cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

FBC (Fana Broadcasting Corporate/Fana The Insider,ፋና የውስጥ አዋቂ.Kaayyoon chaanaalii kanaa warra sagalee hin qabneef sagalee ta'uu,

Fana Afaan oromo Kessaa Bekaa,fana the Insider,ፋና የውስጥ አዋቂ.የዚህ ቻናል አላማ ድምጽ ለሌላቸው ድምጽ መሆን፣ድብቅ አጀንዳዎችን ለህዝብ ማሳየት፣የህብረተሰቡን ሸክም ማጋለጥ እና ለፍትሃዊ እኩልነት ሚዛናዊ መሆን ነው። ለበለጠ Info ከእኛ ጋር ይቀላቀሉን።Kaayyoon chaanaalii kanaa warra sagalee hin qabneef sagalee ta'uu dha

Більше
Рекламні дописи
7 143
Підписники
+4024 години
+2787 днів
+1 33130 днів
Час активного постингу

Триває завантаження даних...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Аналітика публікацій
ДописиПерегляди
Поширення
Динаміка переглядів
01
Aanaa Siltiitti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbeera Addis Ababa, June 4, 2016 (FBC)Aanaa Siltii Zoonii Siltee naannoo Asano Kebele Benene keessatti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota afur du’uu Itti aanaan muummicha saajin Abdraman Redi himan. Halkan edaa naannoo sa'aatii 3:20tti konkolaataan Sinotrak Warabee irraa gara Addis Ababa imalaa ture konkolaataa miila sadii qabu Butajra irraa gara Manaheria deemaa ture waliin walitti bu'uu ibsaniiru. Balaa kanaan namoonni afur du’uu isaanii ibsuun sababni balaa kanaa walitti bu’iinsa ta’uu akeekaniiru. Ermiyaas Bogaaleetiin
1300Loading...
02
Media files
1040Loading...
03
Faawundeeshiniin Doktara Kabajaa Artisti Alii Birraa Waxabajjii 16 bara 2016 iftooma ** Gaazexaa Bariisaa Faawundeeshiniin Doktara Kabajaa Artisti Alii Birraa Waxabajjii 16 bara 2016 Finfinnee, Hoteela Iskaayilaayititti kan iftoomu ta'uu Biiroon Aadaafi Turizimii Oromiyaa beeksise. Hogganaa Ittaanaan biirichaa Obbo Daraaraa Katamaa iftoomina Faawundeeshinichaa ilaalchisuun ibsa miidiyaaleef kennaniin, faawundeeshinichi erga biyya keessaafi alatti hundaa'ee bubbulus Waxabajjii 16 bara 2016 iftooma jedhan. Artisti Alii Birraa dhimmoota aadaa, siyaasaa, barnootaafi kanneen biroo bifa sirbaan ummataasaa biraan gahaa turuu himanii, faawundeeshinichi leegaasiisaa ittifufsiisuuf hundaa'uusaatiin biirichi milkaa'inasaaf deeggarsa barbaachisu akka taasisu himaniiru. Daarektarri faawundeeshinichaa Obbo Asaad Faahim gamasaaniin,  kaayyoon hundeeffama faawundeeshinichaa hojiifi mul'ata Artisti Alii Birraa ittifufsiisuun dhalootaaf dabarsuu jedhaniiru. Faawundeeshinichi aartii dagaagsuuf, barnoota qulqullina qabu diriirsuuf, tajaajila fayyaa hundagaleessa mirkaneessuuf, tola ooltummaa hojjechuuf kayyoosaa adda duree ta'uus dubbataniiru. Wayinisheet Kaasaatiin
1070Loading...
04
Hospitaala Kompireensiivii Ispeeshaalaayizdii Yuunivarsiitii Wallaggaatti Oppireeshinii baqaqsanii yaaluu taasifameen Lafee mudhii keessatti cabe( cuubi, femoral neck) baasuudhaan sibiila nam-tolcheen bakkaa buusuun milkiin xumurame. Yaalamaan keenya Har’aa jaarsa biyyaa umuriin isaanii Ganna 65 ta’e balaa tasaa irra gaheen lafeen luqqeettuu / mudhii mirgaa cabe.( neglected Femoral neck fracture) Caba kana irraa kan ka’ee torbe afuuriif sireetti galanii ciisaa turan. Torbe 4 gatittii namatti rarra'ani, mana yaalaa garaa garaa deemanii yaalamuuf dhama'anis cabni isaanii biyya kanatti yaaluuf humnaa ol akka ta’e itti himame. Rifeeriin barreeffameefii gara Finfinnee deemanii akka yaalaman itti himame. Achii immoo namni isaan dursuu bay'een waan jiruuf yaala hatattamaa argachuu hin dandeenye. Hospitaala Kompireensiivii Ispeeshaalaayizdii Yuunivarsiitii Wallaggaa yommuu dhufan Dr. Dr. Anteenee Daammanaa( Ispeeshaalistii Yaala lafee, buusaa fi balaa tasaa) akka yaalamuu danda’an itti himan torbee tokkoof qorannoo barbaachisu fi waan oppireeshiiniif barbaachisu erga of eggannoo fi xinxaala Baayyee godhamee booda tajaajila baqaqsanii yaaluun taasisameef. Gareen Dr. Anteenee Dammanaa Yaaliin baqaqsanii yaaluu caba gosa akkaanaaf ta'u baay'ee ulfaataa fi meeshaa teeknooloojii ammayyaa irra gahe kan barbaadu dha. Lafeen mudhii cabe sun waan debi’ee hin fayyineef , isa cabe baasuun sibiila nam- tolcheen bakka buusuun danda’ameera. Yaaliin baqaqsanii yaaluu Kun sa’aatii dheeraa kan fudhatee fi dadhabsiisaa kan ture ta’uu Dr Anteenee Dammanaa ni dubbatu . Erga oppreeshiniin taasisameefii booda akka bayyaannatanii fi miilla isa ejjetuuf yeroo muraasaaf meeshaa kiraanchiin degaramaa turan. Yeroo ammaa kana gatiittii namaa irraa bu'anii, kiraanchii isaaniis gatanii, of danda'anii akkuuma durii isaaniitti deemaa dhufanii galan. Gatiittii nama irratti rarra’uu irraa waan na olchitaniif waaqayyoo isiin haa eebisuu jedhu. Tuuta Opireshiini kana hirmaatan Dr. Dr. Anteenee Daammanaa( Ispeeshaalistii Yaala lafe, buusa fi balaa tasaa ) Dr. Sabir ( R3) Dr. Iddoosaa ( R1) Abeel ( ogeessa Anesthesia) Gammachuu ( Ogeessa Anesthesia) Galataa ( Nurse) Addisuu ( Nurse) Odeeffannoo dabalataa argachuuf;https://t.me/HRYW4
3030Loading...
05
#Qophii caayaa !. Obbo #Esheetuu Baqqala kantiibaa Magaalaa holotaa lafa saamicha irraa bararree heck 18 lstookii mootummaatti deebifneera. Gazexeessa #Anawar lafa Istookii mootummaa irraa waan hin qabneef waldaha barsisotaaf lafaa mana jireenyaa waan kenninuuf dhabne maaliif jetta ree? Haqni Afaan qabnaan funyaaniin dubbata jedha Oromoon makmaakee. lafa Istookii mootummaa jiruu waldaha barsisotaaf maa hin kennamne? lafa saamicha irraa bararamee Istookii mootummaatti deebi'e kan waldaha seeraan gurmaa'ee hin kennamne, saamicha biraatiif ol kaa'ame jechuudha? Mee Uummanni Oromoo waan akkanatiin Maal jettu?
2690Loading...
06
Media files
4210Loading...
07
Media files
4091Loading...
08
#Oduu_Ammee. Achi buuteen Xiyyaara Itti aanaa Pireezidaantii Maalaawii fe'ee balali'aa turee dhabame. Itti aanaa Pirezidaantii Malaawii dabalatee Qondaaltonni paartii Xiyyaara kana keessa akka jiran ibsameera. Silaa Xiyyaarichi ganama hardhaa saatii 4tti qubata ture. Haa ta'uu malee hanga ammaatti achi buuteen Xiyyaara kanaa dhabamuu gabaassi bbc irraa arganne ni muldhisa.
3980Loading...
09
Media files
4840Loading...
10
Godina Jimmaatti namichi Damma harkaan hojjechuuf yaalii osoo taasisuu yaalii san irraa madda ibsaa argachuun himame. ODM: Waxabajji 10,2024 Oromiyaa Godina Jimmaatti namichi Fariid Abbaa Jabal jedhamu akkuma Kanniisaatti Damma dammeessuuf biqiltuu funaanaa ture erga fayyaa isaarraan miidhaa geessisee booda ibsa irraa maddisiisuu danda'uu isaa miidiyaaleen mootummaa gabaasan. Faarid Dhalatee kan guddate godina Jimmaa Aanaa Maannaatti yoo ta'u, waggaa 12’n dura ture, baala biqiloota garagaraa cuunfuun damma dammeessuuf yaalii kan eegale jedha Faanan gabaasa isaan. Fariid, wayita yaaliin isaa waan milkaa'e itti fakkaatu, baala biqilootaa walitti cuunfee qopheesse soorate. Soorannii kun garuu hin sifoofneef ture. Rakkoon fayyaa cimaan irra gahee wal'aansaaf Giddugala Hospitaala Jimmaa seene. Gidduugalichatti torban lamaaf wal'aansii erga taasifameefii booda kan of bare Fariid, hanga guutummaatti fayyaa isaatti deebi'utti achuma ciisee wal'aanamuu itti fufe jedha gabaasichi. Haa ta'u male, "Nyaata asiidii qabu soorattee turtee?" jechuun gaaffiin ogeessootni fayyaa gaafataniin, argannoo isaa ammaaf ka'umsa akka ta'e dubbata. Kanuma irraa ka'uunis, yaalii irra deddeebiin waggoottan 2’n taasiseen booda, baala biqilootaa fayyaa isaa irratti miidhaa geessisan humna ibsaa irraa maddisiise. Kalaqni isaa kun ampooliiwwan ibsuun dabalatti, kompiyutara dabalatee meeshaalee elektirooniksii akka sochoosu kan dubbata Fariid. Yeroo ammaa jiraattootni Aanaa Maannaa Ganda Kamisee Waallaa 300 ta'an fayyadamoo kalaqa isaa kana ta'uu madda odeeffannoo keenyaatti himeera. Kanarraayyis, ji'atti galii argachu kan eeru Fariid, biqiloota humna ibsa maddisiisuuf gargaaran kana ooyruu bal'aarratti misoomsuun namoota baadiyyaa fayyadamoo gochuuf hojjataa jiraachuu dubbateera. Karaa miidiyaa hawwaasaa keenya Tiktok: https://www.tiktok.com/@odm79?_t=8mtEBYeEFoU&_r=1 Website:https://oromodiasporamedia.org/ YouTube: https://www.youtube.com/@ODM2019 nu hordofaa, Like, Subscribe, Follow nu taasisaa! ODM yeroo mara hawwaasa keenyaaf odeeffannoo barbaachisaa laanna! Madda odeefannoo hawwaasatti dhiyoo!
4820Loading...
11
Dhuga dubbachuf hidhi kiyyafi dabbo kiyyalle dhirri tokko bira hin genye amma gaaru enyuf kennu me naf barbada uuupppa https://t.me/+763fVZQIejRkOTNk https://t.me/+763fVZQIejRkOTNk
4010Loading...
12
#Kooridarii #Finfinnee irra yoo MM Dr. Abiy Ahmed Ali Saayikilidhaan bashanane. Dhugaa hojii koridari Magaalaa finfinnee baayyee nama dinqisiisa.
4831Loading...
13
Suuraalee hedduu fi hin mul'anne daandii Addis Ababa irratti! #Namichi 💪💪💪
5620Loading...
14
#AGGAAROO : - Magaalaa Konfaransiifi Daldalaa Akkasumas Magaalaa Turizmiif Mijattuu Taasisuuf Hojjatamaa Jira. ****** Waxabajjii 3,2016
5160Loading...
15
Media files
4940Loading...
16
Media files
5360Loading...
17
Dubbiin hojiidhaan! Duraan dursee uumaa nu gargaare galateeffanna! Naannoo Yaadannoo Injifannoo Adwaatti pilaazaa ji'oota sadii xumuramee fi hojiiwwan misooma koridoorii kiiloo meetira afuriif hojjetamaa jiru Kabajamoo Ministira Muummee keenya Dr. Addis Ababa jiraattota magaalattii irraa yeroo fudhannu, bareechuu fi misoomsuuf waadaa galuun jalqabne. Magaalaa dhalootaaf jiraattu, qisaasama fi dadhabina malee akka taatu waadaa seenne. Kunoo dubbii keenya eegnee jirra!! Mudaa kee irraa kan qulqullaa'e Aradaan. Mee kiiloo afur 24 / 7 cimtee hojjetta haa jennu; Amma akka isin mijatu gooneerra. Bareedinaa fi qulqullummaa ishee osoo hin dhabin dhalootaaf eegaa. Abbootii qabeenyaa, abbootii qabeenyaa, kontiraaktaroota, hojjettootaa fi hoggantoota of kennanii hojjetan, akkasumas dhaabbilee federaalaa yeroo hojii misooma koridoorii jalqabnu waliin dhaabbatan galateeffachuun barbaada. Hundaa ol deeggarsaafi to'annoo Kabajamoo Muummicha ministeeraa Dr. Walumaagalatti halkan edaa yeroo daawwannetti hojiiwwan daandii irratti hojjetaman dinqisiifattanii jaalala keessan nutti agarsiiftan hundaaf galata onnee keenyaa ibsuu barbaanna. Suuraaleen nuti isiniif maxxansine gartokkoon ilaalama. Guutummaa mul'ata kana akka ilaaltan isin afeera. Hojiiwwan koridoorii keenyaa kanneen hafan qajeelfama saffisaa fi kalaqa hordofuun xumuruun tajaajilaaf banaa taasisuudhaaf waan dandeenyu hunda ni goona. Qulqullina eeggachuu fi lammiilee keenya hundaaf haala mijataa uumuun hojiiwwan dursa kennuudha. Uumaan Itoophiyaa fi ummata ishee haa eebbisu Waadaa Gochaan! Hunda dursa Waaqni nu ajagare haa galatoomuu Hojiilee misooma koriidarii naannawaa Yaadannoo Injifannoo Adawaa Piyaassaa fi Kiiloo 4a sadii qabameef ji'a keessa kanatti nama kabajamoo muummee ministeraa keenya Dr. Abiyyi Ahimad, kabajamtuu giifti duree Zinnaash Taayyachew fi itti gaafatamtoota mootummaa olaanoo waliin gamaggamneerra. Finfinnee jiraattota magaalichaa irraa yeroo fuunu miidhagsuuf, misoomsuuf waadaa seenneetu kan eegalle. Dhalootaaf kanatti, agaala xuraawaa fi dhibaa'ummaan keessa hin jirree fi waadaa seennee turre. Kunoo waadaa keenya eegneerra!! Araadaa kulluloofte kunoo hoodhaa, Arat Kiiloo 24/7 tattaafattu kunoo hoodhaa, amma yeroo mijattuu taasifneerra. Miidhaginaa fi kwulllina isheerraa hin hir'atiin dhalootaaf jiraachisaa. Yooallu koroonaa hirmaattan tumsitan, abboonu nuguma tumsitan, abboonu nuguma, kontitaar, hojjat eegtoon hojii ittiin cichitanii fi hooggantoonni ittiin federaalaa galanni koo gahu. Hundaan olitti kabajamoo muummee ministeraa keenya Dr. Abiyyi Ahimad hordoffii fisaa galma nuuf gootaniifanni koo guddaadha. Waliigalattis kaleessa galgala yeroo daawwannu daandiiwwan irratti hojiiwwan dinqisiifachaa jaalala kan nuuf ibsitan hunda galanni keenya onneerraa madde isin haa daqqabu. Suuraaleen keenyee agarsiiftuuwwan fuula gar tokeeti. Fuulaa guutuu dhuftanii akkaltaniif gamanumaan isin affeera. Hojiilee keenya riidarii hafan qajeelfamaa fi kalaqaa hundanee tajaajilaaf banaa hordoffii waan dandeenyu ni taasifna. Qulqullina eegsisuu fi naannawaa lammiilee hundatti tolu gochoota dursa kenninuufidha. Waaqni Itoophiyaa fi uummata ishee haa eebbisu
4040Loading...
18
Mucaan kun jirataa magaala jimaatii wan qabu hunda mana qumarattii fixee hamma harki isa sirrii miti jechun harkii demu jalqabera sana jechun wa hatuu ykn hatturraa wa fudhanii fidanii namatii gurguruu halaa akkana wan qabuf of egannoo cimaa godhaa itti hin siqinaa nama nagaa fakkate nama ballesa jira nama heddutu himata jira
4440Loading...
19
Media files
4360Loading...
20
😳🤔 Hubachiisa 🔦 Guyyaa har'aa waan addaatu Dirree Dhawaatti na mudatee ture! Jarbaa (Halloolee) iddoo jedhamuu irraa kaheen ganama saabbiyaan sabaattanayaa obboleeyti tiyya bira zihaaraaf deemee hanga sa'aa 4:00 achi ture yeroon achii deebi'u Taksii anumaa eegachaa jiru Bajaajiin Force takka natti dhuftee Saido ni deemtaa naan jattee aniis eeyyee niin deema je'een seenuuf yeroon jedhu bajaajiin guutamtee jirti. Abbaa bajaajiin yeroon guutuudha jedhuun narraa siqanii "kottuu seeni" naan jedhan. Aniis numaan seene yeroo xiqqo deemne booda osoo bakka deemnu hin gahiin "noolii naaf kennaa" nuun jedhe Abbaan bajaajii. Hoggaa inni akkas jedhun ani yeroon bu'uun siif kennaan jedheen. Lakkaa isaan #Hattuudha namni lama kan duuba jiru hattuudhaa tooftaan ittiin hatan irratti muxannoo qaban. Abbaa bajaajii malee inni tokko immoo gaabbinaa jira. Garuu ana dura namni lama kan seenee jiru warra Baaddiyyaa irraa dhufan na fakkaata. Haadhaa fi ilmoodha. lakkaa hattoonni laman na cinaa jiran isaan hatuu turan. Aniis na hatuu fedhanii turan garuu osuma Saido hin gahiin bajaajii dhabanii isaan buusuuf jecha Abbaan bajaajii "Nuti asiin gorraa" jedhanii isaan gadi biusan san booda anaan immoo ol deebi'ii ni yaanaa naan jedhan. Sana booda aniis hayyee jedhee yeroon ani seenuuf jedhu ol dabrii tahii naan jedhan. Ani garuu jara kana qalbiin shakkeen narraa siqi moggaa kanarraan taa'aa yeroon jedhuun baqqaa deem nuti gara biraa deemnaa naan jedhan. Aniis jarri jara hannaa tahuu beekeen yeroon ani Haadhaa fi Ilmoo taanaan "Wahi waa bachiiftanii?" jedhuun "Ee Way maallaqa kiyya" Akkuma Harmeen jetteen yeroon fiigee bajaajii ol seenu hattoonni kun "Bar maallaqa buufte" Jedhanii deebisaniif. Achiin booda Abbaan bajaajii kaasee fiigee bahuuf yaale. Yeroo kana hattoonni gama duubaa jiran lakkoofsa gabatee bajaajii dhooysuuf yaalaa turan. Garuu hin milkooyneef 👀laaluu dandeeysaa suurarraa . maallaqa hatanii turan qarshii kuma saddeet (8000) ture. Haati ilmoo hedduu gocha kiyyatti narraa gammaddee na galateeyfattee du'aa'ii na goote. Waan kanarraa akka waan hedduu barataan abdiii guutuun qaba. Keeysaafuu Ummata keenya kan baadiyyaa irraa gara Magaalaa dhufan haala kanaa hedduu hataa oolan . Of eegannoo godhaa.!!! Yoo isinitti tole Share godhaa!🙏 Nasse NG irraa.
4600Loading...
21
#KEESSUMMAA Hajjii Bulbulaa: Atileetii cimaa nama dhiisii roobnuu itti hinqaqqabu jedhamaa ture **** Gaazexaa Bariisaa Dhalli namaa erga dachee kanarratti uumamee kaasee wal’aansoo jiruufi jireenyasaa guyyuu mo’achuuf ifaajjiifi sochii taasisuun fayyummaafi jabeenya qaamasaa osoo beekuus ta’e hinbeekiin eeggachaa kan ture ta’uu seenaan jalqabbii ispoortii ni ibsa. Sochiin ispoortii jaarraawwan hedduu dura akka feeteen jalqabame kun ammaan tana bifa qindaa’eefi jaalatamummaa gonfateen akkasumas kabajaafi ulfina biyyaa eegsiseen gaggeeffamuun erga jalqabamee as garuu sadarkaa idiladdunyaatti faajjii (mallattoo) eenyummaa biyyaa ta’uun nageenya, jabeenyaafi tokkummaa ummata Addunyaa ibsuun ga’ee olaanaa taphachaa jira. Nutis akka biyya keenyaattis ta’u addunyaatti yaadrimee addunyaan ispoortiifi ispoorteesitootaaf qabdu kana fudhachuun madda ispoorteessitootaa kan ta’e godinni Arsii, keessumaa Boqojjiirratti xiyyeeffachuun gaafdeebii gootashii tokko wajjin taasisne isin dubbisiisna. Gara gaafdeebii keenyaatti ce’uun dura waa’ee Boqojjii waanuma gabaabduu walhaa yaadachiisnu. Boqojjiin dirree baldhoo, loowwan hedduu itti horsiisaman, omisha garbuufi qamadii, qilleensa jireenyaaf namatti toluun kan beekamtuudha. Waggoota muraasaa as ammoo gootota ispoortii atileetiksii Arsiifi Oromiyaa bira darbee Itoophiyaa Addunyaarratti beeksisan horachuudhaanis beekamti. Oggaa waa’ee gootota Boqojjii kaafnu yeroo jalqabaatiif Arsiirraa Awaash ce’ee dirree ispoortii atileetiksiirratti kan mul’ate Atileet Hajjii Bulbulaa jedhamutu yaadatama. 👇 https://press.et/oromifa/2024/06/08/hajjii-bulbulaa-atileetii-cimaa-nama-dhiisii-roobnuu-itti-hinqaqqabu-jedhamaa-ture/
5130Loading...
22
Faawundeeshiniin Dubartoota Rufeeydaa Barattoota isaa Diploma in Islamic Study'n Damee Naqamteetti barsiisaa ture guyyaa hardhaa bakka Keessummoonni gurguddoo hedduun argamanitti bifa hoo'aan eebbisiisee jira. Faawundeeshiniin Dubartoota Rufeeydaa naannoo Oromiyaa magaalota garagaraa keessatti barnoota, fayyaa, tola-ooltummaa fi hojiilee da'awaa irratti kan hojjatu tahuun ni beekama. የሩፊዳ ሴቶች ፋውንዴሽን ተማሪዎቹን በነቀምቴ ቅርንጫፍ ኢስላሚክ ጥናት በዲፕሎማ ዛሬ በርካታ እንግዶች በተገኙበት አስመርቋል። የሩፊዳ ሴቶች ፋውንዴሽን በትምህርት፣ በጤና፣ በበጎ ፈቃደኝነት እና በስብከት ተግባራት በክልሉ በተለያዩ ከተሞች የሚሰራ ለትርፍ ያልተቋቋመ ድርጅት ነው።
5730Loading...
23
Eebba faawundeeshinii dubartoota Rufeeydaa wallaggaa Damee Magaalaa Naqamtee
5390Loading...
24
#Oduu_Ammee. Leenjifamtoonni leenjii loltummaa haara'a fudhachuuf gara moora leenjii galan sirni jalqabsiisa leenjii hardha saaqameefi! kolleejjii leenjii loltummaa fi humna qilleensaa #balaattetti sirni jalqabsiisa leenjii bifa hoo'a ta'een eegalan. Biyya ofii kan eegu abbaadha!!
5300Loading...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Aanaa Siltiitti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbeera Addis Ababa, June 4, 2016 (FBC)Aanaa Siltii Zoonii Siltee naannoo Asano Kebele Benene keessatti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota afur du’uu Itti aanaan muummicha saajin Abdraman Redi himan. Halkan edaa naannoo sa'aatii 3:20tti konkolaataan Sinotrak Warabee irraa gara Addis Ababa imalaa ture konkolaataa miila sadii qabu Butajra irraa gara Manaheria deemaa ture waliin walitti bu'uu ibsaniiru. Balaa kanaan namoonni afur du’uu isaanii ibsuun sababni balaa kanaa walitti bu’iinsa ta’uu akeekaniiru. Ermiyaas Bogaaleetiin
Показати все...
👍 1
Faawundeeshiniin Doktara Kabajaa Artisti Alii Birraa Waxabajjii 16 bara 2016 iftooma ** Gaazexaa Bariisaa Faawundeeshiniin Doktara Kabajaa Artisti Alii Birraa Waxabajjii 16 bara 2016 Finfinnee, Hoteela Iskaayilaayititti kan iftoomu ta'uu Biiroon Aadaafi Turizimii Oromiyaa beeksise. Hogganaa Ittaanaan biirichaa Obbo Daraaraa Katamaa iftoomina Faawundeeshinichaa ilaalchisuun ibsa miidiyaaleef kennaniin, faawundeeshinichi erga biyya keessaafi alatti hundaa'ee bubbulus Waxabajjii 16 bara 2016 iftooma jedhan. Artisti Alii Birraa dhimmoota aadaa, siyaasaa, barnootaafi kanneen biroo bifa sirbaan ummataasaa biraan gahaa turuu himanii, faawundeeshinichi leegaasiisaa ittifufsiisuuf hundaa'uusaatiin biirichi milkaa'inasaaf deeggarsa barbaachisu akka taasisu himaniiru. Daarektarri faawundeeshinichaa Obbo Asaad Faahim gamasaaniin,  kaayyoon hundeeffama faawundeeshinichaa hojiifi mul'ata Artisti Alii Birraa ittifufsiisuun dhalootaaf dabarsuu jedhaniiru. Faawundeeshinichi aartii dagaagsuuf, barnoota qulqullina qabu diriirsuuf, tajaajila fayyaa hundagaleessa mirkaneessuuf, tola ooltummaa hojjechuuf kayyoosaa adda duree ta'uus dubbataniiru. Wayinisheet Kaasaatiin
Показати все...
Hospitaala Kompireensiivii Ispeeshaalaayizdii Yuunivarsiitii Wallaggaatti Oppireeshinii baqaqsanii yaaluu taasifameen Lafee mudhii keessatti cabe( cuubi, femoral neck) baasuudhaan sibiila nam-tolcheen bakkaa buusuun milkiin xumurame. Yaalamaan keenya Har’aa jaarsa biyyaa umuriin isaanii Ganna 65 ta’e balaa tasaa irra gaheen lafeen luqqeettuu / mudhii mirgaa cabe.( neglected Femoral neck fracture) Caba kana irraa kan ka’ee torbe afuuriif sireetti galanii ciisaa turan. Torbe 4 gatittii namatti rarra'ani, mana yaalaa garaa garaa deemanii yaalamuuf dhama'anis cabni isaanii biyya kanatti yaaluuf humnaa ol akka ta’e itti himame. Rifeeriin barreeffameefii gara Finfinnee deemanii akka yaalaman itti himame. Achii immoo namni isaan dursuu bay'een waan jiruuf yaala hatattamaa argachuu hin dandeenye. Hospitaala Kompireensiivii Ispeeshaalaayizdii Yuunivarsiitii Wallaggaa yommuu dhufan Dr. Dr. Anteenee Daammanaa( Ispeeshaalistii Yaala lafee, buusaa fi balaa tasaa) akka yaalamuu danda’an itti himan torbee tokkoof qorannoo barbaachisu fi waan oppireeshiiniif barbaachisu erga of eggannoo fi xinxaala Baayyee godhamee booda tajaajila baqaqsanii yaaluun taasisameef. Gareen Dr. Anteenee Dammanaa Yaaliin baqaqsanii yaaluu caba gosa akkaanaaf ta'u baay'ee ulfaataa fi meeshaa teeknooloojii ammayyaa irra gahe kan barbaadu dha. Lafeen mudhii cabe sun waan debi’ee hin fayyineef , isa cabe baasuun sibiila nam- tolcheen bakka buusuun danda’ameera. Yaaliin baqaqsanii yaaluu Kun sa’aatii dheeraa kan fudhatee fi dadhabsiisaa kan ture ta’uu Dr Anteenee Dammanaa ni dubbatu . Erga oppreeshiniin taasisameefii booda akka bayyaannatanii fi miilla isa ejjetuuf yeroo muraasaaf meeshaa kiraanchiin degaramaa turan. Yeroo ammaa kana gatiittii namaa irraa bu'anii, kiraanchii isaaniis gatanii, of danda'anii akkuuma durii isaaniitti deemaa dhufanii galan. Gatiittii nama irratti rarra’uu irraa waan na olchitaniif waaqayyoo isiin haa eebisuu jedhu. Tuuta Opireshiini kana hirmaatan Dr. Dr. Anteenee Daammanaa( Ispeeshaalistii Yaala lafe, buusa fi balaa tasaa ) Dr. Sabir ( R3) Dr. Iddoosaa ( R1) Abeel ( ogeessa Anesthesia) Gammachuu ( Ogeessa Anesthesia) Galataa ( Nurse) Addisuu ( Nurse) Odeeffannoo dabalataa argachuuf;https://t.me/HRYW4
Показати все...
Hospitaala Kompireensiivii Ispeeshaalaayizdii Yuunivarsiitii Wallaggaa

HRYW4 WU Referral Hospital

👍 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
#Qophii caayaa !. Obbo #Esheetuu Baqqala kantiibaa Magaalaa holotaa lafa saamicha irraa bararree heck 18 lstookii mootummaatti deebifneera. Gazexeessa #Anawar lafa Istookii mootummaa irraa waan hin qabneef waldaha barsisotaaf lafaa mana jireenyaa waan kenninuuf dhabne maaliif jetta ree? Haqni Afaan qabnaan funyaaniin dubbata jedha Oromoon makmaakee. lafa Istookii mootummaa jiruu waldaha barsisotaaf maa hin kennamne? lafa saamicha irraa bararamee Istookii mootummaatti deebi'e kan waldaha seeraan gurmaa'ee hin kennamne, saamicha biraatiif ol kaa'ame jechuudha? Mee Uummanni Oromoo waan akkanatiin Maal jettu?
Показати все...
1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
#Oduu_Ammee. Achi buuteen Xiyyaara Itti aanaa Pireezidaantii Maalaawii fe'ee balali'aa turee dhabame. Itti aanaa Pirezidaantii Malaawii dabalatee Qondaaltonni paartii Xiyyaara kana keessa akka jiran ibsameera. Silaa Xiyyaarichi ganama hardhaa saatii 4tti qubata ture. Haa ta'uu malee hanga ammaatti achi buuteen Xiyyaara kanaa dhabamuu gabaassi bbc irraa arganne ni muldhisa.
Показати все...
👍 1
Godina Jimmaatti namichi Damma harkaan hojjechuuf yaalii osoo taasisuu yaalii san irraa madda ibsaa argachuun himame. ODM: Waxabajji 10,2024 Oromiyaa Godina Jimmaatti namichi Fariid Abbaa Jabal jedhamu akkuma Kanniisaatti Damma dammeessuuf biqiltuu funaanaa ture erga fayyaa isaarraan miidhaa geessisee booda ibsa irraa maddisiisuu danda'uu isaa miidiyaaleen mootummaa gabaasan. Faarid Dhalatee kan guddate godina Jimmaa Aanaa Maannaatti yoo ta'u, waggaa 12’n dura ture, baala biqiloota garagaraa cuunfuun damma dammeessuuf yaalii kan eegale jedha Faanan gabaasa isaan. Fariid, wayita yaaliin isaa waan milkaa'e itti fakkaatu, baala biqilootaa walitti cuunfee qopheesse soorate. Soorannii kun garuu hin sifoofneef ture. Rakkoon fayyaa cimaan irra gahee wal'aansaaf Giddugala Hospitaala Jimmaa seene. Gidduugalichatti torban lamaaf wal'aansii erga taasifameefii booda kan of bare Fariid, hanga guutummaatti fayyaa isaatti deebi'utti achuma ciisee wal'aanamuu itti fufe jedha gabaasichi. Haa ta'u male, "Nyaata asiidii qabu soorattee turtee?" jechuun gaaffiin ogeessootni fayyaa gaafataniin, argannoo isaa ammaaf ka'umsa akka ta'e dubbata. Kanuma irraa ka'uunis, yaalii irra deddeebiin waggoottan 2’n taasiseen booda, baala biqilootaa fayyaa isaa irratti miidhaa geessisan humna ibsaa irraa maddisiise. Kalaqni isaa kun ampooliiwwan ibsuun dabalatti, kompiyutara dabalatee meeshaalee elektirooniksii akka sochoosu kan dubbata Fariid. Yeroo ammaa jiraattootni Aanaa Maannaa Ganda Kamisee Waallaa 300 ta'an fayyadamoo kalaqa isaa kana ta'uu madda odeeffannoo keenyaatti himeera. Kanarraayyis, ji'atti galii argachu kan eeru Fariid, biqiloota humna ibsa maddisiisuuf gargaaran kana ooyruu bal'aarratti misoomsuun namoota baadiyyaa fayyadamoo gochuuf hojjataa jiraachuu dubbateera. Karaa miidiyaa hawwaasaa keenya Tiktok: https://www.tiktok.com/@odm79?_t=8mtEBYeEFoU&_r=1 Website:https://oromodiasporamedia.org/ YouTube: https://www.youtube.com/@ODM2019 nu hordofaa, Like, Subscribe, Follow nu taasisaa! ODM yeroo mara hawwaasa keenyaaf odeeffannoo barbaachisaa laanna! Madda odeefannoo hawwaasatti dhiyoo!
Показати все...
Oromo Diaspora Media on TikTok

@odm79 25.7k Followers, 1 Following, 68.1k Likes - Watch awesome short videos created by Oromo Diaspora Media

👍 2