uk
Feedback

Не попадись на ботовода! Telemetrio знаходить і позначає такі канали мітками 👉 Хочеш бачити мітку, оформляй підписку

BOLE COMPLEX

BOLE COMPLEX

Відкрити в Telegram

Technology Channel

Показати більше

📈 Аналітичний огляд Telegram-каналу BOLE COMPLEX

Канал BOLE COMPLEX (@bole_complex) у мовному сегменті Англійська є активним учасником. На даний момент спільнота об'єднує 10 074 підписників, посідаючи 11 144 місце в категорії Технології та додатки та 2 608 місце у регіоні Італія.

📊 Показники аудиторії та динаміка

З моменту свого створення невідомо, проект продемонстрував стрімке зростання, зібравши аудиторію у 10 074 підписників.

За останніми даними від 21 жовтня, 2025, канал демонструє стабільну активність. Хоча за останні 30 днів спостерігається зміна кількості учасників на -193, а за останні 24 години на 0, загальне охоплення залишається високим.

  • Статус верифікації: Не верифікований
  • Рівень залученості (ER): Середній показник залученості аудиторії становить 0%. Протягом перших 24 годин після публікації контент зазвичай збирає N/A% реакцій від загальної кількості підписників.
  • Охоплення публікацій: В середньому кожен допис отримує 0 переглядів. Протягом першої доби публікація в середньому набирає 0 переглядів.
  • Реакції та взаємодія: Аудиторія активно підтримує контент: середня кількість реакцій на один пост – 0.

📝 Опис та контентна політика

Автор описує ресурс як майданчик для висловлення суб'єктивної думки:
“Technology Channel”

Завдяки високій частоті оновлень (останні дані отримано 22 жовтня, 2025), канал підтримує актуальність та високий рівень охоплення публікацій. Аналітика показує, що аудиторія активно взаємодіє з контентом, що робить його важливою точкою впливу в категорії Технології та додатки.

10 074
Підписники
Немає даних24 години
-307 днів
-19330 днів
Архів дописів
Repost from Walaloon Jaalala
Badhaasa Qarshii 1000 Gareen Fiilmii fi Tiyaatira jedhamu Facebook irratti gaaffii yeroo yerootti baasu namoota dursanii deebisan sadiif badhaasa qarshii 1000, 700 fi 500 qopheesseera. Liinkii gadi jiruun dafaa itti makamaa. Waliif qooduun wal biraan ga'aa! Liinkiin isaa 👇👇👇👇👇 https://facebook.com/groups/fiilmii/

Ilkee qoraattii - qara gobaa Waraanamtee dhiiga cobaa Inuma deemta ga'uuf galma Bakka xiiqii - bakka qalmaa… Dhiiga keetiin karaa dhiqxa Galma kaayyootti achi siqxa! Mixiin bokoktee akka arbaa Si dhoowwitus karaa darbaa Yoom gad jettee lafaa kaasta Irra ijjattee badduu baasta! Yoo inaaftun moorrattellee Biyyoo hartee boorrattellee Utuu hokkoltuu - utuu cabduu Ati deemsaaf karaan dhabdu Baataa waadaa abboofi aayyoo Miila xiiqii - miila kaayyoo! @Waloo_Leta

Jalqabameera! Maaltu? Maltiichooyiiz Taalent Faakteriin Dargaggoota Ogummaa Fiilmii keessa seenaa jiraniif carraa barnoota bi
Jalqabameera! Maaltu? Maltiichooyiiz Taalent Faakteriin Dargaggoota Ogummaa Fiilmii keessa seenaa jiraniif carraa barnoota bilisaa (Scholarship) waggaa tokkoof kennu. Essatti? Bakki barnootaa Keeniyaa, Naayirobii Galmeen yoom jalqabe? Waxabajjii 12, 2015 (June 19, 2023) hanga Adoolessa 7, 2015 (July 14, 2023) Ulaagaaleen barbaachisanoo? Ogummaa Fiilmii hojjachuu keessatti muuxannoo xinnoo qabaachuu, Leenjii Fiilmiin waraqaa ragaa qabaachuu, Umurii 25 gadi ta'uu fi Afaan Ingiliffaa danda'uudha. Galmaa'udhaaf hidhata gadii cuqaasaa! https://lnkd.in/gHVea48 Use this link and signup to apply: 👇 https://lnkd.in/gHVea48 #MTF #CallToEntry #MultiChoice #Share @Fiilmiin

Repost from Walaloon Jaalala
Badhaasa Qarshii 1000 Gareen Fiilmii fi Tiyaatira jedhamu Facebook irratti gaaffii yeroo yerootti baasu namoota dursanii deebisan sadiif badhaasa qarshii 1000, 700 fi 500 qopheesseera. Liinkii gadi jiruun dafaa itti makamaa. Waliif qooduun wal biraan ga'aa! Liinkiin isaa 👇👇👇👇👇 https://facebook.com/groups/fiilmii/

Repost from Walaloon Jaalala
Badhaasa Qarshii 1000 Gareen Fiilmii fi Tiyaatira jedhamu Facebook irratti gaaffii yeroo yerootti baasu namoota dursanii deebisan sadiif badhaasa qarshii 1000, 700 fi 500 qopheesseera. Liinkii gadi jiruun dafaa itti makamaa. Waliif qooduun wal biraan ga'aa! Liinkiin isaa 👇👇👇👇👇 https://facebook.com/groups/fiilmii/

Repost from Walaloon Jaalala
Dhimmoota Fiilmii fi Tiyaatiraan wal qabate akkasumas og-aartii fi og-barruu irratti odeeffannoo barbaadduu? Kunooti fuulli Fb keenya https://www.facebook.com/kaachuuYW

Repost from Walaloon Jaalala
Oduu Gammachiisa Jaalattoota fi dinqisiifattoota Aartii Oromoo maraaf. Gareen Fiilmii fi Tiyaatira jedhu waan addaa tokko isiniif qabatee dhufeera. Dafaa itti dhiyaadhaa. Carraawwan gurguddoo karaa sana dhufan dursaatii fayyadamaa. Waliif qooduun wal biraan ga'aa! Liinkiin isaa 👇👇👇👇👇 https://facebook.com/groups/fiilmii/

Repost from Walaloon Jaalala
Ofi'n jajin TikTok irratti nu hordofaa. Video babbaredoo guyyaa guyyaan lakkisnuun bohaaraa! Follow, Comment, Share fi copy link gochuu hin dagatinaa. 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 https://vm.tiktok.com/ZM2rQ49q8/

Tulluun fuulleetti ilaalan Yoo itti siqan hurriidha Wanti damma fakkaatus Yoo dhamdhaman furriidha! @Waloo_Leta

Repost from Kaachuu Promotion
photo content

Repost from Walaloon Jaalala
Oduu Gammachiisa Jaalattoota fi dinqisiifattoota Aartii Oromoo maraaf. Gareen Fiilmii fi Tiyaatira jedhu waan addaa tokko isiniif qabatee dhufeera. Dafaa itti dhiyaadhaa. Carraawwan gurguddoo karaa sana dhufan dursaatii fayyadamaa. Waliif qooduun wal biraan ga'aa! Liinkiin isaa 👇👇👇👇👇 https://facebook.com/groups/fiilmii/

Repost from Kaachuu Promotion
Barreeffamoota Aartii Og-barruu, Fiilmii fi Tiyaatiraan walqabatan keessaa maal argachuu feetu?

Dubbisuun nama guutuu nama taasisa. Kanaaf ammoo iddoon itti barreeffamoota gaggabaaboo barumsa guddaa kennan itti argamu asidha. Maatii ta'aa. Sammuu keessan sooraa.

Safuu! ‘Maal jedhuu’ fi ‘safuun’ Baddee duwwaa taatee? Dhaloota keenya kana Budaa maaltu nyaatee? @Waloo_Leta

Dunkaana hin ijaarratiin Awwaala koo cinaatti Yoo dhugaa na jaallatte Na jaalladhu jiraatti! Utuun jiruu hammina keen Burqaa kiyya qadaaddee Akkan haara hin galfanne Ciinceessitee na waaddee Ergan du’ee obbaafadhee Firoomi maalii yaaddee? Addunyaa yartuu kanaaf Hin tuttuqiin caba koo Kanuman jechuu fedha Galatoomi nama koo! @Waloo_Leta

“Akkan hin deebinetti Deemeera yaa tiru Na hin eegiin barataa koo Anoo dhufaa hin jiru! Sin barsiisa jedhee Yaadee manaa ba’e
“Akkan hin deebinetti Deemeera yaa tiru Na hin eegiin barataa koo Anoo dhufaa hin jiru! Sin barsiisa jedhee Yaadee manaa ba’ee Karaattin hafe egaa Akka carraa ta’ee… Amma dabtara kee cufii Qalama kees qadaadi Akkaataa itti boossee Na awwaaltu yaadi… Assignment bulchii Gaaffii qabdus kaa’ii Qe’ee maatii kiyyaa Dhaqii gadda taa’i… Konkolaataan ani ittiin Si qaqqabuuf eege Waadaa keenya nyaatee Lubbuu koo wareege… Beekumsa ani siif qooduuf Umurii itti fixe Dhiigaafi lafee koo waliin Hallayyaatti lixe! Kan nyaatte hin deebistu Dacheen ni jabaatti Ba’een karaatti hafe Jedhi kaa nagaatti!” Barsiisota Yuunivarsiitii Madda Walaabuu, kan har’a balaa konkolaataatiin dhumaniif gadda guddaatu natti dhaga’ame. Lubbuun keessan jannata haa boqottu obbolaan koo! @Waloo_Leta