uk
Feedback
WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

Відкрити в Telegram

Ansaarul-hudaa Haqaaf tumsina! kaayyoo waldicha 1.Harka qalleeyyii deeggaruu 2.Da'awaaf haala mijeessuu 3.Tokkummaa muslimootaa cimsuufi dhimmoota islaamaa kanneen birooti Waldaan kun G/arsii A/sirkaatti Dargagoota aanichaatiin kan hundeeffameedha!

Показати більше
772
Підписники
Немає даних24 години
-47 днів
-1730 днів
Архів дописів
Iid Mubaarak! Kabajamtoota Maati Ansaarul Hudaa Hundaaf Baga Ayyaana Iida Al-Adhaa bara 1447tiin isin gahe nuun gahe! Ayyaann
Iid Mubaarak! Kabajamtoota Maati Ansaarul Hudaa Hundaaf   Baga Ayyaana Iida Al-Adhaa bara 1447tiin isin gahe nuun gahe! Ayyaanni kun kan gammachuu fi nagaa  isiniif haa ta'u. Ansarul Huda Haqaaf Tumsina! ዒድ ሙባረክ! እንኳን ለ1447ኛው የዒድ አል-አድሃ (አረፋ) በዓል በሰላም አደረሳችሁ አደረሰን! በዓሉ የሰላም፣ የፍቅር እና የደስታ ይሁንላችሁ።

As wr wb kabajamtoota maati Ansaarul Hudaa hundumti   keessan                             walgahiin keenya idilee guyyaa 16/9/2018 sa'aati 3:30 irratti eegala hundumti keessan akka irratti argamtan afferamtani jirtu. Iddoon gamo baanki feyd irratti argamu gubbatti nu argattu         Ansarul Huda                                HAQAAF TUMSINA!

As wr wb kabajamtoota maati Ansaarul Hudaa hundumti   keessan                             walgahiin keenya idilee guyyaa 2/8/2018 sa'aati 3:30 irratti eegala hundumti keessan akka irratti argamtan afferamtani jirtu. Iddoon gamo baanki feyd irratti argamu gubbatti nu argattu         Ansarul Huda                                HAQAAF TUMSINA!

Salaata Idaa Eid (Al-fatir)Magaala Gobessaa Ansaarul Hudaa
+9
Salaata Idaa Eid (Al-fatir)Magaala Gobessaa Ansaarul Hudaa

Eid Mubarak Baga ida Al-Faxiif kan bara 1447 ittin isiin Gahe. Baga Gessaan Eid Mubarak Waldaa Tola Ooltummaa Ansaarul Hudaa
Eid Mubarak Baga ida Al-Faxiif kan bara 1447 ittin isiin Gahe. Baga Gessaan Eid Mubarak Waldaa Tola Ooltummaa Ansaarul Hudaa

Galatooma! Wahdaa 14 Urjii Batilee 4 Waldaa Tola Ooltummaa Ansaruul Hudaan kan qopha'u Waltajjiin guddicha dawa'aa fi Nashida
+9
Galatooma! Wahdaa 14 Urjii Batilee 4 Waldaa Tola Ooltummaa Ansaruul Hudaan kan qopha'u Waltajjiin guddicha dawa'aa fi Nashidaa M/Gobessaa kan ta'e Wahda 14 guyyaa har'aa bifa midhagaa ta'een geggeffamee jira. Galatooma! Ansaruul hudaa Haqaaf Tumsina!

Qophi Wah-daa 14 xumurre jirra bor ganama sa’aati 3:00 irratti wal haa agarru Ansaarul Hudaa Haqaaf Tumsina !
+4
Qophi Wah-daa 14 xumurre jirra bor ganama sa’aati 3:00 irratti wal haa agarru Ansaarul Hudaa Haqaaf Tumsina !

Ramadaa Mubaarak! ረመዷን ሙባረክ!
Ramadaa Mubaarak! ረመዷን ሙባረክ!

A/Sirkaa M/Gobeessaa Ganda 02 Masjiida Hidaayaa keessatti Kan argamu Markazni Kalamu Arrahmaan Lita'aliimil Qur'aana Barattoo
+9
A/Sirkaa M/Gobeessaa Ganda 02 Masjiida Hidaayaa keessatti Kan argamu Markazni Kalamu Arrahmaan Lita'aliimil Qur'aana Barattootaa dhibba laamaa olii barsiisaa turee keessa Barattootaa 50 Kan qur'aana buusan gaafa guyyaa 3/6/2018 Galma Buufataa Fayyaa M/Gobeessaa keessatti bifa adda ta'een bakka hoogganaan MM Dhi Islaamummaa A Sirkaa fi Imaammani, du'aatoota fi maatin Barattootaa jiranitti Eebbisee jira

WAHDAA 14 URJII BAATILEE 4 gaaafa guyyaa 15/6/2018 sa'aati 3:00 irraa eegale Galma Tokkummaatti (MWD) geggeffama.
WAHDAA 14 URJII BAATILEE 4 gaaafa guyyaa 15/6/2018 sa'aati 3:00 irraa eegale Galma Tokkummaatti (MWD) geggeffama.

Waldaan Tola Ooltummaa Al birr Wal Ihsan Sagantaa deggarsaa waldichaaf geggessee. Waldaan tola ooltummaa al birr wal ihsan ho
+6
Waldaan Tola Ooltummaa Al birr Wal Ihsan Sagantaa deggarsaa waldichaaf geggessee. Waldaan tola ooltummaa al birr wal ihsan hojjaatoota hospitaala gobessaa kan hundeffamee yoo ta'u guyya har'aa bekkamiti MMDHI oromiyaa irraa argachuu sababeffaachun sagantaa ifomsaa fi deeggarsa geggessaa oole jira. Ansarul huda Haqaf tumsina

subscribe please 🙏🙏

Kawunsiliin Daragaggoota Muslimaa Aanaa Sirkaa Hundeeffaamme. ::::::::::05/04/2018::::::::::::: Kawunsiliin Daragaggoota Musl
+7
Kawunsiliin Daragaggoota Muslimaa Aanaa Sirkaa Hundeeffaamme. ::::::::::05/04/2018::::::::::::: Kawunsiliin Daragaggoota Muslimaa Aanaa Sirkaa Guyyaa Har'aa Magaala Gobeessaati Bakka Hoggannaa Kawunsilii Godinaa Arsii Darg. Kadara Kadiro fi Hogganntooni Majilsaa Aanicha Argamaniti Hundeeffaamme Jira. Ansarul Huda Haqaaf Tumsina!