cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Jechoota Dinqisiiso

Jechoota babbareedoo akka dinqisiiso fi jaalala tahan arkkachuuf channel kenya join godhuun maatii keenya tahuun nu hordofaa.

Більше
Фінляндія2 518Мова не вказанаОсвіта
Рекламні дописи
410
Підписники
Немає даних24 години
+37 днів
+1230 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Фото недоступнеДивитись в Telegram
Ni yaadattaa. Yaadaaf bot @keetiis_bot tuqaa @ramme63 @ramme63 @ramme63
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Namaan na jaalata... Yaadaaf bot @keetiis_bot tuqaa @ramme63 @ramme63 @ramme63 join godhuun maatii channel keenyaatti dabalamaa
Показати все...
👍 1
Repost from Oro Inspire
“Niin murteessa Akka onneen tiyya boqonnaa arkattuuf jecha garuu onneen numa dhukkubsatti” Mayk Odeeffannoo dabalataaf Link kana 👉 @Oro_Inspire_H tuquun join godhaa.
Показати все...
Repost from Oro Inspire
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Namoonni onnee bareedduu qaban yeroo hedduu carra dhabeeysoodha!!!!!!! Odeeffannoo dabalataaf Link kana 👉@ @Oro_Inspire_H tuquun join godhaa matii tahaa
Показати все...
👍 2
00:10
Відео недоступнеДивитись в Telegram
Jaalallee teetif ergi. Yaadaaf bot @keetiis_bot tuqaa @ramme63 @ramme63 @ramme63
Показати все...
1.56 MB
Repost from Oro Inspire
Ati nama jalqabaa yeroon hirribaa ka'u waliin haasa'uu barbaaduu fi nama dhumaa osoon hin rafiin arguu hawwudha. Odeeffannoo dabalataaf Link kana 👉@Oro_Inspire_H tuquun join godhaa matii tahaa
Показати все...
Repost from Jigjiga University
OGAYSIIS: DHAMAAN ARDAYDA SANADKA 1AAD (FRESHMAN) IYO KUWA BARNAAMIJKA KABISTA AH EE JAMACADDA JIGJIGA Jaamacadda Jigjiga waxay si xushmad leh ugu wargelinaysaa dhammaan ardayda shahaadada digriiga 1aad ee sanadka 1aad (Freshma) ama ardaydii sanad dugsiyeedki 2015T.I dhiganayay barnaamijka kabista (remedial) ka sida joogtada ah wax uga baranayay jaamacadd kana so gudbay imtixaanadkii laga qaaday, waa in ay iska soo diwaangaliyaan jaamacadda laga bilaabo November 16 ilaa 17, 2023 iskana soo xaadiriyaan jaamacadda wakhtigan loo asteeyay. Waxaa sido kale lagu war galinayaa ardayda ku cusub jaamacadda in ay horey uu so qaatan agabka ciyaaraha, buste iyo sawiro kur ah. Fiiro Gaar ah: ardaygii kasoo hordhaca ama kii kasoo dib dhaca wakhtiga diwaan galinta wax adeega oo uu jamacadda ka heli doona jiri maayo. Wixii faahfaahin dheeraad ah waxaad kalasooxidhiidhi kartaa ciwaanada hoos kuxusan [email protected] iyo [email protected] Jaamacadda Jigjiga Xafiiska Diiwaangelinta ******* ለጅግጅጋ ዩኒቨርሲቲ መደበኛ ተማሪዎች በሙሉ የጅግጅጋ ዩኒቨርሲቲ ነባር የመጀመሪኛ ዲግሪ የ1ኛ ዓመት(Freshman) ውይም በ2015 ፈተና ረመዲዓል ተማሪዎች የመግቢያ ቀን ህዳር 6 እና 7 2016 ዓ.ም መሆኑን እናሳዉቃለን፡፡ በተጨማሪም አዲስ ነባርም አዲስ ገቢ ተማሪዎች ሲመጡ የስፖርት ትጥቅ፤አንሶላ እና ጉርድ ፎቶ ሂዘዉ እንዲመጡ እናሳዉቃለን። ስለሆነም የጅግጅጋ ዩኒቨርሲቲ ነባር 1ኛ እና አዲስ ገቢ ረመዲዓል ተማሪዎች በተጠቀሰው ቀን በአካል በመቅረብ እንድትመዘገቡ እያሳወቀ ከተጠቀሰው ቀን በፊትም ሆነ በኋላ የሚመጡ ተማሪዎችን ዩኒቨርሲቲው የማያስተናግድ መሆኑን ያሳዉቃል፡፡ ለተጨማሪ መረጃ [email protected] እንዲሁም [email protected] ይመልከቱ፡፡ የጅግጅጋ ዩኒቨርሲቲ ሬጅስትራር ፅ/ቤት *** Notice For all Jigjiga University 2016 E.C academic year first year (freshman) or 2015 E.C regular remedial students This is to inform you that the registration dates for all first year (freshman) or 2015 remedial regular exam passers will be November 16th and 17th, 2023. Additionally, when coming to the University, bring sports equipment, a blanket, and photos. Note: For anyone who comes before and after the specified date, the university will not provide any service to them. For more information send your request to [email protected] or [email protected] Jigjiga University Office of the Registrar __________________________ For further details, contact and follow us on: Telegram: https://t.me/jigjigauniveth Twitter: https://twitter.com/jigjigauniveth Instagram: https://instagram.com/jigjigauniveth Youtube: https://youtube.com/jigjigauniveth #jju2030
Показати все...
Jigjiga University

This is the official telegram channel of Jigjiga University. “Where aims become achievement”

00:17
Відео недоступнеДивитись в Telegram
Ati jiruu tiyya... Yaadaaf bot @keetiis_bot tuqaa @ramme63 @ramme63 @ramme63 join godhaa.
Показати все...
16.10 MB
00:15
Відео недоступнеДивитись в Telegram
Mootii dhiiraati jechuun... Yaadaaf bot @keetiis_bot tuqaa @ramme63 @ramme63 @ramme63
Показати все...
10.46 MB
Anaa fi siis nu fayyada👇 👉Dubbisii fixii yoo Rabbiin sif laaffise. 👉Namni tokko si jaalata, tokko si jibba, tokko kabajaa keetif bakka si kaayu dhaba, kaan si tuffata gaaf gaaf kanuma si jaalatuu fi ka si jibbuuhu adda hin beeytu taha, Kan gubbaan isaa si jaalata fakkaatu keessi isaa nama ati na jibba jattee yaaddu caalaa si jibba. 👉Kana hunda osuma beeytu itti dhiista, kun waan fala hin qabne Kana hundaaf deebisaan argadha yoo jatte mataa keetiifuu karaarraa badda. 👇Bakka itti tuffatamtu daqiiqaa takkaaf hin turin bakka itti kabajamtu taa'i. 💥Karaa irra deemtu erga godhattee jecha namaatii fi yaada nama adda addaa jala hin deemin. 💥 Yeroo kanatti kanuma akka keetitti si hubatee si deggaree yaada keetiratti si jajjabeessuu fi karaarra si Kaahu argachuun ulfaataadha. 👉Kun osuma jiruu ati nama tokko kan na fayyada, na gorsa, na jajjabeessa, naaf amanama jattu eega yeroo 100 tokko firraa laaltee booda yoo itti dhihaattee yaada kee wajji qooddatte bareedaadha siis ni fayyada. 💥Waan keessa keetitti gungumtu waan keessa keetii si cinqu nama itti baafattu tokko qabaachuun Dirqama. 👉Namni hundi akka kee tahuu baatanis namoonni si hubachuu danda'an jiraachuu waan malanif. 💥Namni hundi maalummaa Kee baraniif hin hayyaminif. 🙂Maqaa keetii fi waan gubbaa Keetirraa mullatu qofa Yoo Beekan Gahaadha. 🤐Hanguma callistu takka kabajaa horachaa deemta waan ta'ef. 🤔Dura if Kabajii san booda Kabajalle argatta, osoo ofiin kabajne kabajaa namarra hin eggatin. 👉waa'ee kee hunda public godhuu hin jaalatin Gaarii miti. 💥Namni waa'ee Kee baruuf rakkatu gaafa jalaa fi gubbaa kee si bare si biraa deemeeti nama biraa kan hin beyne baruuf tattaaffata. 👉Ati nama tokkorra of hin kaa'in yoo nama itti waa himattu dhabde, daawwitii dura dhaqii waan nama saniif himuu qabdu ifumatti himi. 👌Rabbiin kee siif gahaadha karaa isaa qabattee Du'a'ii godhannaan waan irraa barbaadde ni arkatta.✊ 🙄Abshir hn hifatin Addunyaan fatanadha👇👇 Akkana je'eetiin if gorsa Guutuu barreeffamichaa✍️ yoo dubbiste galatoomi🙏 Ulfaadhu kiiloo 100 gahi🤣 ❤️Yeroo gaarii qabaadhaa😍
Показати все...
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.