cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Drug Restor🥕🥬🅰️🅱️🅾️ / Bukarraa Qorriichaa

Більше
Рекламні дописи
203
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
-330 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Фото недоступне
1
Ofiin Ba'uu Ulfaa- Abortion 👉Ofiin ba'uu ulfaa (Spontaneous Abortion) jechuun yoo ulfi tokko ofuma isaan torbee 28 (ji'a 7) dura ba'u jechuudha. 👉Dhibeen kun dubartoota garaatti hafe (ulfaa'an) keessaa 15% kan mudatudha. 👉Ba'uun ulfaa kun dubartii tokko yoo al lamaa fi isaa ol mudate "Ofiin ba'uu ulfaa irra deddeebi'aa"(Recurrent Miscarriage) jedhama. Yeroo kanatti mana yaalaa deemtee of qorachiisuun dirqama ta'a. 🔹MAALTU FIDA? ◍ Ofiin ba'uu ulfaa keessaa 50% kan ta'u yoo micireen uumamtu, lakkoofsi kiroomosomii doggoggoramuu irraa kan ka'e dha. ◍ Dhibeewwan gadameessaa akka: 👉 Dhibee gadameessaa kan uumamaa, kan akka "Septate Uterus" ykn yoo gadameessi tokko ta'uu male, uumamaan bakka lamatti hiramee dhalatu. 👉Yoo dhaabni gadameessaa sababa walitti qabatee (maxxanee) micireef bakki ga'aan dhabamu (Asherman Syndrome). 👉 Dhiitaa "ixii" gadameessa keesaatti uumamu (Uterine myoma, polyps) 👉 Sirnaan cufachuu dadhabuu ulaa gadameessaa (Cervical insufficiency) ◍ Dhibee qaamaa (kan gadameessaa alaa) ofiin ba'uu ulfaaf saaxilan: 👉 Dhukkuba sirna maadinummaa kan antiphospholipid syndrome jedhamu. 👉 Dhukkuba sukkaaraa 👉 Dhibee xannacha taayirooyidii 👉 Dhibee oovaarii kan polycystic ovary syndrome jedhamu ◍Sigaaraa xuuxuu-Tamboo/sigaaraan ilfi akka ba'uuf sababa guddaadha ◍Alkoolii-Alkoolii baay'isanii dhuguu ◍Buna-guyyaatti siinii 10 ol dhuguu ◍Hanqina Folic acid ◍Qorichoota tokko tokko 🔹YAALA Yaalli dhibee ofiin ba'uu ulfaa kun kan kennamu ogeessota Speeshaalistii ulfaa fi gadameessaan yoo ta'u, ka'umsa isaa adda baasuuf qorannoon ga'aan erga godhamee booda, ka'umsa isaa irratti hundaa’uun yaalli kennama. Waa'ee FayyaaWaa'ee Fayyaa@waaeefayyaa
Показати все...
1
Q- A patient presents to the psychiatrist for consultation. She was involved in a car accident 2 months ago in which she did not suffer any injuries. Since then, she refuses to drive her car. Which of the following is the most likely diagnosis? A-Adjustment disorder B-Major depression C-Panic disorder D-Post traumatic stress disorder (PTSD)
Показати все...
Q- Which of the following medications inhibits folic acid synthesis through its effect on dihydropteroate synthetase enzyme? A- Methotrexate B- Pyrimethamine C- Sulfonamides D- Trimethoprim
Показати все...
Pharmacology and Mechanism of Action of Top 200 drugs
Показати все...
Top 200 Pharmacology drugs.pdf3.81 KB
Q- Which one of the following medications is the best recommended for induction of medical abortion? A- Ergotamine B- Estrogen C- Mifepristone D- Progesterone
Показати все...
19.A 35-year-old man has severe schizophrenia. He is institutionalized and maintained on antipsychotic medication. Which of the following drugs is most likely to cause parkinsonian adverse effects?Anonymous voting
  • Haloperidol
  • Olanzapine
  • Risperidone
  • Quetipine
0 votes
proton pump inhibitor in parietal cellsAnonymous voting
  • T
  • F
0 votes
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 teacher short note in one pdf file Pharmaceutical supply chain managemet This file include all topic in the course 🎉pharmacy fourth year first simester
Показати все...
Preferred agent for breakthrough nausea and vomitingAnonymous voting
  • Metoclopromide
  • Dexamethasone
  • Olanzapine
  • Aprepitant
0 votes
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.