cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

BBC News Afaan Oromoo

🌐 Oduu - BBC News Afaan Oromoo BBC Afaan Oromoo irratti Oduu, odeessaa fi taateewwan haaraa Itoophiyaa, Afriikaa fi guutuu addunyaa irratti ta’an argattu Yeroo mara waan haaraa jiru baruuf gara keenya koottaa, waan isinitti dhagahamus nutti himaa. 📩

Більше
Рекламні дописи
10 380
Підписники
+2424 години
+3047 днів
+89730 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

“Nama affeeruu qofaan qarshii hojjadhaa. Nama tokkoon qarshii tokko siniif kaffalaa kan ture Utopet amma gara nama tokkoon qarshii lamaatti guddateera. Kanfaltii isaas karaa Telebirr baafachuu dandeessu. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Показати все...
▢ Start ▢
◆ Open ◆
Saamicha kana booda mootummaan Somaaliyaa ibsa har’a baasen meeshaa waraanaa Itoophiyaatii ‘dhoksaan seene’ humnoonni nageenyaa Somaaliyaa osoo geejibsiisaa jiranii milishootaan saamamuu beeksiseera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/fMO3UFW
Показати все...
Meeshaan waraanaa mootummaa Somaaliyaa milishaafi jiraattotaan saamame

Saamicha kana booda mootummaan Somaaliyaa ibsa har’a baasen meeshaa waraanaa Itoophiyaatii ‘dhoksaan seene’ humnoonni nageenyaa Somaaliyaa osoo geejibsiisaa jiranii milishootaan saamamuu beeksiseera.

“Nama affeeruu qofaan qarshii hojjadhaa. Nama tokkoon qarshii tokko siniif kaffalaa kan ture Utopet amma gara nama tokkoon qarshii lamaatti guddateera. Kanfaltii isaas karaa Telebirr baafachuu dandeessu. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Показати все...
▢ Start ▢
◆ Open ◆
“Nama affeeruu qofaan qarshii hojjadhaa. Nama tokkoon qarshii tokko siniif kaffalaa kan ture Utopet amma gara nama tokkoon qarshii lamaatti guddateera. Kanfaltii isaas karaa Telebirr baafachuu dandeessu. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Показати все...
▢ Start ▢
◆ Open ◆
“Nama affeeruu qofaan qarshii hojjadhaa. Nama tokkoon qarshii tokko siniif kaffalaa kan ture Utopet amma gara nama tokkoon qarshii lamaatti guddateera. Kanfaltii isaas karaa Telebirr baafachuu dandeessu. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Показати все...
▢ Start ▢
◆ Open ◆
Haleellaa hidhattoonni Faannoo buufata poolisii Waldiyaarratti raawwataniin yoo xiqqaate humnooti nageenyaa lama yeroo ajjeefaman kaanimmoo madaa’uu jiraattonni sadiifi maddeen hospitaalaa BBC'tti himan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jnMXgxZ
Показати все...
Waldiyaatti buufati poolisii haleelamee 'poolisoonni ajjeefaman, kaan butaman'

Haleellaa hidhattoonni Faannoo buufata poolisii Waldiyaarratti raawwataniin yoo xiqqaate humnooti nageenyaa lama yeroo ajjeefaman kaanimmoo madaa’uu jiraattonni sadiifi maddeen hospitaalaa BBC'tti himan.

Фото недоступнеДивитись в Telegram
◆ Dhugaa isinitti fakkaachuu dhisuu danda'a garruu namoonni hedduun irraa fayyadama jiru. “Nama affeeruu qofaan qarshii hojjadhaa. Nama tokkoon qarshii tokko siniif kaffalaa kan ture Utopet amma gara nama tokkoon qarshii lamaatti guddateera. Kanfaltii isaas karaa Telebirr baafachuu dandeessu. Start kan jedhu tuqi.▢      👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Yaaliin ajjeechaa pirezidantii duraanii Ameerikaa Doonaald Tiraamp irratti osoo inni duula na filadhaa pirezidaantummaa yeroo lammataatiif gaggeessaa jiru irratti agaa’amamee, kan addunyaa mara naasisee ture. Garuu taateen kun Tiraampiif faayidaa hin eegamne qabatee dhufutu himame. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/lUGBrYX
Показати все...
Yaaliin ajjeechaa Tiraamp irratti taasifame attamiin fudhatama isaarratti jijjirama hin eegamne fide?

Yaaliin ajjeechaa pirezidantii duraanii Ameerikaa Doonaald Tiraamp irratti osoo inni duula na filadhaa pirezidaantummaa yeroo lammataatiif gaggeessaa jiru irratti agaa’amamee, kan addunyaa mara naasisee ture. Garuu taateen kun Tiraampiif faayidaa hin eegamne qabatee dhufutu himame.

👍 4
Dureessi Afrikaa Alikoo Daangootee Naayijeeriyaan alatti mana akka hin qabne ibsuun lammiilee biyyattii raaje. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/eONdJ8i
Показати все...
Dureessi Afrikaa baroota walitti aanan 13 Daangoteen, mana lama malee hin qabu jedhe

Dureessi Afrikaa Alikoo Daangootee Naayijeeriyaan alatti mana akka hin qabne ibsuun lammiilee biyyattii raaje.

Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.