cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Bokkuu Media

Media News Company

Більше
Рекламні дописи
1 483
Підписники
+124 години
-37 днів
-3130 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Фото недоступнеДивитись в Telegram
Shukrii Jamaal - Furtuu 👇👇👇 https://youtu.be/tNNfsok29Zw
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Harmeen koo akka nuti namaa gadi hin taaneef uffata namaa miccaa nu jiraachisaa turte. Yeroo tokko, ''huccuun ati miiccaa/dhiqaa jirtu kan eenyuuti?'' jedhee yeroon gaafadhu, ''kan ollaati, isaanin gargaara jedheetani'' naan jette. Garuu dubbiin akkas hin turre. Yerosuma osoo isiin qarshii 40 isaan harkaa fuutuun arge. Ani eenyummaa koo hin dagadhu. Marqaa nan marqa, hojii mana keessaa hunda nan hojjadha. Kantiibaa Magaalaa Dirre Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar 👇👇👇 https://www.KedirAbdulatif.com
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Sagantaan dorgommii “Kedir Abdulatif Award” marsaa 3ffaa kan sa’aatii 72 turu, Dilbata 21 Ebla 2024 12:00 ykn 6:00 eegala. Hiriyoota keessaniin gahaa!
Показати все...
2👍 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
38. Injifataan Obsaadhumaa! Icciitii kee, jaboo dhooysitee; Rakkoo kee, danuu obsitee; Dandeettee, ofqabaa turta; Tooftaan, jirma jabaa urta. Diina bobbaa kee, tiiysu; Iyyaala, gabaa sitti fiiysu; Qormaata darbii, alagaa; Barbaachisummaa ulaagaa. Malattee, luuccisoo daakkaa; Ofitti fudhattee, murtii yakkaa; Ba’aa hin dandeenne, baatta; Isa fedha hin qabne, nyaatta. Gaafa onnattee, moo’uuf kaatuu; Gabrummaa sammuutii baatuu; Erga, sammuun bilisoomee; Abjuun, keellee dhugoomee. Malaan, bishaan waddaa; Ciniinnattee, kophaa gaddaa. Moota, rakkoo baraafi baraa; Dooya ripha, nyaapha dharaa. Hanga gaaraa geetta; Mataa gubbaa teetta; Eegaa, injifataan obsaadhumaa; Waa, danda'uun abshaalummaa. Risaa Bokkaa Mooye Kadiir Abdullaxiif Hajjii Fuula 92 Maxxansa Duraa, 2018 Riyaad, Sa’uudii Arabiyaa
Показати все...
👍 2
00:35
Відео недоступнеДивитись в Telegram
Warri Passport haaromsachuu barbaaddan lakkoofsa bilbilaa 055 849 1293 kanaan qunnamaa!
Показати все...
9.98 MB
1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Siitolii (Asoosama) Ujummoolee funyaaniifi qoma isiirratti maxxanfamanii jiran ofirratti ilaalaa, “kuni maali?” jette sagalee hafuurri keessa hin jirreen. “Kun akka ati daftee fayyituuf waan sigargaaruudha. Ammaa naaf fayyita. Anaafi Tokkeen si eegaa jirra,” jedhee harka isii dhungate. Imimmaan bitaafi mirgaan irra lola’ee, boqoo isii coollessee morma jalatti wal-gahe. “Meeshaalee kanneeniin hidhamee ani siree kanarratti du’uu hin barbaadu. Na baasi wanti fedhellee yoo dhufe waadaa keenya hin dagatin. Ilma keenya immoo atumti guddisi!” jettee osoo dubbataa jirtu afaan qabee, “hanga hafuurri sikeessa jiru ati jiraatuuf abdii qabda. Kanaaf hanga dhumaatti jiraachuuf qabsaayi, situ na barsiisee mitii jabina qormaata jiruu biyya lafaa kana?” jedheen. [Kitaaba keessaa fudhatame] Bar. Kadiir Sh/Abdullaxiif
Показати все...
3🥰 1
Repost from N/a
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Waamicha Kabajaa! Ummata muslimaa Finfinnee fi naannawa ishee hundaaf, “Waldaa Furqaan Tajaajila Qur’aanaa” sirna Hundeeffama waggaa 1ffaa Kabajata. Guyyaa 17/06/2016 , Galma Immuu Taawor’tti argamuun akka nu cinaa dhaabbattan kabajaan isin affeerra.
Показати все...
👍 1 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
5
Obbo Taayyee Danda’aan to’annoo jala oolfaman Finfinnee, Mudde 2, 2016 (FBC)- Ministir Deetaan Ministeera Nageenyaa kan turan Obbo Taayyee Dandaa’aan to’annoo jala oolfaman. Humni Waloo Nageenyaa Biyyaalessaa ibsa miidiyaaleef ergeen akka beeksisetti, Ministir Deetaa Ministeera Nageenyaa kan turan Obbo Taayyee Danda’aan jijjiiramaan dura Miseensa ABO fi mana hidhaa keessa kan turan yoo ta’u, jijjiiramaan booda dhiifama taasifameefiin mana sirreessaa keessaa gadi lakkifamuun carraa kennameefiin sadarkaa mootummaa federaalaa fi naannootti bakkoota ittigaafatama garaagaraatti hojjechaa turaniiru. Haa ta’u malee, Obbo Taayyee Danda’aan itti gaafatamaa mootummaa fi ummataan itti kenname keessumaa Ministir Deetaa Ministeera Nageenyaa ta’uun nageenyaamirkaneessuuf hojjechuu utuu qabanii, faallaa kanaatiin Itiyoophiyaa diiguuf humnoota farra nageenyaa socho’an waliin walta’uun ergama badiisaaf hojjechaa turuu bira ga’amuu ibsameera. Kana malees, biyyattii naannawaa garaagaraatti gochaalee shororkeessummaa lammiileerratti raawwatamaa turan addatti ammoo ugguraan walqabatee akka qooda keessaa qaban bira ga’amuu beeksiseera. Kaayyoo kana tarkaanfachiisaa kan turuun kan Shakkaman Obbo Taayyee Danda’aan, mootummaan to’annoo jala oolfamuu akka danda’u tilmaamuun qabsaa’aa fakkaachuuf miidiyaa hawaasummaa ofii isaanii fi kanneen biroorratti barreeffamootaa farraa nageenyaa fi diigoo, haasawaa fi ibsaa garaagaraa maal na dhibdeedhaan tamsaasaa fi kennaa turanillee, itti gaafatamaa jalaa miliquun waan hindanda’amneef Humna Waloon to’annoo jala oolfamuu akeekeera. #Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Показати все...
👍 6
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.