ABBI TECH
Відкрити в Telegram
Chaanaalii "ABBI TECH" ✅ Games ✅ APPS ✅ Programming ✅ Tech News ✅ Tech Tips argattu! Want to place ads? Click here: https://telega.io/c/abbi_tech ❤️ Join & Share with your friends! 📥 Contact Us: @Abiti_20. Lencho.et
Показати більше4 735
Підписники
-224 години
-227 днів
-9530 день
Архів дописів
4 735
GOOOOOOOOOOOOOOOOOOOAAAAAAAAAL ITIYOOOOOOOOPIYAAAAAA
Kubbaa ajaa'iba biyyi keenya kiyyoo keessa buuste daawwachuuf live kan jedhu tuqaa 👇👇
4 735
Badhaasa Baankiin hojii gamtaa oromiyaa bifa adda ta'een qopheesse irratti hirmaadha 😍😍
Group isaanii irratti add gochuu qofaan hanga qarshii 2000 injifadhaa 🔥🔥🔥
Join their group 👇👇
4 735
Guyyaa Guutuu kolfaa ooluu in jaallattuu
Warrii kolfa jaallattan gara chaanaali haaraa @Qoosaa_99 gochuun waliin haa kofallu 😁.
Join🫴 @Qoosaa_99
Join🫴 @Qoosaa_99
4 735
Repost from ABBI TECH
#Dubbisi:- Waa'ee #Interneetarraa Galii argachuu.1, Interneetarraa Galii argachuun ni danda'amaa? Deebii: Eeyyen Sirritti ni danda'ama. Bara darbe Yuutuubii qofarraa namni Doolara Mil54 argateeyyuu jira, Itoophiyaa keessatti dhaabbatni Yuutuubii irraa waggaa 1tti Mil.80 argate ni jira. 2) Dhaabbileen sirrii karaa Interneetaa namaa kafalan kam fa'a? Dhaabbileen karaa interneetaa namaaf kafalan lakkoofsaan baay'eedha. Isaan keessaa bebeekkamoon Dhaabbilee gurguddoo akka Google, Facebook, Tiktok, Instagram, Telegram, Youtube, Amazon, fikkf yoo tahu, Dhaabbilee kana irratti hojii walitti fufaa akka viidiyoo hojjachuu, barreeffama barreessuu, beeksisa hojjachuu fa'a yoo tahu, Dhaabbilee akka Upwork, fiver, LinkedIn irratti garuu beeksisa hojii bahan hordofnee dorgomuudhaan hojicha yoo moo'anne manuma keenya teenyee hojjachuudhaan hojicha qulqullinnaan yoo raawwanne kafaltiin nuuf kafalama. 3) Dhaabbileen Kafaltii namaaf kafalan dhaabbilee sirrii tahuu akkamitti beekna? Gaaffiin kun gaaffii ijoo namni hedduu yeroo ammaa dogoggora keessatti akka kufuufi saamicha adda addaatiif hawaasa baldhaa saaxilaa jiraniidha. Dhaabbileen Kafaltii namaaf kafalan siirrii tahan beekuufi adda baafachuun salphaadha. Tooftaaleen fayyadamuu qabnu: a) Dhaabbileen Interneetaan mallaqa namaaf kafalan Bebeekkamoo akka gubbatti eerree kanneen tahuu adda baafachuu b) Dhaabbatni Kafaltii namaaf kafalu dhaabbata sirrii taanaan dhoksaan osoo hin taane waldorgomsiisee ykn hojii keenya irra deddeebiidhaan hojjannu agarsiifnee akka nuuf kafalamu gaafannee kafaltii argachuuf ulaagaa guutuu qabnu yeroo guutnu, Kafaltii tokko osoo nu hin gaafatin hojii keenya hojjanne sanaaf Kallattiidhaan kafaltii madaalawaa nuuf erga. Fkn: Yuutuubii irraa galii argachuuf Hordoftoota Kuma 1 Qabaachuu, hojiin keenya sa'aatii 4000 ilaallamuu qaba. Karaa Google, Tiktok, Facebook fa'as ulkaagaa garagaraatu jira. -- Kafaltiin ulaagaa akkasii keessa dabarree argannu kan soba irraa bilisa taheefi sababni nuuf kafalamuufis ifatti beekkamuudha. Dhaabbilee Hattuu adda baafachuuf ammoo: -- Kafaltii argachuuf dursa miseensa tahaa, baasii miseensummaa Mallaqa akkasii(hangasii) kafalu qabdu kanneen jedhan -- Caasaa ijaaraa(Pramid sceme) uumaa adaduma miseensa fiddaaniin fayyadamaa kanneen jedhan(Gareen kun garee akka #FIAS) -- Level kanarraa gara Level sanaa darbuuf Mallaqa hammasii kafali warra jedhan fa'a Walumaagalatti sababa tokko malee ykn sababa isin qabatamatti hin beekneen mallaqni akkasii siif kafalama dursii mallaqa kana kafali, Mallaqa dhaalaan argadhe maqaa keetiin gara biyya kee erga, siin wajjiin investi gochuu fedha biyya kee dhufa, Meeshaalee adda addaa siif ergeera mallaqa xiqqoo kafalii fudhadhu.... fi kkf hundi garee #HATTUUDHA, irraa fagaadhaa, Firootaafi maatii keessan irraa ittisaa. Share & Nu waliin ta'aa• Chaanaalii •|| @Abbi_Tech
4 735
Guyyaa Guutuu kolfaa ooluu in jaallattuu
Warrii kolfa jaallattan gara chaanaali haaraa @Qoosaa_99 gochuun waliin haa kofallu 😁.
Join🫴 @Qoosaa_99
Join🫴 @Qoosaa_99
4 735
Major token dabalataa kennaa jira .
Nammonni tip kana hin barin jirtan amma iddoo "TOKEN" jedhu tuquun salphaatti beeku dandeessu.
4 735
😱😱😱
Namoota 𝖽𝗎𝗋𝗌𝖺𝖺𝗇𝗂𝗂 𝗂ddoo ADD 𝗃𝖾𝖽𝗁𝗎𝗎 𝗍𝗎𝗊𝖾𝖾 30 𝖻𝖺𝖽𝗁𝖺𝗌𝖺𝖺 𝗊𝗈𝗉𝗁𝖾𝖾𝗌𝗌𝗂𝗇𝖾𝖾 𝗃𝗂𝗋𝗋𝖺𝖺.
Daqiiqaa 20 booda ni haqama
𝖲𝖺𝖿𝖿𝗂𝗌𝖺𝖺𝗇 𝗂𝖽𝖽𝗈𝗈 Add 𝗃𝖾𝖽𝗁𝗎𝗎 𝗍𝗎𝗊𝗎𝗎𝗇 𝖻𝖺𝖽𝗁𝖺𝗌𝖺𝖺 𝗌𝗂𝗂𝖿 𝗊𝗈𝗉𝗁𝖺'𝖾𝖾 𝖿𝗎𝖽𝗁𝖺𝖽𝗁𝗎𝗎.
𝖡𝖺𝖽𝗁𝖺𝗌𝗇𝗂𝗂 𝗄𝗎𝗇 𝗇𝖺𝗆𝗈𝗈𝗍𝖺𝖺 𝖣𝗎𝗋𝗌𝖺𝖺𝗇𝗂 𝗍𝗎𝗊𝖺𝖺𝗇 𝗊𝗈𝖿𝖺𝖺𝖿𝗂 𝗐𝖺𝖺𝗇 𝗍𝖺'𝖾𝖾𝖿 𝖽𝖺𝖿𝗂 𝗍𝗎𝗊𝗂𝗂.
👇👇👇
4 735
Major token dabalataa kennaa jira .
Nammonni tip kana hin barin jirtan amma iddoo "TOKEN" jedhu tuquun salphaatti beeku dandeessu.
TOKEN..
4 735
Badhaasa Baankiin hojii gamtaa oromiyaa bifa adda ta'een qopheesse irratti hirmaadha 😍😍
Group isaanii irratti add gochuu qofaan hanga qarshii 2000 injifadhaa 🔥🔥🔥
Join their group 👇👇
4 735
Warri dhiirotaa akka hin xuqne 👇👇😱
* * * ** * * * ** *
^.* *%^
* ** ** * **** * **
@** **&
:^ & ' *,,** *** **
*** * ** **** ** ** **
Urjiilee kanneen xuquun gara inni si geesu ilaali 👆👆😱
4 735
Seekondii 20 booda nii haqama 👀
Nama dursee join godhe 20'f badhaasi kaardii moobaayila qophaheera 👊
Dafaa nama 20 qofa boooooooom 🫵
4 735
😱😱😱 Warroota amma online irra jirtan qofaf kardii barbaadan filachuun badhaafama ta'a 🫵💥
4 735
🌟Namonni Channel Kessaan 📣wave📣Galfachuun Yeroo Muraasa kessatti Guddifachuu Warreen Barbaddaanif
💦☞ @wbb_soll Na Dubbisaa
➕Kanneen Subscribers
📈📈📈
🌟 Above ✔️ 1k+ subscribers
🌟Above ✔️ 3k+ subscribers
🌟 Above ✔️ 4k+ subscribers
🌟Above ✔️ 5k+ subscriber
⚠️Hub. Channel views in qabne natti in fidinaa ❌
Na Dubbisuf 🤭☞ @wbb_soll
Na Dubbisuf 🤭☞ @wbb_soll
4 735
🇪🇺 Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awrooppaa marsaa 5ffaa!
Amma taphatama jiruu kallattii Daawwachuuf "LIVE" Bakka Jedhu tuqaa
Вже доступно! Дослідження Telegram за 2025 — головні інсайти року 
