fa
Feedback
DAILY ACTIVE INFO

DAILY ACTIVE INFO

رفتن به کانال در Telegram

Be active

نمایش بیشتر
999
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-67 روز
-2430 روز
آرشیو پست ها
📣Warra Group old qabdan yeroon gurgurtan ammadha Group baroota kana keessan banaman 🚀2017-2019🏷 🚀2020🏷 🚀2021🏷 🚀2022🏷 🚨2023(january to april) 🔺️ ✅Inbox na godha. ❌ location group tahuu hin qabu. ❌historyn isaa muldhachuu qaba 🛫Namoota group 10 fi isaa ol qabaniif gatii dabalataan irraa bitna, hammuma turtii inni qabuun gatii garaa garaatu kennamaaf 🔭miseensi 1 gahaadha Karaa kaffaltii , Commercial Bank, CoopBank, Dhashen Bank, Telebirr Nu qunnamaa @BonsaAd1

𝐵𝑙𝑎𝑖𝑠𝑒 𝑃𝑎𝑠𝑐𝑎𝑙 kitaaba isaa (Pensées) keessatti fakkeenya namicha qumaara taphatee jireenya isaatti bohaaru tokkoo kaasee ture. Nama sanaaf qarshii inni qumaara taphatee argachuuf jiru hunda dursitee kenniteefii, lammata garuu akka inni hin taphanne yoo dhorkite, namicha hin gammachiistu. Mukuutu rakkisa. Taphicha akka taphatu ayyamteefii, garuu qarshii akkanni hin arganne yoo dhorkites, namichi gammadaa hin ta'u. Nuffuuf jira. Namni guyyoota hiika qabanii fi gammachiisoo ta'an qabaachuuf: 1) Wanta amma hin qabne, 2) Wanta qabaachuudhaaf itti adeemaa jiru, 3) Wanta gaafa qabaate ammoo isa gammachiisuuf akka jirutti amanu qabaachuu qaba. (Bifa kanaan 𝐴𝑙𝑒𝑥 𝑂'𝑐𝑜𝑛𝑛𝑜𝑟'tu qindeesse.) Kun nama hawwii isaa baay'ee milkeesses ni dabalata jedheen yaada. Fakkeenyaaf, namni qarshii 50M qabaachuu hawwee hojjechaa ture tokko, milkaa'eefii gaafa achi ga'u sirriima gammaduu hin oolu. Amala namaa ta'ee garuu (𝑎𝑟𝑟𝑖𝑣𝑎𝑙 𝑓𝑎𝑙𝑙𝑎𝑐𝑦 kan jedhamu sana), gammachuun sun hamma inni abdachaa ture ga'uu dhiisuu fi turuu dhiisuu danda'a. Kanaaf, kallattii qarshiirras ta'u, kan biroo irra, ammas sadeen sana dabalee qabaachuu qaba. Dandeettii, amala, iddoo... irrattis haa ta'u, wantichis hangamuu haa xiqqaatu, wanta amma hin qabne, kan qabaachuuf itti adeemaa (irratti hojjechaa) jirru, kan gaafa qabaanne ammoo gammachuu nuuf kenna jennee amannu tokko qabaachuun barbaachisaadha. Sana yoo hin qabaanne miirri gadi bu'aa fi 𝑛𝑖ℎ𝑖𝑙𝑖𝑠𝑚'n ulfaatu nun hafan. Gabaabsuu yaaleera:) #Join @BeActiveB Madda: fuula Facebook Ragaa Isayyaas

Major hojjettanii Token xiqqoo ta'ee gurguruuf kan rakkattan , Yoo feetaan USDT yoo feetaan ETB tin sinirraa bitna! Warri barbaaddan Comment irratti barreessaa!

Something Big about to happen stay tuned.

Bybit application akka wallet fi trading broker tti nu fayyaduudha. Application faayidaalee hedduu qabaachuudhaan binance caalaattiyyuu filatamaa taheedha. Badhaasota garaagaraa qaba. Hiriyoota keenya nama haaraa invite gochuun badhaasota 1025USD nu argachiisu, akkasuma copy trade gochuun 665USD kan nu argachiisu, fi 20USD kan nuuf kennu badhaasota garaagaraaa qaba. Addattimmo ji-a October hanga January 2025 tti leenjii join gochuun daily check goonee badhaasota 6015 USD nu argachiisus eegalchiisee jira. Warri hinqabne ammuma linkii.kanaan seenuun banadhaa. Yoo isin gammachiise male isin hin gaabbisiisu. https://www.bybit.com/invite?ref=KK1QEGL

Yeroo darbe Yeroo gababaa gidduutti Dogs kaffaltii bareeda kaffale ammas Brand isaatin #Paws dhufee jira yeroo gababaa keessatti Ari drop kaffaludha jedhamee hamatama Namoonni hin eegalle eegalaa, hojii baay'ee jim qabu ammaaf, telegram age keessan gidduu galeeffate token siniif kenna https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=zecCMpO5

Hojiif kan ta'u akkasumas barataaf Laptop Toshiba used, gatii madaalawwaan kan gurguramu jira Akkasumas Bilbila Samsung Ultra
Hojiif kan ta'u akkasumas barataaf Laptop Toshiba used, gatii madaalawwaan kan gurguramu jira Akkasumas Bilbila Samsung Ultra 22 ,sin argaa jirtan ni gurgurama Namoonni barbaaddan qofti , Inbox @BonsaAd1 #Join @Qarooilaalu

October 7 jechuun guyyaa 6 boodaa list ta'a jedhama jira kan hin eeggalle yeroo qabdu

Airdrop 95% sadarkaa gutummaatti amansiisadha exchange matas irratti ni kaffala waan ta'ee kan dhaabbata guddaa Binance ti , hojjedha anis isa kana abdiidhan eegaleera https://t.me/Binance_Moonbix_bot/start?startApp=ref_784436598&startapp=ref_784436598&utm_medium=web_share_copy

photo content

https://t.me/BBQcoin_bot/BBQcoin?startapp=rp_9000019_784436598 🎁 25k BBQcoin as a first-time gift 🎁🎁🎁 50k BBQcoin if you have Telegram Premium 💎 Your referrals join the Squad successfully additional 25k BBQCoin

https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_784436598 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift