cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Qorannoo Amantii Kiristaanaa ✝☪️

Рекламні дописи
6 474
Підписники
+2324 години
+2887 днів
+1 23930 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Фото недоступнеДивитись в Telegram
Assalaamu alayikum worahmatullaahi wobarakaatuhuu Chaanaalii Ajaa'ibaa kana isiniif qabannee dhufneerraa join gochuudhaan erga inni qabu akka irraa fayyadamnuu https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0
Показати все...
Sagantaa Wol-dorgommii
Seenaa Mimmiidhagoo
Da'awaalee Garaa Garaa
Milkaa'ina Jireenyaa
Qur'aanaafi Hadiisa
Seenaa Rasuulaa S A W
Seenaa Sahaabotaa
Best Channel Join
𝑪𝑯𝑨𝑨𝑵𝑨𝑨𝑳𝑰𝑰 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼𝑼⁉️ 𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️ Chaanaalii Akkamii Barbaaddu⁉️ Chaanaalota Barbaachisoo ta'an hundaayyuu isiniif qabannee dhufneerra join godhaa itti fayyadamaa ምን ቻናል ይፈልጋሉ⁉️  እንድትቀላቀሉ እና እንድትጠቀሙባቸው ሁሉም አስፈላጊ ቻናሎች አሉን።         𝐓𝐡𝐢𝐬 𝐈𝐬 𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧          𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦           𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬           @Rafiqul_Islaam 𝐀𝐝𝐬: 👇 @Hope_promotions @Chaanaalii_Gurgurtaa
Показати все...
𝙲𝙷𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙻𝙾𝚃𝙰 𝙳𝙰'𝙰𝚆𝙰𝙰𝙻𝙴𝙴
𝙲𝙷𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙻𝙾𝚃𝙰 𝙲𝙾𝙼𝙿𝙰𝚁𝙰𝚃𝙸𝚅𝙴
𝙲𝙷𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙻𝙾𝚃𝙰 𝙱𝙰𝚁𝙽𝙾𝙾𝚃𝙰𝙰
𝙲𝙷𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙻𝙾𝚃𝙰 𝙸𝚂𝙿𝙾𝙾𝚁𝚃𝙸𝙸
𝙲𝙷𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙻𝙾𝚃𝙰 𝚆𝙾𝙻𝙰𝙻𝙾𝙾
𝙹𝙴𝙲𝙷𝙾𝙾𝚃𝙰 𝙷𝙰𝚈𝚈𝙾𝙾𝚃𝙰𝙰
𝙶𝙾𝚁𝚂𝙰 𝙹𝙸𝚁𝙴𝙴𝙽𝚈𝙰𝙰
𝙼𝙸𝙻𝙺𝙰𝙰'𝙸𝙽𝙰 𝙹𝙸𝚁𝙴𝙴𝙽𝚈𝙰𝙰
𝚀𝚄𝚁'𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙵𝙸𝙸 𝙷𝙰𝙳𝙸𝙸𝚂𝙰
𝐁𝐄𝐒𝐓 𝐂𝐇𝐀𝐍𝐍𝐄𝐋 𝐉𝐎𝐈𝐍
#Nabi-Iisaan (Yesuus) "Ana hin gabbarinaa, #Gooftaa_kiyyaa fi #Gooftaa_keessan kan ta'e #Rabbiin qofa gabbaraa" jedhe. ========================== لَقَدْ كَفَرَ ٱلَّذِينَ قَالُوٓا۟ إِنَّ ٱللَّهَ هُوَ ٱلْمَسِيحُ ٱبْنُ مَرْيَمَۖ وَقَالَ ٱلْمَسِيحُ يَٰبَنِىٓ إِسْرَٰٓءِيلَ ٱعْبُدُوا۟ ٱللَّهَ رَبِّى وَرَبَّكُمْۖ إِنَّهُۥ مَن يُشْرِكْ بِٱللَّهِ فَقَدْ حَرَّمَ ٱللَّهُ عَلَيْهِ ٱلْجَنَّةَ وَمَأْوَىٰهُ ٱلنَّارُۖ وَمَا لِلظَّٰلِمِينَ مِنْ أَنصَارٍ "Isaan "Rabbiin Masiih Ilma Maryami" jedhan dhugumatti kafaranii jiru. Masiihis ni jedhe: "Yaa Ilmaan Israa'iil! Rabbii Gooftaa kiyyaafi Gooftaa keessan ta’e gabbaraa. Dhugumatti, dubbiin namni Rabbitti waa qindeesse, Rabbiin isa irratti jannata haraama taasiseera. Teessoon isaas ibidda. Miidhaa raawwattootaafis tumsitoonni hin jiranu." [Ma'idaa 5:72] Waamicha Dhugaa fi Milkii Biyya Lamaanii ✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓ قُلْ يَٰٓأَيُّهَا ٱلنَّاسُ إِنِّى رَسُولُ ٱللَّهِ إِلَيْكُمْ جَمِيعًا ٱلَّذِى لَهُۥ مُلْكُ ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلْأَرْضِۖ لَآ إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ يُحْىِۦ وَيُمِيتُۖ فَـَٔامِنُوا۟ بِٱللَّهِ وَرَسُولِهِ ٱلنَّبِىِّ ٱلْأُمِّىِّ ٱلَّذِى يُؤْمِنُ بِٱللَّهِ وَكَلِمَٰتِهِۦ وَٱتَّبِعُوهُ لَعَلَّكُمْ تَهْتَدُونَ Jedhi: "Yaa namootaa! Dhugumatti, ani ergamaa Rabbii Isa mootummaan samiifi dachii kan Isaa ta’e irraa gara hunda keessaniitti (ergamee dha). Isa malee dhugaan gabbaramaan hin jiru. Ni jiraachisa; ni ajjeesas. Rabbiifi ergamaa Isaa, kan nabiyyii hin dubbifneefi hin barreessine ta’ee Rabbiifi jechoota Isaatti amanutti, amanaa. Akka qajeeltaniif jecha isa hordofaa. [Al-A'raf 7:158] Sillaaseen naannoo dhuma jaarraa sadaffaa Yaa'ii walii galaa Niqiyaa (325 AD) irratti fi Yaa’ii walii galaa Qosxanxinoos (381 AD) irratti walitti qabamuun, karaa hundee yaada dogoggora kana lafa kaa'ani. Raajonnis ta’e ergamoonni waa’ee Sadan tokkummaa (Sillaasee) hin barsiisne, hin beekanu. "Kabajamtoota obboleewwan keenya kiristaanaa! Barsiisa sobaa fi falaasama kana keessaa baatanii gara amantii nabiyyoota hundaa kan ta'e, gara "Islaamummaa" akka dhuftan isin waama." قُلْ يَٰٓأَهْلَ ٱلْكِتَٰبِ تَعَالَوْا۟ إِلَىٰ كَلِمَةٍ سَوَآءٍۭ بَيْنَنَا وَبَيْنَكُمْ أَلَّا نَعْبُدَ إِلَّا ٱللَّهَ وَلَا نُشْرِكَ بِهِۦ شَيْـًٔا وَلَا يَتَّخِذَ بَعْضُنَا بَعْضًا أَرْبَابًا مِّن دُونِ ٱللَّهِۚ فَإِن تَوَلَّوْا۟ فَقُولُوا۟ ٱشْهَدُوا۟ بِأَنَّا مُسْلِمُونَ Jedhi: “yaa warra kitaabaa! Gara jecha nuufi isin gidduutti wal qixa taatee kottaa. [Isheenis] akka Rabbiin malee waan biraa hin gabbarre; Isattis waan biraa akka hin qindeessine, gariin keenyas garii Rabbiin alatti gabbaramaa akka hin taasifanneedha. Yoo isaan [kana] irraa gara galan “akka nuti Muslimoota taane ragaa ba’aa” jedhaa. [3:64] 🤌 Rabbiin warra karaa Dhugaa qunname irraa nu haa itaasisu! Aamiin! Telegram keenya 👇👇👇 https://t.me/+VEf9ngIGA3DPgg3d 👉 Telegram channel https://t.me/Qoranno_Amantii_Kiristanaa 👉 Facebook https://www.facebook.com/profile.php?id=100091833153467&mibextid=ZbWKwL
Показати все...
Qorannoo Amantii Kiristaanaa ✝☪️

👉

https://t.me/+VEf9ngIGA3DPgg3d

👍 1
𝐆𝐀𝐀𝐅𝐅𝐈𝐈 𝐇𝐈𝐑𝐌𝐀𝐀𝐂𝐇𝐈𝐒𝐀𝐀!!
𝐇𝐚𝐚𝐭𝐢 𝐖𝐨𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐍𝐚𝐛𝐢𝐲𝐲𝐢𝐢 (𝐒𝐚𝐥𝐥𝐚𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐮 𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐡𝐢 𝐖𝐨𝐬𝐬𝐚𝐥𝐥𝐚𝐦) 𝐊𝐚𝐧 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐧 ( 𝐒𝐮𝐛𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐡𝐮𝐮 𝐖𝐨𝐭𝐚'𝐚𝐥𝐚𝐚) 𝐒𝐚𝐦𝐢𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐓𝐨𝐫𝐛𝐚𝐧 𝐆𝐮𝐛𝐛𝐚𝐚 𝐍𝐚𝐛𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐇𝐞𝐞𝐫𝐮𝐦𝐬𝐢𝐢𝐬𝐞 𝐄𝐞𝐧𝐲𝐮 𝐈𝐬𝐡𝐞𝐞𝐧?
Показати все...
𝐅𝐚𝐚𝐤𝐡𝐭𝐚𝐚 𝐁𝐢𝐧𝐭 𝐀𝐛𝐢𝐢 𝐗𝐚𝐚𝐥𝐢𝐛 (𝐑.𝐀)
𝐙𝐞𝐲𝐧𝐚𝐛 𝐁𝐢𝐧𝐭 𝐉𝐚𝐡𝐬𝐡 (𝐑.𝐀)
𝐀𝐥𝐢𝐢𝐦𝐚𝐭𝐮 𝐀𝐬-𝐒𝐚'𝐚𝐝𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚 (𝐑.𝐀)
𝐇𝐚𝐟𝐬𝐚𝐚 𝐁𝐢𝐧𝐭 𝐔𝐦𝐚𝐫 𝐁𝐢𝐧 𝐀𝐥-𝐊𝐚𝐱𝐱𝐚𝐚𝐛 (𝐑.𝐀)
1𝐆𝐁 𝐆𝐚𝐫𝐚 𝐌𝐁 𝐓𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐘𝐨𝐨 𝐉𝐢𝐣𝐣𝐢𝐢𝐫𝐚𝐦𝐞 𝐌𝐞𝐞𝐪𝐚 𝐓𝐚'𝐚𝐚⁉️       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here ««« 𝐀𝐝𝐬: 👇 @Hope_promotions @GurgurtaaChaanaalii
Показати все...
2024 MB
1500 MB
1024 MB
1000 MB
﴿إِنَّ اللهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا﴾. «اللَّهُمَّ اجْعَلْ صَلَوَاتِكَ وَبَرَكَاتِكَ وَرَحْمَتَكَ عَلَى سَيِّدِ المُرْسَلِينَ وَإمَامِ المُتَّقِينَ وَخَاتَمِ النَّبِيِّينَ مُحَمَّدٍ عَبْدِكَ وَرَسُولِكَ إمَامِ الخَيْرِ وَقَائِدِ الخَيْرِ وَرَسُولِ الرَّحْمَةِ ، اللَّهُمَّ ابْعَثْهُ مَقَامًا مَحْمُودًا يَغْبِطُهُ بِهِ الأوَّلُونَ وَالآخِرُونَ ، اللَّهُمَّ تَقَبَّلْ شَفَاعَتَهُ الكُبْرَى وَارْفَعْ دَرَجَتَهُ العُلْيَا وَآتِهِ سُؤْلَهُ فِي الآخِرَةِ وَالأُولَى كَمَا آتَيْتَ إبْرَاهِيمَ وَمُوسَى .. اللَّهُمَّ صَلِّ عَلَى مُحَمَّدٍ وَعَلَى آلِ مُحَمَّدٍ كَمَا صَلَّيْتَ عَلَى إبْرَاهِيمَ وَعَلَى آلِ إبْرَاهِيمَ إنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ ، اللَّهُمَّ بَارِكْ عَلَى مُحَمَّدٍ وَعَلَى آلِ مُحَمَّدٍ كَمَا بَارَكْتَ عَلَى إبْرَاهِيمَ وَعَلَى آلِ إبْرَاهِيمَ إنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ».
Показати все...
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂. 𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2 https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8 https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0 https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk
Показати все...
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐗𝐢𝐢𝐧-𝐒𝐚𝐦𝐦𝐮𝐮
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐎𝐝𝐮𝐮 𝐈𝐬𝐩𝐨𝐨𝐫𝐭𝐢𝐢
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐖𝐨𝐥𝐚𝐥𝐨𝐨𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐌𝐢𝐦𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐨𝐨
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐌𝐢𝐦𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐨𝐨
𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐃𝐚𝐚𝐧𝐝𝐢𝐢 𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚𝐚
𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐐𝐮𝐫'𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚
𝐇𝐚𝐝𝐢𝐢𝐬𝐚
𝐙𝐢𝐤𝐢𝐫𝐢𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟𝐢𝐢 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚
𝙰𝚂𝚂𝙰𝙻𝙰𝙰𝙼𝚄 𝙰𝙻𝙰𝚈𝙸𝙺𝚄𝙼 𝚆𝙾𝚁𝙰𝙷𝙼𝙰𝚃𝚄𝙻𝙻𝙰𝙰𝙷𝙸 𝚆𝙾𝙱𝙰𝚁𝙰𝙺𝙰𝙰𝚃𝚄𝙷𝚄𝚄 Makkaatti ergamaa Rabbitti (S.A.W) аапее (booda) sahaabiin Qur'aana sagalee olfuudhuudhaan dubbise eenyu? Ads:👇👇 https://t.me/+wTeVbwiLiAs2MGE0
Показати все...
Abuu Bakr As-Siddiiq (RA)
Abdallaah Bin Mas'uud (RA)
Ja'afar Bin Abii Xaalib (RA)
Bilaal Bin Rabaah (RA)
Namni namaan kabalame, akkamitti Waaqa namaa ta'uu danda'a? Yohaanis:- 18:22 (Yeroo inni kana jedhetti, eegdota isa bukkee dhaabatan keessaa tokko, "Akkasitti angafa lubootaatiif deebii deebiftaa?" jedhee maddii isaa kabale.) Angafa lubootaa keessa tokko Yesuusiin gaaffii gaafataa ture. Yesuus deebii kennaa ture. Gidduu kanaan namni lubicha bira dhaabbatu tokko "akkamitti luba guddaatti deebii akkasii kennita" jedhee Yesuusiin kabale. Gaaffiin asitti nu qabnu:- 🥊1. Yesuus 'Waaqa' yoo ta'e, namni Waaqa ofii kabaluu danda'a jechuudhaa? 🏓2. Namtichi luba sana bira dhaabbate sun "Waaqa" ofii kabale jechuudha? 🥊3. Harka akkamiitu Waaqa ofii kabalti laata? 🏓4. Lubichi yeroo sana Yesuus wajjin wal mormu sun Yesuus "Waaqa" akka ta'e beekaa? 🥊5. Utuu beekee, maaliif itti hin amanu ture? 🏓6. 'Luba' jechuun, Nama amantii kiristaanaa lallabu mitii? Isa beekaan kiristaanota itti hin amannetti maaliif amanu? 🥊7. Lubichi Yesuusiin ijaan arge, Yesuus Waaqa erga hin jenne ta'ee, kiristaanotni yeroo ammaa kana maaliif Yesuus ''Waaqa'' jedhanii amanu? 🏓8. Nama namtichi luba sana bira ture sun kabale, har'a addunyaan ''Waaqa'' jedhee amanuun nama hin dhibuu? https://t.me/+VEf9ngIGA3DPgg3d 👉 Telegram channel https://t.me/Qoranno_Amantii_Kiristanaa 👉 Facebook https://www.facebook.com/profile.php?id=100091833153467&mibextid=ZbWKwL
Показати все...
Qorannoo Amantii Kiristaanaa ✝☪️

👉

https://t.me/+VEf9ngIGA3DPgg3d

👍 3
Yeuus "gooftummaa" eessaa argate? Baaybilii keessatti gooftummaa gosa lamaatu jira.isaanis Gooftummaa amalaatifi Gooftummaa kennaa(moggaasati) sababa kanaafi Baaybilii keessatti namoonnifi malaa'ikoonni gooftaa jedhamanii yeroo hedduu kan waamamaniifi. Garaagarummaa gooftummaa amalaatiifi Gooftummaa kennaan argamuu:- Gooftummaa amalaa •Gooftaan dhugaa gooftummaan isaa jalqabaafi xumura hin qabu •kennaan hin argamu. •Gooftaan dhugaa ofii olitti gooftaa biraa hin qabu. Gooftummaa moggaasaa √Jalqabaafi xumura qaba √ qaama biroo irraa kennaan argama √ Gooftaa mataa isaa qaba. Baaybilii keessatti namoonnis Maalaa'ikoonnis  gooftaa jedhamanii jiru. Malaa'ikoota Iyyaasuu 5:14 " Innis deebisee, “Ani gara eenyuu iyyuu miti; garuu ani amma akka ajajaa loltoota Waaqayyootti dhufeera” jedhe. Iyyaasuunis addaan lafatti gombifamee sagadee, “Ergaan Gooftaan koo garbicha isaatiif qabu maali?” jedhee isa gaafate. Abbootii Murtii 6:12-13 "Ergamaan Waaqayyoos isatti mulʼatee, “Yaa loltuu goota nana, Waaqayyo si wajjin jira” jedheen. Gidewoon garuu akkana jedhee deebise; “Garuu yaa gooftaa, utuu Waaqayyo nu wajjin jiraatee wanni kun hundi maaliif nurra gaʼa? Dinqiiwwan isaa kanneen abbootiin keenya, ‘Waaqayyo biyya Gibxiitii nu baaseera’ jedhanii nutti himan sun hundi eessa jiru ree? Amma garuu Waaqayyo nu dhiisee harka Midiyaanotaatti dabarsee nu kenneera.” Namoota Uumama 32:4 "Innis akkana jedhee isaan ajaje: “Isin gooftaa koo Esaawuun akkana jedhaa: ‘Garbichi kee Yaaqoob akkana jedha; ani Laabaa bira jiraadhee hamma ammaattis isuma biran ture.” Lakkoobsa 11:28 "Iyyaasuun ilmi Nuuni kan ijoollummaa ofiitii jalqabee gargaartuu Musee ture sun kaʼee, “Yaa Musee, yaa gooftaa ko, isaan dhowwi!” jedhee dubbate. 1 Saamuʼeel 24:8 "Ergasii Daawit holqa sana keessaa baʼee, “Yaa gooftaa koo mootii!” jedhee Saaʼolin waame. Yeroo Saaʼol of irra garagalee ilaaletti Daawit gad jedhee, addaan lafatti gombifamee sagae Maalaa'ikoonni fi Namoonni kunniin Gooftaa jedhamuun isaanii akkuma Waaqa tokkicha waaqeffatamu isaan hin taasifne Yesuusis gooftaa jedhamuun isaa waaqa waaqeffatamu isa hin taasisu. Yesuus Gooftummaan isaa kennaadhan kan argame yoo ta'u inni mataan isaatuu gooftaa waaqeffatu qaba. Hojii 2:36. “Kanaafuu Yesuusuma isin fanniftan kana akka Waaqni Gooftaa fi Kiristoos isa godhe manni Israaʼel hundi dhugumaan haa beeku.”  Yesuusin waaqatu akkuma Yoseefiin gibxiin irratti gooftaa taasise goofta isa taasise malee Yesuus mataa isaatii gooftummaa hin qabu "Ammas dafaa gara abbaa kootti deebiʼaatii akkana isaan jedhaa; ‘Ilmi kee Yoosef akkana jedha: Waaqni Gibxi hunda irratti gooftaa na godheera. Gara kootti gad buʼi; hin turinis. Yoseef waan waaqni gooftaa isa godheef akkuma Waaqa waaqeffatamu hin taane Yesuusis sababa guyyaa keessa gooftaa godhameef  Gooftaa tokkicha kophaa isaa waaqeffatamu kan Yesuus sagaduuf sana waliin gonkumaa Waaqeffatamuun sirrii miti. Maatewos 4:10 Yesuusis, “Seexana nana, narraa fagaadhu! ‘Waaqa kee Gooftichaaf sagadi; isuma qofa tajaajili’ jedhamee barreeffameeraatii” jedheen. isuma qofa tajaajili’  Gaaleen jedhu kun Waaqeffannaa yoo ta'u qaama  qeenxee baamaqaa " isa" jedhamuun waamamu qofatu waaqeffatama Qaama san Yesuusis namoota biroo waliin waaqeffata. Yohannis 4:22 Isin waan hin beekne waaqeffattu; nu sababii fayyinni Yihuudoota keessaa dhufuuf kan beeknu waaqeffanna. Kanaafi Yeuus mataan isaa yeroo hedduu adda isaatiin gombifamee kan sagaduuf Maatewos 26:39 Innis xinnoo achi hiiqee adda isaatiin lafatti gombifamee, “Yaa Abbaa ko, yoo dandaʼame xoofoon kun narra haa darbu. Garuu akka fedhii keetii malee akka fedhii kootii hin taʼin” jedhee kadhate. Maarqos 14:35 "Innis xinnoo achi hiiqee lafatti gombifamee, yoo dandaʼame akka saʼaatiin sun isa irra darbituuf kadhate. Gooftummaan Yesuus osoo kan amalaa(dhugaa ) taatee silaa Yesuus waaqa irraa gooftummaa hin argatu,Gooftaa waaqeffatu,kan addaan gombifamee sagaduuf hin qabaatu ture. Gooftummaan Yesuus akkuma jalqaba qabu xumuras ni qaba Inshaa Allaah kutaa itti aanu keessatti ni ilaalla... Obboleessa keessaan Jamaal Kadiir
Показати все...
👍 2 1
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.