cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

HUMNA JABAA

Chanalii kanaan waantota fayyadamaa taanu👇 KALLATTII WAANTOTA HEDDUU ARGACHUU DANDEESSA. @HUMNA_JABAA Na quunnamuu 👉 @HumnaJabaa SUBSCRIBE GODHAA 👇👇👇👇👇👇 https://www.youtube.com/@JABAATUBE-mx2kn

Більше
Рекламні дописи
21 466
Підписники
-1124 години
+1677 днів
+1 80230 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Фото недоступнеДивитись в Telegram
#Yaadota_Baay'ee_Barsiisoo_kana_dubbisi!! 1.#Nama namoonni akka fedha isaaniitti kaartaa jireenya isaaniitiin jiraachiisan hin ta'in. Kaartaa jireenya kee bocadhu! Kaartaa kee irratti of ijaari! 2. #Argii jalqabi malee arguu qofaaf hin jalqabin! Dhaga'ii ba'i malee dhaga'uu qofaaf hin ba'in! 3. #Ofii kee wajjin yeroo bal'aa fi sirrii ta'e qabaadhu! 4. #Kan nama kuffisu baay'ina rakkinaa osoo hin taane, mul'ata xiqqoo fi obsa xiqqoo qabaachuudha! 5. #Miidhama sirra ga'eef beellama haaloo ba'uu hin qabatin. Yeroo hundumaa ilaalchaa haaloo ba'uutu sirratti mo'a waan ta'eef. 6. #Borii keef karoorsi. Har'a keetti garuu gammachuudhaan jiraadhu! 7. #Guyyaa tokko akka addunyaa lafarraa kana wajjin waliigaltee jireenyaa xumurtee deemtu(duutu) yeroo hundumaa yaadaa mana keetii ba'i akkasumas yaadaa mana keetti gali. #Addunyaa daqiiqaa tokko booda waan ta'uu hin beekneef, nama hin jibbin ofiikees hin jibbin! #Like and #Share hin dagatinaa🙏
Показати все...
👍 25 13
Advantages of Network Marketing #Unlimited_earning_potential: Network marketers can earn commissions on their own sales as well as the sales of their team members, creating the potential for a high income. #Flexible_work_schedule: Network marketers can set their own hours and work from anywhere they have an internet connection. #Low_startup_costs: Many network marketing companies offer low-cost startup packages, making it easy to get started. #Training and #support: Network marketing companies typically provide training and support to their distributors, helping them to develop the skills they need to succeed. #Community and #networking: Network marketing can provide opportunities to connect with other like-minded people and build a network of business contacts. #Personal_development: Network marketing can help individuals develop their communication, leadership, and sales skills. #Residual_income: Network marketers can earn residual income from the sales of their team members, even after they have stopped actively working in the business. #Tax_advantages: Network marketers may be able to deduct business expenses from their taxes, such as travel, meals, and marketing materials. #Leverage: Network marketers can leverage the efforts of their team members to grow their business and earn more income. #Passive_income: Once a network marketing business is established, it can generate passive income for the distributor, even if they are not actively working in the business.
Показати все...
👍 1
Namoota kana Mee adda baasi. Eenyurraa fagachuun akka si barbaachisu hubatta. 1) Nama yeroo Si dabbaru(mukaa'uu ofiraarraa baasuuf) qofa yaadattu😁🤭 2) Nama yeroo Ciistu qofa yaaddu😳 3)Nama yeroo Gammachuuf gaddake yaadattu😍 4)Nama yeroo argitu qofa yaadattu 😉 5) Nama yeroo Hunda arguu Fi waliin jiraachuuf hawwitu🥰 Namoota Kanneen erga adda baafattee boodammoo Namaa Fi of miidhuu irra waantota si geessisan 'delete' godhi!👍
Показати все...
👍 14
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Mul'ataaf malee mul'achuuf hin hojjatin Mul'anni kee bakka ati gahuu barbaaddu sitti mul'isa. Namni mul'ata qabu mul'ata isaa galmaan gahuuf jiraata. Namni mul'ata isaa galmaan gahuuf hojjatu galma ni ga'a. Namni mul'achuuf hojjatu galmi isaa mul'achuuf males mul'ata waan hin taanef galma gahu hin qabu. Namni mul'ata qabuu fi mul'ataaf hojjatu akka Ifaa bara baraan hin dhaamnetti mul'anni isaa ol baasee isa mul'isa. Namni mul'achuuf hojjatu immoo yeroo ta'eef akka Ifaa billic jedhee takka ifee deebi'ee dhaamuu mul'atee bada. Yoomiyyuu yoo ta'e mul'achuuf osoo hin taane, mul'ata kee galmaan gahuuf hojjadhu. Uffata feete uffadhu, konkolaataa feete qabadhu, barbaaddu xiyyaara feete qabaadhu, qabeenyi kee ittiin mul'achuuf osoo hin taane mul'ata kee galmaan ga'uuf hojjadhu. Waan mul'ata ittiin galmaan geessu malee waan ittiin mul"attu barbaadutti yeroo kee hin gubin. Addunyaa kan jijjiiran namoota mul'achuuf dhama'an osoo hin taane, namoota mul'ata galmaan ga'uuf dhama'aniidha.
Показати все...
👍 48🔥 25 15😍 1
Meeshaan bakka isaa malee taa'e bakka taa'e sanaaf kosiidha👌 NAMNILLEE AKKASUMA!
Показати все...
👍 13 5🔥 1
Namoonni tokko tokko akkamitti  dubartiin Jalloodha! Jetta jechuun na komatu. Dhugaa qabu.Mirgaas qabu. Waa'ee jallina jaraa itti deebina. Yoo lubbuun jiraanne nama hubatuuf,Jallinni dubartii ilma dhiiraatif faayidaa guddaa qaba. Miidhama guddaas qaba.Waan lama qofa.Milkaa'uu yookaan Maraachuu.Garaagarummaa kana kan fidu ciminaa fi dadhabina dhiiraati.Yoo jallina ishee dandamachuu dandeesse dhiira jabaa taatee baata.Garuu Carraa xiqqoo qabda.Waaqni jabina siif haa laatu. Akkasuma yoo jallina ishee dadhabde,Sammuun kee nyaatameeti,maraatuu nuuf taata.Yoo jabaattee jalaa baate,jallinni Dubartii akka aduutti guddisee si muldhisa. Harka yoo kennite immoo kophaa haasawaa of argita.Kanaafuu jabaadhu.Afaan ishees baradhu.Adabas godhadhu.Ishee waliinis morkii hin galin. Jallina ishees amaniitii waliin jiraadhu.Sossobaa horadhuun. Dubartiin ati jalloo miti jettee quba natti qabdu,kan ishee uumeetu "Lafee jalloo" irraa uumamuu ishee siif hime. Anarraa bu'i.Dhugaa qeebali.Dubartiin akka Lafee jajalloo cinaachaati.Amma yaa'ii dhiisi.Naaf qajeelchi jettees hin kadhatin.Waan hin qajeelle hin gaafatin.Ati qajeeliif.Anas qajeelchiif jedhii kadhadhu.🏃🙆
Показати все...
👍 27 4🔥 1😭 1
Repost from HUMNA JABAA
"#Namoonni cimoon waan hundumaa fi nama hunda irraa baratu, namoonni giddu galeessaa muuxannoo isaanii irraa baratu, gowwoonni deebii hunda durannu qabu". Sooqiraaxis
Показати все...
17🥰 3
Repost from Kebar Gemechu
Empower yourself to be a catalyst for change
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Alagaan wal gargaaree waliin hojjetee rakkina keessaa wal baasa. Kan keenya garuu carraa argate maraan karaa sitti cufaa oola. Si deeggaree guddisee si waliin guddachuu irra gufuu sitti ta'ee rakkoo keessa si galchuuf waan humna isaa gochaa oola Dhugaa moo soba..?
Показати все...
👍 50 21🔥 2
Carraa LOTTERY isiniif qopheessaan jira Maatiin HUMNA JABAA yaada keessa waan na barbaachisuuf yaada keessan naaf qoodaa. Leave a Comment kan jedhu kana tuquudhaan group jala jiru dursa join erga gootanii booda yaada keessan naaf ibsaa👇👇👇👇👇
Показати все...
👍 17 6
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.