cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Abdurazak.Husen Official

⛳️Let's do our best to serve justice⚖ ⚖️Ambo University, law student. 🔐Justice For All✍️ """......and avoid the false statement (Forged wetness, lying speech)""" Sura..Al-Haj(the Pilgrimage) 22

Більше
Рекламні дописи
650
Підписники
+224 години
+67 днів
+1430 днів
Час активного постингу

Триває завантаження даних...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Аналітика публікацій
ДописиПерегляди
Поширення
Динаміка переглядів
01
ከማረሚያ ቤት ያመለጠው ወንጀለኛ ይፈለጋል! 🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴 በሆለታ ከተማ የመስጂድ ኢማም የነበሩትን ሸህ አህመድ ሙሀመድን በመግደል የ20 ዓመት እስር ፍርድ ተላልፎበት የነበረው አብዱልአዚዝ መሐመድ ጀማል የተሰኘው ወንጀለኛ ከሸገር ማረሚያ ቤት አመለጠ። በሆለታ ከተማ ታላቅ ዓሊምና ኢማም የነበሩት ሼህ አህመድ ሙሀመድ ሚያዝያ 9 ቀን 2014 ዓ.ል ረመዷን ወር ላይ ለማሰገድ ወደ መስጂድ ሲጓዙ በነበረበት ወቅት በሁለት ጥይት ተደብድበው መገደላቸው ይታወሳል። በግዜው በዋነኝነት ግድያውን ያቀናበረው አቶ አብዱልዓዚዝ ሙሀመድ ጀማል የተባለው ግለሰብ በ ሞያሌ በኩል ሊያመልጥ ሲሞክር በዚሁ የፌስቡክ ገጽ ላይ ባደረግኩት ጥሪ በሻሸምኔ ከተማ ላይ በሻሸመኔ ሙስሊም ጀምዓ መያዙ ይታወሳል። በቁጥጥር ስር ከዋለ በኋላ በግድያ ወንጀሉ ተከሶ በጥር 29 ቀን 2015 ዓ.ል. በዋለው ችሎት የ20 ዓመት ጽኑ እስራት ቅጣት ተላልፎበት ነበር። ሆኖም የእስር ቅጣቱን በሸገር ማረሚያ ቤት እየፈጸመ እያለ በግንቦት 23 ቀን 2016 ከእስር ቤት በመሰወሩ በተገኘበት እንዲያዝ ያለበትን የሚያውቅና ያየ ሰው እንዲጠቁም ጥሪ ተላልፏል። የተፈላጊው ወንጀለኛ ምስል፣የአፋልጉን ጥሪ ደብዳቤና ተያያዠ መረጃዎች ከስር ተያይዟል።
430Loading...
02
Mariin biyyaalessaa maali?  Maaliif hundeeffame?  Muslimaaf maaltu tola?     Mariin biyyoolessaa komishinii rakkoolee fi waldhabdee biyyoolessaa seenaa keessattis ta’e haala yeroo keessatti uumaman mariidhaan hiikuuf hundaa’eedha.  Seenaawwanii fi seeneffamawwan durii akkamitti barreeffamuu akka qaban kallattii kaa’a.  Gootota biyyattii bal'inaan tarreessa.  Mallattoo fi mul’annoo akkamii biyyattiin har’a qabaachuu akka qabdu (alaabaa, faaruu biyyaalessaa, maqaa daandii fi kkf) murteessa.  Lammiileen biyyattii keessatti mirga akkamii qabaachuu akka qabaniifi daangaan mirga isaanii maal akka ta’e ibsa.  Heerri mootummaa sarara waliigalaa fooyya’uu qabu kaa’a. 📌 Akka Muslima tokkootti ajandaawwan armaan olitti ibsaman fi kanneen biroo hin kaafamne nu tuqa.  Bu’aan isaa gaariis ta’ee hamaa ta’us, ejjennoo hawaasni Musliimaa biyyattii keessatti qabu mirgaa fi dirqama isaatiin murtaa’a.  Seenaan keenya ni barreeffama.  Mirgi keenya ni eegama.  Bakka bu'ummaan keenya ni ibsama.  Dhimmoota Muslima waliigalaa kaasan irratti murteen ni darba. 📌 Marii kana keessatti hirmaattonni hawaasa keessaa kan filataman yoo ta’u, hirmaattoota 2,000 Addis Ababa keessa jiran keessaa Muslimoonni dhibbeentaa 5 gadi jechuunis naannoo namoota 100 ta’u.  Naannolee Musliimoonni guutumaan guututti keessa jiraatan kan akka naannoo Affaarii fi Somaalee keessatti lakkoofsi hirmaattota waliigalaa dhibbantaa 50 gadi ta’uu ibsameera.  Naannolee biroo keessattis gara dhibbeentaa 1.8 ta’a. 📌 Murtoon kana keessatti murtaa'u negaatiivii yoo ta'e rakkoon akkuma duraanii itti fufa.  Salphumatti ijoolleen keenya ammas gootichi biyya keenyaa Ahmed giraany akka weeraraatti barachaa jiran.mana barumsaa keessatti ajandaan hijaabaa ajandaa ta'ee itti fufaa jira.salaata dhiisuun humna waraanaatti seenuuf ulaagaa ta'ee itti fufaa jira.Kanneen biroos... 🔺 Dhugaa fi balaan hamma kana guddaa ta'us ammallee hanqinni dammaqiinsaa jira.  Rakkoon Muslimoota hamma kana gadi fagoo ta'us Komishiniin Marii hirmaachisuunii dide. 🔺 Dhaabbanni adda duree mormii erga dhageessise bubbuleeti jira.Dhaabbata keenya cinaa akka jirruu fi kana cal'ifnee akka hin ilaalle agarsiisuufis dirqama qabna.  Waa'ee marii fi komishinichaa karaa Facebook, telegram, X, Youtube fi fuula miidiyaa hawaasaa kana fakkaataniin ergaa haa dabarsinu.  Mormii keenya sanduuqa yaadaa fuula komishinichaa keessa haa galchinu. manaa fi iddoo hojiitti aa'ee kanaa qofa haa dubbannu.  Sana booda fedha Rabbiitiin hooggantoonni keenya ni cimu.sana booda gurri tuffii keenyaaf callise sodaadhaan dhaggeeffata.mirga keenyallee nuuf nahuudhaan otuu hin taane nu kabajuun nuuf eegu.  Mirga keenya kadhaadhaan otuu hin taane falmiidhaan ni kabachiifanna. Rabbiin marii biyya keenyaaf fayyadu haa godhu!! Madda👉@aaumsu 📍📍📍📍📍📍📍📍 https://t.me/Abdu_Husen
691Loading...
03
Caamsaa 24,2016 BAAWO guyyaa har'aa gargaartota Abbaa Alangaa fi Abbootii Alangaa dorgomanii qormaata barreeffamaa fudhachuudhaan qabxii darbiinsaa fi isaa ol fidan galma ILQSO tti oranteeshiinii kennaafii kan jiru yoo ta'u dorgomtoonni kunneen carraa kaasuun gara godina itti ramadamaniitti kan ergamanudha jedhameera. Hanqina humna namaa gama kanaan jiru furuuf xiyyeeffannoo guddaadhaan hojjatamaa jiraachuu odeeffanneerra. Qaamoleen haqaa bBiyya keenyaa keessumaa kan naannoo Oromiyaa hojiin gama humna namaa fi dandeettii raawwachiisummaa jiru furuuf yoomiyyuu caalaa xiyyeeffannoon hojjachuutu barbaachisa. Hawaasni haqa isaaf abdiin isaa qaamolee kana waan ta'eef waan nurraa eegamu haa bahannoon dhaamsa keenya! ============================= Maddi:- BAAWO ✔ @KerimOfficial @KerimOfficial 2016.24.45
590Loading...
04
ይህ አስደሳች ዜና ነው‼ ================= Breaking News For all Muslims Ummah!! እነሆ የዘንድሮውን የዐረፋህ ኹጥባህ በዐረፋህ ተራራ ላይ የሚያደርገው በአላህ ፈቃድ ተወዳጁ ቃሪእና የሐረመ-ል-መኪይ ኢማምና ኸጢብ ዶ/ር ማሂር አል-ሙዐይቂሊ ይሆናል። BREAKING: Sheikh Maher is appointed as Hajj Khateeb to deliver ⁩ this year's Arafat Khutbah.. #Hajj1445 ያ ረብ! አንተ ሁሉን ቻይ ነህና መንገዱን አግራልን፣ ወደተቀደሰው ቦታህ ጥራን! ✍️ Source.. Murad Tadase official Chanal!
1681Loading...
05
የሥራ ማሥታወቂያ የስራ መደብ: ዐቃቤ ህግ ደረጃ 1 (አዲስ) ስራ ቦታ: ምስራቅ ጉራጌ ዞን Beeksisa Hojii Gita hojii: Abbaa Alangaa sd 1ffaa (A.A Aanaa) Iddoo hojii: Godina Guraagee bahaa
900Loading...
06
https://t.me/Abdu_Husen
1310Loading...
07
ወላጆቹ፣ ሚስቱ፣ ልጆቹ፣ ጎረቢቶቹና ጓደኞቹ በመልካም የሚመሰክሩለት ሰው ካገኛችሁ፤ ኸይር ነገር ላይ ያለ ሰው ነውና ጓደኛ ብታደርጉት ታተርፋላችሁ። Copied!!
1311Loading...
08
Media files
1710Loading...
09
Media files
1410Loading...
10
Lists of kaadhimamtoota Alangee⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
1060Loading...
11
Biiroo Abbaa Alangaa waliigalaa Oromiyaa irraa! Worreen calallii darbitan Baga gammaddaan Isiniin jechaa gamanumaan qormaataaf akka of qopheessitanun Isiniin jedha qaaliiwwan Koo!! Nagaan naaf bulaa! Halkaan gaariin isiniif hawwa!
1140Loading...
12
☝️☝️☝️ ✍️Dhimma mata duree olitti ibsine kanaaf tooftaa hiikkoo kanaan yoo deemne rakkisaa taá jedheen yaada. Seerri Mootummaa Federaalaa amaluma isaatiin qabeenya Uumamaa irratti baasu tumaa waliigalaa Framework isaa malee tarreeffama seeraa ballinaan tarreessee kaahuu miti waan taéef qabeenya dhaabbataa lafa baadiyyaa irra jiru gurguruun buáa maalii akka hordofsiisu madaalee tarreeffamaan baasuun hojii Bulchiinsaa waan taéef qabeenya uumamaa bulchuuf immoo seera naannoleen baasaniin kan ilaalaman waan taéef tumaalee labsiiwwan lamaan walitti buán kana keessaa labsii akka lakk 248/2016 kwt 9(13)tti ilaaluun dhama qabeessa natti fakkaata. Kanaan achii lafti baadiyyaa maqaa qabeenya dhaabbataa irra jiruun karoora itti fayydama lafaa buúura godhateera taappeellaan jedhu kennameefii weerara lafaa fi dimoograaphii jijjiiruu hordofsiisuu dandaá. Tooftaan hiikkoo seeraa seera boodarra bahetu hojiirra oola kan jedhus dhimma kanarratti kan hojiirra oolchinu miti. 👁️Filannoon kun hin taú yoo taé akka ogeessa seeraatti dhimmichi hiikkoo Heeraa kaasisa jedhanii gara calaltuu gumii hiikkoo Heeraatti qajeelchuu dha. 👉Ogeeyyiin dhimma kanarratti actively barreessuu qabun jedha. Barreessaan: Miliyon T.Sarbeessaa (Abbaa seeraa MMWOfi Leenjisaa Ilqso duraanii) 😁Barreeffama addatti qophaa'ee Telegram Chanel kanaaf ergamedha. Galatoomaa jennaan! Nutis yaada dhuunfaa keenyaa yeroo gabaabaa keessatti ni keenya! Online irraa hin dhabaminaa!       Desalegn B.
1200Loading...
13
Media files
1604Loading...
14
⬆️⬆️⬆️⬆️⬆️⬆️⬆️⬆️. Best short Note with previously Exit exam
2073Loading...
ከማረሚያ ቤት ያመለጠው ወንጀለኛ ይፈለጋል! 🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴 በሆለታ ከተማ የመስጂድ ኢማም የነበሩትን ሸህ አህመድ ሙሀመድን በመግደል የ20 ዓመት እስር ፍርድ ተላልፎበት የነበረው አብዱልአዚዝ መሐመድ ጀማል የተሰኘው ወንጀለኛ ከሸገር ማረሚያ ቤት አመለጠ። በሆለታ ከተማ ታላቅ ዓሊምና ኢማም የነበሩት ሼህ አህመድ ሙሀመድ ሚያዝያ 9 ቀን 2014 ዓ.ል ረመዷን ወር ላይ ለማሰገድ ወደ መስጂድ ሲጓዙ በነበረበት ወቅት በሁለት ጥይት ተደብድበው መገደላቸው ይታወሳል። በግዜው በዋነኝነት ግድያውን ያቀናበረው አቶ አብዱልዓዚዝ ሙሀመድ ጀማል የተባለው ግለሰብ በ ሞያሌ በኩል ሊያመልጥ ሲሞክር በዚሁ የፌስቡክ ገጽ ላይ ባደረግኩት ጥሪ በሻሸምኔ ከተማ ላይ በሻሸመኔ ሙስሊም ጀምዓ መያዙ ይታወሳል። በቁጥጥር ስር ከዋለ በኋላ በግድያ ወንጀሉ ተከሶ በጥር 29 ቀን 2015 ዓ.ል. በዋለው ችሎት የ20 ዓመት ጽኑ እስራት ቅጣት ተላልፎበት ነበር። ሆኖም የእስር ቅጣቱን በሸገር ማረሚያ ቤት እየፈጸመ እያለ በግንቦት 23 ቀን 2016 ከእስር ቤት በመሰወሩ በተገኘበት እንዲያዝ ያለበትን የሚያውቅና ያየ ሰው እንዲጠቁም ጥሪ ተላልፏል። የተፈላጊው ወንጀለኛ ምስል፣የአፋልጉን ጥሪ ደብዳቤና ተያያዠ መረጃዎች ከስር ተያይዟል።
Показати все...
Mariin biyyaalessaa maali?  Maaliif hundeeffame?  Muslimaaf maaltu tola?     Mariin biyyoolessaa komishinii rakkoolee fi waldhabdee biyyoolessaa seenaa keessattis ta’e haala yeroo keessatti uumaman mariidhaan hiikuuf hundaa’eedha.  Seenaawwanii fi seeneffamawwan durii akkamitti barreeffamuu akka qaban kallattii kaa’a.  Gootota biyyattii bal'inaan tarreessa.  Mallattoo fi mul’annoo akkamii biyyattiin har’a qabaachuu akka qabdu (alaabaa, faaruu biyyaalessaa, maqaa daandii fi kkf) murteessa.  Lammiileen biyyattii keessatti mirga akkamii qabaachuu akka qabaniifi daangaan mirga isaanii maal akka ta’e ibsa.  Heerri mootummaa sarara waliigalaa fooyya’uu qabu kaa’a. 📌 Akka Muslima tokkootti ajandaawwan armaan olitti ibsaman fi kanneen biroo hin kaafamne nu tuqa.  Bu’aan isaa gaariis ta’ee hamaa ta’us, ejjennoo hawaasni Musliimaa biyyattii keessatti qabu mirgaa fi dirqama isaatiin murtaa’a.  Seenaan keenya ni barreeffama.  Mirgi keenya ni eegama.  Bakka bu'ummaan keenya ni ibsama.  Dhimmoota Muslima waliigalaa kaasan irratti murteen ni darba. 📌 Marii kana keessatti hirmaattonni hawaasa keessaa kan filataman yoo ta’u, hirmaattoota 2,000 Addis Ababa keessa jiran keessaa Muslimoonni dhibbeentaa 5 gadi jechuunis naannoo namoota 100 ta’u.  Naannolee Musliimoonni guutumaan guututti keessa jiraatan kan akka naannoo Affaarii fi Somaalee keessatti lakkoofsi hirmaattota waliigalaa dhibbantaa 50 gadi ta’uu ibsameera.  Naannolee biroo keessattis gara dhibbeentaa 1.8 ta’a. 📌 Murtoon kana keessatti murtaa'u negaatiivii yoo ta'e rakkoon akkuma duraanii itti fufa.  Salphumatti ijoolleen keenya ammas gootichi biyya keenyaa Ahmed giraany akka weeraraatti barachaa jiran.mana barumsaa keessatti ajandaan hijaabaa ajandaa ta'ee itti fufaa jira.salaata dhiisuun humna waraanaatti seenuuf ulaagaa ta'ee itti fufaa jira.Kanneen biroos... 🔺 Dhugaa fi balaan hamma kana guddaa ta'us ammallee hanqinni dammaqiinsaa jira.  Rakkoon Muslimoota hamma kana gadi fagoo ta'us Komishiniin Marii hirmaachisuunii dide. 🔺 Dhaabbanni adda duree mormii erga dhageessise bubbuleeti jira.Dhaabbata keenya cinaa akka jirruu fi kana cal'ifnee akka hin ilaalle agarsiisuufis dirqama qabna.  Waa'ee marii fi komishinichaa karaa Facebook, telegram, X, Youtube fi fuula miidiyaa hawaasaa kana fakkaataniin ergaa haa dabarsinu.  Mormii keenya sanduuqa yaadaa fuula komishinichaa keessa haa galchinu. manaa fi iddoo hojiitti aa'ee kanaa qofa haa dubbannu.  Sana booda fedha Rabbiitiin hooggantoonni keenya ni cimu.sana booda gurri tuffii keenyaaf callise sodaadhaan dhaggeeffata.mirga keenyallee nuuf nahuudhaan otuu hin taane nu kabajuun nuuf eegu.  Mirga keenya kadhaadhaan otuu hin taane falmiidhaan ni kabachiifanna. Rabbiin marii biyya keenyaaf fayyadu haa godhu!! Madda👉@aaumsu 📍📍📍📍📍📍📍📍 https://t.me/Abdu_Husen
Показати все...
Abdurazak.Husen Official

⛳️Let's do our best to serve justice⚖ ⚖️Ambo University, law student. 🔐Justice For All✍️ """......and avoid the false statement (Forged wetness, lying speech)""" Sura..Al-Haj(the Pilgrimage) 22

Caamsaa 24,2016 BAAWO guyyaa har'aa gargaartota Abbaa Alangaa fi Abbootii Alangaa dorgomanii qormaata barreeffamaa fudhachuudhaan qabxii darbiinsaa fi isaa ol fidan galma ILQSO tti oranteeshiinii kennaafii kan jiru yoo ta'u dorgomtoonni kunneen carraa kaasuun gara godina itti ramadamaniitti kan ergamanudha jedhameera. Hanqina humna namaa gama kanaan jiru furuuf xiyyeeffannoo guddaadhaan hojjatamaa jiraachuu odeeffanneerra. Qaamoleen haqaa bBiyya keenyaa keessumaa kan naannoo Oromiyaa hojiin gama humna namaa fi dandeettii raawwachiisummaa jiru furuuf yoomiyyuu caalaa xiyyeeffannoon hojjachuutu barbaachisa. Hawaasni haqa isaaf abdiin isaa qaamolee kana waan ta'eef waan nurraa eegamu haa bahannoon dhaamsa keenya! ============================= Maddi:- BAAWO ✔ @KerimOfficial @KerimOfficial 2016.24.45
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram