The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus - EECMY
Відкрити в Telegram
The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus (EECMY) is a national Lutheran church with more than 10 million members.
Показати більше3 510
Підписники
+224 години
+117 днів
+4630 днів
Архів дописів
የእረኝነት አመራር የአሰልጣኞች ስልጠና በአዲስ አበባ ከተማ
_ _ _
የመአከላዊ ክላስተር 3ኛ ዓመት የአገልጋዮች የእረኝነት አመራር፣ የአሰልጣኞች ስልጠና በአዲስ አበባ ከተማ መካኒሳ ማህበረ ምዕመናን በዛሬው ዕለት መሰጠት ተጀምሯል። በስልጠናውም ከሁለት የቤተክርስቲያኒቱ ሲኖዶሶች የመጡ 70 ጥንዶች በመሳተፍ ላይ ሲሆኑ "በሚስዮን በአንድነት" በሚል አርዕስ ዙሪያ ሰፊ ስልጠና በመውሰድ ላይ ይገኛሉ።
የቤተክርስቲያኒቱ መሪዎች በተገኙበት ዛሬ ማለዳ በኦፊሴል ስልጠናው የተከፈተ ሲሆን በነገውም ዕለት እንደሚቀጥል አገልግሎቱን ከሚያስተባብረው የሥራ ክፍል ለመረዳት ተችሏል።
ስልጠናውም በአራት ዙር ከአለም አቀፉ የእረኝነት አመራር ኢንስቲትዩት(Pastoral Leadership Institute International) ጋር በትብብ የሚሰጥ ነው።
* * * * * * *
Leenjii Leenjistootaa Gaggeessummaa Tiksee Magaalaa Finfinneetti
_ _ _
Leenjiin leenjistootaa Kilaastara giddugaleessaa waggaa 3ffaa kan tajaajiltoota gaggeessummaa tiksee, magalaa Finfinnee waldaa amantootaa Makaanisaatti guyyaa har'aa kennamuu jalqabee jira. Leenjii kana irratti abbaa warraa fi haadha warraa 70 sinodoosota waldichaa 2 irraa dhufan hirmaachaa kan jiran yoo ta'u, mata duree "Tokkumaadhaan ergama misiyoonii keessatti" jedhu irratti leenjii bal'aa fudhachaa jiru.
Leenjichi, guyyaa har'aa ganama iddoo gaggeessitoonni waldaa argamanitti kan saaqame yoo ta'u, guyyaa boriis aka itti fufu, kutaa tajaajila kana qindeessu irraa hubachun danda'amee jira.
Leenjiin kun Inistiitiyuutii Gaggeessummaa Tiksee Addunyaalessaa (Pastoral Leadership Institute International) waliin ta’uudhaan marsaa afuriin kan kennamudha.
The Lausanne Movement is a global movement that seeks to accelerate global mission. Birthed from the Lausanne Congress on World Evangelization held in Lausanne, Switzerland in 1974, Lausanne exists to bring together Christian leaders from across the world to collaborate on addressing the most pressing issues in global mission. The Movement is built around a fourfold vision: the gospel for every person, disciple-making churches for every people and place, Christlike leaders for every church and sector, and kingdom impact in every sphere of society. With leaders, events, and networks spanning nearly every country and territory of the world, Lausanne serves as a catalyst for collaboration and innovation, seeking to inspire and equip the global church to engage in God’s global mission.
The first Lausanne Congress was held in 1974 in Lausanne, Switzerland. The second one was held in Manila, Philippines in 1989. Then the 3rd Congress was held in Cape Town, South Africa in 2010. The 4th Lausanne Congress, held in Seoul, South Korea, was held under the title of 'Let the Church Declare and Display Christ Together'. The congress brought together many people from around the world, and left a historical mark by encouraging the churches to work together for the work of the gospel by discipling the believers and focusing on the spread of the gospel.
አለምአቀፉ የሉዛን ሚስዮን ኮንግረስ በሴኡል፣ ኢንቼዮን፣ ደቡብ ኮሪያ ተካሄደ
* * *** * *
አራተኛው የላውዛን ኮንግረስ በሴኡል፣ ኢንቼዮን፣ ደቡብ ኮሪያ ተካሂዷል:: ኮንግረሱ በዓለም ዙሪያ ያሉ የቤተክርስትያን መሪዎችን ያሰባሰበ ታሪካዊ ስብሰባ ሲሆን: ከ5,000 የሚበልጡ ተሳታፊዎችን በአካል እና በርካቶች ደግሞ በonline በማሰባሰብ፣ አለም አቀፋዊቷን ቤተክርስቲያን ለእግዚአብሔር ተልዕኮ ለማነሳሳት፣ ለማስታጠቅ እና ለማሰባሰብ ያለመ ነው። አራተኛው የላውዛን ኮንግረስ በሴኡል፣ ኢንቼዮን፣ ደቡብ ኮሪያ ተካሂዷል:: ኮንግረሱ በዓለም ዙሪያ ያሉ የቤተክርስትያን መሪዎችን ያሰባሰበ ታሪካዊ ስብሰባ ሲሆን: ከ5,000 የሚበልጡ ተሳታፊዎችን በአካል እና በርካቶች ደግሞ በonline በማሰባሰብ፣ አለም አቀፋዊቷን ቤተክርስቲያን ለእግዚአብሔር ተልዕኮ ለማነሳሳት፣ ለማስታጠቅ እና ለማሰባሰብ ያለመ ነው።
የላውዛን ንቅናቄ ዓለም አቀፋዊ የወንጌል ተልዕኮን ለማፋጠን የሚፈልግ ዓለም አቀፍ እንቅስቃሴ ነው። እ.ኤ.አ. በ1974 በሎዛን ፣ ስዊዘርላንድ ከተካሄደው የላውዛን ኮንግረስ የተወለደው ላውዛን : በዓለም ዙሪያ ያሉ የክርስቲያን መሪዎችን በማሰባሰብ በአለምአቀፉ የወንጌል ተልዕኮ ውስጥ በጣም አንገብጋቢ ጉዳዮች መፍታት ያስተባብራል። እንቅስቃሴው የተገነባው በአራት ራዕዮች ዙሪያ ነው፡
- ወንጌል ለእያንዳንዱ ሰው፣
- ደቀ መዛሙርት የሚያደርጉ አብያተ ክርስቲያናት ለሁሉም ህዝብ እና በሁሉም ቦታ:
-ክርስቶስን የሚመስሉ መሪዎች ለእያንዳንዷ ቤተክርስቲያን እና የስራ ዘርፎች:
- ክርቲያናዊ መልካም ተጽዕኖ በሁሉም የህብረተሰብ ክፍል ውስጥ...
ሉዛን: በሁሉም የአለም ሀገራት እና ግዛቶች ያሉ መሪዎች፣ ዝግጅቶች እና አውታረ መረቦች፣ በትብብር በወንጌል ተልዕኮ ውስጥ እንድሳተፉ ለማነሳሳት እና ለማስታጠቅ ይሰራል።
የመጀመርያው የሉዛን ኮንግረስ በ1974 እኤአ በሉዛን ስዊዘርላንድ : ሁለተኛው በማኒላ ፊሊፒንስ በ1989እኤአ: ቀጥሎም 3ኛው ኮንግረስ በ2010 እኤአ በኬፕ ታውን ደቡብ አፍሪካ ነበር የተካሄደው::
በደቡብ ኮሪያ ሴውል የተካሄደው 4ኛው የሉዛን ኮንግረስ በዚሁ ሃሳብ ላይ በመቆም 'ቤተክርስቲያን በጋራ በመሆን ክርስቶስን ትስበክ' (Let the Church Declare and Display Christ Together) በሚል ርዕስ ሲካሄድ ቆይቶ ተጠናቋል:: ኮንግረሱ ብዙዎችን ከአለም ዙርያ ያሰባሰበ: አብያተክርስቲያናት አማኞችን ደቀመዝሙር በማድረግ እና በወንጌል ስርጭት ላይ ትኩረት በማድረግ በጋራ ለወንጌል ሥራ እንዲተባበሩ በማነሳሳት ታሪካዊ አሻራ ያስቀመጠ ነበረ::
# # # #
Yaa'iin Idil-addunyaa Ergama Wangeelaa Luuzaan Kooriyaa Kibbaa, Incheon, Seoul keessatti Adeemsifame.
* **
Kongireessiin Luuzaan Afraffaan Kooriyaa Kibbaa, Incheon, Seoul'tti adeemsifameera. Yaa'iin kun walga'ii seena qabeessa geggeessitoota Waldoota Kiristaanaa addunyaa, biyyoota garagaraa irraa kan walitta fideedha. Hirmaattota 5,000 ol ta’an qaamaan fi kanneen kumaatamaan laakkahaman immoo karaa toora interneetiitiin (online) irratti kan hirmaachise yoo ta’u, korri kun Waldoota Kiristaanaa addunyaalessaa Ergama Wangeelaatiif kakaasuu, hidhachiisuu fi sochoosuuf kaayyeffatee adeemsifame.
Sochiin Luuzaan sochii idil-addunyaa ergama Wangeelaa addunyaa saffisiisuuf hojjatuu yoo ta'u, kora jalqabaa bara 1974 Lausanne, Switzerland keessatti gaggeeffamerratti kan dhalateedha. Lausanne: geggeessitoota waldoota Kiristaanaa guutuu addunyaa irraa walitti fidee ergama Wangeelaa addunyaa keessatti akka waliin hojjatan qindeessa. Sochiin Luuzaan kun mul’ata afur irratti kan ijaarame yoo ta’u:
- Wangeela nama hundumaaf,
- Waldoota Kiristaanaa duuka buutota taasisan uummata hundaaf, bakka hundumaatti,
- Gaggeessitoota Kiristoos fakkaatan Waldaa Kiristaanaa fi bakka hundumaatti,
-Dhiibbaa gaarii Kiristaanotaa kutaa hawaasaa hunda keessatti...
Luuzaan: Hoggantoonni, dhaabbileenii fi neetworkiin biyyootaa fi naannoowwan addunyaa hunda keessatti, Ergama Wangeelaa irratti tokkummaan akka hirmaatan kakaasuu fi hidhachiisuuf hojjata.
Kongireessiin Luuzaan inni jalqabaa bara 1974 Siwiizarlaand magaalaa Luuzaan keessatti kan adeemsifame yoo ta'u, inni lammaffaan immoo bara 1989 ALAtti Filippiins magaalaa Maniilaa keessatti gaggeeffame. Achiis korri 3ffaan bara 2010 ALAtti Afrikaa Kibbaa Keep Taawun keessatti adeemsifame. Korri 4ffaa Luuzaan kun namoota hedduu addunyaa irraa walitti fidee, waldoonni Kiristaanaa amantoota duuka buutuu Gooftaa taasisuu fi babal’ina hojii Wangeelaa irratti xiyyeeffachuun hojii Wangeelaa akka waliin hojjatan jajjabeessuun sosochii gaarii uumuudhaan xumurame.
# # # #
The Global Lausanne Mission Congress was held in Seoul, Incheon, South Korea.
* **
The Fourth Lausanne Congress was held in Seoul, Incheon, South Korea. The congress is a historic gathering of church leaders from around the world: with more than 5,000 participants in person and many more online, it aims to inspire, equip and mobilize the global church for God's mission.
በወቅታዊ ጉዳዮች ዙሪያ ከቤተክርስቲያኒቱ መሪዎች ጋር ውጤታማ ውይይት በዛሬው ዕለት ተካሂዷል። በውይይቱም ላይ የማህበረ ምዕመናን መሪዎች እና አገልጋዮች የተገኙ ሲሆን በስፍራው ለተነሱም ጥያቄዎች የቤተክርስቲያኒቱ መሪዎች ማብራሪያና ምላሽ ሰጥተዋል።
***
Guyyaa har'aa gaggeessitoota waldaa wajjiin haala yeroo irratti mariin taasifamee jira. Maricha irrattis gaggeessitoonni fi tajaajiltootni waldaa amantootaa kan argaman yoo ta'u, gaafilee ka'aniifis gaggeessitoota waldaa irraa deebii fi ibsi kennamee jira.
Kana jechuun immoo deemsi isaa kan hin raawwatamni jiruu fi murtoon kan itti hin kanamin jiru waan ta’eef; Tajaajila Misiyoonummaa isa oolchuudhaaf godhamutti amma iyyuu hin tarkaanfatamin jiraa jechuu dha; dhimma kana irrattis walii galteen godhame tokko hin jiru.
Kanaaf Amatootaa fi Tajaajiltoota Waldattii Sadaraa Hundaa Irra Jiraniif Ibsa Kanatti Aanu Cimsinee Dabarsina.
1. Waldattiin Walitti dhufeenya saala Walfakaata gidduutti ta’u kam iyyuu cimsitee mormiti; akkasumas saala walfakaataa gidduutti walitti dhufeenyi godhamu Macaafa qulqulluun kan mormu cubbuu ija jabummaa ta’uu isaa waan amantuuf warra cubbuu kana raawwatanii wajjin walii hin galtu.
2. Sababoota Waaqayyo Jalqabatti Gaa’ela dhiira uumaamaan dhalate tokkoo fi dubartii uumamaan dhalatte tokko gidduutti dhaabeef keessa tokko wlitti dhufeenya sal-quunnamatii fi wal-hormaataa dhiiraa fi dubartii gidduu jiru isa fakkeenyummaa Walitti dhufeenya misirricha Kiristoosii fi Waldaa Kiristiyaanaa gidduu jiru waan faallessuuf Waldattiin gaa’ela saala walfakaataa gidduutti godhamuun in mormiti.
3. Waldattiin warra gaa’ela saala walfakaataa gidduutti godhamu fudhatan gara tajaajilaatti waamuu fi hojii Lubummaatti waamuun in mormit.s
4. Waldattiin murtoowwan kanaan dura waa’ee gaa’ela saala walfakaataa gidduutti adeemsifamuu fi Waldoota isa fudhatan ilaalchisee murtaa’an hundaa akkuma jiranitti akka eegamanii fi kan hin jijjiiramne ta’uu isaanii in mirkaneessiti.
5. Waldattiin Waldoota Kiristiyaanaa warra asiin olitti maqaan isaanii dhahame lamaanii wajjin walitti dhufeenya uumuudhaaf mallatteessiteetti jedhamee oduun karaa garaa garaatiin oofamaa jiru soba ta’uu isaa cimsitee beeksifti.
6. Namoota dhuunfaa fi gartuu oduu dhugaa hin ta’in kana asii fi achi oofuudhaan maqaa Waldattii balleessan irraa akka of eeggataniif Waldattiin Amatoota ishee cimstee akeekkachiifti.
7. Dhuma irrattis Amantootni dhimma kana irratti gaaffii qabdan yoo jiraattan yeroo kamitti iyyuu taanaan Waldattiin ibsa isiniif kennuudhaaf kan qophoofte ta’uu ishee isin beeksifna.
Ayyaannii fi Haraarri Waaqayyoo Nuuf Haa Baayyatu.
Waldaa Kiristiyaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Itiyoophiyaa
Fulbaana 21, bara 2017
Finfinnee
