2 239
订阅者
无数据24 小时
无数据7 天
-5730 天
帖子存档
2 239
Repost from EYOB TECH
+1
✅Proof
✅Yaalif 125 withdraw godhe 25 birr fee ture 100 naaf erganiiru
✔️Platform kun kan nama dhunfadha dha maqaa irraa birrii naf dhufe arguu dandeessu so dafaa itti fayyadamaa
💡Akkata hojii isaa ⬇️ ✅Account account Register gootanin birrii 50 isinf kenna ✅Task isaa sa'ati ja'a ja'an birrii 100 - 300 isinf kenna WhatsApp connect gochun ✅Nama tokko qofa referal link keessanin birrii 50 isinif kenna kanuma✅START LINK ➡️ https://www.mubgoo.com/home?invite_code=220094
17 11月, 03:54
2 239
Repost from EYOB TECH
✈️Telegram channel namooti gurgurachu barbaaddan keessan na dubbisaa
✔️Channel Active ta'u qaba 📌
📞0931253708
✉Asiin na dubbisaa ➡️ @Eyob_Degefe
17 11月, 03:05
2 239
Repost from EYOB TECH
💡Data Roaming jechuun maal jechuudha⁉️
✔️ Sababa hojii ykn dhimma biraatiin biyya keenya keessaa gara biyya biraatti yoo imalle, SIM Ethio Telecom keenya biyya deemne keessatti fayyadamuu yoo barbaanne, Data Roaming fayyadamuu dandeenya.
✔️Data Roaming jechuun SIM keenya network dhaabbata telekoomii biyya biraatiin hojjetu waliin walqabsiisuun interneetii bilbilaa (Mobile Data) akka fayyadamnu kan dandeessisu dha.
✅Akkasumas, International Roaming fayyadamuun bilbila bilbiluu fi bilbila fudhachuu ni dandeenya.
✔️ Yoo fayyadamaa SIM Ethio Telecom taatan, tajaajilli International Roaming biyyoota gara 159 ta’an keessatti ni jira.
✔️Tajaajila kana fayyadamuuf:
1. Bilbila keessan irratti Data Roaming ON godhaa.
2. Sana booda karaa Telebirr SuperApp tajaajila kana argachuu dandeessu.
☺️Yoo odeeffannoon kun isin fayyade, namoota birof qoodaa 🔥❤️ 👍
📱 @Eyob_Tech
15 11月, 01:46
2 239
Repost from EYOB TECH
😎 Namooti tiktok account Followers 2️⃣🌌🔤 ol qabdan ana biratti gurgurachu dandeessu ✔️
✔️Followers isa 20k ol tahu qaba 👤
✔️Copy right kan hin qabne ©
✔️Warning kan hin qabne ⚠️
✔️Account sun active ta'u qaba🔔
✉️Namooti kanan dura na dubbistanii messenge isinif hin deebisin jiru irra deebiaa na dubbisaa 🙏😎Ulaagaa kana kan guuttan amma keessan na dubbisaa 😎Dm @Eyob_Degefe 📞
093125370812 11月, 12:13
2 239
Repost from EYOB TECH
📢 Advertising in this channel
You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes.
Formats and current rates: View details
11 11月, 09:33
2 239
Repost from EYOB TECH
🚨Beeksisa Ariifachiisaa Fayyadamtoota Android Hundaaf!
✔️Hanga ammaatti haaromsa haaraa Google Play System Update dhiheenya kana gadhiifame bilbila keessan irratti hin fe’inaa.
✔️Fayyadamtoonni tokko tokko haaromsa kana erga fe’anii booda bilbila isaanii Restart yeroo godhan, bilbilli sun irra deddeebi’ee ofumaan banuu fi cufamuu (Boot Loop) keessa akka seenu gabaasaa jiru.
✔️Kanaafuu, hanga rakkoon kun karaa ofiisaa mirkanaa’ee furmaanni isaa dhiyaatutti, haaromsa kana fe’uu irraa of qusadhaa.
📍 Haaromsi kun eessatti argama?
✔️Bilbila keessan irratti karaa kana hordofaa:
📍 Settings → Security and Privacy → Updates → Google Play System Update
⚠️ Odeeffannoo kana fayyadamtoota Android biroo waliin qooduun akka of eeggatan gargaaraa!
📱@Eyob_Tech
11 11月, 08:43
2 239
Repost from EYOB TECH
✔️ Yeroo App tokko bilbila keessan irratti buufattan, hayyama (Permission) inni isin gaafatu xiyyeeffannoodhaan ilaaltuu?
✅ The Principle of Least Privilege (Seera Hayyama Xiqqaa Kennuu).
✔️ Kana jechuun, software tokko hojii isaa raawwachuuf hayyama isa barbaachisu qofa argachuu qaba jechuudha.
➡️ App tokko hayyama hojii isaa wajjin walitti dhufeenya hin qabne yoo isin gaafate, odeeffannoo dhuunfaa keessan saaxiluu, hordoffii (Spying) fi gowwoomsaa (Fraud) irratti isin saaxiluu danda’a.
😄 Fakkeenyaaf:
🔗 Appii Calculator (Lakkoofsa Shallaguu) tokko hayyama Contact (Lakkoofsa Bilbilaa) yookaan Location (Bakka Jirtan) yoo isin gaafate, shakkii qabaachuu qabdu.
🔥 Sababni isaas, Calculator tokko lakkoofsa ida’uuf lakkoofsa bilbilaa keessan yookaan bakka isin jirtan beekuun isa hin barbaachisu.
✔️ Kanaafuu, Appii tokko osoo hin buufatin hayyama inni gaafatu sirriitti ilaalaa. Hayyama hojii isaa wajjin walitti dhufeenya hin qabne hin kenninaa.
✔️ Yoo isin fayyade, 👍 Like godhaa!
📱 @Eyob_Tech
06 11月, 01:02
2 239
Repost from Official AGENTS_444 Channel
🎉BUBBEE SITCOM kutaa 20ffa 🎉
Diraamaa Bareedaa kana Kutaa hunda telegramiidhaan hordofuuf channel kana
Join fi share woliif godhaa Galatoomaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/BubbeeDrama
https://t.me/BubbeeDrama
👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆
23 7月, 09:14
2 239
Repost from EYOB TECH
Badhaafamaa 🥇
https://t.me/Eyob_Tech/4454?comment=16400
Nama tokko qofaatu tilmaama sirrii nuuf kaa'e
❌️Edit ❌️Erga taphi eegalee warri tilmaamtan badhaafamtoota miti isin✅️Tilmaamaa badhaafamaa kan biroon walitti deebina guyyaa gaarii qabaadhaa 🙌 🌐 @Eyob_Tech
20 7月, 03:59
2 239
Repost from EYOB TECH
🎁Tilmaamaa badhaafamaa 🎁
Tapha world Cup Final Spain fi Argentina giddutti taasuma giddutti nama tilmaama sirrii argate nama 3 nii badhaafna [ Mobile card ]
🕑Taphi bor galgala Sa'atii 4:00 tti jalqaba
🥇100 birr
🥈50 birr
🥉25 birr
⚠️ ❌️Edit ❌️Erga taphi eegalee tilmaamun dhorkaadha ❌️Namni tokko yeroo lama tilmaamuu hin danda'uTaphicha miira keessa galtani hin murteessinaa waanuma sirrii murteessaa eenyu akka moo'u beekamadha sababa ta'ef 😁 GOOD LUCK FAM ❤️ 🌐 @Eyob_Tech
18 7月, 13:18
2 239
Repost from EYOB TECH
✅ Aappii Baankii Daldala Itiyoophiyaa (CBE) banuuf yeroo yaaltan, rakkina "Suspicious Accessibility Service" jedhu fiduun yoo isinii banamuu dide, bifa kanaan sirreessuu ni dandeessu:
Furmaataa:
➡️ Jalqaba gara Settings bilbila keessanii seenuun Accessibility kan jedhu filadhaa.
➡️ Itti fufuun Installed Apps keessa seenaa; appilikeeshiniiwwan tarreeffaman keessaa kan On ta'an kamiyyuu gara Off-tti jijjiiraa.
➡️ Appii Deebisaa Banaa: Dhuma irratti, CBE duraan banuuf yaaltanii isin dide guutummaatti cufaatii, irra deebitanii yeroo bantan bifa sirriitiin isiniif hojjeta.
@Eyob_Tech ✅
12 7月, 13:37
2 239
Repost from Official AGENTS_444 Channel
✔️BUBBEE SITCOM kutaa 16ffa
Diraamaa Bareedaa kana Kutaa hunda telegramiidhaan hordofuuf channel kana
Join fi share woliif godhaa Galatoomaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
✔️ https://t.me/BubbeeDrama
✔️ https://t.me/BubbeeDrama
👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆
07 7月, 03:59
2 239
Repost from Official AGENTS_444 Channel
👍Diraama mata duren isa BUBBEE jedhamuu qabanne dhufaa waan jirruuf channali kana irratti join gochun nu hordofaa.
✅Channali kana hiriyyoota keessanif share godhaa akkasumalle like gochuun nu bira dhaabadha.
👍 @BubbeeDrama
27 6月, 02:47
2 239
Repost from EYOB TECH
+1
Telegram channel active namooti bitachuu barbaaddan amma na bira jira bitachuu dandeessu
Followers 6k
Followers 7.6k
Asiin na dubbisaa ➡️ @Eyob_Inbox
26 6月, 10:47
2 239
Repost from EYOB TECH
🛒Tiktok account gurgurtaf dhihaate jiru
💬Namooti tiktok account followers 100k ol barbaadaa turtani amma kunoo isinif fideera carraa kanatti fayyadamaa
✅Followers 99.6k ~ 100k
✅like 1.1M 🔥
✅Account active tahedha 🔥
🔣Gatii ➡️walii galla keessan na dubbisaa
📞
0931253708
📧DM ➡️ @Eyob_Inbox23 6月, 15:13
2 239
Nama Amma Online irraa jiruu 3f badhasaa kaardii isiinif qophessine jira
1ffaa 1000 kaardii Birrii .
2ffaa 500 kaardii Birrii.
3ffaa 400 kaardii Birrii.
Bakka ADD jedhu tuqaa badhasaa fudhadhaa👇
23 6月, 14:10
2 239
Namoota dursee channel keenya kana join godhe namoota 100 birrii 200 ..200 kan badhaafnu taha
Bakka JOIN CHANNEL jedhu tuqun join gochun injifadhaa
22 6月, 13:05
2 239
Repost from EYOB TECH
🛒Tiktok account gurgurtaf dhihaate jiru
🚨Gatii gadi buuseera🔽
🛒 Birrii 5500
✅Account tiktok kana qofaatu na bira jira ammaaf abban bitachuu barbaadde hurry up ...
✉️Asiin na dubbisaa ➡️ @Eyob_Inbox✅
20 6月, 13:33
2 239
Repost from EYOB TECH
🛒Tiktok account gurgurtaf dhihaate jiru
✅Followers 54.4k
✅like 253.4k
🔣Gatii ➡️keessan na dubbisaa
💡Gatin isaa baayyee madalawwaadha namooti irratti hojjechuu barbaaddan hojii kamiifu account tahudha📞
0931253708
📥 @Eyob_Inbox18 6月, 13:57
2 239
Repost from EYOB TECH
✅Namooti Dolaara USDT bituus tahe gurguruu barbaaddan na biraa argachu dandeessu✔️
✉️Asiin na dubbisaa ➡️@Eyob_Inbox
13 6月, 05:59
