cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Imala Jireenyaa

Arraaf Jennee Kalee Oobsine

Більше
Фінляндія3 355Мова не вказанаПолітика
Рекламні дописи
274
Підписники
Немає даних24 години
+27 днів
-130 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Waraanni Bilisummaa Oromoo kan mootummaan Itoophiyaa ABO-Shanee jehcuun paarlaamaatti garee shororkeessaa ta'ee akka farajjamu taasise karaa miidiyaalee hawaaasaa isaa waayee uggura sochii kana aifatti waan jedhe hin qabu. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/MfztGqp
Показати все...
Uggurri sochii Oromiyaatti labsame fashaluu, tarkaanfii 'madaalu' fudhachaa jiraachuu Mootummaan ibse

Waraanni Bilisummaa Oromoo kan mootummaan Itoophiyaa ABO-Shanee jehcuun paarlaamaatti garee shororkeessaa ta'ee akka farajjamu taasise karaa miidiyaalee hawaaasaa isaa waayee uggura sochii kana aifatti waan jedhe hin qabu.

Raajii dubbii baraa!!!!!
Показати все...
OFITTI AMANAMUMMAA! Hiriyoota isaa wajjiin osoo jiruu jeneraal saamoraa irraa bilbilli bilbilameefi hiriyoota isaa biraa gad bahee silkii dubbisee yeroo inni ol deebi'u hiriyoonni isaa madfiidhaan dhumatanii jiru baayyee gadde Nama kana jaalannus jaallachuu bannus bu'aa bahii rakkoo fi gadadoo wanti inni keessa darbee milkaa'e nama kamiifuu kaka'uumsa ta'a! Magalaa Xiqqoo bashaashaa jedhamtutti dhalatee waraana yeroo ta'u baayyee gammade Haaluma kanaan osoo jiruu Ani muummee ministeeraa biyya kanaa ni ta'a jedhee Yeroo inni haasahu namoonni baay'een itti qoosaa itti kolfaa turan Garuu akkuma inni jedhe Abjuun isaa kun milkaa'eefi Waraana (wattaaddara) ta'ee ajajamuu irraa muummicha ministeeraa Ethiopia ta'ee argame Isin hunduu ni beektan P.m.Dr.Abiyyii Ahmad Du'a osoo fuuldura kiyyatti arguu Ani garuu akkuma waan Hin arginiitti itti deemee guyyaa baay'ee jala darbeera jedha Eega guyyaa mootummaa ta'ee irraa jalqabee ityoophiyaa keessatti waan samii gaditti argamu Gammachuurraa hanga gaddaatti Isa faarsuurraa hanga isa qeequutti Isa jaalachuu irraa hanga isa jibbuutti isa faarsuu irraa hanga isa qeequutti deemus uummanni biyya inni bulchuu inni garuu yoomuu Abjuu isaa irraa Abdii kutee hin beeku Waan Itti amane gochuu irraa Wanni tokkoyyuu of duuba isa hin deebisu 💪 nama kana irraa waan guddaa baranna Sanyii koo rabbitti aansee ofitti amanamummaa qabaadhu Halkan gaarii🙏 @httAwakening @httAwakening
Показати все...
Gufuun nama ciisu hin dhahu Kan deemutu gufata Of-argataan kufee hin hafu Danda'ee tarkaanfata Haallisaa mismaara Gadi rukuttu ni jabaata Odeessaan haala deeggara Kuftu Ilkaansaatu sitti addaata Injifattus Gateettima isaatu si baadhata Warri mul'ata qabu Kaayyoof wareegama kafalu Bu'anii ba'anii Biyya lafaatif waa dabalu Inni hamma koomeetti yaadu Jiraatus jireenyaaf hin malu Abjootaan abdii qabu Tulluu mul'ataa yaaba Sammuusaa sooree Dhaddacha haqaa dhaaba sababa qaba Yoom Callisee seeqa Ejjannaa qaba Ilaalee qeeqa Qilleensaaf lallabaan Yoom danda'ee jeeqa Daandiin moo'attootaa Gufuuf gufaatas baay'atu Bu'aa cehiis qabaata Kan abjuu guddaa qabu Haalaaf harka hin laatu ©Amiin Waaree
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
#MoE Ministeerri Barnootaa barattoota bara 2015 qormaata kutaa 12ffaa hin milkoofne Amajjii 1, 2016 irraa eegalee barnoota sirreeffamaa akka kennamuuf murteesse. Xalayaa Ministira Ministeera Dhimma Alaa Koraa Tushunee Mudde 24/2016 mallatteessanii dhaabbilee barnoota olaanoo barnoota bakka bu'insaa kennan hundaaf ergame;  Barnoonni bakka bu'iinsaa Amajjii 1, 2016 irraa eegalee akka kennamu ajaja kenna. Haala kanaan dhaabbileen Amajjii 1 irraa eegalee ji’oota hafan keessatti barnoota haala bu’a qabeessa ta’een kennuu akka qaban ibsameera.
Показати все...
@Remedial_kutaa_12ffaa 2016 tiif waamichi godhamee jira @Raya_university @Borana_university Nu hordofaa isiniin jenna @Imala_jireenyaa1 @Imala_jireenyaa1
Показати все...
Oduu Gammachiisaa @Remedial_bara_2016 tiif Universitiiwwan gara gara waamicha eegaĺanii jiran waan ta'eef barattoonnii keenya sirritti hordofaa isiniin jenna @Imala_jireenyaa1 @Imala_jireenyaa1
Показати все...
❤️"Sababa jibbuu hin qabne qofaaf hin jaalatin"❤️ @Imala_jireenyaa1 @Imala_jireenyaa1 @Imala_jireenyaa1
Показати все...
Repost from Imala Jireenyaa
☆Girrigirri Kana Dhiisaa! Kan rabbiin jibbee Jibaa haqisaa Midiyaarra bahee Saba saa salphisaa Maqaa nama balleessuuf Dur hin jirree odeessaa ------------------------------------------- Maaliif barbaachisee Hamilee wal cabsuun? Akkamiin dadhabame Garaagarummaa yaadaa Waliif beekuun? ---------------------------------------- Kan jaalatame arrabsiteef Jaalala hin argattuu Maaf kana dhiiftee Madoo sabaa hin yaaltuu -------------------------------------------- Girrigirrii kan dhiisaa Dhiiga nurraa qoorsaa Jaalalaaf tokkummaan Biyyaa keessaan tiksaa ☆Join_our_telegram_channel 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 @Imala_jireenyaa1 @Imala_jireenyaa1 @Imala_jireenyaa1
Показати все...
Waraanni Israa'el-Hamaas erga eegalee haleellaa Israa'el Gaazatti gaggeessituun yoo xiqqaate lammiilen Filisxeem 20,000 ajjeefamaniiru. Kana jechuun giddu galeessan guyyaatti namoonni 300 ni du'u akka ministeerri fayyaa Gaazaa jedhutti. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/yt3WM0s
Показати все...
Gaazaatti namoonni hedduun du'uun waa'ee waraanichaa maal ibsa?

Waraanni Israa'el-Hamaas erga eegalee haleellaa Israa'el Gaazatti gaggeessituun yoo xiqqaate lammiilen Filisxeem 20,000 ajjeefamaniiru. Kana jechuun giddu galeessan guyyaatti namoonni 300 ni du'u akka ministeerri fayyaa Gaazaa jedhutti.

👍 1
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.