ODAA NATION
✔SEENAA SAHABOTA ✔ DAWAALEE GAGGABABO ✔ HADIISA ✔NASHIIDA HARAWA ✔TAFSIIRA QURANA ✔JECHOOTA GAGGARI ✔ISIN BIRAAN GENYA INSHA ALLAH ISIN CHANNEL KENYA OBBOLEWWAN KEESSANIF SHARE GODHA JZK.. @oromia_nation YAADAF @oromo_arsiibot JOIN GODHA.
БільшеКраїна не вказанаМова не вказанаКатегорія не вказана
161
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів
- Підписники
- Перегляди допису
- ER - коефіцієнт залучення
Триває завантаження даних...
Приріст підписників
Триває завантаження даних...
Assalamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu
Kabajamtootaa fi jaalatamtoota miseensota keenya!!!
Gaaffii kanaan gadii namoota dafanii deebisaa isaa barreesaaniif badhaasa qopheessinee jirra
GAAFFII
Akka lakkoofsa(Callander) islaamaatti jiini Ramadaanaa ji'a meeqaffaadhaa???
1⃣ ffaa
6⃣ ffaa
9⃣ffaa
🎱 ffaa
3⃣ ffaa

Repost from KENNAA
Фото недоступнеДивитись в Telegram
#Imala_kaayyoo
Gaafa manaa baatu san
Tilmaamtee fuuldura kee
Abjuu hojiin dhugoomuuf
Qopheeffattee galaa kee
Nama taatee argamuuf
Jalqabdee adeemsa kee
Silas adeemsi hundi
Akka yaadan hin ta'u
Dafqaaf kutannoo malee
Imalli galma hin ga'u
Karaatti si mudata
Wanti yaada keen faallaa
Of duuba si deebisuuf
Siif qopheessuu sakaallaa
Yoos atimmoo nama ta'i
Nama kaayyoon adeemu
Nama bariif galgalas
Galma ga'uuf guungumu
Ati abdii sin kutachiisin
Sakaallaan karaa keessaa
Wareegamas kaffali
Waan sirraa eegamu aarsaa
Rabbii kee faana adeemi
Bakka yaadde ni geessaa!!!
Abdul-Aziz_Ahmeddiin
@kennaapost @kennaapost
Assalaamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu
Chaanaalii babbareedaa kanneen join godhaa!!!👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇☂☂☂☂☂☂☂☂☂☂☂☂❤️❤️☂☂
Raayyaa A/Maccaa❤️
U.Kaamil Shamsu!!!💜
❤️O M❤️ N❤️
U. Heeydar Kadiir☂
U. Jeeylaan Kadiir🕶
Najjaash Muhamed 💞
Al-Berakaa Offical page
👇👇
Namni waan sijaallatuufi
kayiriirratti siwaamaa
Hojjannaan hojii gaariidha
Mindaansaa kuma kumaa
Hundumtuu waan hojiisaa
Bor ittiin badhaafamaa
Namni waa gaarii dheessu
Yoomuu kansaa gadumaa
Oll guddachuun hin jiruu
Qoonnisaa gadaantummaa
Yoo dhugumaan haajomte
Milkii kan biyya lamaa
Qooddachuudha dhuftee
Chaanaaliin keetumaa
Maqaan chaanaalichaa
@Kennaapost jedhamaa!!
Gorsa Akkaan bareedu
Maaliif dagattee teessaa
Daddafii tii saammadhu
Bor gaafatamuuf teessaa
Qabeenya horachuunis
Gaaffii sitteddummeessaa
Yoo kayiriidhaan hirmaatte
Ragaa ta'ee sibaasaa
Kayirii barree barsiisuuf
Hammachuun si leenjisaa
Filannoo keessan hundaa
Chanali @Kennaapost taasisaa!!
Yaada keessan gaggaarii
Asiin Nuqaqqabsiisaa
👇👇👇👇👇👇👇
@Kenase_bot
@Kennaapost @Kennaapost
T.me/Kennaapost
💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞
💞#Biqiltuu_Kunuunsi_Tole💞
💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞
#Asoosama gabaabaa
♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡
✍by Abdul-Aziz Ahmedin
♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤
@kennaapost @kennaapost
Caaltuun dhalootaan godina wallaggaa bahaa magaalaa naqamteet. Maatiin ishee ilma dhiiraa waan hin qabneef Caaltuun akka ilma hangafaatti ilaalamti malee akka intalaattii miti. Caaltuun barnoota ammayyaa fi amantii islaamaatiinis akkaan cimtuu fi jabduu namaati. Bilchina sammuu kanas haadhaa fi abbaa ishee irraa waan dhaalte fakkaatti. Qormaanni dargaggummaa fi haalli jireenyaa, akkasumas dubartummaan gonkumaa ishee hin gufachiifne. Qaruuxummaa isii kanaaf abbaa fi haati ishee gahee leencaa taphatu.....
Guutuu asoosama kanaa dubbisuuf linkii armaan gadii kana xuqi👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Jalqaba irraa dubbisuuf✅
Kutaa 5ffaa ol
Audio isaa dhageeffachuuf▶️
⚫️Guutuu isaa argachuuf✔️
Assalamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu
Kabajamtootaa fi Jaalatamtoota hordoftoota chaanaalii keenyaa #KENNAA_DHALOOTA_QUBEETIIF!!
Gaaffiiwwan armaangadiitti dhiyaataniif deebbii haala gaafatamteen deebisi!
1, Sohaabota ergamaa Rabbii keeysaa sahaabaan akkaan qaanfataa tahee fi kan maleeykonnis irraa qaanfatan jedhame eenyuu?
2, Gosoota solaataa keeysaa kan raka'aa tokko keeysatti ruku'a(jilba qabannaa) lama qabu salaata kamii?
3, Suuraalee Qur'aanaa keessaa kan الحمد لله jedhee jalqabu sadi barreessi
A,
B
C
4, Seenaa islaamaa keessatti barri ergamaan Rabbii( salla Allaahu Aleeyhi wasallam) dhalatan bara maal jedhamee beekamaa?
5, Seenaa Islaamaa keesaatti khaliifaa 5ffaa jedhamee kan beekamuu fi bara itti islaamummaan diriire bara eenyuutii?
CARRAA GAARII
👉Maqaa guutuu fi bakka jiraattan barreessaa
Deebbii keessan karaa 👉@Kenase_bot irraan nuun gahaa!!
@Kennaapost @Kennaapost
T.me/Kennaapost
KENNAA
KENNAA Dhaloota Qubeetiif!! Walbarsiisaa wal bashannansiisuuf Chaanaalii keenyaaf miseensa tahaa!! Chaanaalii kana irraa👇 👉DA'AWAA 👉ODEEYFANNOO 👉WALALOO 👉ASOOSAMA 👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!! ✍yaadaaf👇 @Kenase_bot irraan nu biraan gahaa!!
Assalamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu
Iinshaa Allaah akka biyyaatti sa'aatii 4:00 irratti gaafii badhaasa qabdu isiniif qopheessinee jirra!!
Ofiifis itti qophaawaa, akkasuma hiriyyoota keessanis itti affeeraa!!
Carraa gaarii!!