uk
Feedback

Не попадись на ботовода! Telemetrio знаходить і позначає такі канали мітками 👉 Хочеш бачити мітку, оформляй підписку

Hojii Online

Hojii Online

Відкрити в Telegram

Hoji online

Показати більше
2 239
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
-5730 днів
Архів дописів
Repost from EYOB TECH
✅Proof ✅Yaalif 125 withdraw godhe 25 birr fee ture 100 naaf erganiiru ✔️Platform kun kan nama dhunfadha dha maqaa irraa birri
+1
✅Proof ✅Yaalif 125 withdraw godhe 25 birr fee ture 100 naaf erganiiru ✔️Platform kun kan nama dhunfadha dha maqaa irraa birrii naf dhufe arguu dandeessu so dafaa itti fayyadamaa
💡Akkata hojii isaa ⬇️ ✅Account account Register gootanin birrii 50 isinf kenna ✅Task isaa sa'ati ja'a ja'an birrii 100 - 300 isinf kenna WhatsApp connect gochun ✅Nama tokko qofa referal link keessanin birrii 50 isinif kenna kanuma
✅START LINK ➡️ https://www.mubgoo.com/home?invite_code=220094
17 лист, 03:54

Repost from EYOB TECH
✈️Telegram channel namooti gurgurachu barbaaddan keessan na dubbisaa ✔️Channel Active ta'u qaba 📌 📞0931253708 ✉Asiin na dub
✈️Telegram channel namooti gurgurachu barbaaddan keessan na dubbisaa ✔️Channel Active ta'u qaba 📌 📞0931253708 ✉Asiin na dubbisaa ➡️ @Eyob_Degefe
17 лист, 03:05

Repost from EYOB TECH
💡Data Roaming jechuun maal jechuudha⁉️ ✔️ Sababa hojii ykn dhimma biraatiin biyya keenya keessaa gara biyya biraatti yoo ima
💡Data Roaming jechuun maal jechuudha⁉️ ✔️ Sababa hojii ykn dhimma biraatiin biyya keenya keessaa gara biyya biraatti yoo imalle, SIM Ethio Telecom keenya biyya deemne keessatti fayyadamuu yoo barbaanne, Data Roaming fayyadamuu dandeenya. ✔️Data Roaming jechuun SIM keenya network dhaabbata telekoomii biyya biraatiin hojjetu waliin walqabsiisuun interneetii bilbilaa (Mobile Data) akka fayyadamnu kan dandeessisu dha. ✅Akkasumas, International Roaming fayyadamuun bilbila bilbiluu fi bilbila fudhachuu ni dandeenya. ✔️ Yoo fayyadamaa SIM Ethio Telecom taatan, tajaajilli International Roaming biyyoota gara 159 ta’an keessatti ni jira. ✔️Tajaajila kana fayyadamuuf: 1. Bilbila keessan irratti Data Roaming ON godhaa. 2. Sana booda karaa Telebirr SuperApp tajaajila kana argachuu dandeessu. ☺️Yoo odeeffannoon kun isin fayyade, namoota birof qoodaa 🔥❤️ 👍 📱 @Eyob_Tech
15 лист, 01:46

Repost from EYOB TECH
😎 Namooti tiktok account Followers 2️⃣🌌🔤 ol qabdan ana biratti gurgurachu dandeessu ✔️ ✔️Followers isa 20k ol tahu qaba 👤
😎 Namooti tiktok account Followers 2️⃣🌌🔤 ol qabdan ana biratti gurgurachu dandeessu ✔️ ✔️Followers isa 20k ol tahu qaba 👤 ✔️Copy right kan hin qabne © ✔️Warning kan hin qabne ⚠️ ✔️Account sun active ta'u qaba🔔
✉️Namooti kanan dura na dubbistanii messenge isinif hin deebisin jiru irra deebiaa na dubbisaa 🙏
😎Ulaagaa kana kan guuttan amma keessan na dubbisaa 😎Dm @Eyob_Degefe 📞0931253708
12 лист, 12:13

Repost from EYOB TECH
📢 Advertising in this channel You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes. Formats and current rates: Vie
📢 Advertising in this channel You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes. Formats and current rates: View details
11 лист, 09:33

Repost from EYOB TECH
🚨Beeksisa Ariifachiisaa Fayyadamtoota Android Hundaaf! ✔️Hanga ammaatti haaromsa haaraa Google Play System Update dhiheenya
🚨Beeksisa Ariifachiisaa Fayyadamtoota Android Hundaaf! ✔️Hanga ammaatti haaromsa haaraa Google Play System Update dhiheenya kana gadhiifame bilbila keessan irratti hin fe’inaa. ✔️Fayyadamtoonni tokko tokko haaromsa kana erga fe’anii booda bilbila isaanii Restart yeroo godhan, bilbilli sun irra deddeebi’ee ofumaan banuu fi cufamuu (Boot Loop) keessa akka seenu gabaasaa jiru. ✔️Kanaafuu, hanga rakkoon kun karaa ofiisaa mirkanaa’ee furmaanni isaa dhiyaatutti, haaromsa kana fe’uu irraa of qusadhaa. 📍 Haaromsi kun eessatti argama? ✔️Bilbila keessan irratti karaa kana hordofaa: 📍 Settings → Security and Privacy → Updates → Google Play System Update ⚠️ Odeeffannoo kana fayyadamtoota Android biroo waliin qooduun akka of eeggatan gargaaraa! 📱@Eyob_Tech
11 лист, 08:43

Repost from EYOB TECH
✔️ Yeroo App tokko bilbila keessan irratti buufattan, hayyama (Permission) inni isin gaafatu xiyyeeffannoodhaan ilaaltuu? ✅ T
✔️ Yeroo App tokko bilbila keessan irratti buufattan, hayyama (Permission) inni isin gaafatu xiyyeeffannoodhaan ilaaltuu? ✅ The Principle of Least Privilege (Seera Hayyama Xiqqaa Kennuu). ✔️ Kana jechuun, software tokko hojii isaa raawwachuuf hayyama isa barbaachisu qofa argachuu qaba jechuudha. ➡️ App tokko hayyama hojii isaa wajjin walitti dhufeenya hin qabne yoo isin gaafate, odeeffannoo dhuunfaa keessan saaxiluu, hordoffii (Spying) fi gowwoomsaa (Fraud) irratti isin saaxiluu danda’a. 😄 Fakkeenyaaf: 🔗 Appii Calculator (Lakkoofsa Shallaguu) tokko hayyama Contact (Lakkoofsa Bilbilaa) yookaan Location (Bakka Jirtan) yoo isin gaafate, shakkii qabaachuu qabdu. 🔥 Sababni isaas, Calculator tokko lakkoofsa ida’uuf lakkoofsa bilbilaa keessan yookaan bakka isin jirtan beekuun isa hin barbaachisu. ✔️ Kanaafuu, Appii tokko osoo hin buufatin hayyama inni gaafatu sirriitti ilaalaa. Hayyama hojii isaa wajjin walitti dhufeenya hin qabne hin kenninaa. ✔️ Yoo isin fayyade, 👍 Like godhaa! 📱 @Eyob_Tech
06 лист, 01:02

🎉BUBBEE SITCOM kutaa 20ffa 🎉 Diraamaa Bareedaa kana Kutaa hunda telegramiidhaan hordofuuf channel kana Join fi share woliif godhaa Galatoomaa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/BubbeeDrama https://t.me/BubbeeDrama 👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆
23 лип, 09:14

Repost from EYOB TECH
Badhaafamaa 🥇 https://t.me/Eyob_Tech/4454?comment=16400 Nama tokko qofaatu tilmaama sirrii nuuf kaa'e ❌️Edit ❌️Erga taphi ee
Badhaafamaa 🥇 https://t.me/Eyob_Tech/4454?comment=16400 Nama tokko qofaatu tilmaama sirrii nuuf kaa'e
❌️Edit ❌️Erga taphi eegalee warri tilmaamtan badhaafamtoota miti isin
✅️Tilmaamaa badhaafamaa kan biroon walitti deebina guyyaa gaarii qabaadhaa 🙌 🌐 @Eyob_Tech
20 лип, 03:59

Repost from EYOB TECH
🎁Tilmaamaa badhaafamaa 🎁 Tapha world Cup Final Spain fi Argentina giddutti taasuma giddutti nama tilmaama sirrii argate nam
🎁Tilmaamaa badhaafamaa 🎁 Tapha world Cup Final Spain fi Argentina giddutti taasuma giddutti nama tilmaama sirrii argate nama 3 nii badhaafna [ Mobile card ] 🕑Taphi bor galgala Sa'atii 4:00 tti jalqaba 🥇100 birr 🥈50 birr 🥉25 birr
⚠️ ❌️Edit ❌️Erga taphi eegalee tilmaamun dhorkaadha ❌️Namni tokko yeroo lama tilmaamuu hin danda'u
Taphicha miira keessa galtani hin murteessinaa waanuma sirrii murteessaa eenyu akka moo'u beekamadha sababa ta'ef 😁 GOOD LUCK FAM ❤️ 🌐 @Eyob_Tech
18 лип, 13:18

Repost from EYOB TECH
✅ Aappii Baankii Daldala Itiyoophiyaa (CBE) banuuf yeroo yaaltan, rakkina "Suspicious Accessibility Service" jedhu fiduun yoo
✅ Aappii Baankii Daldala Itiyoophiyaa (CBE) banuuf yeroo yaaltan, rakkina "Suspicious Accessibility Service" jedhu fiduun yoo isinii banamuu dide, bifa kanaan sirreessuu ni dandeessu: Furmaataa: ​ ➡️ Jalqaba gara Settings bilbila keessanii seenuun Accessibility kan jedhu filadhaa. ➡️ Itti fufuun Installed Apps keessa seenaa; appilikeeshiniiwwan tarreeffaman keessaa kan On ta'an kamiyyuu gara Off-tti jijjiiraa. ➡️ ​Appii Deebisaa Banaa: Dhuma irratti, CBE duraan banuuf yaaltanii isin dide guutummaatti cufaatii, irra deebitanii yeroo bantan bifa sirriitiin isiniif hojjeta. @Eyob_Tech ✅
12 лип, 13:37

✔️BUBBEE SITCOM kutaa 16ffa Diraamaa Bareedaa kana Kutaa hunda telegramiidhaan hordofuuf channel kana Join fi share woliif godhaa Galatoomaa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇  ✔️  https://t.me/BubbeeDrama ✔️ https://t.me/BubbeeDrama 👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆
07 лип, 03:59

👍Diraama mata duren isa BUBBEE jedhamuu qabanne dhufaa waan jirruuf channali kana irratti join gochun nu hordofaa. ✅Channali kana hiriyyoota keessanif share godhaa akkasumalle like gochuun nu bira dhaabadha. 👍 @BubbeeDrama
27 черв, 02:47

Repost from EYOB TECH
Telegram channel active namooti bitachuu barbaaddan amma na bira jira bitachuu dandeessu Followers 6k Followers 7.6k Asiin na
+1
Telegram channel active namooti bitachuu barbaaddan amma na bira jira bitachuu dandeessu Followers 6k Followers 7.6k Asiin na dubbisaa ➡️ @Eyob_Inbox
26 черв, 10:47

Repost from EYOB TECH
🛒Tiktok account gurgurtaf dhihaate jiru 💬Namooti tiktok account followers 100k ol barbaadaa turtani amma kunoo isinif fidee
🛒Tiktok account gurgurtaf dhihaate jiru 💬Namooti tiktok account followers 100k ol barbaadaa turtani amma kunoo isinif fideera carraa kanatti fayyadamaa ✅Followers 99.6k ~ 100k ✅like 1.1M 🔥 ✅Account active tahedha 🔥 🔣Gatii ➡️walii galla keessan na dubbisaa 📞0931253708 📧DM ➡️ @Eyob_Inbox
23 черв, 15:13

Nama Amma Online irraa jiruu 3f badhasaa kaardii isiinif qophessine jira 1ffaa 1000 kaardii Birrii . 2ffaa 500 kaardii Birrii
Nama Amma Online irraa jiruu 3f badhasaa kaardii isiinif qophessine jira 1ffaa 1000 kaardii Birrii . 2ffaa 500 kaardii Birrii. 3ffaa 400 kaardii Birrii. Bakka ADD jedhu tuqaa badhasaa fudhadhaa👇
23 черв, 14:10

Namoota dursee channel keenya kana join godhe namoota 100 birrii 200 ..200 kan badhaafnu taha Bakka JOIN CHANNEL jedhu tuqun
Namoota dursee channel keenya kana join godhe namoota 100 birrii 200 ..200 kan badhaafnu taha Bakka JOIN CHANNEL jedhu tuqun join gochun injifadhaa
22 черв, 13:05

Repost from EYOB TECH
🛒Tiktok account gurgurtaf dhihaate jiru 🚨Gatii gadi buuseera🔽 🛒 Birrii 5500 ✅Account tiktok kana qofaatu na bira jira amm
🛒Tiktok account gurgurtaf dhihaate jiru 🚨Gatii gadi buuseera🔽 🛒 Birrii 5500 ✅Account tiktok kana qofaatu na bira jira ammaaf abban bitachuu barbaadde hurry up ... ✉️Asiin na dubbisaa ➡️ @Eyob_Inbox✅
20 черв, 13:33

Repost from EYOB TECH
🛒Tiktok account gurgurtaf dhihaate jiru ✅Followers 54.4k ✅like 253.4k 🔣Gatii ➡️keessan na dubbisaa 💡Gatin isaa baayyee mad
🛒Tiktok account gurgurtaf dhihaate jiru ✅Followers 54.4k ✅like 253.4k 🔣Gatii ➡️keessan na dubbisaa
💡Gatin isaa baayyee madalawwaadha namooti irratti hojjechuu barbaaddan hojii kamiifu account tahudha
📞0931253708 📥 @Eyob_Inbox
18 черв, 13:57

Repost from EYOB TECH
✅Namooti Dolaara USDT bituus tahe gurguruu barbaaddan na biraa argachu dandeessu✔️ ✉️Asiin na dubbisaa ➡️@Eyob_Inbox
✅Namooti Dolaara USDT bituus tahe gurguruu barbaaddan na biraa argachu dandeessu✔️ ✉️Asiin na dubbisaa ➡️@Eyob_Inbox
13 черв, 05:59