cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Oromticha Warra Gammada Sanyii✍️

Ilaalchakee jijjiiruun jireenyakee jijjiiruu ni dandeessa. Ilaalchi waan hundumaati. Carraa business fi leenjii ijaarsa dhuunfaa argachuuf Phone: 0947256423 0917607885 Gatii kee jiraatta! gatii 👇👇👇👇 👉

Більше
Фінляндія3 199Мова не вказанаБізнес64 455
Рекламні дописи
712
Підписники
Немає даних24 години
+57 днів
+3830 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Фото недоступнеДивитись в Telegram
Namni bu'aa yaada isaati! Ilaalcha keenya sirreessuun jireenya fooyya'aa jiraachuun ni danda'ama. Kaayyoo, Mul'ataa fi Abjuu argachuun Kaayyoo jiraannuu fi mul'ata keenya beeknee isaaf hojjechuu fi isaan of gaggeessuu Jireenya hiika yookaan roga qabuun gaggeeffamuuf galma lafa kaawwatanii(baafatanii) hojjechuu Bartee yookaan amala gaarii ijaarrachuun, Sammuu keenya kaayyoo barbaannuuf saganteessuu(programming) Dandeettii Gaggeessuummaa gaarii fi gareen hojjechuu danda'uu gonfachuu Roga yookaan kutaa barbaadan irratti milkaa'aa ta'uu Galii fooyya'aa irra deddeebiin argachuuf yookaan jijjiirama fiduuf leenjii namaaf kennu nama hundumaaf waan barbaachisuuf leenji'uu ni feetuu? SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! #MIIDIYAA_Oromticha_warra_Gammada_Sanyii 👎👎👎👎👎👎👎👎 #See_More_Full_Information #Join_Us 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 🙏https://t.me/HinkosaAsefa23 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 🙏https://t.me/oromticha430 👇👇👇👇👇👇👇👇👇🙏 👉https://t.me/CaayaaOBN
Показати все...
OF JAALADHU! ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ❍ Eenyu akka taate of jaalladhu! ❍ Mul'ata kee jaaladhu! ❍ Dandeettii kee jaaladhu! ❏ Ati uumama addaa fi ajaa'ibaati. Kolfa kee eenyullee kolfuu hin danda'u. Haasaa kee eenyulleen dubbachuu hin danda'u. Nama biraa ta'uuf hin yaalin, hamma fedhe of fakkeessinus nama biraa ta'uuf hin dandeenyu. Namni biraa nu ta'uu hin danda'u. Huccuun nuuf hodhame akkuma yeroo uffannu nu irraa bareedu, nama biraa fakkaachuuf yaaluun uffata nama biraaf hodhame uffannee Akka nurraa bareedu eeguuti! ♥️♥️♥️♥️♥️💖💖💖💖💖💖 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! #MIIDIYAA_Oromticha_warra_Gammada_Sanyii 👎👎👎👎👎👎👎👎 #See_More_Full_Information #Join_Us 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 🙏https://t.me/HinkosaAsefa23 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 🙏https://t.me/oromticha430 👇👇👇👇👇👇👇👇👇🙏 👉https://t.me/CaayaaOBN
Показати все...
Hinkosa Asefa Amenu Official page

winner man🎤✍️✍️✍️♥️♥️♥️♥️✍️✍️

Фото недоступнеДивитись в Telegram
Amaloota namoota milkaa'anii shanan 1. Ganamaan ka'u 2. Ni galateeffatu 3. Waan barbaadan sammuutti yaadu 4. Waan yaadan gara gochaatti jijiiru 5. Gareen hojjetu. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! #MIIDIYAA_Oromticha_warra_Gammada_Sanyii 👎👎👎👎👎👎👎👎 #See_More_Full_Information #Join_Us 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 🙏https://t.me/HinkosaAsefa23 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 🙏https://t.me/oromticha430 👇👇👇👇👇👇👇👇👇🙏 👉https://t.me/CaayaaOBN
Показати все...
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! #MIIDIYAA_Oromticha_warra_Gammada_Sanyii 👎👎👎👎👎👎👎👎 #See_More_Full_Information #Join_Us 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 🙏https://t.me/HinkosaAsefa23 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇🙏https://t.me/oromticha430 👇👇👇👇👇👇👇👇👇🙏 👉https://t.me/CaayaaOBN
Показати все...
Hinkosa Asefa Amenu Official page

winner man🎤✍️✍️✍️♥️♥️♥️♥️✍️✍️

#Leenjiin_Gahumsa_Dhuunfaaf_Hojiin_Bizineessii_Haala_Kanaan_itti_Fufe_jira. #Odeeffaannoo_Dabataaf_0947256423_Link_Armaan_Gadiin_Naan_Qunamuu_Dandeessuu.                      #See_more_read_information 👇👇👇👇👇👇👇👂👂👂 👉Kottaa Waliin hojjeenne Waliin haa milkoofnu. ♥️Ilaalchakee jijjiiruun jireenyakee jijjiiruu ni dandeessa. Ilaalchi waan hundumaati. Carraa business fi leenjii ijaarsa dhuunfaa argachuuf SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! #MIIDIYAA_Oromticha_warra_Gammada_Sanyii #personal_Developement_Training_And_Business_Opportunity Bakka armaan Gadiitti Eegaleera! 👉Adaamaa 👉Assallaa 👉Balee 👉Bishooftuu 👉Dukam 👉Buraayyuu 👉Jimmaa 👉Naqamtee 👉Harar 👉Amboo 👉HAWWAASA 👉Sabbataa 👉Finfinnee Bakkoota kanatti eegallee waan jirruuf itti fayyadamaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 #Carraa hojii  Bizineessii fi Leenjii Gahumsaa sammuu fayyadamuu dandeessuu ✍️Addunyaa Kana irraa Kan akka sammuu ofii leenjiisuu bu'aa Guddaa Qabu hin jiru. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 Carraa Guddaa Armaan Gadii Argaachuu Dandeessuu. ❤️Carraa leenjii Gahumsaa Sammuu. ❤️Carraa Hojii Bizineessi. ❤️Carraa Bilisummaa yeroo. ❤️Carraa Bilisummaa mallaqa. ❤️Carraa Bashanaannaa Biyya garaagaraa, ♥️Carraa Badhaasa konkolaata argachuu dandeessuu . 👉Odeeffaannoo Dabalataaf 👉Toora Armaan gadiitiin nu quunnamuudhaan odeeffaannoo Guutuu Qoodadha itti fayyadamaa. https://t.me/oromticha430 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/CaayaaOBN 0947256423 👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/HinkosaAsefa23
Показати все...
Oromticha Warra Gammada Sanyii✍️

Ilaalchakee jijjiiruun jireenyakee jijjiiruu ni dandeessa. Ilaalchi waan hundumaati. Carraa business fi leenjii ijaarsa dhuunfaa argachuuf Phone: 0947256423 0917607885 Gatii kee jiraatta! gatii 👇👇👇👇 👉

Фото недоступнеДивитись в Telegram
👍 2👎 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Being poor is blessing it always gives me motivation to be successful someday.
Показати все...
👍 3
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Namaaf jettee gaarii yoo fakkaatte ni miidhamtan. Ofii keetiif jettee gaarii yoo taate garuu boqonnaa sammuu argatta. Nus jibbaa fi Hinaaffaan  hamma nu keessatti dagaagee jirutti, fayyaa Fooniif Hafuuraa guutuu qabaachuu hin dandeenyu ... 😭👇🏾
Показати все...
👍 3 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Gaafa qofaatti hafte yaada kee Gaafa rakkoo keessa buute miira kee Gaafa namaa wajjin jirtu arraba kee Gaafa hamileen siif guutamtes gammachuu kee to'adhu        YEROO GAARII QABAADHAA❤✅    ❤❤❤❤❤💪💪   👇👇👇👇👇👇👇👇 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! #MIIDIYAA_Oromticha_warra_Gammada_Sanyii 👎👎👎👎👎👎👎👎 #See_More_Full_Information #Join_Us 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 🙏https://t.me/HinkosaAsefa23 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 🙏https://t.me/oromticha430 👇👇👇👇👇👇👇👇👇🙏 👉https://t.me/CaayaaOBN
Показати все...
1
Gaafa qofaatti hafte yaada kee Gaafa rakkoo keessa buute miira kee Gaafa namaa wajjin jirtu arraba kee Gaafa hamileen siif guutamtes gammachuu kee to'adhu        YEROO GAARII QABAADHAA❤✅    ❤❤❤❤❤💪💪   👇👇👇👇👇👇👇👇
Показати все...
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.