cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Obsaa Abdiisaa

Seerri FB waan Hammaateef asitti mana ijaarranne! Seenaa🙏

Більше
Фінляндія395Мова не вказанаОсвіта10 735
Рекламні дописи
14 342
Підписники
-224 години
-17 днів
-2130 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Показати все...
Adabbii Shuree Kutaa 9ffaa

Sitcom Afaan Oromoo

👍 4 2👏 1
Показати все...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

6
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Qubee electronics giddugala gurgurtaa meeshaalee elektirooniksii yoo ta'u, Computer, Laptop, Tablet, Bibiloota smart ta'anii fi aksaseeroota garaa garaa orjinaala isaa amanamummaadhaan isinif dhiyeessa. Biroleef, bakkeewwan hojii dhuunfaaf, barsiisota, barattootaa fi daldaltootaaf meeshaalee elektirooniksii armaan olitti cagafaman bakka jirtanitti ni dhiyeessa. Teessoon; Finfinnee, Boole Madaaniyaalem, Gamoo Oromiyaa (Oromia Tower) keessatti argamna. Lakkoofsa Bi; +251911539551 by https://www.facebook.com/share/p/q9otho9McxJEVDoQ/?
Показати все...
👍 19 7👏 1
Показати все...

6👍 2
Показати все...
👍 6
Показати все...
Shuree Kutaa 7ffaa

👍 15 8
Sitcom Shuree kutaa 6ffaa https://youtu.be/RS0ndNsUFUg
Показати все...
Sitcom Shuree kutaa 6ffaa

Shureen Sitcom Haaraa guddina Aartii Afaan Oromoo keessatti qooda fudhachuuf hojjatamaa jirudha. Nu simachuun, fedha keessan haa tahu!

👍 17 7
Kana beektuu laata? Qonni Bunaa Kerchanshe Trading PLC waggaatti buna al lama oomishuu[walitti qabachuu] isaa beektuu laata? Cimanaa, kutannoo fi hojiirra oolmaa teeknooloojii ammayyaatiin oomishni bunaa Kercaanshee haala kunuunsa naannoodhaaf mijataa ta’een, utuu wal irraa hin cinne buna filatamaa gaarii ta’ee oomishuu irratti argamu. Kun abbaa koo dabalatee, qonnaan bultoota bunaa biyya keenyaaf fakkeenyummaa gaariidha amantaa jedhun qaba. Waggaatti al tokko funaannataa iyyuu yeroo hunda amansiisaa miti. Kana irratti waajjiraaleen bunaaf shaayee akkasumas qonnaa muuxannoo Kerchanshe kanaa ka’umsa godhachuun, oomishtummaa qonnaan bultoota keenyaa dabaluu irratti hojjachuudha qabdu. https://www.facebook.com/share/p/MkejGAe4yyNAswjt/?p
Показати все...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

👍 29 5👏 5👎 1🥰 1
Показати все...
Hoji dhabdummaa Shuree kutaa 4ffaa New Afaan Oromoo Sit_Com

Shureen Sitcom Haaraa guddina Aartii Afaan Oromoo keessatti qooda fudhachuuf hojjatamaa jirudha. Nu simachuun, fedha keessan haa tahu!

21👍 1🥰 1