cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Sanyii Dirribaa Paablik Chaanneel

Більше
Рекламні дописи
1 822
Підписники
+424 години
+107 днів
+6630 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

"Qarshii Hamma Barbaadde Irratti Barreeffadhu!" Billionaire Bill Gate Guyyaa tokkodha gaazexeessituu tokkotu Duureessa Addunyaa kanaa kan ta'e Bill Gate waliin af-gaaffii (interview) gooti. Gaazexessitittiin gaaffii ishee keessatti, "dhoksaan fiixaan ba'insa keessanii maaliidhaa?" Jettee isa gaafatti. Duuressi kunis gaazexeessituu kanatti check qullaa itti kennee, "qarshii hamma barbaadde irratti barreeffadhu" ittiin jedha. Isheenis, akka nama fedhii hin qabneetti check sana ofirraa dhiibaa, "lakki ani akkas jechuu barbaadeen miti,  dhoksaan fixaan ba'insa keessanii maal akka ta'e isin gaafachuu barbaadeeni" jetti. Bill Gate ammas irra deebiin check kana itti kennee, "qarshii hamma barbaadde irratti barreeffadhu" ittiin jedha. Isheen garuu ni didde. Duureessi addunyaa kun check kana itti argisiisaa, "dhoksaan fiixaan ba'insakoo carraa amma akkan siin si qaqqabee kana otuu of jalaa gubiin itti fayyadamuukoodha, dhoksaan milkaa'inakoo carraan argadhe hundaasaatti fayyadamuukoodha. Otuu ati carraa amma siif kenname kanatti fayyadamte, silaa yoona kana gaazexeessituu duureetti addunyaa kanaa ta'uu dandeessa ture. Ani carraa laman siif kenne. Addunyaan kun carraa lama namaaf hin kennitu, carraa tokkittii si qaqqabeen itti fayyadamuun dhoksaa fiixaan ba'umsaati" ittiin jedhee Bill Gate gaazexeessituu sanaaf carraa lama kennee ture isheen garuu itti hin fayyadamne. Otuu itti fayyadamtee silaa akkuma inni jedhe dureettii addunyaa kanaa taati ture. viv Tadele Fekadu TD Jireenya ofii keessatti yeroo hedduu addaa addummaa kan uumu carraa argatanitti fayyadamuu fi fayyadamuu dhiisuudha. Carraan aduu miti naanna'ee dhufuu dhiisuu danda'a Jijjiirama jireenya dinagdee keessatti wanti hundumtuu xiqqaa irraa jalqaba. Deebiin Bill Gate maal ture..? Barreessaa
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Wiirtuun Leenjii Gaggabaabaa Exodus Itti gaafatamumaan isaa murtaa'e. Galmee Eegaluu keenya Gammachuu guddaadhaan isiniif ibsina kanaafuu; 1ffaa. Hojjettoota biiroolee Mootummaa hojettaniif. 2ffaa. Hojettoota Baankii ykn dhabbilee maalaqaa keessaa hojettaniif. 3ffaa. Oogeesota Fayyaa "Sectoral" mootummaafii mitii Mootummaa keessaa hojettaniif. 4ffaa . Barsiisotaafi "Supportive " Staff" garaagaraaf. 5ffaa. Barattoota barnnoota keessan xumurttanii jirtttaniifi kaneen eebbifamuuf jirttan hunda keessaniif. Hub:- Dhaabbani keenya "Exodus Short term training Center" haala isiniif minatuufii bifa isiniif mijateen isin leenjisuu waan barbaaduuf hardha bor osoo hin jedhiin galmooofttanii itti fayyadamiun keessani Keenya :Magaalaa Naqamtee. Gamoo Qidist Michael, darbii Lammaffaa, # Lakko Biiroo :203Wiirtuun Leenjii Gaggabaabaa Exodus I/G/M Galmee Calqabuusaa Gammachuu guddaadhaan ibsa .#Bakki argama keenyaa: Magaalaa Naqamtee. Gamoo Qidist Michaeel, darbii Lammaffaa, # Lakko "Biiro" :203 Exodus for all!!
Показати все...
🔰 BAGA NAGAAN DHUFTAN 🔰 Itiyoo-Teleekom tamsaasa telegramaa sa'aati guutuu afaan oromoodhan jalqabuu ilaalchisee hordoftoota horachuuf badhaasa qopheessera. Linkii armaan gadii fayyadamuudhan galmaa'uu keessaniif qarshii 1000 ni badhaafamtu. Namoota 30 yemmuu affeertan immoo dabalataan qarshii 3000, tokkoon tokkoon namoota affeertanif qarshii 100 badhaafamtu. Liinkii affeerraa Chaltu. 🔽 https://t.me/Ethiotelecom_Afaan_Oromoo_bot?start=r04327969885 Liinkii affeerraa keessaani argachuudhaaf liinkii affeerraa Chaltutiin galmaa'aa. JOIN | ETHIOTELECOM - AFAAN OROMOO.
Показати все...
Ethiotelecom - Afaan Oromoo

Baga nagaan gara Itiyoo telekoom dhuftan! Start jechuudhan galmaa'aa !

🔰 BAGA NAGAAN DHUFTAN 🔰 Itiyoo-Teleekom tamsaasa telegramaa sa'aati guutuu afaan oromoodhan jalqabuu ilaalchisee hordoftoota horachuuf badhaasa qopheessera. Linkii armaan gadii fayyadamuudhan galmaa'uu keessaniif qarshii 1000 ni badhaafamtu. Namoota 30 yemmuu affeertan immoo dabalataan qarshii 3000, tokkoon tokkoon namoota affeertanif qarshii 100 badhaafamtu. Liinkii affeerraa Chaltu. 🔽 https://t.me/Ethiotelecom_Afaan_Oromoo_bot?start=r04327969885 Liinkii affeerraa keessaani argachuudhaaf liinkii affeerraa Chaltutiin galmaa'aa. JOIN | ETHIOTELECOM - AFAAN OROMOO.
Показати все...
Ethiotelecom - Afaan Oromoo

Baga nagaan gara Itiyoo telekoom dhuftan! Start jechuudhan galmaa'aa !

Repost from Sanyii Guddataa
#New#🎴Zamzam Bank SC🎴 ▪️🚩For Fresh Graduates ▪️Job Position 1 - Bank Trainee ▪️Job Position 2 - Banking Business Officer I ▪️Job Position 3 - Senior Banking Business Officer ▪️Job Position 4 - Branch Manager ▪️Find More Details here           💧💧💧💧💧 https://elelanajobs.com/job/zamzam-bank-sc-may-27-24/  ▪️Deadline: June 03/24
Показати все...
Repost from Sanyii Guddataa
#New#🎴Zamzam Bank SC🎴 ▪️🚩For Fresh Graduates ▪️Job Position 1 - Bank Trainee ▪️Job Position 2 - Banking Business Officer I ▪️Job Position 3 - Senior Banking Business Officer ▪️Job Position 4 - Branch Manager ▪️Find More Details here           💧💧💧💧💧 https://elelanajobs.com/job/zamzam-bank-sc-may-27-24/  ▪️Deadline: June 03/24
Показати все...
Repost from kebenajobs.com
Фото недоступнеДивитись в Telegram
🎴🚩CBE New Job Vacancy loading…… Elelanajobs.com
Показати все...
Repost from Sanyii Guddataa
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Cash flow Which one is yours best choice..? A. Employee. Have a job B. Self Employed. Own a job C. Business owner. Own a system D. Investor.  Own a Investment Robert Kiyosaki's said, most people are in one of the two quadrants on the left side either as employed or self-employed. On this side, people trade their time for money. On the right side are big business owners and investors who make money work for them. It is on the right side where freedom resides. This is where you have the time and money, but people tend to be on the left side attracted by the relative security of that side of the quadrant. If you want to change quadrants, you must change your mindset and adjust your values You see 95% of people in the world are in the E and S quadrants and only 5% of people are in the B and I, however about 95% of wealth is controlled by the 5% of people in the B and I quadrants and only 5% of wealth is controlled by the rest of 95% population. @segnigudeta
Показати все...
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.