cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

DAANII OFFICIAL

Creator :

Більше
Рекламні дописи
1 795
Підписники
-124 години
+67 днів
+54630 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Jireenyi kiristaanummaa keenya akka Yisihaaq, ofii isaatiin homaa kan hin hojjenne, garuu waan abbaan qabu hunda kan dhaaluufi itti gammadu ta’uu qaba. Yisihaaq waan hundumaa abbaa isaa irraa dhaale  (Uma. 24:36; 25:5). Dhaaltuu badhaadhummaa abbaa isaas kan inni ta’e carraaqqii isaatiin osoo hin taane ayyaanaan ture. Badhaadhummaa abbaa akka dhaaluuf waan tokko gochuun isarraa hin barbaachifne ; dhaaluufis homaa hin goone. Guutummaatti akkasumas haal-duree tokko malee ayyaanaan ture. Kakuu Haaraa keessatti amantoonni waamaman hundi dhaaltota ayyaana Waaqayyoo isa guutuufi isa haalduree hinqabne sanaati. Waaqayyo nu waamee Kiristoos kessatti eebba hafuuraa hundumaanis nu eebbiseera (Efe. 1:3). Akka gammachuu keenyaatti badhaadhina guutummaa waaqummaa hundumaa dhaaluudhaan akka nuti dhaaltota ayyaanaa taanuuf Kiristoos keessatti ayyaana keessa nu kaa'eera. Jireenyi kiristaanummaa keenya akka Yisihaaq, ofii isaatiin homaa kan hin hojjenne, garuu waan abbaan qabu hunda kan dhaaluufi itti gammadu ta’uu qaba. Ayyaana dhaaluu keessatti, ayyaanatti gammaduuf banaafi qophaa’aa taanee of eeguu akka dandeenyutti carraaqqii JIREENYA UUMAMAA KEENYAA IRRAA OF DHAABUU QABNA. #Karaadhugaa Join and share
Показати все...
👍 2
“¹⁸ Kadhataa fi himata keessan hundumaa keessatti yeroo hundumaa hafuuraan geggeeffamaatii kadhadhaa! Egaa kadhachuutti dammaqaa, obsaanis itti jabaadhaa, warra Waaqayyoof qulqullaa'an hundumaafis kadhadhaa! ¹⁹ Ani immoo dhoksaa wangeelaa ija jabinaan beeksisuudhaaf yommuun afaan saaqqadhu, dubbiin akka anaaf kennamutti, anaaf kadhadhaa! ²⁰ Akka dubbachuun anaaf ta'utti ija jabinaan akkan dubbadhuuf anaaf kadhadhaa!...” — Efesoon 6:18-20 —
Показати все...
👍 2
Channel keessaan akka gara 2k,3k,4k,5k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
Показати все...
Qajeelfama Waaqayyoo malee gonkuma milkaa'uu hin dandeenyu. Waaqayyo Qalbii qajeelfma isaa hubatu siniif haa kennu.
Показати все...
Channel keessaan akka gara 2k,3k,4k,5k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
Показати все...
Channel keessaan akka gara 2k,3k,4k,5k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
Показати все...
Repost from HUMNA JABAA
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Account Facebook koo follow gochuun Dhaangaa sammuuf ta'u Hordofaa🙏 Link kunootu👇👇👇 https://www.facebook.com/dannieel.juuraa
Показати все...
CHANNALII WAA'EE FAYYAA NI ARGATTU, NAMNI TOKKO MALLATTOO DHUKKUBA ISAA IBSACHUUN MAALUMMAA ISAA BARUU NI DANDA'A. KANAAF NAMOONNI FAYYAA ISAANIIF HAA DUBBISAN. 👇👇👇👇👇
Показати все...
Fayyaa sammuu
Maalummaa dhibee sammuu
Mallattoolee dhibee sammuu
Yaala dhibee sammuu
Rakkoolee saalquunnamtii
Waa'ee Gaa'elaa
👆👆🖕🖕Join us
CHANNALII WAA'EE FAYYAA NI ARGATTU, NAMNI TOKKO MALLATTOO DHUKKUBA ISAA IBSACHUUN MAALUMMAA ISAA BARUU NI DANDA'A. KANAAF NAMOONNI FAYYAA ISAANIIF HAA DUBBISAN. 👇👇👇👇👇
Показати все...
Fayyaa sammuu
Maalummaa dhibee sammuu
Mallattoolee dhibee sammuu
Yaala dhibee sammuu
Rakkoolee saalquunnamtii
Waa'ee Gaa'elaa
👆👆🖕🖕Join us
CHANNALII WAA'EE FAYYAA NI ARGATTU, NAMNI TOKKO MALLATTOO DHUKKUBA ISAA IBSACHUUN MAALUMMAA ISAA BARUU NI DANDA'A. KANAAF NAMOONNI FAYYAA ISAANIIF HAA DUBBISAN. 👇👇👇👇👇
Показати все...
Fayyaa sammuu
Maalummaa dhibee sammuu
Mallattoolee dhibee sammuu
Yaala dhibee sammuu
Rakkoolee saalquunnamtii
Waa'ee Gaa'elaa
👆👆🖕🖕Join us
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.