BOLE COMPLEX
前往频道在 Telegram
📈 Telegram 频道 BOLE COMPLEX 的分析概览
频道 BOLE COMPLEX (@bole_complex) 英语 语言赛道中的 是活跃参与者。目前社区聚集了 10 074 名订阅者,在 技术与应用 类别中位列第 11 144,并在 意大利 地区排名第 2 608 位。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 10 074 名订阅者。
根据 21 十月, 2025 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -193,过去 24 小时变化为 0,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 0%。内容发布后 24 小时内通常能获得 N/A% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 0 次浏览,首日通常累积 0 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 0。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Technology Channel”
凭借高频更新(最新数据采集于 22 十月, 2025),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 技术与应用 类别中的关键影响点。
10 074
订阅者
无数据24 小时
-307 天
-19330 天
帖子存档
10 074
Repost from Walaloon Jaalala
Badhaasa Qarshii 1000
Gareen Fiilmii fi Tiyaatira jedhamu Facebook irratti gaaffii yeroo yerootti baasu namoota dursanii deebisan sadiif badhaasa qarshii 1000, 700 fi 500 qopheesseera. Liinkii gadi jiruun dafaa itti makamaa. Waliif qooduun wal biraan ga'aa!
Liinkiin isaa
👇👇👇👇👇
https://facebook.com/groups/fiilmii/

Ilkee qoraattii - qara gobaa
Waraanamtee dhiiga cobaa
Inuma deemta ga'uuf galma
Bakka xiiqii - bakka qalmaa…
Dhiiga keetiin karaa dhiqxa
Galma kaayyootti achi siqxa!
Mixiin bokoktee akka arbaa
Si dhoowwitus karaa darbaa
Yoom gad jettee lafaa kaasta
Irra ijjattee badduu baasta!
Yoo inaaftun moorrattellee
Biyyoo hartee boorrattellee
Utuu hokkoltuu - utuu cabduu
Ati deemsaaf karaan dhabdu
Baataa waadaa abboofi aayyoo
Miila xiiqii - miila kaayyoo!
@Waloo_Leta
10 074
Repost from صُنّاع الثروة
Jalqabameera!
Maaltu? Maltiichooyiiz Taalent Faakteriin Dargaggoota Ogummaa Fiilmii keessa seenaa jiraniif carraa barnoota bilisaa (Scholarship) waggaa tokkoof kennu.
Essatti? Bakki barnootaa Keeniyaa, Naayirobii
Galmeen yoom jalqabe? Waxabajjii 12, 2015 (June 19, 2023) hanga Adoolessa 7, 2015 (July 14, 2023)
Ulaagaaleen barbaachisanoo? Ogummaa Fiilmii hojjachuu keessatti muuxannoo xinnoo qabaachuu, Leenjii Fiilmiin waraqaa ragaa qabaachuu, Umurii 25 gadi ta'uu fi Afaan Ingiliffaa danda'uudha.
Galmaa'udhaaf hidhata gadii cuqaasaa!
https://lnkd.in/gHVea48
Use this link and signup to apply:
👇
https://lnkd.in/gHVea48
#MTF
#CallToEntry
#MultiChoice
#Share
@Fiilmiin
10 074
Repost from Walaloon Jaalala
Badhaasa Qarshii 1000
Gareen Fiilmii fi Tiyaatira jedhamu Facebook irratti gaaffii yeroo yerootti baasu namoota dursanii deebisan sadiif badhaasa qarshii 1000, 700 fi 500 qopheesseera. Liinkii gadi jiruun dafaa itti makamaa. Waliif qooduun wal biraan ga'aa!
Liinkiin isaa
👇👇👇👇👇
https://facebook.com/groups/fiilmii/
10 074
Repost from Walaloon Jaalala
Badhaasa Qarshii 1000
Gareen Fiilmii fi Tiyaatira jedhamu Facebook irratti gaaffii yeroo yerootti baasu namoota dursanii deebisan sadiif badhaasa qarshii 1000, 700 fi 500 qopheesseera. Liinkii gadi jiruun dafaa itti makamaa. Waliif qooduun wal biraan ga'aa!
Liinkiin isaa
👇👇👇👇👇
https://facebook.com/groups/fiilmii/
10 074
Repost from Walaloon Jaalala
Dhimmoota Fiilmii fi Tiyaatiraan wal qabate akkasumas og-aartii fi og-barruu irratti odeeffannoo barbaadduu? Kunooti fuulli Fb keenya
https://www.facebook.com/kaachuuYW
10 074
Repost from Walaloon Jaalala
Oduu Gammachiisa
Jaalattoota fi dinqisiifattoota Aartii Oromoo maraaf. Gareen Fiilmii fi Tiyaatira jedhu waan addaa tokko isiniif qabatee dhufeera. Dafaa itti dhiyaadhaa. Carraawwan gurguddoo karaa sana dhufan dursaatii fayyadamaa. Waliif qooduun wal biraan ga'aa!
Liinkiin isaa
👇👇👇👇👇
https://facebook.com/groups/fiilmii/
10 074
Repost from Walaloon Jaalala
Ofi'n jajin
TikTok irratti nu hordofaa. Video babbaredoo guyyaa guyyaan lakkisnuun bohaaraa! Follow, Comment, Share fi copy link gochuu hin dagatinaa.
🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
https://vm.tiktok.com/ZM2rQ49q8/
10 074
Tulluun fuulleetti ilaalan
Yoo itti siqan hurriidha
Wanti damma fakkaatus
Yoo dhamdhaman furriidha!
@Waloo_Leta
10 074
Repost from Walaloon Jaalala
Oduu Gammachiisa
Jaalattoota fi dinqisiifattoota Aartii Oromoo maraaf. Gareen Fiilmii fi Tiyaatira jedhu waan addaa tokko isiniif qabatee dhufeera. Dafaa itti dhiyaadhaa. Carraawwan gurguddoo karaa sana dhufan dursaatii fayyadamaa. Waliif qooduun wal biraan ga'aa!
Liinkiin isaa
👇👇👇👇👇
https://facebook.com/groups/fiilmii/
10 074
Repost from Kaachuu Promotion
Barreeffamoota Aartii Og-barruu, Fiilmii fi Tiyaatiraan walqabatan keessaa maal argachuu feetu?
10 074
Repost from Kaachuu Promotion
Barreeffamoota Aartii Og-barruu, Fiilmii fi Tiyaatiraan walqabatan keessaa maal argachuu feetu?
10 074
Repost from Walaloon Jaalala
Dubbisuun nama guutuu nama taasisa. Kanaaf ammoo iddoon itti barreeffamoota gaggabaaboo barumsa guddaa kennan itti argamu asidha. Maatii ta'aa. Sammuu keessan sooraa.
10 074
Safuu!
‘Maal jedhuu’ fi ‘safuun’
Baddee duwwaa taatee?
Dhaloota keenya kana
Budaa maaltu nyaatee?
@Waloo_Leta
10 074
Dunkaana hin ijaarratiin
Awwaala koo cinaatti
Yoo dhugaa na jaallatte
Na jaalladhu jiraatti!
Utuun jiruu hammina keen
Burqaa kiyya qadaaddee
Akkan haara hin galfanne
Ciinceessitee na waaddee
Ergan du’ee obbaafadhee
Firoomi maalii yaaddee?
Addunyaa yartuu kanaaf
Hin tuttuqiin caba koo
Kanuman jechuu fedha
Galatoomi nama koo!
@Waloo_Leta
10 074
“Akkan hin deebinetti
Deemeera yaa tiru
Na hin eegiin barataa koo
Anoo dhufaa hin jiru!
Sin barsiisa jedhee
Yaadee manaa ba’ee
Karaattin hafe egaa
Akka carraa ta’ee…
Amma dabtara kee cufii
Qalama kees qadaadi
Akkaataa itti boossee
Na awwaaltu yaadi…
Assignment bulchii
Gaaffii qabdus kaa’ii
Qe’ee maatii kiyyaa
Dhaqii gadda taa’i…
Konkolaataan ani ittiin
Si qaqqabuuf eege
Waadaa keenya nyaatee
Lubbuu koo wareege…
Beekumsa ani siif qooduuf
Umurii itti fixe
Dhiigaafi lafee koo waliin
Hallayyaatti lixe!
Kan nyaatte hin deebistu
Dacheen ni jabaatti
Ba’een karaatti hafe
Jedhi kaa nagaatti!”
Barsiisota Yuunivarsiitii Madda Walaabuu, kan har’a balaa konkolaataatiin dhumaniif gadda guddaatu natti dhaga’ame. Lubbuun keessan jannata haa boqottu obbolaan koo!
@Waloo_Leta