WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA
前往频道在 Telegram
Ansaarul-hudaa Haqaaf tumsina! kaayyoo waldicha 1.Harka qalleeyyii deeggaruu 2.Da'awaaf haala mijeessuu 3.Tokkummaa muslimootaa cimsuufi dhimmoota islaamaa kanneen birooti Waldaan kun G/arsii A/sirkaatti Dargagoota aanichaatiin kan hundeeffameedha!
显示更多772
订阅者
无数据24 小时
-47 天
-1730 天
帖子存档
Iid Mubaarak!
Kabajamtoota Maati Ansaarul Hudaa Hundaaf
Baga Ayyaana Iida Al-Adhaa bara 1447tiin isin gahe nuun gahe!
Ayyaanni kun kan gammachuu fi nagaa isiniif haa ta'u.
Ansarul Huda
Haqaaf Tumsina!
ዒድ ሙባረክ!
እንኳን ለ1447ኛው የዒድ አል-አድሃ (አረፋ) በዓል በሰላም አደረሳችሁ አደረሰን!
በዓሉ የሰላም፣ የፍቅር እና የደስታ ይሁንላችሁ።
As wr wb kabajamtoota maati Ansaarul Hudaa hundumti keessan walgahiin keenya idilee guyyaa 16/9/2018 sa'aati 3:30 irratti eegala hundumti keessan akka irratti argamtan afferamtani jirtu.
Iddoon gamo baanki feyd irratti argamu gubbatti nu argattu
Ansarul Huda HAQAAF TUMSINA!
As wr wb kabajamtoota maati Ansaarul Hudaa hundumti keessan walgahiin keenya idilee guyyaa 2/8/2018 sa'aati 3:30 irratti eegala hundumti keessan akka irratti argamtan afferamtani jirtu.

Eid Mubarak
Baga ida Al-Faxiif kan bara 1447 ittin isiin Gahe.
Baga Gessaan
Eid Mubarak
Waldaa Tola Ooltummaa Ansaarul Hudaa
+9
Galatooma!
Wahdaa 14
Urjii Batilee 4
Waldaa Tola Ooltummaa Ansaruul Hudaan kan qopha'u
Waltajjiin guddicha dawa'aa fi Nashidaa M/Gobessaa kan ta'e Wahda 14 guyyaa har'aa bifa midhagaa ta'een geggeffamee jira.
Galatooma!
Ansaruul hudaa
Haqaaf Tumsina!
+4
Qophi Wah-daa 14 xumurre jirra bor ganama sa’aati 3:00 irratti wal haa agarru
Ansaarul Hudaa
Haqaaf Tumsina !
+9
A/Sirkaa M/Gobeessaa Ganda 02 Masjiida Hidaayaa keessatti Kan argamu
Markazni Kalamu Arrahmaan Lita'aliimil Qur'aana Barattootaa dhibba laamaa olii barsiisaa turee keessa Barattootaa 50 Kan qur'aana buusan gaafa guyyaa 3/6/2018 Galma Buufataa Fayyaa M/Gobeessaa keessatti bifa adda ta'een bakka hoogganaan MM Dhi Islaamummaa A Sirkaa fi Imaammani, du'aatoota fi maatin Barattootaa jiranitti Eebbisee jira
WAHDAA 14 URJII BAATILEE 4
gaaafa guyyaa 15/6/2018 sa'aati 3:00 irraa eegale Galma Tokkummaatti (MWD) geggeffama.
+6
Waldaan Tola Ooltummaa Al birr Wal Ihsan Sagantaa deggarsaa waldichaaf geggessee.
Waldaan tola ooltummaa al birr wal ihsan hojjaatoota hospitaala gobessaa kan hundeffamee yoo ta'u guyya har'aa bekkamiti MMDHI oromiyaa irraa argachuu sababeffaachun sagantaa ifomsaa fi deeggarsa geggessaa oole jira.
Ansarul huda
Haqaf tumsina
+7
Kawunsiliin Daragaggoota Muslimaa Aanaa Sirkaa Hundeeffaamme.
::::::::::05/04/2018:::::::::::::
Kawunsiliin Daragaggoota Muslimaa Aanaa Sirkaa Guyyaa Har'aa Magaala Gobeessaati Bakka Hoggannaa Kawunsilii Godinaa Arsii Darg. Kadara Kadiro fi Hogganntooni Majilsaa Aanicha Argamaniti Hundeeffaamme Jira.
Ansarul Huda
Haqaaf Tumsina!