cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Islam and christianity (compatible or incompatible)

Isaa kami dharri , isaa kami dhugaan .

Більше
Рекламні дописи
5 093
Підписники
+1024 години
+787 днів
+48130 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Фото недоступнеДивитись в Telegram
Assalaamu alayikum worahmatullaahi wobarakaatuhuu Chaanaalii Ajaa'ibaa kana isiniif qabannee dhufneerraa join gochuudhaan erga inni qabu akka irraa fayyadamnuu https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0
Показати все...
Sagantaa Wol-dorgommii
Seenaa Mimmiidhagoo
Da'awaalee Garaa Garaa
Milkaa'ina Jireenyaa
Qur'aanaafi Hadiisa
Seenaa Rasuulaa S A W
Seenaa Sahaabotaa
Best Channel Join
𝑪𝑯𝑨𝑨𝑵𝑨𝑨𝑳𝑰𝑰 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼𝑼⁉️ 𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️ Chaanaalii Akkamii Barbaaddu⁉️ Chaanaalota Barbaachisoo ta'an hundaayyuu isiniif qabannee dhufneerra join godhaa itti fayyadamaa ምን ቻናል ይፈልጋሉ⁉️  እንድትቀላቀሉ እና እንድትጠቀሙባቸው ሁሉም አስፈላጊ ቻናሎች አሉን።         𝐓𝐡𝐢𝐬 𝐈𝐬 𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧          𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦           𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬           @Rafiqul_Islaam 𝐀𝐝𝐬: 👇 @Hope_promotions @Chaanaalii_Gurgurtaa
Показати все...
𝙲𝙷𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙻𝙾𝚃𝙰 𝙳𝙰'𝙰𝚆𝙰𝙰𝙻𝙴𝙴
𝙲𝙷𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙻𝙾𝚃𝙰 𝙲𝙾𝙼𝙿𝙰𝚁𝙰𝚃𝙸𝚅𝙴
𝙲𝙷𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙻𝙾𝚃𝙰 𝙱𝙰𝚁𝙽𝙾𝙾𝚃𝙰𝙰
𝙲𝙷𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙻𝙾𝚃𝙰 𝙸𝚂𝙿𝙾𝙾𝚁𝚃𝙸𝙸
𝙲𝙷𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙻𝙾𝚃𝙰 𝚆𝙾𝙻𝙰𝙻𝙾𝙾
𝙹𝙴𝙲𝙷𝙾𝙾𝚃𝙰 𝙷𝙰𝚈𝚈𝙾𝙾𝚃𝙰𝙰
𝙶𝙾𝚁𝚂𝙰 𝙹𝙸𝚁𝙴𝙴𝙽𝚈𝙰𝙰
𝙼𝙸𝙻𝙺𝙰𝙰'𝙸𝙽𝙰 𝙹𝙸𝚁𝙴𝙴𝙽𝚈𝙰𝙰
𝚀𝚄𝚁'𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙵𝙸𝙸 𝙷𝙰𝙳𝙸𝙸𝚂𝙰
𝐁𝐄𝐒𝐓 𝐂𝐇𝐀𝐍𝐍𝐄𝐋 𝐉𝐎𝐈𝐍
Maalummaa Iyyesuus Size: 628.2 KB PDF Barreessaan: @Xaaliburidallah @Rafiiqul_Islaam_Library
Показати все...
pamp.pdf6.28 KB
islaamummaa_hubachuuf_by_urjii-dawxjti-1.pdf9.34 MB
4_5780812056684924115.pdf9.96 KB
Показати все...
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐃𝐚'𝐚𝐰𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐊𝐮𝐛𝐛𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐖𝐚𝐥𝐚𝐥𝐨𝐨
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐀/𝐀𝐦𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐀/𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐈𝐧𝐠𝐢𝐥𝐢𝐟𝐟𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐫𝐚𝐛𝐢𝐟𝐟𝐚𝐚
𝐁𝐞𝐬𝐭 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐉𝐨𝐢𝐧
𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
#Nabi-Iisaan (Yesuus) "Ana hin gabbarinaa, #Gooftaa_kiyyaa fi #Gooftaa_keessan kan ta'e #Rabbiin qofa gabbaraa" jedhe. ========================== لَقَدْ كَفَرَ ٱلَّذِينَ قَالُوٓا۟ إِنَّ ٱللَّهَ هُوَ ٱلْمَسِيحُ ٱبْنُ مَرْيَمَۖ وَقَالَ ٱلْمَسِيحُ يَٰبَنِىٓ إِسْرَٰٓءِيلَ ٱعْبُدُوا۟ ٱللَّهَ رَبِّى وَرَبَّكُمْۖ إِنَّهُۥ مَن يُشْرِكْ بِٱللَّهِ فَقَدْ حَرَّمَ ٱللَّهُ عَلَيْهِ ٱلْجَنَّةَ وَمَأْوَىٰهُ ٱلنَّارُۖ وَمَا لِلظَّٰلِمِينَ مِنْ أَنصَارٍ "Isaan "Rabbiin Masiih Ilma Maryami" jedhan dhugumatti kafaranii jiru. Masiihis ni jedhe: "Yaa Ilmaan Israa'iil! Rabbii Gooftaa kiyyaafi Gooftaa keessan ta’e gabbaraa. Dhugumatti, dubbiin namni Rabbitti waa qindeesse, Rabbiin isa irratti jannata haraama taasiseera. Teessoon isaas ibidda. Miidhaa raawwattootaafis tumsitoonni hin jiranu." [Ma'idaa 5:72] Waamicha Dhugaa fi Milkii Biyya Lamaanii ✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓ قُلْ يَٰٓأَيُّهَا ٱلنَّاسُ إِنِّى رَسُولُ ٱللَّهِ إِلَيْكُمْ جَمِيعًا ٱلَّذِى لَهُۥ مُلْكُ ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلْأَرْضِۖ لَآ إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ يُحْىِۦ وَيُمِيتُۖ فَـَٔامِنُوا۟ بِٱللَّهِ وَرَسُولِهِ ٱلنَّبِىِّ ٱلْأُمِّىِّ ٱلَّذِى يُؤْمِنُ بِٱللَّهِ وَكَلِمَٰتِهِۦ وَٱتَّبِعُوهُ لَعَلَّكُمْ تَهْتَدُونَ Jedhi: "Yaa namootaa! Dhugumatti, ani ergamaa Rabbii Isa mootummaan samiifi dachii kan Isaa ta’e irraa gara hunda keessaniitti (ergamee dha). Isa malee dhugaan gabbaramaan hin jiru. Ni jiraachisa; ni ajjeesas. Rabbiifi ergamaa Isaa, kan nabiyyii hin dubbifneefi hin barreessine ta’ee Rabbiifi jechoota Isaatti amanutti, amanaa. Akka qajeeltaniif jecha isa hordofaa. [Al-A'raf 7:158] Sillaaseen naannoo dhuma jaarraa sadaffaa Yaa'ii walii galaa Niqiyaa (325 AD) irratti fi Yaa’ii walii galaa Qosxanxinoos (381 AD) irratti walitti qabamuun, karaa hundee yaada dogoggora kana lafa kaa'ani. Raajonnis ta’e ergamoonni waa’ee Sadan tokkummaa (Sillaasee) hin barsiisne, hin beekanu. "Kabajamtoota obboleewwan keenya kiristaanaa! Barsiisa sobaa fi falaasama kana keessaa baatanii gara amantii nabiyyoota hundaa kan ta'e, gara "Islaamummaa" akka dhuftan isin waama." قُلْ يَٰٓأَهْلَ ٱلْكِتَٰبِ تَعَالَوْا۟ إِلَىٰ كَلِمَةٍ سَوَآءٍۭ بَيْنَنَا وَبَيْنَكُمْ أَلَّا نَعْبُدَ إِلَّا ٱللَّهَ وَلَا نُشْرِكَ بِهِۦ شَيْـًٔا وَلَا يَتَّخِذَ بَعْضُنَا بَعْضًا أَرْبَابًا مِّن دُونِ ٱللَّهِۚ فَإِن تَوَلَّوْا۟ فَقُولُوا۟ ٱشْهَدُوا۟ بِأَنَّا مُسْلِمُونَ Jedhi: “yaa warra kitaabaa! Gara jecha nuufi isin gidduutti wal qixa taatee kottaa. [Isheenis] akka Rabbiin malee waan biraa hin gabbarre; Isattis waan biraa akka hin qindeessine, gariin keenyas garii Rabbiin alatti gabbaramaa akka hin taasifanneedha. Yoo isaan [kana] irraa gara galan “akka nuti Muslimoota taane ragaa ba’aa” jedhaa. [3:64] 🤌 Rabbiin warra karaa Dhugaa qunname irraa nu haa itaasisu! Aamiin! Telegram keenya 👇👇👇 https://t.me/+VEf9ngIGA3DPgg3d 👉 Telegram channel https://t.me/Qoranno_Amantii_Kiristanaa 👉 Facebook https://www.facebook.com/profile.php?id=100091833153467&mibextid=ZbWKwL 👉 Ummaalife https://ummalife.com/QorannooAmantiiKiristaana
Показати все...
Qorannoo Amantii Kiristaanaa ✝☪️

👉

https://t.me/+VEf9ngIGA3DPgg3d

𝐆𝐀𝐀𝐅𝐅𝐈𝐈 𝐇𝐈𝐑𝐌𝐀𝐀𝐂𝐇𝐈𝐒𝐀𝐀!!
𝐇𝐚𝐚𝐭𝐢 𝐖𝐨𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐍𝐚𝐛𝐢𝐲𝐲𝐢𝐢 (𝐒𝐚𝐥𝐥𝐚𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐮 𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐡𝐢 𝐖𝐨𝐬𝐬𝐚𝐥𝐥𝐚𝐦) 𝐊𝐚𝐧 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐧 ( 𝐒𝐮𝐛𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐡𝐮𝐮 𝐖𝐨𝐭𝐚'𝐚𝐥𝐚𝐚) 𝐒𝐚𝐦𝐢𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐓𝐨𝐫𝐛𝐚𝐧 𝐆𝐮𝐛𝐛𝐚𝐚 𝐍𝐚𝐛𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐇𝐞𝐞𝐫𝐮𝐦𝐬𝐢𝐢𝐬𝐞 𝐄𝐞𝐧𝐲𝐮 𝐈𝐬𝐡𝐞𝐞𝐧?
Показати все...
𝐅𝐚𝐚𝐤𝐡𝐭𝐚𝐚 𝐁𝐢𝐧𝐭 𝐀𝐛𝐢𝐢 𝐗𝐚𝐚𝐥𝐢𝐛 (𝐑.𝐀)
𝐙𝐞𝐲𝐧𝐚𝐛 𝐁𝐢𝐧𝐭 𝐉𝐚𝐡𝐬𝐡 (𝐑.𝐀)
𝐀𝐥𝐢𝐢𝐦𝐚𝐭𝐮 𝐀𝐬-𝐒𝐚'𝐚𝐝𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚 (𝐑.𝐀)
𝐇𝐚𝐟𝐬𝐚𝐚 𝐁𝐢𝐧𝐭 𝐔𝐦𝐚𝐫 𝐁𝐢𝐧 𝐀𝐥-𝐊𝐚𝐱𝐱𝐚𝐚𝐛 (𝐑.𝐀)
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.