cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Qaroo Waamaraa

Akkan taanes; akka taanus taaneerra! akki ta'uu qabnu si'achi. Akka ta'uu qabdu ta'uuf Qaroo Waamaraa qabaadhu. Galmi keenya boruu guddaa-dha. Masaraa jabaas ijaaraa jirra. As-goraa itti hirmaadhaa!

Більше
Рекламні дописи
15 777
Підписники
+8824 години
+4207 днів
+1 44130 днів
Час активного постингу

Триває завантаження даних...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Аналітика публікацій
ДописиПерегляди
Поширення
Динаміка переглядів
01
Gaaddidduu
3230Loading...
02
ITTANA- KEE / ITTANA-KOO Atis-anis ittana, Ifaajee namoomaat'kana Xaarii ilmoo-namaat' akkana! Ona. Arfaasaan roobnaan... Raafuun misnaan Oyiruudhaa, Foonii jennee Raafuu laganne Hongeen fufnaan Fonni hafnaan Raafuun gognaan Dharraa foonii Raafuun hin baasu! jenne Foonii jennee Raafuu laganne Agabuu bulle, bullee oolle Shaantofne, laabbofne Ittiin bulinnaa, Sareen, jenne Ittiin bulinnaa, Sareen Har'a udaan nyaatti Ganni dhufnaan Finni misnaan Aannaniin lulluuqatti, jette, Mammaakte (Ofiin ofitti!) Warri guyyaa bofa arginee Dukkanoofnaan haada dheessine Warri ekeraan nu dubbiftee Gaaddidduun gadoo hambifte... Ofii gadoo nutti taate! Xuqanii nu kaasanii Biyyaa nu calaasani... Geerarre, moo, yeelalle!? Anis-atis ittana Ifaajee namoomaat' kana Xaarii ilmoo-namaat'akkana! Ona! Dr, Asaffaa Tafarraa
8340Loading...
03
Biiftuun ulfinaa naaf baateetti. Jireenya argattee lubbuunkoo...
1 2650Loading...
04
Gaaf-tokko Kaannisaa fi Sinbirrootu waliin haasa'u turan. Sinbirroon, "isa ati itti dhamaatee dalagdu damma kee namni si jalaa yeroo hatee nyaatu sin aarsuu?" jettee gaafatte. Kanniisnis, "homaa waan tokko na hin aarsu. Sababni isaa namni damma koo hata malee, ogummaa ani ittiin damma dammeessu na jalaa hatuu hin danda'u" jettee deebisteef. Egaa laafaas ta'i cimaa hamma ati geessu sumatu of beeka. Dandeettiif gahumsa dhokataa keessa kee jiru eenyumtuu beekuu hin danda'u. Firii hojii kee hatanis ogummaa hojicha ittiin hojjettu hatuu hin danda'ani. ATI hojjechuu kee itti fufi. Ati garuu gahumsa dhokataa keessa kee jiru isa eenyuyyuu si jalaa hatuu hin dandeenyeetti hojjedhu. Ogummaa Waaqni siif kenne otuu itti hin fayyadamiin of keessatti dhoksitee awwaaltee wajjin awwaalamuu hin qabdu. Kun cubbuu dha. Beekumsaaf gahumsi dhokataan keessa kee jiru addunyaa kanaaf dawaa ta'uu danda'a, ati garuu beekumsa kee sanaan addunyaa fayyadi. Qullaa ta'ii du'i.
1 5306Loading...
05
Qol. 2 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ² Kana gochuun koos garaan isaanii ija jabinaan akka guutuuf jaalalaan walitti hidhamanii utuu jiranii, badhaadhummaa amansiisa guutuu qabu isa hubannaa keessaa dhufu, dhoksaa Waaqayyoo isa Kristos keessa jirus beekuu akka argataniif. ³ Badhaadhummaan ogummaa fi beekumsaa hundinuu isa keessa dhokfamee jira.
1 2602Loading...
06
Media files
1 1871Loading...
07
"Meeqatu guuttatee Hawwii jireenya isaa Gammachuu argatee Kan ciise garaan isaa? Nama meeqaa laataa Kan harkaan ga'atee Fedhii garaa isaatii Hawwii kan dhuunfattee? Meeqa duraa haftee Hawwiin hawwii taatee Hinaaffan guutamtee Hammeenyaan hudhamtee? Nama meeqaa laataa Hawwee kan argatee Fedhii garaa isaatii Soonaan kan guuttate? Eenyutu natti himaa Eenyuu beekaa laataa? Eessa daangaan hawwii Eessatti dhaabbataa? Eessaan bahee deemee Eessatti jallataa? Eessatti qajeelee Eessa irratti gufataa? Dhugaa tahuu baannaan Hawwiin hawwiidhumaa "Kitaabni Hawwii kun ilmaan namaa obsaa fi cichoominaan, waan hawwe akka argatu Abdii namatti horti. Kitaaba Hawwii Jettu kana yeroo itti kennee hubannoodhaan dubbiseen jira. Warri kitaaba kana hin dubbisne dubbisaa. Kitaaba Hawwii keessaa fudhatame barabaada dubbisaa Barreessaan: Isaayyas Hordofaa.
1 7797Loading...
08
Media files
2 8201Loading...
09
Ergamaan Waaqayyoo sun si'a lammaffaa deebi'ee gara isaa dhufee isa rurrukutee, “Karaa fagoo waan adeemtuuf, ka'iitii nyaadhu!” jedheen. Eliyaas yommus ka'ee in nyaate, in dhuges; humna nyaatichi kenneefiinis guyyaa afurtamaa fi halkan afurtama hamma Siinaa tulluu Waaqayyootti in adeeme*. Macaafa Moototaa Isa Duraa 19:7-8
2 6576Loading...
10
Media files
10Loading...
11
Barsiisatu hubannoo barattootaa madaaluuf jedhee gaaffii qabatee daree seene. Achii gabatee gurraacha irratti boronqqiin sarara dalgee tokko sararee ajaja akkas jedhu dabarse. "Sarara kana osoo hin tuqiin gabaabsaa" jedheen. Osoo isa barraa'e hintuqi gabaabsuun dandeettii ajaa'ibaati. Garuu, garuu, warreen guddatanii mul’achuu barbaadaniif isa sararame balleessuun akkasuma filannoo kan itti fakkaatuuf salphaadha. Gaaffiin Kunimmoo olaantummaa agarsiisuuf warra kan jiru balleessaan ni faallessa. Sababnisaas, sarara jiru balleessuun sararicha hin gabaabsu;nama balleessu santu yaada gabaabaa qabaata. Sanaa ol yaaduus gaafata. Gaaffii barsiisaan gaafate kana deebisuuf barataa cimaan tokko harka baasee deebii deebisuuf fulduratti bahe. Boronqii fudhatee sarara barsiisan sarare cinaatti sarara dheeraa sarare. Amma sararri dura sararame kan amma sararamee gadi ta'e. Barsiisaan sunis kan barbaadaan kana ture. Kan biraa gabaabaa taasisuuf dheeraan biraa cinaasaa jiraachuu qaba.
2 9228Loading...
12
Media files
2 5120Loading...
13
Abdii qabaadhu.
2 6230Loading...
14
Media files
2 7351Loading...
15
╔════════════╗ ➡️Qaroo_Waamaraa💌 ╚════════════╝ ♻️Join & 🔗SHARE 👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/ForAllthingsEye
10Loading...
16
╔════════════╗ ➡️Qaroo_Waamaraa💌 ╚════════════╝ ♻️Join & 🔗SHARE 👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/ForAllthingsEye
2 5951Loading...
17
╔════════════╗ ➡️Qaroo_Waamaraa💌 ╚════════════╝ ♻️Join & 🔗SHARE 👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/ForAllthingsEye
2 5033Loading...
18
Media files
2 5693Loading...
19
Qarree du'aa irra jirta Hambaa boruun qabdu Du'aaf qalbii hirta Utuu qarree badii labduu Dhaamsa maal dhaamta Gola icciitii lagattee Utuun siif jecha jooruu Darbattee na gantee...
2 9536Loading...
20
Humna Yaadaa! -------------- Bu'aalee teknooloojii addunyaa har'aa hedduu isaanii tasgabbii fi xiyyeeffannaan yoo hubatte, jaarraan kun hagam waan ajaa'ibaa hedduu akka kalaqaa jiru hubatta. Kana qaamaanis, media hawaasaa, toora Internet hedduu irraa yoo ilaaltu ragaa guutuu argatta. #Yaada jireenna ulfaataa salphisuu danda'an burqisiisanii waan raajii hojjatan. Namni yaaduuf, haala mijaataa, xiyyeeffannaa, qophii fi fedhii guddaa qabaachuu qaba. Yeroo baay'ee wantoota nu jeeqan irraa ofi fageessuun yeroo yaadaa argaachuu qabna. Akkasitti wantoota dinqisiisaa hedduu fi yaadota rakkinootaaf furmaata ta'an maddisiisuu dandeenna. Waaqayyo sammuu nuuf kennee, sammuu keennaan waan gaarii akka yaadnu yaadas nu keessatti uumeera. Yaadaaf kabaja haa qabaannu. Via; Segnigudeta
3 0559Loading...
21
Silaa hin jiraattu Kumaa fi dhibba Maaltu si geesse Lolaasaafi jibba? Nama jaaladhu Kaabaafi kibba! Jaalalli hin qabu Waktiifi tibba... Labsi labsii labsi Bahaa fi lixaa Cabsi arfii cabsi Taatus akka citaa Utuu akka qalbii Ishii raftee bulle Kan du'e jiilee Maaf ollaa bulle ???????????? ╔════════════╗ ➡️Qaroo_Waamaraa💌 ╚════════════╝ ♻️Join & 🔗SHARE 👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/ForAllthingsEye
3 1949Loading...
22
Media files
10Loading...
23
Bidiruu Kankeen Arganne Anoo sin jaaladha Asii achi fageessee Jaalalli biiftuudha Maaltu dukkaneessee Ol fagoo akka samii Bal'aa akka garaasaa Mana koo naaf ibsita Akka urjiif addeessaa Jaalalli Ifaan addaaree Inni halkan limixii jijjiiru Maafan qofaa gaddaree Osoon jaalala keef hiriiruu Galaana yaadaa yaabus Bidiruu kankeen arganne Halkanii guyyaa si yaadus Mi'aawa keen dhandhamanne Yoomiyyuu sin jaaladha Hamman lubbuun jirutti Jaalalli ani siif qabu kunis Hanga du'a lubbuu kootti Fudhadhu kennaakooti Habaaboo gammachuu Yoo ati dagatta ta'ellee Ani hin danda'u si dagachuu Nama jaalattan Kamiifuu ergaa! Yoo na komattan Dhiifama koo egaa! 👇👇👇👇👇👇👇👇 ♻️Join & 🔗SHARE ╔════════════╗ #Qaroo_Waamaraa ╚════════════╝ https://t.me/ForAllthingsEye
3 34714Loading...
24
Mallattoo hiriyyoota Sobaa 12; 1. Hiriyoonni michuu hin taane halkan sirratti xaxaa ganama si waliin kolfu. 2. Yeroo si barbaadanitti mul'ata, yeroo ati baay'ee barbaaddus ni badu. 3. Milkaa'inni kee isaan sodaachisa. 4. Miiraan si gurraachessu. 5. Yeroo hunda si waliin dorgomuu fi akka si caalan sitti dhagahamu gochuuf yaalu. 6. Hiriyoonni michuu hin taane yeroo hunda haala hamaan si qeequ. 7. Maqaa si balleessu, waan ati jettu ykn hojjettu hunda shakku. 8. Isaanis wal hin simne.  Isaan irratti hirkachuu ykn abdachuu hin dandeessu. 9. Hiriyoonni michuu hin taane yoo si miidhan miira hamaa ykn gaabbii hin qaban.  Isaan gonkumaa dhiifama hin gaafatan. 10. Yeroo wanti hamaan si mudatu ni gammadu.  Dhukkubbiinkee Gammachuu isaaniif kenna. 11. Hiriyoonni michuu hin taane yoo kufte illee gonkumaa si hin gargaaran. kuni hundi inaaffaadha. 12. Iccitii kee yeroo itti himtu ni gammadu. Baasanii odeessu. ╔════════════╗ ➡️Qaroo_Waamaraa💌 ╚════════════╝ ♻️Join & 🔗SHARE 👇👇👇👇👇👇 https://t.me/ForAllthingsEye
3 24011Loading...
25
QOPHII TORBAN JECHOOTAA Qophiin Torban jechootaa jechoota akka misaa'elaa torba qindeeffannee kan isin biraan geenyu ta'a! 1, Sammuun keenya qaamota keenyatti amanuu dhiisuuf mirga guutuu qaba. 2,Dhalli namaa guyyaata hedduu bira dhaabachuu kee nii dagatu, garuu guyyaa tokkittii irraa hafuukeen si komatu. 3, Hamma rakkinni dhuftee si rakkiftutti ati rakkinaaf hin rakkatiin. 4, Saree kaattee dhuftee sitti duttu hundatti imala dhaabdee dhagaa itti hin darbatiin, Lafa imalaa jirtu hanqatta. 5, Gaaffii hundumaaf dhaabattee deebii hin kenniin gaaffiin imala kee gufachiisuuf dhufu baay'eedha. 6, Yoo ati ofiikee of kenniteef malee namni kamiyyuu ofiin ka'ee abdiif haamilee kee cabsuu hin danda'u. 7, Namoota abdii si kutachiisuu barbaadaniif harkas fuulas hin kenniin mul'ata keetti cimaa jecha isaanii tuffadhu. Qophii Torban jechootaa 7 Asgoraa👇 https://t.me/ForAllthingsEye
3 24114Loading...
26
Dhiifama naaf godhi! Namicha yeroo dheeraa dhukkuba hin beekamnee dhukkubsachaa turetu ture. Namichi kun shamarra haa taatu malee gaaffii jaalalaa gaafachuu hin dhiisu. Nama garaa laaffifate hinuma wajjin sagaagala. Dhibichi waan itti cimeef namichi du'uuf jedha. Hafuura ishee dhumaan haadha manaa isaa waamee; dhaamsa isaa ishee dhumaa Akka qabu itti hime. "Hin dubbatiin!' homaa waan dhamaatu hin qabdu ni dadhabdaatii callisii ciisi" jetteen. Inni immoo "Lakki dubbachuutu anaaf ta'a lubbuun koo yoos nagaan boqotti, Rakkina isaa fi Icciitii rakkinaa kana fudhadhee du'uu hin qabu. Obboleettii kee, hiriyaa kee Fi hojjettuu kee waliin sagaagaleera dhiifama naaf godhi" jedheen. Isheenis "Rakkoo hin qabu anis kanuma argeen qoricha (Summii) SI nyaachise. Atis dhiifama naaf godhi!." jetteen Jedhama. Innis iddoo ciisuu ol ka'ee, "Utuun Dubbachuu dhiisee sammuu nagaa du'eera ta'ee naaf wayya! ture" jedhe jedhama.
3 3996Loading...
27
Yeroo Gooftaa; Eegi.! Jarjargee yoo deemtes Yeroo isaa dursitee Deebitee yoo dhuftes Imimmaankee cobsitee Yaadasaa maleen ta'u Cichanii yoo obsanii Galma yaadame ga'u Obsanii yoo gorsanii Jarjartee hin deemiin Yeroo gooftaa--eegi Qormaanni jiraatus Gammadii kolfii seeqi.
3 5417Loading...
28
𝐌𝐔𝐋'𝐀𝐓𝐀 𝐐𝐀𝐁𝐀𝐀𝐃𝐇𝐔 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ╔══════════╗ ║𝐌𝐮𝐥'𝐚𝐭𝐚 | 𝐕𝐢𝐬𝐢𝐨𝐧  ║ ╚══════════╝ 𝗠𝘂𝗹'𝗮𝘁𝗻𝗶: ✧ Adeemsa sammuu ti. ✧ Ta'uu dha malee taa'uu miti. ✧ Boba'aa gaggeessaan tokko ittiin imaluu danda'uu dha. ✧ Humna ittiin waan haaraa uumanii dha. ✧ Kan namoonni gurguddoon addunyaa kanaa wareegamaniif dha. ✧ Har'a caalaa fira borii ti. ✧ Ija foonii caalaa fageessee arga. ✧ Kutannoo fi ija jabina malee nama keessaa hin ba'u. ✧ Haala amma keessa jirtu ganuu akka qabdu sitti hima. ✧ Hojii tokko-shanee (garee) miti. ✧ Ni tarkaanfata malee hin tiratu. ✧ Wanta ati of harkaa qabdu irratti hin hundaa'u. ✧ Biyya ati dhalatte irratti hin hundaa'u. Via; #Sanyii_Guddataa "𝐌𝐔𝐋'𝐀𝐓𝐀 𝐐𝐀𝐁𝐀𝐀𝐃𝐇𝐔!"         👇👇👇👇👇 @Qaroo_waamaraa https://t.me/ForAllthingsEye
4 47319Loading...
29
Atin qoosta silaa "Eelaanii eelee dhaanbatu".
4 2781Loading...
30
SOUL EYES Behind her eyes, there is a story Not everyone can see She shows you her smile Though, she longs to be free She feels so alone Even when she's in a crowd If her eyes could speak They would tell you she's too proud A tiny little smile On the corner of her face In your shoes she'd walk a mile But she'd still feel out of place Look deeply into the eyes of another If you look close enough you might discover That you see more than they choose to uncover The soul is in the eyes and it's like no other
4 5501Loading...
31
Media files
3 6850Loading...
32
Gaafa dubbiin hudhu Waan jechaa dhabee Makmaakee ibsata Afaan isaa wal qabee Garaacha dheedhii; Garaatti beeki. Hudhaan baay'attus ATI kolfii seeqi. Tiruun bulte lafee taati. Waan kana har'a murii Jedhee wal jabeessa Horii bulii nu furii Bar-cuma irra taa'anii Muka lagaan hamatani Waan ta'e hundattuu Uumaa hin komatani.
3 9457Loading...
33
Sirni beekaa dhibe Burjaajii nutti fide Rogeessa arraba hidhe Biyyatti balaa shide
3 9753Loading...
34
Walitti dhufeenyi keenyi Akkaataan Milkii kootii Ol-ka'ee fagaatee ifullee Nuttin hanqisu mootii Toor-boca Hawwii kee Gam duubee fedhii koo Seenessa jiruu keenyaa Kan jabeessu mudhiikoo Sabbata jaalala keeti Kan naaf ta'u hiikoo Jaar-gocha qabeenya koo Falmii gogaa ganeera Jaar-jecha jireenya koo An masaraa seeneera Yoomessa uumama koo Uumaan naa masakeera Jibba lapheekoo irraa Ani, duguugee haqeera Wal'aansoo jireenyashee Jijjiirraa durba duudaa Arrabsoo jaalalleeshee Uleen hin qabdu mudaa
4 5594Loading...
35
Waggaa digdamaa oliif Yaadaan waliin turree Yaadaan waxalamnus Hidhaa waliis hin furre Dungoo seenaa keetii Ana keessatti shidde Dhungoo hidhii keetii Ciniinnaattee na didde Ba'aa eenyummaa koo Eenyu kan naaf baatu Haamilee koof utubaa Eenyu kan naaf taatu Fuullee mana keenya Korma qalanii nyaatu Koottu wal bira teenya Naan hin jedhiin raatuu Qalbiikoof afata taata Jedhee utuun si eeguu Egeree jiruukoo jaamsite Utuun kolfakeef seequu Galaana jaalalaa sana Isa wajjin daakaa oolluu Caama ganamaa sana Utuun wajjin karkarfannuu Nadhiif summii jaalalaa Utuu waliin dhandhamnuu Natti dhiiftee adeemte Qalbiitti utuu Wal baannuu Wal darbaan fedhii keetii Toor-boca malee dhufa Naatoonkee narraa wajiija Fudhatte qalbiikoo cufa
4 3814Loading...
36
Eebba fiilmii Afaan Oromoo ilaalchisuun ibsi miidiyaaf kenname. Caamsaa 29, 2016 | Finfinnee - Oromiyaa Eebba Fiilmii Afaan Oromoo haaraa SIINJOOREE jedhamu kan sambata duraa dhufu magaalaa Finfinnee hoteela internaashinaalii Ililliitti eebbifamu ilaalchisuun qindeessitoonni sagantichaa miidiyaaf ibsa kennaniiru. Ibsichi guyyaa har'aa caamsaa 29, 2016 magaalaa Finfinnee, hoteela Internaashinaalii Ililliitti sa'a 5:00 irraa eegaluun kan kenname yoo ta'u, saganticharratti yaadni barreessaafi pirodiyuseraa, kan daayirektaraafi kan qopheessitoota sagantichaa hawaasa bal'aaf dhiyaateera. Sagantaan eebba fiilmichaa dhaabbata Hiiroo Entertainment and Events jedhamuun hogganamaa kan jiru yoo ta'u, dhaabbanni kun saganticha beeksisuu, haala mijeessuufi sagantaa eebba fiilmichaa qindeessuudhaan kan hirmaatan ta'uusaafi dhaabbatichi gara fuulduraattis hojiiwwan akka fiilmii, tiyaatira, koomediiwwaniifi qophiiwwan waltajjii adda addaa baayyee qopheessuun hawaasa biraan gahuuf qophaa'ee akka jiru dhaabbaticha bakka bu'uun dargaggoo Oliif Koorsaa himeera. Barreessaafi pirodiyuserri fiilmichaa barsiisaa Dirribaa Kabbadaa bu'aa bayii hedduu keessa darbuun hojii fiilmichaa akka milkeessan dubbataniiru. Barreessichi hojii fiilmii kanaa deggarsa maallaqaa tokko malee kan hojjetan yoo tahu, hanqinni maallaqaa danqaa kan itti ta'eefi hojii kana yeroo barbaadametti xumuruuf #hudhaa guddaa tahuusaa dubbatan. Ta'us gargaarsa waaqaatiin hojii kana xumuraan gahuukoof baga gammadne, sabni Oromoos industirii fiilmiisaatti fiilmiin gaariin tokko waan dabalameef baga gammaddan jedhaniiru. Hogganaa oomishaa (production manager) fiilmichaa Obbo Gammachuu Tsaggaayees gamasaaniitiin, hojiin kun sababa hanqina maallaqaatiin danqamaa ha turuyyuu malee gulantaan qulqullinasaa kan hin hir'anneefi inumaayyuu sadarkaa fiilmii Afaan Oromoo tarkaanfii tokko kan fuulduratti butudha jedhaniiru. Daayirektarri fiilmichaa Dargaggoo Saamu'eel Sooressaas industirii fiilmii Afaan Oromoof ammayyuu abdiin jira, hojiin kun hojii dadhabbii guddaafi dhamaatii hedduu keessa bahee milkaa'e tahus, qulqullinaafi sadarkaan hojichaa kan uummanni Oromoo guutuun ilaalee itti gammadu akka tahen isin abdachiisa jedheera. Xumura irratti, kaleessarra har'a, har'arrammoo bortu caala waantaheef hawaasni keenya hojii aartiisaa daawwachuun, qeeqaaf yaada kennuun akka jajjabeessu, abbootiin qabeenyaas industirii kanarratti maallaqa isaanii bobbaasuun akka hirmaatan koree qopheessitoota ibsa miidiyaa irraa dhaamsi kennameera. Caamsaa 29, 2016 Finfinnee, Hoteela Internaashinaalii Ilillii!
4 4102Loading...
37
♥️♥️♥️SiinJooree........ ♥️♥️♥️
4 2592Loading...
38
Ammaaf malee; baraaf malee, sombi kanuma Saree-ti.
4 3601Loading...
39
Mudaa tokko malee jaalalatti dugda gatuun kee si gaafachiisa. Inni ATI ilaaltee jaalalatti dugda gatte sun si dhiisee deemuu danda'a.
4 9964Loading...
40
Media files
4 4083Loading...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Gaaddidduu
Показати все...
8
ITTANA- KEE / ITTANA-KOO Atis-anis ittana, Ifaajee namoomaat'kana Xaarii ilmoo-namaat' akkana! Ona. Arfaasaan roobnaan... Raafuun misnaan Oyiruudhaa, Foonii jennee Raafuu laganne Hongeen fufnaan Fonni hafnaan Raafuun gognaan Dharraa foonii Raafuun hin baasu! jenne Foonii jennee Raafuu laganne Agabuu bulle, bullee oolle Shaantofne, laabbofne Ittiin bulinnaa, Sareen, jenne Ittiin bulinnaa, Sareen Har'a udaan nyaatti Ganni dhufnaan Finni misnaan Aannaniin lulluuqatti, jette, Mammaakte (Ofiin ofitti!) Warri guyyaa bofa arginee Dukkanoofnaan haada dheessine Warri ekeraan nu dubbiftee Gaaddidduun gadoo hambifte... Ofii gadoo nutti taate! Xuqanii nu kaasanii Biyyaa nu calaasani... Geerarre, moo, yeelalle!? Anis-atis ittana Ifaajee namoomaat' kana Xaarii ilmoo-namaat'akkana! Ona! Dr, Asaffaa Tafarraa
Показати все...
👍 12 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Biiftuun ulfinaa naaf baateetti. Jireenya argattee lubbuunkoo...
Показати все...
👍 12 7
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Gaaf-tokko Kaannisaa fi Sinbirrootu waliin haasa'u turan. Sinbirroon, "isa ati itti dhamaatee dalagdu damma kee namni si jalaa yeroo hatee nyaatu sin aarsuu?" jettee gaafatte. Kanniisnis, "homaa waan tokko na hin aarsu. Sababni isaa namni damma koo hata malee, ogummaa ani ittiin damma dammeessu na jalaa hatuu hin danda'u" jettee deebisteef. Egaa laafaas ta'i cimaa hamma ati geessu sumatu of beeka. Dandeettiif gahumsa dhokataa keessa kee jiru eenyumtuu beekuu hin danda'u. Firii hojii kee hatanis ogummaa hojicha ittiin hojjettu hatuu hin danda'ani. ATI hojjechuu kee itti fufi. Ati garuu gahumsa dhokataa keessa kee jiru isa eenyuyyuu si jalaa hatuu hin dandeenyeetti hojjedhu. Ogummaa Waaqni siif kenne otuu itti hin fayyadamiin of keessatti dhoksitee awwaaltee wajjin awwaalamuu hin qabdu. Kun cubbuu dha. Beekumsaaf gahumsi dhokataan keessa kee jiru addunyaa kanaaf dawaa ta'uu danda'a, ati garuu beekumsa kee sanaan addunyaa fayyadi. Qullaa ta'ii du'i.
Показати все...
👍 8🥰 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Qol. 2 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ² Kana gochuun koos garaan isaanii ija jabinaan akka guutuuf jaalalaan walitti hidhamanii utuu jiranii, badhaadhummaa amansiisa guutuu qabu isa hubannaa keessaa dhufu, dhoksaa Waaqayyoo isa Kristos keessa jirus beekuu akka argataniif. ³ Badhaadhummaan ogummaa fi beekumsaa hundinuu isa keessa dhokfamee jira.
Показати все...
👍 7🥰 4 2
Фото недоступнеДивитись в Telegram
4
Фото недоступнеДивитись в Telegram
"Meeqatu guuttatee Hawwii jireenya isaa Gammachuu argatee Kan ciise garaan isaa? Nama meeqaa laataa Kan harkaan ga'atee Fedhii garaa isaatii Hawwii kan dhuunfattee? Meeqa duraa haftee Hawwiin hawwii taatee Hinaaffan guutamtee Hammeenyaan hudhamtee? Nama meeqaa laataa Hawwee kan argatee Fedhii garaa isaatii Soonaan kan guuttate? Eenyutu natti himaa Eenyuu beekaa laataa? Eessa daangaan hawwii Eessatti dhaabbataa? Eessaan bahee deemee Eessatti jallataa? Eessatti qajeelee Eessa irratti gufataa? Dhugaa tahuu baannaan Hawwiin hawwiidhumaa "Kitaabni Hawwii kun ilmaan namaa obsaa fi cichoominaan, waan hawwe akka argatu Abdii namatti horti. Kitaaba Hawwii Jettu kana yeroo itti kennee hubannoodhaan dubbiseen jira. Warri kitaaba kana hin dubbisne dubbisaa. Kitaaba Hawwii keessaa fudhatame barabaada dubbisaa Barreessaan: Isaayyas Hordofaa.
Показати все...
18👍 10🔥 2

👍 24 1🥰 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram