999
Підписники
Немає даних24 години
-67 днів
-2430 днів
Архів дописів
📣Warra Group old qabdan yeroon gurgurtan ammadha
Group baroota kana keessan banaman
🚀2017-2019🏷
🚀2020🏷
🚀2021🏷
🚀2022🏷
🚨2023(january to april) 🔺️
✅Inbox na godha.
❌ location group tahuu hin qabu.
❌historyn isaa muldhachuu qaba
🛫Namoota group 10 fi isaa ol qabaniif gatii dabalataan irraa bitna, hammuma turtii inni qabuun gatii garaa garaatu kennamaaf
🔭miseensi 1 gahaadha
Karaa kaffaltii , Commercial Bank, CoopBank, Dhashen Bank, Telebirr
Nu qunnamaa @BonsaAd1
𝐵𝑙𝑎𝑖𝑠𝑒 𝑃𝑎𝑠𝑐𝑎𝑙 kitaaba isaa (Pensées) keessatti fakkeenya namicha qumaara taphatee jireenya isaatti bohaaru tokkoo kaasee ture. Nama sanaaf qarshii inni qumaara taphatee argachuuf jiru hunda dursitee kenniteefii, lammata garuu akka inni hin taphanne yoo dhorkite, namicha hin gammachiistu. Mukuutu rakkisa. Taphicha akka taphatu ayyamteefii, garuu qarshii akkanni hin arganne yoo dhorkites, namichi gammadaa hin ta'u. Nuffuuf jira.
Namni guyyoota hiika qabanii fi gammachiisoo ta'an qabaachuuf:
1) Wanta amma hin qabne,
2) Wanta qabaachuudhaaf itti adeemaa jiru,
3) Wanta gaafa qabaate ammoo isa gammachiisuuf akka jirutti amanu qabaachuu qaba. (Bifa kanaan 𝐴𝑙𝑒𝑥 𝑂'𝑐𝑜𝑛𝑛𝑜𝑟'tu qindeesse.)
Kun nama hawwii isaa baay'ee milkeesses ni dabalata jedheen yaada. Fakkeenyaaf, namni qarshii 50M qabaachuu hawwee hojjechaa ture tokko, milkaa'eefii gaafa achi ga'u sirriima gammaduu hin oolu. Amala namaa ta'ee garuu (𝑎𝑟𝑟𝑖𝑣𝑎𝑙 𝑓𝑎𝑙𝑙𝑎𝑐𝑦 kan jedhamu sana), gammachuun sun hamma inni abdachaa ture ga'uu dhiisuu fi turuu dhiisuu danda'a. Kanaaf, kallattii qarshiirras ta'u, kan biroo irra, ammas sadeen sana dabalee qabaachuu qaba.
Dandeettii, amala, iddoo... irrattis haa ta'u, wantichis hangamuu haa xiqqaatu, wanta amma hin qabne, kan qabaachuuf itti adeemaa (irratti hojjechaa) jirru, kan gaafa qabaanne ammoo gammachuu nuuf kenna jennee amannu tokko qabaachuun barbaachisaadha. Sana yoo hin qabaanne miirri gadi bu'aa fi 𝑛𝑖ℎ𝑖𝑙𝑖𝑠𝑚'n ulfaatu nun hafan. Gabaabsuu yaaleera:)
#Join @BeActiveB
Madda: fuula Facebook Ragaa Isayyaas
Major hojjettanii Token xiqqoo ta'ee gurguruuf kan rakkattan , Yoo feetaan USDT yoo feetaan ETB tin sinirraa bitna!
Warri barbaaddan Comment irratti barreessaa!
Bybit application akka wallet fi trading broker tti nu fayyaduudha.
Application faayidaalee hedduu qabaachuudhaan binance caalaattiyyuu filatamaa taheedha.
Badhaasota garaagaraa qaba.
Hiriyoota keenya nama haaraa invite gochuun badhaasota 1025USD nu argachiisu, akkasuma copy trade gochuun 665USD kan nu argachiisu, fi 20USD kan nuuf kennu badhaasota garaagaraaa qaba. Addattimmo ji-a October hanga January 2025 tti leenjii join gochuun daily check goonee badhaasota 6015 USD nu argachiisus eegalchiisee jira.
Warri hinqabne ammuma linkii.kanaan seenuun banadhaa. Yoo isin gammachiise male isin hin gaabbisiisu.
https://www.bybit.com/invite?ref=KK1QEGL
Yeroo darbe Yeroo gababaa gidduutti Dogs kaffaltii bareeda kaffale ammas Brand isaatin #Paws dhufee jira yeroo gababaa keessatti Ari drop kaffaludha jedhamee hamatama Namoonni hin eegalle eegalaa, hojii baay'ee jim qabu ammaaf, telegram age keessan gidduu galeeffate token siniif kenna
https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=zecCMpO5
Hojiif kan ta'u akkasumas barataaf Laptop Toshiba used, gatii madaalawwaan kan gurguramu jira
Akkasumas Bilbila Samsung Ultra 22 ,sin argaa jirtan ni gurgurama Namoonni barbaaddan qofti ,
Inbox @BonsaAd1
#Join @Qarooilaalu
October 7 jechuun guyyaa 6 boodaa list ta'a jedhama jira kan hin eeggalle yeroo qabdu
t.me/catsgang_bot/join?startapp=bbMHHeQ9Aj7twOoF8yjYD
Meow, lets see who is OG 😼
Airdrop 95% sadarkaa gutummaatti amansiisadha exchange matas irratti ni kaffala waan ta'ee kan dhaabbata guddaa Binance ti , hojjedha anis isa kana abdiidhan eegaleera
https://t.me/Binance_Moonbix_bot/start?startApp=ref_784436598&startapp=ref_784436598&utm_medium=web_share_copy
https://t.me/BBQcoin_bot/BBQcoin?startapp=rp_9000019_784436598
🎁 25k BBQcoin as a first-time gift 🎁🎁🎁 50k BBQcoin if you have Telegram Premium 💎 Your referrals join the Squad successfully additional 25k BBQCoin
https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_784436598 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
