cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Waliifan Tube

https://t.me/waliifantube Join godhaa share godhaa %% ++Milkaa'ina ilma namaatif ilaalcha sammuu isaa ijoodha ~~Jaalalaaf ♤♤Gorsa fi seenaa ☆☆Psychology facts ◇◇ Jechoota Jireenya keessat @waliifantube waliin haa guddisnuu yaa sabakoo @BarnoonniQarooma

Більше
Фінляндія2 844Мова не вказанаМузика57 765
Рекламні дописи
462
Підписники
Немає даних24 години
-37 днів
-430 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Фото недоступнеДивитись в Telegram
“…Akkuma kaleessaati Ani har'as hin sobu Dhiiga tolaa miti Dhiigni koo inni cobu Bade hafaa silaa? Gatii dhabaa silaa? Lafa dhiigni koo cobetti Seenaatu biqila Hadhaba kanatti Hin haftu dhugaan koo Dhaloonni lakkaa'ee Naaf baasa gumaa koo! Biyyoon na leellisa Awwaalli na jaja Oromoo lammii koof Du'uun naaf kabaja Ani sodaadhee hin beeku Kallattii hundattuu Qallayyoo Hundeessaa Gaanfuree Guddattuu!” Ati goota Haacee Goota sodaa hin qabne Akka ati abdatte Siif ta’uu dadhabne! @Waloo_Leta
Показати все...

Oh Beloved, Take me. Liberate my soul. Fill me with your love and Release me from the two worlds. If I set my heart on anything but you Let fire burn me from inside. Oh Beloved, Take away what I want. Take away what I do. Take away what I need. Take away everything That takes me from you. ------ (Rumi) ----- ከሩሚ ውብ ግጥሞች አንዱ ይህ ነው።
Показати все...
Namni ifiif kabajaa qabu nama biraatis kabajuudhan kabajaa qabaachuu isaa mirkaneessa. Namni ifiif kabajaa hin qabne kabaja nama biraatis tuquudhan akka kabajaa hin qabne mirkaneessa. Sababnis waan hin qabne namaaf kennuu waan hin dandeenyef kabajaas ofiif qabaattu malee nama birootis dabarsitee kabajuu hin dandeessu. Kanaafuu Nama ifiif kabajaa qabuutu nama biraatis kabaja. Kabajaan ammoo ulfina!
Показати все...
#Jechaa fi #gocha ! ============= Lachuu jechoota waliif galteeti garuu yeroo takka takka waliifis faallaa .! waa malee hin jenne Yeroo tokko tokko jecha gaarii namaan jetta gochi keetiis wal fakkaata akkasumma immoo yeroo takka takka jecha gaarii dubbata garuu gochaa fallaasanii hamilee namaa buusan hojjatta waan baayyee badaati .! Yeroo tokko tokko immoo namoota muraasaratti gochaa badaa agarta ni jarjaruu , murteef Ariifatu , arrabaan si xuquu garuu gaafa itti dhihaattee ilaaltu isaanii gaabban , harka si qaban argita ! Ammas yeroo tokko tokko namootaaf ati bikka guddoo kennita waan inni yaadu hundi gaarii jettee deeggarta , waan dubbate hundaa gaaritti fudhattee galateeffatta garuu namichoon yeroo siif dhimma tokko hin qabne argita ! Namoonnii tokko tokko immoo ofii ol si amanu sijaalatu si deeggaru garuu ati nama san bonaafuu quba qabdu garuu fakkeessaadhaan yeroo si argu ililbee malee wanti isaaf hafu hin jiru gaararraa jettiin oromoon namoota akkanaa kanaan ; walumaagalatti ulaagaan namoomaa jechaa fi gochiikee hanga humnii kee dandaheen yoo wal fakkaate qofa ! Ulaagaan #namummaa #namooma qofaan yoo nama madaalte kabajje qofa .! Faayiiidaaf , fakkeessaaf , bu’aadhaaf wal jaalattan taanaan haaluma yerootiin wal gantan wal hadheeffattan ; wal abaartan kanaaf jechi keenyaa fi gochi keenya wal fakkaate taanaan dubbiin tee ykn karoorriikee galma gaha barakas qaba ! warra rabbiif jecha dhugaan wal jaalattu rabbi nuhaa godhu jechaa jechaaf gocha tokko godhachuuf haa yaaluun dhaamsakoo obbolummaatti .! Ilma jechuun maraatuma wayyaa maraataa jibbinii maqaadhahafi malee jedhe walisaan keenya jaalatamaan Taddala gammachuu !! Yeroo gaarii naaf qabaadhaa🥰🙏 Tajir Umar 💎🥰🙏
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
👉 Kuush...‼ Bara 700 BC keessa impaayerri Kuush (the kingdom of Kush) impaayeera guddicha addunyaa raase ture.dabalataan Naappaataa,Meeroo'ee (Nuubiyaa) sadarkaa olaanaa fi qaroominaan dhiibbaa kan taasisaa turan yoo ta'u Waraana (Military),Siyaasa( Political) fi humna diinagdee (economic power) guddaa warra qaban turani. Bara Kuush Taaharqa bulchaa ture (Taharqa or Taharqo was a pharaoh of the twenty-fifth dynasty of egypt and king of the kingdom of kush or preseny day sudan) impaayeerri kun giddugaleessa Sudaanii gara galaana Meeditaraaniyaa,Liibiyaa fi Paaliistiin,Laga Naayil...bal'achaa deeme.darbees lakkoofsi piraamidoota Kuush (Nuubiyaa) keessa turan baayyee turan. Magaalaa fi qaroominni babal'achuu irraan kan ka'e magaalaan guddoo Naappaataa irraa gara kibbaatti (Meeroo'ee) bal'ate. Magaaloonni kunneen (Naappaataa fi Meeroo'ee) iddoo daldala guddaa addunyaa fi giddugala Afriikaa tura.kallattii hundaan Afriikaa qunnamu keessattuu Giibxi karaa Kaabaa,Siiriyaa,Parshiyaa,Giriik,Room fi Indiyaa.
Показати все...
Namni ifiif kabajaa qabu nama biraatis kabajuudhan kabajaa qabaachuu isaa mirkaneessa. Namni ifiif kabajaa hin qabne kabaja nama biraatis tuquudhan akka kabajaa hin qabne mirkaneessa. Sababnis waan hin qabne namaaf kennuu waan hin dandeenyef kabajaas ofiif qabaattu malee nama birootis dabarsitee kabajuu hin dandeessu. Kanaafuu Nama ifiif kabajaa qabuutu nama biraatis kabaja. Kabajaan ammoo ulfina!
Показати все...
GOBAZ, Uffata jijjiirrachuu qofaas miti sammuus jijjiirrachuu walyaadachiisaa haa deemnu.
Показати все...
SADI SADEENIIN. (Galmee haddaarsa kiyya keessaa kan fudhatame.) 👍 Waa sadi lubbuu qabdii sadiin lubbuu dhabdi:- 1. Seenaan lubbu qabdi, gowwatti himan lubbu dhabdi. 2. Miyoon (gudeedni kormaa) lubbu qaba, masheenatti goru lubbu dhaba. 3. Qabeenyi lubbu qaba, doynatti/doqnatti goru lubbu dhaba. 👍 Dhiirti waa sadi dandeessee, sadi dadhabde:- 1. Bilaaluu (dhagaa gurguddaa) keessa deemuu dandeessee, cirracha xiqqaa kophee seene dadhabde. 2. Jiirkaa (rooba guddaa) dandeesee, dhim'uu manaa dadhabde. 3. Haajaa (dhimma) guddoo dandeessee, xiqqoo dadhabde. 👍 Eeybi jaarsa / manguddoo Oromoo sadi:- 1. Qoree dhoqqee keessaa si haa baraaru. 2. Abaarsaa jaarsaa du’a gahee si haa baraaru, 3. Jecha niitii/jaartii obboleeysaaa si haa baraaru. 👍 Abaarsi jaaroolee Oromoo sadi:- 1. Itillee dhabi. 2. Soora/nyaata dhabi 3. Dhugaa dhabi. Maddi Odeeffannoo: Manguddoota Oromoo irraa 📸 2016 G.C. (JGAO | GAOP)
Показати все...
1

🥰 3