cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Waliifan Tube

Samiin tun Urjii Kumaatama of keessaa qabdi. Jiruun Tunis qormaata kumaatama of keessaa qabdi!🥰 Join godhaa share godhaa %%

Більше
Фінляндія3 281Мова не вказанаМузика55 027
Рекламні дописи
471
Підписники
Немає даних24 години
+17 днів
+1030 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Waldaan Qur'aanaa Abdallaa Ibnu Ummii Maktuum ayyaana Iid Al Adahaa sababeeffacuun qaro-dhabeeyyii 100 ta'aniif deeggarsa uffataa taasise Spider Media: Zul-Hijjah 2/1445 Deeggarsi Faawundeeshiiniin Daandii Xiyyaaraa Itiyoophiyaa taasise Waldaa Qur'aanaa Abdallaa Ibnu Ummii Maktuumiin ayyaana Iid Al Adahaa haala gaariin akka ittiin dabarsaniif qaro-dhabeeyyii 100 ta'aniif kennameera. Waldaan Qur'aanaa Abdallaa Ibnu Ummii Maktuum waggoottan kurnan darbaniif muslimoota qaama miidhamatoota ta'an keessumaa kanneen qaroo ijaa qabaniif deeggarsa diinagdeefi xiinsammuu akkasumas barnoota ilmii barsiisuun dhaabbata hojii gurguddaa hojjataa tureefi jiruudha. © Tajir Umar Nu hordofaa: YouTube https://youtube.com/@WALIIFTUBE466 Telegram channel https://t.me/TajirUmarAliyi
Показати все...
Waldaan Qur'aanaa Abdallaa Ibnu Ummii Maktuum ayyaana Iid Al Adahaa sababeeffacuun qaro-dhabeeyyii 100 ta'aniif deeggarsa uffataa taasise Spider Media: Zul-Hijjah 2/1445 Deeggarsi Faawundeeshiiniin Daandii Xiyyaaraa Itiyoophiyaa taasise Waldaa Qur'aanaa Abdallaa Ibnu Ummii Maktuumiin ayyaana Iid Al Adahaa haala gaariin akka ittiin dabarsaniif qaro-dhabeeyyii 100 ta'aniif kennameera. Waldaan Qur'aanaa Abdallaa Ibnu Ummii Maktuum waggoottan kurnan darbaniif muslimoota qaama miidhamatoota ta'an keessumaa kanneen qaroo ijaa qabaniif deeggarsa diinagdeefi xiinsammuu akkasumas barnoota ilmii barsiisuun dhaabbata hojii gurguddaa hojjataa tureefi jiruudha. © Obsinet Obsinet Oromia Nu hordofaa: YouTube https://youtube.com/@WALIIFTUBE466 Telegram channel https://t.me/TajirUmarAliyi
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Maqaa sahaabaa guddicha Bilaal (r.a) Ibnu Rabaahtiin Ityoophiyaa keessatti addababayiin ummataa tokkollee moggaafamuu dhabuun gaddisiisaa tahuu ibsame ... Seenaa amantaa Islaamaa keessatti sahaabaa azaanaa jalqabaa raawwatee fi bakka guddaa qabu kan Ityoophiyaa irraa tahe maqaa Bilaaliin (r.a), Ityoophiyaa keessatti addababayiin ummataa tokkollee moggaafamuu dhabuun muslimoota Ityoophiyaa mufachiisuu ibsame. Manni Marii Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa ajandaalee marii komishinii marii biyyaalessaatii dhiheesse jidduu tokko addababayiiwwan, daandiilee fi dhaabbileen tajaajila ummataa qabeenna ummataatiin ijaaraman maqaa hunda hammatuun akka yaamaman waamicha dhiheesse. Maqaan addababyiiwwan biyya keennaa ittiin moggaafaman, amantaa tokko qofa kan bakka bu’an tahuu isaaniitiin hawaasni muslimaa mufii qabaachuu eeruun, maqaa muslimoota Ityoophiyaa seenaa biyyaattii keessatti shoora guddaa qabaniin ammoo dhaabbileen tajaajila ummataa moggaafaman akka malee xiqqaa waan tahaniif,
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Alhamdulillaah guyyaan Eida arafaa Beeksifamee jira. June 16 Sunday Eida Arafaati. The Crescent for the month of Dhul Hijjah 1445 was SEEN today subsequently the month of Dhul Hijjah 1445 will begin tomorrow i.e Friday, 7 June 2024 *Hajj Day (Arafat): Saturday, 15 June 2024 * Eid Al Adha: Sunday, 16 June 2024
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Guyyaa Jummaati! Salawaata buusi Rabbi sirra haa jaalatu {SAW} ﷺ "۩ﷺ۩."
Показати все...
👍 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Dhugaadhaan jijjiiramuu yoo barbaadde waa lameen kanarratti qofa sirreessi! 1. Hariiroo Rabbii wajji qabdu 2. Oolmayaa fi bultii tee ✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️ A. Hariiroo Rabbii wajji qabdu sirreessuuf gaafiilee tana yeroo sirritti kenniifii deebii isii barreessi! ~ Salaanni kee maal fakkaata? ~ Guyyarraa qur'aana Rabbii ni qaraataa? ~ Ija tee hangam takka haraamirraa tiiyfatta? ~ Arraba kee hangam takka eeggatta? ~ Waan qalbiin tee yaaddu hanagam takka ifirraa argitee too'atta? ~ Hangam takka nyaata haraam, uffata haraamii fi qabeenya haraam irraa if eeyda? ✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️ B. Oolmayaa fi bultii tee sirreessuuf ammoo gaafiilee tana sirritti yeroo itti kennii deebisi! San booda deebisaa tee sirritti laali! Garam deemaa kka jirtuu fi garam deemuu akka qabdu siif gala! ~ Eessa oolta? ~ Eenyuu wajji oolta? ~ Maalirra oolta? ~ Akkamitti oolta? ~ Za'aa meeqatti rafta? ~ Za'aa meeqatti kaata? ~ Guyyatti sa'aatii meeqaaf bilbila kee qabattee intarneeta irra teessa? ~ Za'aa hanga intarneeta
Показати все...
🇪🇹 Ethiopia 🇪🇹 Unlimited Free
Показати все...
Ethio Telecom 🇪🇹🚒.ehi0.19 KB
Ethio Telecom 🇪🇹🚙.ehi0.19 KB
Ethio Telecom 🇪🇹🚔.ehi0.19 KB
Ethio Telecom 🇪🇹🚁.ehi0.19 KB
Ethio Telecom 🇪🇹🏎️.ehi0.19 KB
Ethio Telecom 🇪🇹✈️.ehi0.19 KB
🇪🇹 Ethiopia 🇪🇹 Unlimited Free
Показати все...
Ethio Telecom 🇪🇹🚒.ehi0.19 KB