cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

FBC Afanoromo

This is FBC Afan Oromo official Telegram channel. For more updates please visit www.fanabc.com/afanoromo

Більше
Рекламні дописи
48 751
Підписники
+3024 години
+2527 днів
+89230 днів
Час активного постингу

Триває завантаження даних...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Аналітика публікацій
ДописиПерегляди
Поширення
Динаміка переглядів
01
Kitaabni Dooktar Abiy ‘Fulbaanaa hanga Fulbaanaa’ jedhu har’a ifooma Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) – Kitaabni haasawaa fi ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Fulbaana 24, 2015 hanga Fulbaana 24, 2016tti taasiisan qabate mata duree ‘Fulbanaa hanga Fulbaanaa’ jedhuun barreeffame har’a kan ifoomu ta’uu Waajjirri Ministira Muummee beeksiseera. https://www.fanabc.com/afaanoromoo/kitaabni-dooktar-abiy-fulbaanaa-hanga-fulbaanaa-jedhu-hara-ifooma/
3180Loading...
02
Itiyoophiyaan Fooramii Barnoota Idil Addunyaarratti hirmaachaa jirti Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan Fooraamii Barnoota Idil Addunyaa Ingiiliz qopheessiterrati hirmaachaa jiraachuu ibsameera. Fooramicharratti jilli Ministira Ministeera Barnootaa Pirofeesar Birhaanuu Naggaan durfamu hirmaachaa jiraachuu ragaan Ministeera Barnootaarraa argame ni mul’isa. Pirofeesar Birhaanuu fi jilli isaaniin durfamu turtii isaaniin, Hoggantoota dhaabbiilee tumsitoota barnootaa garaagaraa fi dhimmoota riifoormii Barnoota Itiyoophiyaa deeggaruu danda’an waliin marii… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/itiyoophiyaan-fooramii-barnoota-idil-addunyaarratti-hirmaachaa-jirti/
4320Loading...
03
Bu’uura waadaa seenneen daandiiwwan murtaa’aan xumuruun tajaajilaaf banaa taasifneerra – Aadde Adaanach Abeebee Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) – Bu’uura waadaa seenneen daandiiwwan murtaa’aan xumuruun tajaajilaaf banaa taasifneerra jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen. Kaleessarraa eegalee hanga har’a bariitti hooggantoota hojii olaanoo magaalaa keenyaa waliin ta’uun hojiilee keenya misooma koriidarii naannofnee gamaggamneerra. Hojii keenya misooma koriidariin misooma daandii konkolaataa Kiiloo Meetira 48 ol, daandiiwwan lafa deemtotaa lafa… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/buuura-waadaa-seenneen-daandiiwwan-murtaaaan-xumuruun-tajaajilaaf-banaa-taasifneerra-aadde-adaanach-abeebee/
9411Loading...
04
Mahaammad Mokbar Pireezidaantii eeggataa Iraan ta’uun muudaman Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) – Hogganaan Afuuraa Iraan Ayaatoolaahii Alii Hamiin, Mohammaad Mokbar eeggataa Pireezidaantii biyyattii taasiisuun muudan. Mohammaad Mokbar Itti Aanaa Pireezidaantii Iraan turan. Akkasumas Alii Baageerii Kaaniin ammoo balaa Heliikooptaraa mudateen lubbuun isaanii kan darbe Ministira Dhimma Alaa Hoseen Amiir Abdullaahiin bakka bu’uun muudamaniiru. Alii Baageerii Kaaniin kana dura Itti Aanaa Ministira… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/mahaammad-mokbar-pireezidaantii-eeggataa-iraan-tauun-muudaman/
9460Loading...
05
Dooktar Abiy lubbuun darbuu Pireezidaantii Iraan hordofee ibsa gadda dabarsan Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad lubbuun darbuu Pireezidaantii Iraan Ibraahiim Raayis hordofee ibsa gadda dabarsaniiru. Balaa gaddisiisaa Pireezidaantii Ibraahiim Raayisii fi Ministira Dhimma Alaa Hoseen Amiir Abdullaahiirra qaqqabeef gaddi onnee cabse itti dhaga’amuu ibsaniiru. Dooktar Abiy, maatii miidhamtootaa fi Ummata Iraan maraaf jajjabina hawwaniiru. Pireezidaantii Iraan Ibraahiim Raayis… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/dooktar-abiy-lubbuun-darbuu-pireezidaantii-iraan-hordofee-ibsa-gadda-dabarsan/
1 5660Loading...
06
Bara baajataa kana guddinni diinagdee 7.9 tilmaamame milkaa’uu akka danda’u bu’aaleen agarsiisan galmaa’an – Dooktar Fitsum Asaffaa Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) – Bara baajataa 2016 guddinni diinagdee 7.9 tilmaamame milkaa’uu akka danda’u bu’aawwan agarsiisan galmaa’uu Ministirri Ministeera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan ibsan. Baatiwwan saglan darban damee qonnaa, Indaastirii fi Tajaajilaan bu’aaleen galmaa’an guddinni diinagdee 7.9 tilmaamame milkaa’uu mul’iftuu ta’uu eeraniiru. Dameen Qonnaa misooma midhaaniin kuntaalli miiliyoonni 100 ol argamuu… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/bara-baajataa-kana-guddinni-diinagdee-7-9-tilmaamame-milkaauu-akka-dandau-buaaleen-agarsiisan-galmaaan-dooktar-fitsum-asaffaa/
1 8701Loading...
07
Dooktar Abiy Ahimad muudamoota garaagaraa kennan Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad muudamoota garaagaraa kennaniiru. Haaluma kanaan 1. Injinar Ayishaa Mahaammad Ministira Raayyaa Ittisaa, 2. Dooktar Abrahaam Balaay Ministira Jallisii fi naannawaa Gammoojjii, 3. Dooktar Mahaammad Idiriis sadarkaa Ministir Deetaatti Itti Gaafatamaa Giddugala Qindeessaa Ijaarsa sirna Diimookiraasii ta’uun Caamsaa 13, 2016 eegalanii muudamaniiru. https://www.fanabc.com/afaanoromoo/dooktar-abiy-ahimad-muudamoota-garaagaraa-kennan/
1 7171Loading...
08
Piroojektiin misooma Cancala Sona Qamadii jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamachiisu ifoome Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) – Piroojektiin misooma Cancala Sona Qamadii jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamachiisu naannoo Afaaritti ifoomeera. Piroojektichi oomishtummaa Qamadii guddisuun galii qonnaan bultootaa dabaluun jireenya isaanii fooyyessuuf qooda qabaachuu eerameera. Naannoo Afaar, Oromiyaa, Somaalee fi Amaaraatti aanaalee 76 keessatti hojiirra oola jedhame. Itiyoophiyaan waqtiilee garaagaraatti humna Qamadii Oomishuu guddaa qabaachuu Ministirri Ministeera Qonnaa… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/piroojektiin-misooma-cancala-sona-qamadii-jijjiirama-qabeenya-qilleensaa-dandamachiisu-ifoome/
1 8291Loading...
09
Hundeefamni Fooramii Dargaggoota dhaabbilee Mootummaa fi Waldaalee Siivikii gaggeeffamaa jira Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) – Qooda fudhattoota waliin gurmaa’insa dargaggootaa fi dhimmoota dargaggootarratti kan hojjetu fooramiin dargaggoota dhaabbilee mootummaa fi Waldaalee Siivikii gaggeeffamaa jira. Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa hundeeffamicha gaggeessaa kan jiru yoo ta’uu, gurmaa’insa dargaggootaa, dargaggootaa fi qooda fudhattootaa gidduutti hariiroo cimaa fi hojmaata qindoomina qabu uumuun hirmaannaa hunda galeessaa fi fayyadamummaa… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/hundeefamni-fooramii-dargaggoota-dhaabbilee-mootummaa-fi-waldaalee-siivikii-gaggeeffamaa-jira/
1 8280Loading...
10
Gamaaggamni raawwii hojii baatiwwan saglan darbanii Dhaabbiilee Wamaamtoota Waajjira Ministira Muummee eegale Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) – Gamaaggamni raawwii hojii baatiwwan saglan darbanii Dhaabbiilee Wamaamtoota Waajjira Ministira Muummee Bakka Itti Aanaan Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan argamanitti gaggeeffamuu eegaleera. Gamaaggamichaan dhaabbiileen Wamaamtoota misooma biyyaleessaa fi Inisheetivii jijjiramaan dhaabbiilee biroof fakkeenya ta’uun haala kamiin hojiiraa oolcha jiru kan jedhu bal’inaan kan dhiyaatuu ta’un ibsameera. Itti Aanaan… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/gamaaggamni-raawwii-hojii-baatiwwan-saglan-darbanii-dhaabbiilee-wamaamtoota-waajjira-ministira-muummee-eegale/
1 7580Loading...
11
Pireezidaantiin Iraan Ibraahiim Raayis balaa Heliikoptaraa mudateen lubbuun darbuu ibsame Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) –Pireezidaantii Iraan Ibraahiim Raayis fi Ministirri Dhimma Alaa biyyattii Hoseen Amiin Abidoolaahiin balaa Heliikoptaraa mudateen lubbuun darbuu ibsameera. Balaa guyyaa kaleessaa Heliikoptara waraanaa aanga’oota kanneen feetee imala turterra mudateen lubbuun isaanii darbuu mirkanaa’eera jedhame. Aanga’oonni Heliikoptara keessa turan 4 du’uu isaanii Reuters gabaaseera. Heliikoptarri Pireezidaantii Iraan Ibraahiim Raayisiin dabalatee Ministeera… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/pireezidaantiin-iraan-ibraahiim-raayis-balaa-heliikoptaraa-mudateen-lubbuun-darbuu-ibsame/
2 5651Loading...
12
Maanchiister Siitiin Shaampiyoonaa Piriimeer Liigii Ingilaandi bara kanaa ta’e Finfinnee, Caamsaa 11, 2016 (FBC) – Maanchiister Siitiin Yeroo 4ffaaf walitti aansuun Shaampiyoona Piriimeer Liigii Ingilaandi bara kanaa ta’eera. Siitiin galchii 3 fi 1n Weest Haam injifachuun Shaampiyoonaa ta’eera. Maanchiister Siitiin qabxii 91 walitti qabachuun liigicha olaantummaan xumureera. Luutan Taawoon, Sheefiildii fi Barnileey gara Shaampiyoon Shiippitti gadi bu’aniiru. #Oromia #Ethiopia https://www.fanabc.com/afaanoromoo/maanchiister-siitiin-shaampiyoonaa-piriimeer-liigii-ingilaandi-bara-kanaa-tae/
3 9785Loading...
13
Bu’uuraaleen misoomaa hojjetaman lammiilee qaama miidhamtootaaf xiyyeeffannoo kan kennan ta’uu qabu – Dooktar Abiy Ahimad Finfinnee, Caamsaa 11, 2016 (FBC) – Bu’uuraaleen misoomaa magaalota keessatti hojjetaman lammiilee qaama miidhamtootaaf xiyyeeffannoo kan kennan ta’uu qabu jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Manni barnootaa bultii qaro Dhabeeyyii, Sheekaa Faaximaa namoota humna hin qabne giddu galeeffachuun bu’aa hojii namoomaa ta’e eebbifamuusaaf Giifti duree Zinnaash Taayyaachoon baga gammadde jechuun barbaada jedhan. Muuxannoo milkaa’inaa… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/buuuraaleen-misoomaa-hojjetaman-lammiilee-qaama-miidhamtootaaf-xiyyeeffannoo-kan-kennan-tauu-qabu-dooktar-abiy-ahimad/
3 6090Loading...
14
Waayita Itiyoophiyaan Waancaa Afrikaa 3ffaa injifattu miseensa garichaa kan turan Hayilamaariyaam Makonniin boqotan Finfinnee, Caamsaa 11, 2016 (FBC) – Bara 1954 Waayita Itiyoophiyaan Waancaa Afrikaa 3ffaa injifattu miseensa garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa kan turan Hayilamaariyaam Makonniin addunyaa kanarraa du’aan boqotaniiru. Hawaasa Ispoortiin Shaashoo jedhamuun kan beekaman Hayilamaariyaam garicha keessatti sadarkaa garaagaraatti tajaajiluu isaanii ragaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa. #Oromia #Ethiopia https://www.fanabc.com/afaanoromoo/waayita-itiyoophiyaan-waancaa-afrikaa-3ffaa-injifattu-miseensa-garichaa-kan-turan-hayilamaariyaam-makonniin-boqotan/
4 3861Loading...
15
Shaampiyoonaan Mo’aa Mo’attootaa Bulchiinsa Magaalota Godina Jimmaa eegale Finfinnee, Caamsaa 11, 2016 (FBC) – Shaampiyoonaan Mo’aa Mo’attootaa Bulchiinsa Magaalota Godina Jimmaa 33 hirmaachise eegalameera. Dorgommichi dargaggota godinaafi naannoo bakka bu’an filachuuf kan gargaaruu ta’uu Itti Gaafataamaan Waajjira Dargaggoo fi Ispoortii Godina Jimmaa Obbo Nagumaa Makonniin ibsaniiru. Bakka Oolmaa Ispoortii dargaggoota babal’isuun dhaloota sammuun bilchaatee fi qaamaan ga’oome uumuuf hojjetamaa jiraachuu eeraniiru. Tasfahuun Kabbadaatu… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/shaampiyoonaan-moaa-moattootaa-bulchiinsa-magaalota-godina-jimmaa-eegale/
3 7880Loading...
16
Konfiransiin WMO damee Boolee gaggeeffamaa jira Finfinnee, Caamsaa 11, 2016 (FBC) – Konfiransiin Waldaa Misoomaa Oromiyaa damee Kutaa Magaalaa Boolee gaggeeffamaa jira. Walitti qabaan Boordii Waldaa Misooma Oromiyaa Obbo Abbaaduulaa Gammadaa haasaa taasisaniin WMOn yeroo hundaa’u kaayyoo Oromiyaa misoomsuu qabatee ta’uu yaadachiisuun sanyii amantaafi siyaasaan osoo adda hinqoodiin jiraattota naannichaa maraaf akkasumas Oromoota naannolee ollaa jiraniif gama misoomaatiin gumaacha guddaa taasisaa… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/konfiransiin-wmo-damee-boolee-gaggeeffamaa-jira/
3 4320Loading...
17
Leenjiin tajaajila tola ooltummaa biyyaalessaa marsaa 10ffaan Yuunivarsiitii Hawaasatti eegalame Finfinnee, Caamsaa 11, 2016 (FBC) – Ministeera Nageenyaan kan qophaa’e Leenjiin tajaajila tola ooltummaa biyyaalessaa marsaa 10ffaan Yuunivarsiitii Hawaasatti eegalameera. Leenjichi mata duree ‘Gaarummaa walummaaf’ jedhuun baatii tokkoof walta’iinsa yuunivarsiitichaan kan kennamu ta’uu Daayrektarri hariiroo ummataa Ministeera Nageenyaa Obbo Darajjee Jamaal ibsaniiru. Tola ooltoonni kumni 2 ol leenjii kanarratti kan hirmastan ta’uu kaasaniiru. #Oromia #Ethiopia https://www.fanabc.com/afaanoromoo/leenjiin-tajaajila-tola-ooltummaa-biyyaalessaa-marsaa-10ffaan-yuunivarsiitii-hawaasatti-eegalame/
3 1570Loading...
18
Naannoo Harariitti fayyadamtummaa ummataa mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira – Obbo Ordiin Badrii Finfinnee, Caamsaa 11, 2016 (FBC) – Naannoo Harariitti bu’aalee gaggaarii argaman itti fufsiisuun hanqinoota jiran sirreessuun fayyadamtummaa ummataa mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu pireezidaantiin naannichaa Obbo Ordiin Badriin ibsan. Kallattiilee hojii ijoo Ji’oota fuulduraa naannichatti hojjetaman ilaalchisee ibsa kannaniin roga hundaan hojiiwwan jajjabeessaa hojjetamaa jiran itti fufsiisuu fi qaawa jiru sirreessuuf kutannoon hojjachuun barbaachisaa ta’uu ibsaniiru.… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/naannoo-harariitti-fayyadamtummaa-ummataa-mirkaneessuuf-xiyyeeffannoon-hojjetamaa-jira-obbo-ordiin-badrii/
2 9370Loading...
19
Atileetoonni Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Paaraa Idil Addunyaa Jaappaan injifatan Finfinnee, Caamsaa 11, 2016 (FBC) – Atileetoonni Itiyoophiyaa fiigicha Shaampiyoonaa Atileetiksii Paaraa Idil Addunyaa Jaappaanitti gaggeeffamaa jiru injifatan. Fiigicha meetira kuma 1 fi 500 garee 13 gidduutti fiigame Atileet Tigisti Gahaanyi injifachuun meedaaliyaa Warqee argatteetti. Atileet Tigisti fageenyicha daqiiqaa 4:18.90 xumuruun riikardii addunyaa haaraa galmeessuun injifatte. Akkasumas dorgommii meetira kuma 1 fi 500 garee 11… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/atileetoonni-itiyoophiyaa-shaampiyoonaa-atileetiksii-paaraa-idil-addunyaa-jaappaan-injifatan/
2 7901Loading...
20
Atileet Dirribee Waltajjiin dorgommii fiigicha meetira kuma 1fi 500 injifatte Finfinnee, Caamsaa 11, 2016 (FBC) – Atileet Dirribee Waltajjiin dorgommii fiigicha meetira kuma 1fi 500 Loosanjalasitti fiigame injifatte. Atileet Dirribeen fageenyicha daqiiqaa 3:55.25 xumuruun yoo injifatu Atileet Fireewayinii Hayiluun daqiiqaa 3:55.48 xumuruun 2ffaa ba’uu ragaan Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa. #Oromia #Ethiopia https://www.fanabc.com/afaanoromoo/atileet-dirribee-waltajjiin-dorgommii-fiigicha-meetira-kuma-1fi-500-injifatte/
3 4311Loading...
21
Manneen barnootaa bu’uura boruu fi sadarakaa 1ffaa kumni kuma 30 fi 300 ol ijaaramuun tajaajila kennaa jiru – BBO Finfinnee, Caamsaa 11, 2016 (FBC) – Biiroon Barnootaa Oromiyaa raawwii hojii bara 2016 fi haala Karoora hojii bara 2017 itti qophaa’uu irratti Magaalaa Shaashamanneetti marii gaggeesseera. Bara barnootaa kana barattootni miiliyoonni 11.6 Barnootarra jiraachuu Itti Aanaa Hoogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Obbo Girmaa Baay’isan ibsaniru. Waliigalaan akka naannichaatti Manneen barnootaa bu’uura boruu kumni 15 fi 53,… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/manneen-barnootaa-buuura-boruu-fi-sadarakaa-1ffaa-kumni-kuma-30-fi-300-ol-ijaaramuun-tajaajila-kennaa-jiru-bbo/
3 5522Loading...
22
Miseensonni Mana marichaa Godina Jimmaatti Buna kilaasteraan misoomaa jiru daawwate Finfinnee, Caamsaa 10, 2016 (FBC) – Miseensonni Koree Dhaabbii Dhimmoota Qonnaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Godina Jimmaatti Buna Kilaasteraan misoomaa jiru daawwateera. Miseensoonni kunniin qonnaan bultootaafi ogeeyyii qonnaa naannoolee garagaraa waliin ta’uun Kilaastera Bunaa aanaalee Goommaafi Geeraatti misoomaa jiru daawwataniiru. Daayirektarri Abbaa Taayitaa Bunaafi Shaayii Dooktar Addunyaa Dabalaa gama isaaniitiin, Bara darbe Buna toonii… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/miseensonni-mana-marichaa-godina-jimmaatti-buna-kilaasteraan-misoomaa-jiru-daawwate/
5 1390Loading...
23
Hojiin haasawa jibbiinsaa fi olola sobaa ittisuu eegalame cimee itti fufuu qaba – MMBBU Finfinnee, Caamsaa 10, 2016 (FBC) – Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itiyoophiyaa hojii haasawa jibbiinsaa fi olola sobaa ittisuu eegale cimsee itti fufuu akka qabu Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa hubachiise. Haasawa jibbiinsaa fi olola sobaa miidiyaalee hawaasummaan tatamsa’aa jiru ilaalchisee gabaasa Abbaan Taayitichaa dhiyeesserratti mariin gaggeeffameera. Mootummaan dirree Diimokiraasii babal’isuuf damee hundaan hojiilee riifoormii hojjechaa jiraachuu… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/hojiin-haasawa-jibbiinsaa-fi-olola-sobaa-ittisuu-eegalame-cimee-itti-fufuu-qaba-mmbbu/
4 7190Loading...
24
Godinichatti sosochiin Ittisaa Dhibee koleraa fi Dhiigaa arjoomuu eegalame Finfinnee, Caamsaa 10, 2016 (FBC) – Godina Harargee Bahaati sosochiin Ittisaa Dhibee koleraa fi Dhiigaa arjoomuu eegalameera. Bulchaan godina Harargee Bahaa Aadde Miskii Mahammad dhiibee koleraa ittisuuf qaamoleen sadarkaa jiran qindoominan akka hojjetan yaadachiisaniiru. Dhibeen koleeraa Godinaa Harargee Bahaa aanaalee 9 keessattii mul’achuu Itti Aanaa Hogganaan Biiroo Fayyaa Oromiyaa Dooktar Tasfaayee Kibabaw ibsaniiru. Dhibee koleraa… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/godinichatti-sosochiin-ittisaa-dhibee-koleraa-fi-dhiigaa-arjoomuu-eegalame/
3 8600Loading...
25
Cehumsa qonnaa toora xiyyeeffannoo taasifnee erga sochii eegallee milkaa’ina gaarii arganeerra – Pir. Shimallis Abdiisaa Finfinnee, Caamsaa 10, 2016 (FBC) – Cehumsa qonnaa toora xiyyeeffannoo taasifnee erga sochii eegallee milkaa’ina gaarii arganeerra jedhan Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan. Imala jijjiiramaa kana keessatti oomisha gosa adda addaatiin ofdanda’uurra dabarree gabaa biyya alaaf dhiyeessurratti argamna jedhan. Bara kanas sochii qonna Arfaasaatiin qofa lafa hektaara miiliyoona 1.3 misoomsuu kan dandeenye yoota’u,… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/cehumsa-qonnaa-toora-xiyyeeffannoo-taasifnee-erga-sochii-eegallee-milkaaina-gaarii-arganeerra-pir-shimallis-abdiisaa/
3 6630Loading...
26
Dooktar Abiy Ahimad Hospitaala Rifaraalaa Ispeeshaalayizdii Raayyaa Ittisaa magaalaa Bishooftuutti ijaarame eebbisan Finfinnee, Caamsaa 10, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Hospitaala Rifaraalaa Ispeeshaalayizdii Raayyaa Ittisaa magaalaa Bishooftuutti ijaarame eebbisaniiru. Ministirri Muummee FDRI Abiy Ahimad, Giiftii duree Zinnaash Taayyaachoo,Itaamaajor Shuumii waliigalaa Raayyaa Ittisaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaa, Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa, Ministira Raayyaa Ittisa Biyyaa Dooktar Abrahaam Balaay dabalatee keessummoonni garagaraa… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/dooktar-abiy-ahimad-hospitaala-rifaraalaa-ispeeshaalayizdii-raayyaa-ittisaa-magaalaa-bishooftuutti-ijaarame-eebbisan/
3 4701Loading...
27
Sababa hanqina dhiigaan lubbuu haadholii darbaa jiru baraaruuf Abbootiin amantaa gahee isaanii akka bahan gaafatame Finfinnee, Caamsaa 10, 2016 (FBC) – Waltajjiin hubannoo uumuu Arjoomaa dhiiga Abbootii Amantaa waliin Adaamaatti gaggeeffaamaa jiraachuu ibsameera. Ilaalcha dogoggoraa dhiiga kennuurratti jiruf hubannoo uumuuf sosochii duula hubannoo uumuu kennama turus ammas gahaa akka hin taane himameera. Hojiin dhiiga arjoomuun lubbuu baraaruu kan seektara tokkorraa qofa osoo hin taane, hirmaannaa qaamoleefi hawaasa hundaa kan barbaadu… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/sababa-hanqina-dhiigaan-lubbuu-haadholii-darbaa-jiru-baraaruuf-abbootiin-amantaa-gahee-isaanii-akka-bahan-gaafatame/
3 2870Loading...
28
Fiil Foodan taphataa cimaa Piriimeer Liigii Ingilaandi bara kanaa jedhamuun badhaafame Finfinnee, Caamsaa 10, 2016 (FBC) –Taphataan Maanchiister Siitii Fiil Foodan taphataa cimaa Piriimeer Liigii Ingilaandi bara 2023/24 jedhamuun badhaafameera. Dargaggeessi umrii waggaa 23 lammiin Ingiliiz Fiil Foodan bara kana galchiiwwan 17 lakkoofsiisuun kubbaa galchiif ta’an 8 mijeesseera. Goolii eegaan Arsenaal Deeviid Raayaan karra eegaa cimaa barichaa jedhamuun yoo badhaafamu,taphataan sarara gidduu Cheelsii Kool Paalmar ammoo… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/fiil-foodan-taphataa-cimaa-piriimeer-liigii-ingilaandi-bara-kanaa-jedhamuun-badhaafame/
3 2981Loading...
29
Obbo Tamasgeen Xirunaan Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo daawwatan Finfinnee, Caamsaa 10, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Ministira Muummee Obbo Tamasgeen Xirunaan Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo daawwataniiru. Daayrektarri Olaantuun Dhaabbatichaa Tigist Hamiid giddugala Misooma Kalaqa Saayibarii, Egzibiishinii Bulchiinsa Diijitaalaa fi bu’uuraalee misoomaa ijoo ta’an daawwachiisaniiru. Obbo Tamasgeen hojiilee nageenyaa Saayibarii mirkaneessuuf bulchiinsichi hojjetaa jiru daawwachuu TOI gabaaseera. #Oromia #Ethiopia https://www.fanabc.com/afaanoromoo/obbo-tamasgeen-xirunaan-bulchiinsa-nageenya-odeeffannoo-daawwatan/
3 7440Loading...
30
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa tarminaala imaltoota biyya keessaa eebbisiise Finfinnee, Caamsaa 10, 2016 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Tarminaala keessummeessa imaltoota biyya keessaa Doolaaraa miiliyoona 50 haaromsaa fi hojii babal’isuu gaggeessaa ture eebbisiiseera. Tarminaalichi Ministirri Ministeera Turiziimii Ambaasaaddar Naasisee Caalii, Ministir Deetaan Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Barahoon Hasan dabalatee bakka hoggantoonni mootummaa olaanaan biroo argamanitti eebbifameera. Dhaabbanni Ijaarsaa Chaayinaa ‘CCCC’ jedhamu hojii haaromsaa fi… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/daandiin-qilleensaa-itiyoophiyaa-tarminaala-imaltoota-biyya-keessaa-eebbisiise/
3 5670Loading...
31
Piroojeektonni Bishaan dhugaatii Birrii biiliyoona 1 oliin ijaaraman xumuramuun tajaajila kennu eegalan Finfinnee, Caamsaa 10, 2016 (FBC) – Godinalee Oromiyaa garaagaraa keessatti Piroojeektonni Bishaan dhugaatii Birrii biiliyoona1 oliin ijaaraman tajaajila kennu eegaluu Biiroon Bishaaniifi Inarjii Oromiyaa beeksise. Piroojektonni kunneen Godina Buunnoo Beddellee, Godina Iluu Abbaa Boorii fi Godina Arsii Aanaalee garaagaraa 8 keessatti hojjetamaa turan walharkaa fuudhininsi taasifamuu ibsameera. Godinaalee sadan keessatti Piroojektoonni 10 Birrii biiliyoona tokkoo… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/piroojeektonni-bishaan-dhugaatii-birrii-biiliyoona-1-oliin-ijaaraman-xumuramuun-tajaajila-kennu-eegalan/
3 1791Loading...
32
Atileet Salamoon Baraggaan fiigicha Meetira kuma 5 Loosaanjalasitti fiigame injifate Finfinnee, Caamsaa 10, 2016 (FBC) – Atileet Salamoon Baraggaan fiigicha Meetira kuma 5 Ameerikaa Loosaanjalasitti fiigame injifateera. Atileet Salamoon Baraggaan fageenyicha daqiiqaa 12:51.60 xumuruun yoo injifatu, Atileet Barrihuun Aragaawwiin daqiiqaa 12:52.09 xumuruun sadarkaa 2ffaa ba’eera. Atileetoonni Ungaandaa sdarkaa 3ffaa fi 4ffaan xumuruu ragaan Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa. #Oromia #Ethiopia https://www.fanabc.com/afaanoromoo/atileet-salamoon-baraggaan-fiigicha-meetira-kuma-5-loosaanjalasitti-fiigame-injifate/
3 1511Loading...
33
Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee xumuraa hawwiin eegaman Finfinnee, Caamsaa 10, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi bara 2023/24 boru xumura argata. Boru waaree booda sa’aatii 12:00 irraa jalqabee taphoonni 10 sa’aatii walfakkaatuutti ni taphatamu. Taphni Arsenaala Eevartan, Maanchiister Siitiin Weest Haam waliin taasiisan hawwiin eegama. Waancaan liigicha osoo abbaa hin argatin tapha torbee 38ffaa qaqqabeera. Boru Maanchiister Siitiin falmii Weest Haam… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/taphoota-piriimeer-liigii-ingilaandi-torbee-xumuraa-hawwiin-eegaman/
3 1491Loading...
34
Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu Samaraa gale Finfinnee, Caamsaa 10, 2016 (FBC) –Jilli Ministira Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu Naannoo Afaaritti hojiilee misooma garaagaraa daawwachuuf Magaalaa Samaraa galeera. Daawwanicharratti Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girma Amantee, Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Injinar Habtamuu Ittaafaa, Ministirri Ministeera Jallisii fi Naannawaa Gammoojji Injinar Ayishaa Mahammadii fi qoondaltoonni olaanoo federaaalaa fi naannoolee biroon argamaniiru.… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/jilli-dooktar-girmaa-amanteen-durfamu-samaraa-gale/
3 8060Loading...
35
Kan qophoofnu waraanaaf osoo hin taane birmadummaa biyyaa fi nageenya waaressuufi – Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa Finfinnee, Caamsaa 9, 2016 (FBC) – Kan qophoofnu waraanaaf osoo hin taane birmadummaa biyyaa fi nageenya waaressuufi jedhan Itaamaajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan. Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Raayyaa Ittisaatti Indaastirii Injinariingii Motor Viiheekilsii fi Qajeelcha Suphaa daawwataniiru. Qophummaa dhaabbatummaa yeroo hundaa mirkaneessuun humna filatamaa ijaarreerra jedhan Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan. Dhaabbanni Raayyaa… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/kan-qophoofnu-waraanaaf-osoo-hin-taane-birmadummaa-biyyaa-fi-nageenya-waaressuufi-fiild-maarshaal-birhaanuu-juulaa/
4 7651Loading...
36
Milkaa’inoonni damee qonnaan argaman damee Indaastiriinis dabalamaa jiru – Dooktar Abiy Ahimad Finfinnee, Caamsaa 9, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Korporeeshinii Indaastirii Injinariingii Raayyaa Ittisaa daawwataniiru. Jijjiirama caasaa fi hoggansaa dhaabbaticha keessatti taasiifame hordofee, mala Injinariingii Riivarsii fayyadamuun meeshaaleen waraanaa garaagaraa oomishamaa jiraachuu eeraniiru. Rokkeettiwwanii fi Taankoota oomishuun hojii ajaa’ibsiisaa hojjechaa jiraachuu kaasaniiru. Milkaa’inoonni damee qonnaan argaman damee Indaastiriinis dabalamaa jiru jedhan. Dandeettii… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/milkaainoonni-damee-qonnaan-argaman-damee-indaastiriinis-dabalamaa-jiru-dooktar-abiy-ahimad/
4 4070Loading...
37
Balfa mala ammaayyaan dhabamsiisuu fi xaa’oo biyyoof oolchuun bu’aa argamsiisaa jira jedhame Finfinnee, Caamsaa 9, 2016 (FBC) –Balfa mala ammaayyaan dhabamsiisuu fi xaa’oo biyyoof oolchuun bu’aa argamsiisaa jiraachuu Inistiityuutiin Baayoo fi Teeknooloojii Immarjiing beeksiseera. Balfi gogan deebisanii tajaajilaaf oolchuun dargaggootaaf carraa hojii uumuu fi inisheetiiviiwaan nyaata koo Boroo kootti jedhu milkeessuuf gahee guddaa qabaachuu ibsameera. Itti Aanaan Daayrektara Inistiityuutii Baayoo fi Teeknooloojii Immarjiingii Itiyoophiyaa Dooktar Hayiluu Daadhiin,… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/balfa-mala-ammaayyaan-dhabamsiisuu-fi-xaaoo-biyyoof-oolchuun-buaa-argamsiisaa-jira-jedhame/
4 2490Loading...
38
Itiyoophiyaan muuxannoo damee Miidiyaa fi Kominikeeshiniin qabdu qoodde Finfinnee, Caamsaa 9, 2016 (FBC) –Yaa’iin Konveenishinii Miidiyaa Afrikaa 3ffaan Gaanaa Magaalaa Akraatti gaggeeffamaa ture xumuramuu Tajaajilli Koominikeshinii Mootummaa beeksise. Yaa’iicharratti Itiyoophiyaa muuxannoo Damee Miidiyaa fi Kominkeeshiniin qabdu biyyoota biroof qooddeerti. Ministir Deetaan Tajaajila Koominikeeshinii Mootummaa Salaamawit Kaasaan, Itiyoophiyaan Damee miidiyaa fi Koominikeeshiniiniin hammattoo seeraa fooyyessuun hojiilee garaagaraa xiyyeeffannoon hojjecha jiraachuu ibsaniiru. Afrikaan seenaa ishee… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/itiyoophiyaan-muuxannoo-damee-miidiyaa-fi-kominikeeshiniin-qabdu-qoodde/
3 8231Loading...
39
Obbo Tamasgeen Tajaajila Galmeessa Waraqaa Eenyummaa Diijiiitalaa Itiyoo -Teeleekoom daawwatan Finfinnee, Caamsaa 9, 2016 (FBC) –Itti Aanaan Ministira Muummee Obbo Tamasgeen Xirunaan Tajaajila Galmeessa Waraqaa Eenyummaa Diijitalaa Itiyoo – Teeleekoom daawwataniiru. Itti Aanaan Ministira Muummee fi Walitti qaban Boordii Itiyoo -Teeeleekoom Obbo Tamasgeen Xirunaan Tajaajila Galmeessa Waraqaa Eenyummaa Dijiitalaa -Itiyoo Teeleekoom sadarkaa irraa jiru daawwataniiru. Itiyoo – Teeleekoomiin hojii Dijiitaalaa Itiyoophiyaa ijaaruuf hojjetamaa jiru dhugoomsuuf… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/obbo-tamasgeen-tajaajila-galmeessa-waraqaa-eenyummaa-diijiiitalaa-itiyoo-teeleekoom-daawwatan/
3 7830Loading...
40
Atileet Qananiisaa Baqqalaan Maaraatoonii Olompikii Paariisirratti injifannoo galmeessuuf qophaa’uu ibse Finfinnee, Caamsaa 9, 2016 (FBC) – Atileetiin buleessi Qananiisaa Baqqalaan Maaraatoonii Olompikii Paariis 2024 irratti injifannoo galmeessuuf qophaa’uu ibseera. Atileet Qananiisaan Olompikii Paarisirratti Itiyoophiyaa bakka bu’uun akka hirmaatuuf Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaan filatamuu isaa galateeffateera. Fiigicha Maaraatoonii Olompikii Paaris irratti biyya koo bakka bu’ee akkaan hirmaadhu gaaffiin dhiyeesse deebii argachuu isaatti daraan gammadeera jechuun ibseera. Jireenya… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/atileet-qananiisaa-baqqalaan-maaraatoonii-olompikii-paariisirratti-injifannoo-galmeessuuf-qophaauu-ibse/
3 4900Loading...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Kitaabni Dooktar Abiy ‘Fulbaanaa hanga Fulbaanaa’ jedhu har’a ifooma Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) – Kitaabni haasawaa fi ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Fulbaana 24, 2015 hanga Fulbaana 24, 2016tti taasiisan qabate mata duree ‘Fulbanaa hanga Fulbaanaa’ jedhuun barreeffame har’a kan ifoomu ta’uu Waajjirri Ministira Muummee beeksiseera. https://www.fanabc.com/afaanoromoo/kitaabni-dooktar-abiy-fulbaanaa-hanga-fulbaanaa-jedhu-hara-ifooma/
Показати все...
4👏 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Itiyoophiyaan Fooramii Barnoota Idil Addunyaarratti hirmaachaa jirti Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan Fooraamii Barnoota Idil Addunyaa Ingiiliz qopheessiterrati hirmaachaa jiraachuu ibsameera. Fooramicharratti jilli Ministira Ministeera Barnootaa Pirofeesar Birhaanuu Naggaan durfamu hirmaachaa jiraachuu ragaan Ministeera Barnootaarraa argame ni mul’isa. Pirofeesar Birhaanuu fi jilli isaaniin durfamu turtii isaaniin, Hoggantoota dhaabbiilee tumsitoota barnootaa garaagaraa fi dhimmoota riifoormii Barnoota Itiyoophiyaa deeggaruu danda’an waliin marii… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/itiyoophiyaan-fooramii-barnoota-idil-addunyaarratti-hirmaachaa-jirti/
Показати все...
1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Bu’uura waadaa seenneen daandiiwwan murtaa’aan xumuruun tajaajilaaf banaa taasifneerra – Aadde Adaanach Abeebee Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) – Bu’uura waadaa seenneen daandiiwwan murtaa’aan xumuruun tajaajilaaf banaa taasifneerra jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen. Kaleessarraa eegalee hanga har’a bariitti hooggantoota hojii olaanoo magaalaa keenyaa waliin ta’uun hojiilee keenya misooma koriidarii naannofnee gamaggamneerra. Hojii keenya misooma koriidariin misooma daandii konkolaataa Kiiloo Meetira 48 ol, daandiiwwan lafa deemtotaa lafa… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/buuura-waadaa-seenneen-daandiiwwan-murtaaaan-xumuruun-tajaajilaaf-banaa-taasifneerra-aadde-adaanach-abeebee/
Показати все...
👍 6 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Mahaammad Mokbar Pireezidaantii eeggataa Iraan ta’uun muudaman Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) – Hogganaan Afuuraa Iraan Ayaatoolaahii Alii Hamiin, Mohammaad Mokbar eeggataa Pireezidaantii biyyattii taasiisuun muudan. Mohammaad Mokbar Itti Aanaa Pireezidaantii Iraan turan. Akkasumas Alii Baageerii Kaaniin ammoo balaa Heliikooptaraa mudateen lubbuun isaanii kan darbe Ministira Dhimma Alaa Hoseen Amiir Abdullaahiin bakka bu’uun muudamaniiru. Alii Baageerii Kaaniin kana dura Itti Aanaa Ministira… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/mahaammad-mokbar-pireezidaantii-eeggataa-iraan-tauun-muudaman/
Показати все...
👍 7 3
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Dooktar Abiy lubbuun darbuu Pireezidaantii Iraan hordofee ibsa gadda dabarsan Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad lubbuun darbuu Pireezidaantii Iraan Ibraahiim Raayis hordofee ibsa gadda dabarsaniiru. Balaa gaddisiisaa Pireezidaantii Ibraahiim Raayisii fi Ministira Dhimma Alaa Hoseen Amiir Abdullaahiirra qaqqabeef gaddi onnee cabse itti dhaga’amuu ibsaniiru. Dooktar Abiy, maatii miidhamtootaa fi Ummata Iraan maraaf jajjabina hawwaniiru. Pireezidaantii Iraan Ibraahiim Raayis… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/dooktar-abiy-lubbuun-darbuu-pireezidaantii-iraan-hordofee-ibsa-gadda-dabarsan/
Показати все...
😢 12👍 4😁 2
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Bara baajataa kana guddinni diinagdee 7.9 tilmaamame milkaa’uu akka danda’u bu’aaleen agarsiisan galmaa’an – Dooktar Fitsum Asaffaa Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) – Bara baajataa 2016 guddinni diinagdee 7.9 tilmaamame milkaa’uu akka danda’u bu’aawwan agarsiisan galmaa’uu Ministirri Ministeera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan ibsan. Baatiwwan saglan darban damee qonnaa, Indaastirii fi Tajaajilaan bu’aaleen galmaa’an guddinni diinagdee 7.9 tilmaamame milkaa’uu mul’iftuu ta’uu eeraniiru. Dameen Qonnaa misooma midhaaniin kuntaalli miiliyoonni 100 ol argamuu… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/bara-baajataa-kana-guddinni-diinagdee-7-9-tilmaamame-milkaauu-akka-dandau-buaaleen-agarsiisan-galmaaan-dooktar-fitsum-asaffaa/
Показати все...
3👍 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Dooktar Abiy Ahimad muudamoota garaagaraa kennan Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad muudamoota garaagaraa kennaniiru. Haaluma kanaan 1. Injinar Ayishaa Mahaammad Ministira Raayyaa Ittisaa, 2. Dooktar Abrahaam Balaay Ministira Jallisii fi naannawaa Gammoojjii, 3. Dooktar Mahaammad Idiriis sadarkaa Ministir Deetaatti Itti Gaafatamaa Giddugala Qindeessaa Ijaarsa sirna Diimookiraasii ta’uun Caamsaa 13, 2016 eegalanii muudamaniiru. https://www.fanabc.com/afaanoromoo/dooktar-abiy-ahimad-muudamoota-garaagaraa-kennan/
Показати все...
👍 7 2
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Piroojektiin misooma Cancala Sona Qamadii jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamachiisu ifoome Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) – Piroojektiin misooma Cancala Sona Qamadii jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamachiisu naannoo Afaaritti ifoomeera. Piroojektichi oomishtummaa Qamadii guddisuun galii qonnaan bultootaa dabaluun jireenya isaanii fooyyessuuf qooda qabaachuu eerameera. Naannoo Afaar, Oromiyaa, Somaalee fi Amaaraatti aanaalee 76 keessatti hojiirra oola jedhame. Itiyoophiyaan waqtiilee garaagaraatti humna Qamadii Oomishuu guddaa qabaachuu Ministirri Ministeera Qonnaa… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/piroojektiin-misooma-cancala-sona-qamadii-jijjiirama-qabeenya-qilleensaa-dandamachiisu-ifoome/
Показати все...
👍 2
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Hundeefamni Fooramii Dargaggoota dhaabbilee Mootummaa fi Waldaalee Siivikii gaggeeffamaa jira Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) – Qooda fudhattoota waliin gurmaa’insa dargaggootaa fi dhimmoota dargaggootarratti kan hojjetu fooramiin dargaggoota dhaabbilee mootummaa fi Waldaalee Siivikii gaggeeffamaa jira. Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa hundeeffamicha gaggeessaa kan jiru yoo ta’uu, gurmaa’insa dargaggootaa, dargaggootaa fi qooda fudhattootaa gidduutti hariiroo cimaa fi hojmaata qindoomina qabu uumuun hirmaannaa hunda galeessaa fi fayyadamummaa… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/hundeefamni-fooramii-dargaggoota-dhaabbilee-mootummaa-fi-waldaalee-siivikii-gaggeeffamaa-jira/
Показати все...
👍 1