ABBI TECH
Ir al canal en Telegram
Chaanaalii "ABBI TECH" โ Games โ APPS โ Programming โ Tech News โ Tech Tips argattu! Want to place ads? Click here: https://telega.io/c/abbi_tech โค๏ธ Join & Share with your friends! ๐ฅ Contact Us: @Abiti_20. Lencho.et
Mostrar mรกs4 735
Suscriptores
-224 horas
-227 dรญas
-9530 dรญas
Archivo de publicaciones
4 735
GOOOOOOOOOOOOOOOOOOOAAAAAAAAAL ITIYOOOOOOOOPIYAAAAAA
Kubbaa ajaa'iba biyyi keenya kiyyoo keessa buuste daawwachuuf live kan jedhu tuqaa ๐๐
4 735
Badhaasa Baankiin hojii gamtaa oromiyaa bifa adda ta'een qopheesse irratti hirmaadha ๐๐
Group isaanii irratti add gochuu qofaan hanga qarshii 2000 injifadhaa ๐ฅ๐ฅ๐ฅ
Join their group ๐๐
4 735
Guyyaa Guutuu kolfaa ooluu in jaallattuu
Warrii kolfa jaallattan gara chaanaali haaraa @Qoosaa_99 gochuun waliin haa kofallu ๐.
Join๐ซด @Qoosaa_99
Join๐ซด @Qoosaa_99
4 735
๐ฑ๐ฑ๐ฑ
Namoota ๐ฝ๐๐๐๐บ๐บ๐๐๐ ๐ddoo JOIN ๐๐พ๐ฝ๐๐๐ ๐๐๐๐พ๐พ 30 ๐ป๐บ๐ฝ๐๐บ๐๐บ๐บ ๐๐๐๐๐พ๐พ๐๐๐๐๐พ๐พ ๐๐๐๐๐บ๐บ.
Daqiiqaa 20 booda ni haqama
๐ฒ๐บ๐ฟ๐ฟ๐๐๐บ๐บ๐ ๐๐ฝ๐ฝ๐๐ JOIN ๐๐พ๐ฝ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ป๐บ๐ฝ๐๐บ๐๐บ๐บ ๐๐๐๐ฟ ๐๐๐๐๐บ'๐พ๐พ ๐ฟ๐๐ฝ๐๐บ๐ฝ๐๐๐.
๐ก๐บ๐ฝ๐๐บ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐บ๐๐๐๐๐บ๐บ ๐ฃ๐๐๐๐บ๐บ๐๐ ๐๐๐๐บ๐บ๐ ๐๐๐ฟ๐บ๐บ๐ฟ๐ ๐๐บ๐บ๐ ๐๐บ'๐พ๐พ๐ฟ ๐ฝ๐บ๐ฟ๐ ๐๐๐๐๐.
๐๐๐
@Wbb_Soll
4 735
Repost from ABBI TECH
#Dubbisi:- Waa'ee #Interneetarraa Galii argachuu.1, Interneetarraa Galii argachuun ni danda'amaa? Deebii: Eeyyen Sirritti ni danda'ama. Bara darbe Yuutuubii qofarraa namni Doolara Mil54 argateeyyuu jira, Itoophiyaa keessatti dhaabbatni Yuutuubii irraa waggaa 1tti Mil.80 argate ni jira. 2) Dhaabbileen sirrii karaa Interneetaa namaa kafalan kam fa'a? Dhaabbileen karaa interneetaa namaaf kafalan lakkoofsaan baay'eedha. Isaan keessaa bebeekkamoon Dhaabbilee gurguddoo akka Google, Facebook, Tiktok, Instagram, Telegram, Youtube, Amazon, fikkf yoo tahu, Dhaabbilee kana irratti hojii walitti fufaa akka viidiyoo hojjachuu, barreeffama barreessuu, beeksisa hojjachuu fa'a yoo tahu, Dhaabbilee akka Upwork, fiver, LinkedIn irratti garuu beeksisa hojii bahan hordofnee dorgomuudhaan hojicha yoo moo'anne manuma keenya teenyee hojjachuudhaan hojicha qulqullinnaan yoo raawwanne kafaltiin nuuf kafalama. 3) Dhaabbileen Kafaltii namaaf kafalan dhaabbilee sirrii tahuu akkamitti beekna? Gaaffiin kun gaaffii ijoo namni hedduu yeroo ammaa dogoggora keessatti akka kufuufi saamicha adda addaatiif hawaasa baldhaa saaxilaa jiraniidha. Dhaabbileen Kafaltii namaaf kafalan siirrii tahan beekuufi adda baafachuun salphaadha. Tooftaaleen fayyadamuu qabnu: a) Dhaabbileen Interneetaan mallaqa namaaf kafalan Bebeekkamoo akka gubbatti eerree kanneen tahuu adda baafachuu b) Dhaabbatni Kafaltii namaaf kafalu dhaabbata sirrii taanaan dhoksaan osoo hin taane waldorgomsiisee ykn hojii keenya irra deddeebiidhaan hojjannu agarsiifnee akka nuuf kafalamu gaafannee kafaltii argachuuf ulaagaa guutuu qabnu yeroo guutnu, Kafaltii tokko osoo nu hin gaafatin hojii keenya hojjanne sanaaf Kallattiidhaan kafaltii madaalawaa nuuf erga. Fkn: Yuutuubii irraa galii argachuuf Hordoftoota Kuma 1 Qabaachuu, hojiin keenya sa'aatii 4000 ilaallamuu qaba. Karaa Google, Tiktok, Facebook fa'as ulkaagaa garagaraatu jira. -- Kafaltiin ulaagaa akkasii keessa dabarree argannu kan soba irraa bilisa taheefi sababni nuuf kafalamuufis ifatti beekkamuudha. Dhaabbilee Hattuu adda baafachuuf ammoo: -- Kafaltii argachuuf dursa miseensa tahaa, baasii miseensummaa Mallaqa akkasii(hangasii) kafalu qabdu kanneen jedhan -- Caasaa ijaaraa(Pramid sceme) uumaa adaduma miseensa fiddaaniin fayyadamaa kanneen jedhan(Gareen kun garee akka #FIAS) -- Level kanarraa gara Level sanaa darbuuf Mallaqa hammasii kafali warra jedhan fa'a Walumaagalatti sababa tokko malee ykn sababa isin qabatamatti hin beekneen mallaqni akkasii siif kafalama dursii mallaqa kana kafali, Mallaqa dhaalaan argadhe maqaa keetiin gara biyya kee erga, siin wajjiin investi gochuu fedha biyya kee dhufa, Meeshaalee adda addaa siif ergeera mallaqa xiqqoo kafalii fudhadhu.... fi kkf hundi garee #HATTUUDHA, irraa fagaadhaa, Firootaafi maatii keessan irraa ittisaa. Share & Nu waliin ta'aaโข Chaanaalii โข|| @Abbi_Tech
4 735
Guyyaa Guutuu kolfaa ooluu in jaallattuu
Warrii kolfa jaallattan gara chaanaali haaraa @Qoosaa_99 gochuun waliin haa kofallu ๐.
Join๐ซด @Qoosaa_99
Join๐ซด @Qoosaa_99
4 735
Major token dabalataa kennaa jira .
Nammonni tip kana hin barin jirtan amma iddoo "TOKEN" jedhu tuquun salphaatti beeku dandeessu.
4 735
๐ฑ๐ฑ๐ฑ
Namoota ๐ฝ๐๐๐๐บ๐บ๐๐๐ ๐ddoo ADD ๐๐พ๐ฝ๐๐๐ ๐๐๐๐พ๐พ 30 ๐ป๐บ๐ฝ๐๐บ๐๐บ๐บ ๐๐๐๐๐พ๐พ๐๐๐๐๐พ๐พ ๐๐๐๐๐บ๐บ.
Daqiiqaa 20 booda ni haqama
๐ฒ๐บ๐ฟ๐ฟ๐๐๐บ๐บ๐ ๐๐ฝ๐ฝ๐๐ Add ๐๐พ๐ฝ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ป๐บ๐ฝ๐๐บ๐๐บ๐บ ๐๐๐๐ฟ ๐๐๐๐๐บ'๐พ๐พ ๐ฟ๐๐ฝ๐๐บ๐ฝ๐๐๐.
๐ก๐บ๐ฝ๐๐บ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐บ๐๐๐๐๐บ๐บ ๐ฃ๐๐๐๐บ๐บ๐๐ ๐๐๐๐บ๐บ๐ ๐๐๐ฟ๐บ๐บ๐ฟ๐ ๐๐บ๐บ๐ ๐๐บ'๐พ๐พ๐ฟ ๐ฝ๐บ๐ฟ๐ ๐๐๐๐๐.
๐๐๐
4 735
Major token dabalataa kennaa jira .
Nammonni tip kana hin barin jirtan amma iddoo "TOKEN" jedhu tuquun salphaatti beeku dandeessu.
TOKEN..
4 735
Badhaasa Baankiin hojii gamtaa oromiyaa bifa adda ta'een qopheesse irratti hirmaadha ๐๐
Group isaanii irratti add gochuu qofaan hanga qarshii 2000 injifadhaa ๐ฅ๐ฅ๐ฅ
Join their group ๐๐
4 735
Warri dhiirotaa akka hin xuqne ๐๐๐ฑ
* * * ** * * * ** *
^.* *%^
* ** ** * **** * **
@** **&
:^ & ' *,,** *** **
*** * ** **** ** ** **
Urjiilee kanneen xuquun gara inni si geesu ilaali ๐๐๐ฑ
4 735
Seekondii 20 booda nii haqama ๐
Nama dursee join godhe 20'f badhaasi kaardii moobaayila qophaheera ๐
Dafaa nama 20 qofa boooooooom ๐ซต
4 735
๐ฑ๐ฑ๐ฑ Warroota amma online irra jirtan qofaf kardii barbaadan filachuun badhaafama ta'a ๐ซต๐ฅ
4 735
๐Namonni Channel Kessaan ๐ฃwave๐ฃGalfachuun Yeroo Muraasa kessatti Guddifachuu Warreen Barbaddaanif
๐ฆโ @wbb_soll Na Dubbisaa
โKanneen Subscribers
๐๐๐
๐ Above โ๏ธ 1k+ subscribers
๐Above โ๏ธ 3k+ subscribers
๐ Above โ๏ธ 4k+ subscribers
๐Above โ๏ธ 5k+ subscriber
โ ๏ธHub. Channel views in qabne natti in fidinaa โ
Na Dubbisuf ๐คญโ @wbb_soll
Na Dubbisuf ๐คญโ @wbb_soll
4 735
๐ช๐บ Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awrooppaa marsaa 5ffaa!
Amma taphatama jiruu kallattii Daawwachuuf "LIVE" Bakka Jedhu tuqaa
ยกYa disponible! Investigaciรณn de Telegram 2025 โ los principales insights del aรฑo 
