda keessan (FAN – qubee 16) galchuun “Get OTP” cuqaasaa,
6. Ammas bilbila keessanitti kan ergame OTP galchuun “Verify” cuqaasaa mirkaneessaa,
7. “Allow” jedhu cuqaasaa,
8. “Accept and Update” yoo cuqaastan, ergaan “Update complete. Pending Approval” jedhu isiniif ni mul’ata. Kana jechuun hojii sun xumurameera jechuudha.
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG
Sanyii Guddataa
3 986
Boost your business with mobile apps, AI chatbots, modern websites, UX audits, graphics, and video editing.🤝
3 986
Sagantaa DV Lottery 2026 Maaliif Dhaabbate? Ibsa Guutuu Afaan Oromootiin Asii Argattu https://dursitu.tirushop.com/dv-lottery-2026-maaliif-dhaabbate/
3 986
Interviewiin Viizaa Tuuristii Maali? (What Is a Tourist Visa Interview?)
Interviewiin Viizaa Tuuristii jechuun adeemsa gaaffii-deebii abbaa qabeenyaa embaasii ykn qunnamtii viizaa waliin taasifamuudha. Kaayyoon isaa, imaltoonni gara biyyaa sanaatti imala daawwannaa (tourism) qofaaf akka deeman, seeraan deebi’anii akka galan, fi odeeffannoon galmee isaanii sirrii ta’uu mirkaneessuudha. Liinkii armaan gadii Irraa argattu dubbisaa https://dursitu.tirushop.com/what-is-a-tourist-visa-interview/
3 986
🎴ZamZam Bank🎴
▪️Job Position- Banking Business Officer I
Education:B.A Degree in Economics, Management, Accounting or other Business related fields
▪️Find More Details here
💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/zamzam-bank-11/
▪️Deadline : December 26th, 2025
3 986
Kanadatti Barachuu ni barbaddu taanaan Dubbisa Student Visa Requirements for Canada (Study Permit) – Full Guide (2025) https://dursitu.tirushop.com/canadian-student-visa/
3 986
#ExitExam
በጥር ወር 2018 ዓ.ም የሚሰጠውን የከፍተኛ ትምህርት መውጫ ፈተና ለመውሰድ ምዝገባ ያድርጉ!
የተፈታኞች የምዝገባ ጊዜ፦
ከታህሳስ 06-13/2018 ዓ.ም
የመውጫ ፈተናውን የምትፈተኑ የቅድመ-ምረቃ ፕሮግራም ተማሪዎች ምዝገባችሁን በተጠቀሱት ቀናት ማድረግ ይጠበቅባችኋል። Share @qataletech
3 986
Ameerikaan Tajaajila Eegumsa Yeroo Muraasaa (TPS) Lammiilee Itoophiyaa Irraa Dhaabe: Hiikni Isaa Maal? Maal Gochuu Qabna? https://dursitu.tirushop.com/ameerikaan-tajaajila-eegumsa-yeroo-muraasaa-tps-lammiilee-itoophiyaa-irraa-dhaabe/
3 986
The U.S. Department of Homeland Security has terminated Temporary Protected Status (TPS) for Ethiopian nationals living in the United States. TPS is a humanitarian immigration program that allowed people from countries affected by war, disasters, or severe instability to stay in the U.S. temporarily with work authorization and protection from deportation. https://dursitu.tirushop.com/u-s-ends-tps-for-ethiopian-nationals/
3 986
Visa U.S America Argachuu ni barbadduu? goosta Visa Kam barbaddu? Asii Argattu dubbisaa! https://dursitu.tirushop.com/u-s-visa-application/
3 986
Repost from GAT (Graduate Admission Test) Exam
#Notice‼
#AAU
#GAT_Registration
👉የAAU GAT ፈተና ምዝገባ ከህዳር 30- ታህሳስ 22/2018 ዓ.ም ይከናወናል።
👉ለመመዝገብ ይሄን link ይጠቀሙ👇
https://portal.aau.edu.et/Web/ApplyForAdmission/TestTaker?class=Web
✍️ ተጨማሪ መረጃ
👉የAAU GAT ፈተና ከታህሳስ 24 - 27 2018 ዓ.ም ይሰጣል።
👉ለድህረ ምረቃ ትምህርት ከታህሳስ 28- ጥር 6 2018 ዓ.ም ማመልከት ይቻላል።
ቻናላችንን (@GATExams) ተፈታኝ ለሆኑ ጓደኞቻችሁ Forward አድርጉላቸው!
ለወቅታዊ መረጃ ይቀላቀሉን
👉ቴሌግራም ቻናላችን: @GATExams
👉ቴሌግራም ግሩፓችን: @GATSquad
