cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

ORO LIVE SPORT

💥Live sport App and Links 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 👉 Taphoota kallaatti Live dabarsuu 👉 Liigotaa Gurguuddoo Awuroppaa 👉 Oduu Ijoo Isportii Addunyaalessaa fi Biyyaa keessa 👉Seenaan Taphattoota fi kkf 💥Yaada 👉 @Oroo_s

Більше
Фінляндія451Мова не вказанаСпорт4 664
Рекламні дописи
13 864
Підписники
+1624 години
+1837 днів
+1 11330 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Фото недоступнеДивитись в Telegram
🚨🔴 Maan Yunaayitid Ruud van Nistelrooy fi Renii Hake gara hojjettoota haaraa kutaa leenjistoota isaaniitti ni dabalu. Erik Ten Hag guyyoota itti aanan keessatti kontiraata haaraa ni mallatteessa, torbee kana wanti hunduu ni ifooma. ✍🏻[Fabrizio Romano] @Liveisporti @Liveisporti
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
HERE WE GO! 🚨🔴 Ruud van Nistelrooy gara Maanchister Yunaayitid ✅🇳🇱 Fabrizio Romano @Liveisporti @Liveisporti
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Ganna 24tti abbaa ijoollee sadiifi waancaa hedduu Fiil Fooden Dhaloota mucaasaa sadaffaaf jecha Jarmanirraa Ingilizitti deebi'eera. Foden amma abbaa ijoollee dhiiraa lamaafi dubara tokkoot.i llmisaa jalqabaa ganna shani guuteera. Dilbata garee Ingilaand Jarman jirutti deebi'a @Liveisporti @Liveisporti
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
▪️Yohan Garcia yeroo dhiyootti taphataa Arsenaal ta'a Arsenaal Goolii eega kana bakka ramsideel busuuf dhiyateraa [Jerard Romero 🏅] @Liveisporti @Liveisporti
Показати все...
🔥 3👍 2
🧶Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu❓ Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa 🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓ ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 5𝐊+ Free Waver @Rafiqul_Islaam
Показати все...
Chaanaalota Barnootaa
Chaanaalota Da'awaalee
Chaanaalota Bashannansiisoo
Chaanaalota Kubbaa Miilaa
Chaanaalota Dinqisiisoo
Best Channel Join
Hope Promotion
Фото недоступнеДивитись в Telegram
🇪🇺Sagantaa taphoota injifatanii darbuu geeba Awurooppaa. 💠Sanbata duraa 👉 Xaaliyaanii Vs Siwiizarlaand (1:00) 👉 Jarman Vs Deenmaark (4:00)  ✍Dilbata  👉 Ispeen Vs Joorjiyaa (1:00)   👉 Ingilaandi Vs Slovaakiyaa(4:00)   ✍Wiixata 👉 Poorchugaal Vs Islooveeniya(1:00) 👉 Faransaay Vs Beeljiyeem (4:00)   ✍Kibxata 👉 Rumaaniyaa Vs Nezerlaand (1:00)  👉 Oostiriyaan Vs Turkii (4:00) waliin ni taphatu. @Liveisporti @Liveisporti
Показати все...
👍 2
🔔🔔 TELEGRAM IRRA SEENTEE MAALAN DUBBISA HIN JEDHINII BARREEFFAMA ARMAAN GADII KANS GADI TUQUUDHAAN WAAN BARBAADDE ARGACHUU DANDEESSAA. ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 KARAA MILKAA'INAA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 MILKAA'INA JIREENYAA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 GAAFFII FI DEEBII ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 SEENAA MIMMIIDHAGOO ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓  🔔 ODUU HAALA YEROO ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 AMANTAA ISLAAMAA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 SEENAA MUSLIMOOTAA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 SEENAA SAHAABOTA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 SEENAA NABIYYII (S A W) ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓   🔔 HADIISAAFI QUR'AANA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███
Показати все...
👍 1
JOIN US
Фото недоступнеДивитись в Telegram
🚨PSG'n ganna kana Raashfoord mallatteessisuuf karoorfataniiru. Kilabiin Faransaay kun Raashfoord mallatteessisuun akka danda'amu yoo mirkaneeffatan kilabicha waliin mari'achuuf tarkaanfii barbaachisaa tahe ni fudhatu. [Talk Sport] 🥇 @Liveisporti @Liveisporti
Показати все...
👍 3
Показати все...
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐃𝐚'𝐚𝐰𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐊𝐮𝐛𝐛𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐖𝐚𝐥𝐚𝐥𝐨𝐨
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐀/𝐀𝐦𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐀/𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐈𝐧𝐠𝐢𝐥𝐢𝐟𝐟𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐫𝐚𝐛𝐢𝐟𝐟𝐚𝐚
𝐁𝐞𝐬𝐭 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐉𝐨𝐢𝐧
𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
🏆Lakkoofsota dorgommii geeba Awurooppaa 2024 taphoota ramaddii iratti galmaa’an. 👉Kiristiyaanoos Ronaldoon taphataa  yaalii hedduu taasise yoo ta'u (12) goolii tokkollee hin lakkoofsifne. 👉Kiristiyaanoo Ronaldoon dorgommii gurguddaa iratti taphoota ramaddii iratti yeroo jalqabaaf goolii osoo hin lakkoofsisin xumureera. 👉Tapha Tuurk fi Cheek gidduutti gaggeefameen Abbaan murtee kardii 18 agarsiisaniiru. ( Kardii akeekkachiisa 16 fi kaardii dimaa 2)  kun seenaa dorgommii geeba Awurooppaa iratti kardii olaanaa tapha tokkko iratti galma'ee ta'un galmaaheera. 👉Roomeeloo Lukaakun yaalii kallattii eeggate 7 taasisuun dursaa jira. Dabalataan carraa guddaa 6 fashalessuunis qixxaataa hin qabu. Gooliin 3 VARin jalaa haqameera. 👉Yukireen garee biyyaalessaa jalqabaa qabxii 4 qabachuun ramaddii irraa osoo hin darbin hafte taaterti. 👉Seenaa geeba Awurooppaa kessatti yeroo jalqabaatiif gareen biyyaalessaa 4 qabxii walfakaataan xumuraniiru. Beljeem, Romaaniyaa, Slovaakiyaa fi Yukireen qabxii walfakaataa 4 qabachuun ramaddii isaanii golabaniiru. 👉Roomaaniyaan seena isaanii kessatti yeroo jalqabaatiif dorgommii geeba Awurooppaa iratti ramaddii isaanii dursuun xummuraniiru. @Liveisporti @Liveisporti
Показати все...
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.