cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

ISPOORTII AFAAN OROMOON ⚽️

Oduuwwan ispoortii ho'aa fi wayitaawaa ta'an argattu.

Більше
Фінляндія608Мова не вказанаСпорт5 286
Рекламні дописи
11 761
Підписники
+3724 години
+1877 днів
+57230 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

️ 🟢Kiiliyaan Mbaappeen yeroo jalqabaaf istaadiyeemii Santiyaagoo Bernabeu keessatti ummata duratti mul'ateera. Riyaal Maadriid taphataa sarara fuulduraa Faransaay kana ifatt dhiheesse jiraa. ✍''Guyyaan kun guyyaa nama hin amansiifnedha. Ijoollummaa kootii kaasee abjuu tokko qofa qaba ture, asitti argamuun anaaf hiika guddaa qaba,'' jedhe Mbaappeen. Abjuun dhugoome jiraa #Oromia @isportf
Показати все...
👍 5
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Galma ke beektamoo❓❓ Kaayyoo kee beektamoo❓ 𝑱𝒊𝒓𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝒎𝒊𝒍𝒌𝒂𝒂'𝒊𝒏𝒂𝒂 𝒂𝒌𝒌𝒂𝒎𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒋𝒊𝒓𝒂𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖𝒏 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒂'𝒂𝒎𝒖 Mula'ata Kee bekku hin barbada??? →𝑴𝒖𝒍'𝒂𝒕𝒂𝒂 𝒇𝒊 𝒂𝒌𝒌𝒂𝒂 𝒎𝒖𝒍'𝒂𝒕𝒂𝒂𝒏 𝒋𝒊𝒓𝒂𝒂𝒕𝒂𝒏 →𝑵𝒂𝒎𝒂 𝒋𝒊𝒋𝒋𝒊𝒊𝒓𝒂𝒎𝒂𝒂 𝒕𝒂'𝒖𝒖 →𝑨𝒌𝒌𝒂𝒎𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒅𝒉𝒊𝒊𝒃𝒃𝒂 𝒂 𝒖𝒖𝒎𝒖𝒖𝒏 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒂'𝒂𝒎𝒖 →𝑰𝒋𝒂𝒂𝒓𝒔𝒂 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒆𝒆𝒕𝒕𝒊𝒊 (𝒄𝒂𝒑𝒂𝒄𝒊𝒕𝒚 𝒃𝒖𝒊𝒍𝒅𝒊𝒏𝒈) →𝑨𝒌𝒌𝒂𝒎𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒃𝒂𝒓𝒏𝒐𝒐𝒕𝒂𝒂𝒏 𝒎𝒊𝒍𝒌𝒂𝒂'𝒖𝒖𝒏 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒂'𝒂𝒎𝒖 Channel keenya Join godhadhaa👇🏻
Показати все...
🛡️ Galma Kee Baruuf 🛡️
🖼️ Hikka Jireenya Beekuuf 🖼️
📋 Dandii Sirrii Qabachuuf 📋
🙋‍♂️ Join all 🙋‍♂️
Repost from WAALIIF PROMOTION
Показати все...
Ispeen shaampiyoonaa Waancaa Awurooppaa 17ffaa taate ✍Tapha xumuraa Waancaa Awurooppaa halkan kana taphatameen Ispeen, Ingilaand injifachuun yeroo 4ffaaf Shaampiyoonaa taate. Ispeen galchii 2 fi 1n Ingilaand injifachuun Shaampiyoonaa Waancaa Awurooppaa 17ffaa taaterti. Nikoo Wiiliyaamsii fi Mikeel Oyarzabaal galchii tokko tokko Ispeen shaampiyoonaa taasiise yoo galchan, Cole Palmer galchii tokkottii Ingilaandiif galcheera. #Oromia #share @isportf
Показати все...
Arjentiinaan shaampiyoonaa Waancaa Kooppa Ameerikaa taate ✍Tapha xumuraa Waancaa Kooppa Ameerikaa ganama kana taphatameen Arjentiinaan, Kolombiyaa injifachuun yeroo 16ffaaf Shaampiyoonaa taate. Arjentiinaan galchii 1 fi 0n Kolombiyaa injifachuun Shaampiyoonaa Waancaa Kooppa Ameerikaa 48ffaa taatee jirti. #Oromia #Ethiopia #share @isportf
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
✴️ 𝐍𝐀𝐌𝐀𝐀 𝐌𝐈𝐋𝐊𝐀'𝐀 𝐓𝐀'𝐔𝐔𝐅✴️ ✔️𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐧𝐟𝐚 𝐇𝐢𝐧 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐝𝐚 ✔️𝐐𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐆𝐚'𝐞𝐞𝐥𝐚 𝐇𝐢𝐧 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐝𝐚𝐚 ✔️𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚'𝐢𝐢𝐧𝐚 ✔️𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐃𝐡𝐢𝐦𝐦𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 ✔️𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚
Показати все...
👍 1
🔘 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐧𝐟𝐚 🔘
🔴 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐆𝐚'𝐞𝐞𝐥𝐚 🔴
🅾️ 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚'𝐢𝐢𝐧𝐚 🅾️
🔻 𝑮𝒐𝒓𝒔𝒂𝒂 𝒋𝒊𝒓𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 🔻
🔸 𝑱𝒐𝒊𝒏 🔸
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.